Waamicha gita hojii
|
Baay'ina
|
ATMJO
|
Godian
|
1
|
Hojii Odeeffannoo fi Ragaa qabachuu fi dabarsuu
|
1. Abbaa adeemsa Misooma fi bulchiins Qabeenya Namaa
Hojiiwwan gabatee10 lakk. 1-11 jalattii tarreffaman sadarkaa ATMJO ni qindeessa, hojiiwwan Adeemsi hojii Misooma fi bulchinsaa Qabenyaa Namaa haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf waligaltee ni uuma
-
Ragaa Humna Namaa Gurmeessa
Hojiiwwan gabatee 10 keessattii tarreeffaman keessaa lakk 1,2 fi 3 ni raawwata
-
Hojiiwwaan leenjii qabeenya namaa qindeessuu
Hojiiwwaan gabatee 10 tarreeffaman keessattii lakkoofasa 5 fi 6 jala jiran hunda ni rawwata
-
Bulchiinsa Qabeenya Namaa gageessuu
Hojiiwwan gabatee 10 keessattii
tarreeffaman keessaa lakk 2,4, 9,10,13 fi 14 ni rawwata
Hojii Rikkoordii fi Kuusaa Qindeessaa
Hojiiwwaan lakkoofsa gabatee 10 jalattii tareeffaaman keessaa lakk 1.1, 1.2 fi 7 ni qindeessaaa
Hojii Rikordifi Kuusaa Dhimma Hojjetootaa rawwachuu
Hojiiwwaan lakkoofsa gabatee 10 jalattii tareeffaaman keessaa lakk 1.1 fi 7 ni rawwata
Hojii Rikordifi Kuusaa Dhimmaa Hojii Waliigalaa
Hojiiwwaan lakkoofsa gabatee 10 jalattii tareeffaaman keessaa lakk 1.2 fi 7 ni qrawwata
Hojii ergaa waajjiran ala gageessuu
Hojiiwwaan lakkoofsa gabatee 10 jalattii tareeffaaman keessaa lakkoofasa 9 jalattii jiran hunda ni rawwata
|
Digrii lamffaa ykn Digrii jalqabaa HRM, Mgt, Seera, fi kkf
Waliiti dhufeenya gaarii kan qabu fi muxannoo waggaa ---
Gahuma hojii qindeessu fi dandeetii hojii gaha ta’e kan qabu. Dandeetii afaan hojii fi kompuutaraa kan qabu.
|
Abbaa adeemsa Misooma fi bulchiins Qabeenya Namaa
|
1
|
|
-Digrii lamffaa ykn Digrii jalqabaa HRM, Mgt, Seera Istaatiksii fi kkf
-Dandeettii kompuuteraa fi afaan Oromoo kan qabdu
-muxannoo waggaa -----
|
Raawwataa Hojii gurmeessaa raga human Namaa
|
2
|
|
1.1.
|
Qabeenya Namaa
|
Digrii lamffaa ykn Digrii jalqabaa HRM, Mgt, Seera fi kkf
-Dandeettii kompuuteraa fi afaan Oromoo kan qabdu
-muxannoo waggaa -----
|
Rawwataa Leenjii qabeenya namaa
|
1
|
|
1.2.
|
Qabeenya kuusaa mana hojii
|
-Digrii lamffaa ykn Digrii jalqabaa HRM, Mgt, Seera fi kkf
-Dandeettii kompuuteraa fi afaan Oromoo kan qabdu
-muxannoo waggaa ----
|
Raawwataa Hojii Bulchiinsa Qabeenya Namaa
|
2
|
1
|
2
|
Gurmaa'insaa hojii irraa jiru sakata’uu fi sirreessaa ramaddii hojii gageessuu
|
3
|
Hojii Karoora Qabeenya Namaa qopheessuu
|
Diploomaa kollejii gosa barumsaa Mgt, IT, HRM, MIS
Dandeettii kompuuteraa fi afaan Oromoo kan qabdu
-muxannoo waggaa -----
|
Qindeessaa Rikkoordii fi Kuusaa
|
1
|
1
|
4
|
Hojii Foo'annoo fi Filannoo gageessuu
|
Diploomaa kollejii gosa barumsaa Mgt, IT, HRM, MIS
Dandeettii kompuuteraa fi afaan Oromoo kan qabdu
-muxannoo waggaa -----
|
Rawwataa Hojii Rikordifi Kuusaa Dhimma Hojjetootaa
|
1
|
|
5
|
Hojii Leenjii fi Misooma Qabeenya Namaa rawwachuu
|
Diploomaa kollejii gosa barumsaa Mgt, IT, HRM, MIS
Dandeettii kompuuteraa fi afaan Oromoo kan qabdu
-muxannoo waggaa -----
|
Rawwataa Hojii Rikordifi Kuusaa Dhimma hojii waliigalaa
|
2
|
|
5.1.
|
Leenjii yeroo dheeraa (biyyaa alaa fi biyyaa keessaa) mijeessuu
|
Kutaa 10 kan xumuree
Dandeettii afaan Oromoo fi hayama konkolaachisaa Doqdoqqee tokoffaa kan qabu
|
Poosteessaa mootoraa
|
1
|
|
5.2.
|
Leenjii yeroo gababaa biyyaa alaa mijeessuu
|
Hojii ergaa waajjiran keessaa gaggeessuu
Hojiiwwaan lakkoofsa gabatee 10 jalattii tareeffaaman keessaa lakkoofasa 8 jalattii jiran hunda ni rawwata
Hojii Haala mijeesuu waajjiraa rawwachuu
Hojiiwwaan lakkoofsa gabatee 10 jalattii tareeffaaman keessaa lakkoofasa 12 jalattii jiran hunda ni rawwatti
|
Kutaa 10 kan xumuree
Dandeettii afaan Oromoo
|
Ergamtuu
|
6
|
1
|
5.3.
|
Leenjii yeroo gabaabaa biyyaa keessaa qaamaa alaattiin kennamu
|
6
|
Leenjii Qabeenya namaa irrattii hojjetoota waajiraatif kennuu
|
7.
|
Xalyaa ba’ii fi galii ta’an keessumeessuu
|
8
|
Tajaajila Ergaa waajjira keessaa rawwachuu
|
9
|
Tajaajila ergama waajiraan alaa rawwachuu
|
10
|
Hojii Hordoffii Naamusa Hojii Hojjetootaa gageessuu
|
11
|
Tajaajila hayamaa, guddinaa fi soorama gaggeesuu rawwachuu
|
12
|
Haala mijeessuu
|
Dipiloomaa kolleejjii gosa barumsaa Sek. Sa. &Office Mgt
|
Baressituu Excutive
|
5
|
1
|
13
|
Hojii Komii Hojjetootaa Keessumeessuu
|
Dipiloomaa kolleejjii gosa barumsaa Sek. Sa. &Office Mgt
|
Barreessituu
|
11
|
1
|
14
|
Hojii Madaallii Raawwii Hojii Hojjattootaa
|
|
|
|
|
15
|
Hojii ergaa electronics
|
Hojiiwwaan lakkoofsa gabatee 10 jalattii tareeffaaman keessaa lakkoofasa 15 jalattii jiran hunda ni rawwatti
|
Digree jalqabaa computeraa, ICT fi dandeettii Afaan Oromookan qabu
|
Ogeessaa Ergaa electronicsii
|
1
|
|