Abbaa taayitaa misooma jallisii oromiyaa dokimeentii qorannoo "jbah" adeemsa hojii deegersaa misoomaa fi bulchiinsa qabeenya namaa


Mul’ata, Ergama, Angoo fi Duudhaalee Adeemsa Hojii



Yüklə 404,95 Kb.
səhifə10/11
tarix29.10.2017
ölçüsü404,95 Kb.
#21709
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11

3.4. Mul’ata, Ergama, Angoo fi Duudhaalee Adeemsa Hojii

3.4.1. Ergama


Ergamni Adeemsa Hojiiwwan Misoomaa fi Bulchiinsa Qabeenya namaaOdeeffannoo fi ragaa humna namaa waajjirichaa qopheessuun, fo'annoo fi filannoo gaggeessuu fi Leenjii qindeessuu fi kennuu/kennisiisuu akkasumas madaallii raawwii hojii gaggeessuu dha.
3.4.2. Mul’ata
Bara 2012 tti ATMJO keessatti Dandeettii Raawwachiisummaa cimsuun siivil sarvisii ergama isaa ba’uu kaayyoo waajjirichi ittii dhaabbate galmaan gahuu dha.

3.4.3. Aangoo fi gahee hojii


  • Misoomaa fi Bulchinsaa Qabenyaa Namaa Misoomaa Jallisii galmaan gahu keessaa galtee (inputs) guddaa waan ta’ef

  • Odeeffannoo fi ragaa humna namaa qopheessuuf

  • Karooraa humna namaa mana hojjichaa qopheessuun qaama ilaaluuf dhiyeessuu

  • Fo'annoo fi filannoo gaggeessuu

  • Leenjii qindeessuu fi kennuu/kennisiisuu

  • Naamuusa hojjatootni hojii irratti qaban hordofuu/ hordofsiisuu

  • Gaafii tajaajila dheeressuu fi sooroma ba'uu keessumeessuu fi dhiyeessuu

  • Tajaajila haala mijeessuu fi ergamaa kennuuf

  • Immaamata mootummaa galmaan ga’uuf



3.4.4. Duudhaalee Adeemsichaa


Kaayyoo adeemsichaa galmaan gahuuf miltoon ykn miseensi adeemsa hojii Ijooo hojiiwwaan adeemsaa misooma human namaa hundi duudhaalee armaan gaditti tarreeffaman hundaa mallattoo ittiin beekamtii addaa godhachuun hojii isaan guyyaa guyyaan ni raawwatu.

Isaanis:



  • Ittigaafatamummaa

  • Iftoomina

  • Tajaajila gahumsa qabu

  • Jijjiiramaaf qopha’uu

  • Bu’aadhaaf hojeechuu

  • Guddinaaa Teekinoolojii waajjiin tarkafachuu

  • Aadaa fi Duudhaalee Hawaasaa Kabajuu

  • Hirmaachisummaa

  • Hariiroo fi walta’insaa cimaan hojjechuu

  • Gareen hojjeechuu

  • Qulqullinaa hojiif dursaa keennuu

Fedhii/hanqinalee raawwii hooggansa qabeenya namaa

Qorannoo hanqina raawwii hooggansa qabeenya namaa hiikuu dandaa’u gaggeessuu

Ragaa fi odeeffannoo hooggansa qabeenya namaa hammayyeessuu

Gurmaa’insaa fi hojmaata hojjachiisu dandaa’u diriirsuu

Karoora qabeenya namaa qopheessuu, fo’aannoo fi filannoo gaggeessuu fi faayidalee hojii irra oolchuu

Sagaantalee leenji fi misooma qabeenya namaa qopheessuun hojii irra oolchuu fi bu’aa argame madaaluu

Gahumsaa fi bu’aa qabeessuma hojjatoota fi manaa hojjiichaa dabalee



Map 4. Mappii Ol-Aanaa Adeemsa Hojii Misooma fi Bulchinsaa Qabeenya Namaa


    1. Yaa'insa fi Istaandardi Hojii Adeemsa Hojii Deeggarsaa Hooggansa Qabeenya Namaa

Gabatee 10: Yaa'insa fi Istandardii Hojii Adeemsa Hojii Deeggarsaa Hooggansa Qabeenya Namaa



Lakk.

Hojiilee Hojjetaman

Iddoo ittii rawwatamu

Istaandardii hojiin ittii hojjetamu(Standard of accomplishment)

1

Hojii Odeeffannoo fi Ragaa




Baasii

Qulqullina

Yeroo fudhatu

1.1.

Qabeenya Namaa













1.1.1

Haala qabeensi ragaa qabeenya namaa yeroo ammaa jiru sakata’uun ragaan qabachuu

ATMJO

Baajata qabame keessaa %100 quubsaa, % 95 ol’aanaa %90 daraan ol’aanaa



Gabaasa sadarkaa isaa eeggatee fi ittii fufiinsa qabu

Guyyaa 5

1.1.2

Uunkaalee odeeffannoo fi ragaaleen qabeenya namaa ittiin walitti qabamu qopheessuu

ATMJO

Sa’aa 4

1.1.3

Uunkaalee qophaa’an irratti hubannoo uumuu

ATMJO

Sa’aa 4

1.1.4

Odeeffannoo fi ragaa qabeenya namaa waajjrichaa walitti qabuu,

ATMJO/Godina

Guyyaa 10

1.1.5

Ragaa walitti qabame haala amayyaatiin qindeessuu, xinxaluu fi dokimantii istaastiksii baasuu

ATMJO/Godina

Guyyaa 10

1.1.6

Ragaa qaama dhimmi ilaaluuf gabaasuu/kennuu

ATMJO/Godina

Sa’aa 1

1.2.

Ragaa qabeenya kuusaa mana hojii







1.2.1

Uunkaa barbaachisaa ta’e qopheessuu

ATMJO

Sa’aa 2

1.2.2

Uunkaa ba’e irratti hubannoo uumuun irraattii waligaluu

ATMJO

Sa’aa 4

1.2.3

Kuusaalee hojii gosa hojiitiin addaan baasuu

ATMJO/Godina

Guyyaa 10

1.2.4

Kuusaa hojjetootaa tartiibaan (Alpghabeticall) addaan baasuu

ATMJO/Godina

Guyyaa 10

1.2.5

Ragaalee lakk 1.2.2 fi 1.2.3 haala hamayyaa’een siistama diriirsame keessaa galchuu

ATMJO/Godina

Guyyaa 60

1.2.6

Ragaa guyyaa guyyaan dhiyaatee siistematii galchuu

ATMJO/Godina

Sa’aa 2

2

Gurmaa'insaa hojii irraa jiru sakata’uu fi sirreessaa ramaddii hojii gageessuu







2.1

Gurma’insa hojii irraa jiru sakata’uu

ATMJO




2.1.1

Cheek liistii qopheessuu,

ATMJO

Gabaasa sadarkaa isaa eeggatee fi ittii fufiinsa qabu

Sa’aa 4

2.1.2

Cheek liistii irratti hubannoo uumuu

,,

Guyyaa 1

2.1.3

Ragaalee walitti qabu

ATMJO/Godina

Guyyaa 5

2.1.4

Ragaa walittii qabame xinxaluun

’’

Guyyaa 3

2.1.5

Bu’aa qo’rannoo dhiyeessuu fi murteessisuu

’’

Sa’aa 4

2.1.6

Sirreeffama fudhatamu hayyamsiisuu

’’

Guyyaa 1

2.1.7

Gurma’insi qaawwa qabu irraattii sirreeffama ramaddii keessaa gaggeessuu

’’

Guyyaa 2

2.1.6

Hojii irraa oolmaaa sirreeffama gurma’insaa hordofuu fi duub deebii fudhachuu

,,

Guyyaa 5

3

Hojii Karoora Qabeenya Namaa Qopheessuu




Guyyaa 30

3.1.

Guucaa ragaaf barbaachisu qopheessuu

ATMJO

Sa’aa 4

3.2

Guucaa raabsuu fi hubannoo uumuu

’’

Guyyaa 1

3.3

Ragaa walitti qabuu,

ATMJO/Godina

Guyyaa 8

3.4

Ragaa xiinxaluu

’’

Guyyaa 2

3.5.

Fedhii qabeenya namaa addaa baasuu

’’

Guyyaa 1

3.6

Karoora qabeenya namaa yeroo gabaabaa fi dheeraa qopheessuu

’’

Guyyaa 2

3.7

Gaafii dhiyeessuu fi hayyamsiisuu

ATMJO

Guyyaa 3

4

Hojii Foo'annoo fi Filannoo Gageessuu




Guyyaa 36

4.1

Baajannii qacaraaf ramadamuu isaa mirkaneessuu

ATMJO

Sa’aa 2

4.2

Qabeenya namaa jijiirran ykn qacaraan filachuuf mar’achuu fi murteessuu

’’

Sa’aa 3

4.3

Beeksisni maaliin akka ba’u murteesisuu

’’

Sa’aa 1

4.1

Beeksisa qacarrii baasuun qilleensaa irraa oolchuu

ATMJO

Guyyaa 10

4.2

Galmeessuu

’’

Guyyaa 10

4.3

Koree fo’annoo fi filanoof waamicha dabarsuu

’’

Sa;aa 2

4.4

Koree fo’annoo fi filanoof seerota fo’annoo fi filannoo irrattu hubannoo uumuu

’’

Sa’aa 2

4.5

Fo’annoo duraa gageessuu

’’

Sa’aa 3/gita tokkoof

4.6

Fo’annoo duraa darbaniif guyyaa qormaataa beeksisuu

’’

Sa’aa 3/gita tokkoof

4.7

Qormaata barreeffamaa kennuu

’’

Sa’aa 4/gita tokkoof

4.8

Qormaata barreeffamaa madaaluu

’’

Sa’aa 3/gita tokkoo

4.9

Dorgomtoota qormaata barreeffamaa darban beeksisuu

’’

Sa’aa 1

4.10

Qormaata afaanii kennuu

’’

Sa’aa 1.30/gita tokkoo

1.11.

Firii fo’aannoo fi filannoo mirkaneesisiisuu

’’

Daqiiqaa 30

4.12

Firii fo’aannoo fi filannoo beeksisuu

’’

Sa’aa 2/gita tokkoo

4.13

Waligaltee qacarrii rawwachuu, xalayaa ramaddii kennuu fi qaamaa ilaalatu beeksisuu

’’

Sa’aa 2

4.14

Hojetoota qacaraman hojjetootaa fi nannoo mana hojii waliin wal barsiisuu

ATMJO/Godian

Sa’aa 1

4.15

Gahee hojii (job description) irrattii ibsa kennuu

ATMJO/Godian

Sa’aa 2

4.16

Orenteenshinii seeraa waajjiraa fi ittiin bulmaata hojjetoota mootummaa irraatti kennuu

ATMJO/Godian

Sa’aa 1

4.17

Madaallii yeroo yaalii akkaa gageeffamu haala mijeesuu

ATMJO/Godian

Sa’aa 2

4.18

Madaallii yaalii xinxaluun kan hojjetaa dhaabbii ta’uu danda’an xalayaa dhaabbii kennuu fi kan madaallii yaalii darbuu hin dandeenye gaggeessuu

ATMJO/Godian

Sa’aa 3

5

Hojii Leenjii fi Misooma Qabeenya Namaa







5.1.

Leenjii yeroo dheeraa (biyyaa alaa fi biyyaa keessaa)







5.1.1

Fedhii leenjii misoomaa qabeenya namaa adda baasuu

ATMJO

Guyyaa 2

5.1.2

Fedhii (Koroora) leenjii fi misoomaa qopheessuun qaama ilaalatuuf beeksisuu

ATMJO

Guyyaa 1

5.1.3

Carraaa leenjii argame irrattii beeksisa baasuu

ATMJO

Guyyaa 10

5.1.4

Carraa leenjii argame irrattii dorgomsiisuu fi hojjetaa mo’ate erguu

ATMJO






Guyyaa 1

5.1.5

Ogeessaa leenji’e irraa gabaasaa fi duub-deebii fudhachuu

ATMJO

Sa’aa 1

5.2.

Leenjii yeroo gababaa biyyaa alaa







5.2.1

Fedhii leenjii misoomaa qabeenya namaa adda baasuu

ATMJO

Guyyaa 2

5.2.2

Fedhii leenjii fi misoomaa qopheessuun qaama ilaalatuuf beeksisuu

ATMJO

Guyyaa 1

5.2.3

Carraaa leenjii argame irrattii beeksisa baasuu

ATMJO

Guyaaa 3

5.2.4

Carraa leenjii argame irrattii dorgomsiisuu fi hojjetaa mo’ate erguu

ATMJO

Guyyaa 1

5.2.5

Ogeessaa leenji’e irraa gabaasaa fi duub-deebii fudhachuun

ATMJO

Sa’aa 1

5.3.

Leenjii yeroo gabaabaa biyyaa keessaa qaamaa alaattiin kennamu







5.3.1

Fedhii leenjii misoomaa qabeenya namaa adda baasuu

ATMJO

Guyyaa 2

5.3.2

Fedhii leenjii fi misoomaa qopheessuun qaama ilaalatuuf beeksisuu

ATMJ

Guyyaa 1

5.3.3

Leenjii qaama alaatiin kenname xiinxaluun addaa baasuu

ATMJO

Sa;aa 2

5.3.4

Adeemsaa ilaallatu waliin ta’uun ogeessaa leenji’u filachun erguu

ATMJO

Sa’aa 1

5.3.5

Ogeessaa leenji’e irraa gabaasaa fi duub-deebii fudhachuun

ATMJO

Sa’aa 1

6

Leenjii Qabeenya namaa irrattii hojjetoota waajiraatif kennuu







6.1

Fedhii leenjii addaan baasuu

ATMJO

Guyyaa 3

6.2

Sagantaa leenjii qopheessuu

ATMJO

Sa’aa 2

6.3

Manualii leenjii qopheessuu

ATMJO

Guyyaa 6

6.4

Leenjii kennuu

ATMJO

Guyyaa 5/leenjii tokkoof

6.5

Duub-deebii leenji fudhachuu

ATMJO

Guyyaa 1

7.

Xalayaa ba’ii fi galii ta’an keessumeessuu




Sa’aa 1

7.1

Xalayaa alaa dhufe galii gochuu

ATMJO/Godian

Daqiiqaa 3

7.2

Qaamaa ilaaluttuuf malatteesisuun erguu

ATMJO/Godian

Daqiiqaa 5

7.3

Xalayaa ba’ii ta’u galmeessuu

ATMJO/Godian

Daqiiqaa 10

7.4

Xalayaa malateessisuudhan erguu

ATMJO/Godian

Daqiiqaa 10

7.5

Xalayaan iddoo ergamettii qaqabuu isaa ragaa fudhachuun mirkaneessuu

ATMJO/Godian

Daqiiqaa 5

7.6

Xalayaan iddoo ergamettii qaqqabuu isaa duu-deebii qaama xalayaa ergeef beeksisuu

ATMJO/Godian

Daqiiqaa 15

7.7

Xalayaa ba’ii fi galii ta’an haala mija’aa (koodessuun) fi hamayyaatiin teechisuu

ATMJO/Godian

Daqiiqaa 30

8

Tajaajila Ergaa waajjira keessaa







8.1

Karoora ergaa baasuu

ATMJO/Godian

Guyyaa 1

8.2

Faayilii fi xalayaa mana galmee, adeemsotaa fi ogeesota jiduuttii mallateesisuun dadabarsuu

ATMJO/Godian

Daqiiqaa 10/ergaa tokkof

8.3

Ergama afaanii dabarsuu

ATMJO/Godian

Daqiiqaa 5/erga tokkoof

8.4

Ergaan ergame qaqabuu isaa qaamaa ergeef mirkaneessuu(duub-deebii) kennuu

ATMJO/Godian

Daqiiqaa 5/ergaa tokkoof

8.5

Ergaa ergaman dhimmaa isaanii waliin ragaa qabachuun

ATMJO/Godian

Daqiiqaa 30

9

Tajaajila ergama waajiraan alaa







9.1

Karoora ergaa baasuu

ATMJO

Guyyaa 1

9.2

Faayilii fi xalayaa mana galmee baasuun waajiraalee alaatiif geessuu

ATMJO




Sa’aa 1 - sa’aa 3

9.3

Xalayaa qaqqabuu isaa ragaa fudhate mana galmeef mirkaneessuu

ATMJO




Daqiiqa 5

9.4

Ergama afaanii dabarsuu

ATMJO




Sa’aa 1- sa’aa 3

9.5

Ergaan ergame qaqabuu isaa qaamaa ergeef mirkaneessuu

ATMJO




Daqiiqaa 5

9.6

Ergaa ergaman dhimmaa isaanii waliin ragaa qabachuun qaamaa ilaaluuf dabarsuu

ATMJO




Daqiiqaa 30

10

Hojii Hordoffii Naamusa Hojjetootaa










10.1

Badii hojjetootni hojii irrattii uuman yoo jiraatee qulqulleessuu sadarkaan addaan baasuu

ATMJO




Daqiiqaa 20

10.2

Sadarkaa badii uumamee kan gorsaa fi xalayaa akeekachiisaa kennisiisu yoo ta’e kennuu

ATMJO




Sa’aa 3

10.3

Sadarkaan badii uumame kan himachiisuu yoo ta’ee himannaa banuu koree naamusaa beeksisuu

ATMJO




Sa’aa 1

10.4

Falmii koree naamusaa fi himataamaa jidduu jiru hordofuu

ATMJO




Guyyaa 15

10.5

Tarkaanfii fudhatame hojii irra oolchuu

ATMJO




Sa’aa 4

11

Tajaajila hayyamaa, guddinaa fi soorama gaggeesuu










11.1

Hayyaman dhiyeetee rawwachuu

ATMJO




Daqiiqaa 20

11.2

Xalayaa lakkoofasa sooramaa hojjetootaa akka argatu gochuu

ATMJO




Guyyaa 2

11.3

Guddinaa hojjetoota addaan baasuu fi rawwachisuu

ATMJO




Guyyaa 15

12

Haala mijeessuu













12.1

Dhimmaa ogganaan akkaa barra’uu ajaje barreessun ni qophessu

ATMJO







Daqiiqaa 30

12.2

Xalayaan qopha’ee malattesisuudhan gara mana galmeettii erguu

ATMJO







Daqiiqaa 10

12.3

Xalayaa mana galmeetii dhufan fuudhaan ogganaaf dhiyeessuu

ATMJO







Daqiiqaa 15

12.4

Ragaaleen addaa addaa ogganaadhan malata’ee fi ogganaaf dhiyaatuu ragaa qabachuu

ATMJO







Daqiiqaa 30

12.5

Bakkaa oogganaan hin jirreettii ergaa adda addaa fudhuudhan oggaanaaf ni dhiyeessuu/ni dabarsu

ATMJO







Daqiiqaa 30

12.6

Hojii keessumeessuu maamilaa gageessuu

ATMJO







Yeroo hunda

13

Hojii Komii Hojjetootaa Keessumeessuu













13.1

Sirna komiin itti dhiyaatu mijeessuu fi hojii irra oolchuu

ATMJO







Guyyaa 3/Kur

13.2

Iyyataa fi komii dhiyyatu fudhachuun qulquleessuu fi deebii kennuu

ATMJO







Daqi30/komi tokko

13.3

Murtiin kenname hojii irra akka ooluu taasisuu

ATMJO







Guyyaa 1/ komi tokko

14

Hojii Madaallii Raawwii Hojii HojjattootaaGageessuu/ gaggeessisiisuu













14.1

Adeemsaaleen hojji karoora hojii hojjetootaaf qopheessanii kennuu isaanii hordofuu fi mirkaneessuu

ATMJO







Guyyaa 10

14.2

Akkaataa karooratiin ragaan raawwii hojii hojjettootaa yeroo yeroon qabamaa adeemuu isaa mirkaneessuu

ATMJO







Guyyaa 2/Kur

14.3

Qajeelfama sirna madaallii fi badhaasaa irratti hundaa’uun madaalliin gaggeeffamuu isaa mirkaneeffachuu, bu’aa madaallii hojii irra oolchuu

ATMJO







Guyyaa 10

15

Hojii ergaa electronics (Fax fi E-mail) gageessuu

ATMJO







Daqiiqaa 5

15.1

Ergaa fax dhan ergamu eerguu

ATMJO







Daqiiqaa 3

15.2

Ergaa Fax dhufe fuudhuun qaamaa ilaaluuf dabarsuu

ATMJO







Daqiiqaa 5

15.3

Ergaa E-mail ergamu erguu

ATMJO







Daqiiqaa 5

15.4

Ergaa E-mail ergame fuudhuun qaamaa ilaalatuuf geessuu

ATMJO







Daqiiqaa 5

15.5

Ragaalee fax fi E-mail ergaman ragaa qindeessuun qabachuu

ATMJO







Daqiiqaa 30



    1. Yüklə 404,95 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin