1
|
Tajaajilli sadarkaa sadarkaadhaan kennamu qulqullina kan hinqabne fi yeroo keroorfame keessatti raawwatamu dhabu
| -
Kenni tajaajila keenyaa gahoomsa kan hinqabne ta’uu
-
Hojiiwwan raawwataman qulqullina dhabuu
-
Qajeelfama gahoomsa qabu dhabuu
-
Qinddominni ogeeyyii ogummaa adda addaa qaban jiduutti jiru laafaa ta’uu
-
Tarkaanfin fudhatamu gahoomsa dhabuu
| -
Qaamonni hojii keessaa jirani (ramadaman) gahoomsa kan qaban fi hojii kennameef gahuumsaan raawwatu danda’u jedhanii yaaduu
|
Qaamonni hojii keessaa jirani (ramadaman) hundi tajaajila wal qixxaa akka hin kennine ni beekama
|
Hojjetootni hundi kaka’umsaa fi dandeetin isaanii kan cimu yoo ta’e hojii yeroo jedhame keessaattii rawwachuu ni dandauu
|
2
|
Hanqinaa humna namaa fi gahumsa dandeettii
|
-Hojjetoota haraaa qacaramanis ta’ee k an duraanii qajeelfama hara’aa waliin yeroon wal baruu dhiisuu
|
Humni namaa dandeettii fi muuxannoo qabu gabaa irra yeroo barbaadame qacaruun ni danda’ama jedhanii yaaduu;
|
Humna namaa yeroo fi akka barbaadaniin battalatti gabaa irra argachuun hin danda’amu
|
Sirna dhiyeessii, humna nama, meeshaalee , loojestikii fi kkf cimaa ta’ee diriirsuun dandeetti raawwachiisummaa Abbaataayitichaa guddisuun ni danda’ama
|
3
|
Hojjetoota aangessuu dhabuu
| -
Hojjetaan hojii isaa irratti ofitti amanuuu fi hojii isaa murteessuu dadhabuu
| |
Hojetootaaf ittigaafatamuummaa yoo kennamee dirqamaa isaan kennamee haala qubsaa ta’e bahuu danda’u
|
Hojjetoota aangessuun tajaajilli qulqullina qabuu fi yeroo keroorfame keessaa kennamu ni danda’amaa.
|
4
| -
Qindominni ogeeyyii ogummaa adda addaa qaban jiduutti jiru laafaa ta’uu
-
Haalli to’annoo hojattota laafaa ta’uu
|
Hojetootni tokkoo tokkoo hojiif xiyyeeffannoo hin kennan
| -
Ogeeyyii hunduu erga hojiiti boba’annii gahee isaanii ni bahu jedhanii yaaduu
-
Hojattoonni hojii kanaaf ramadaman gahee hojii isaanii ni bahu jedhanii yaaduu
| -
Ogeeyyii tokko tokkoo qindoomina qabuun hojii raawwacha jiraachuu dhabuu ni mala.
-
Hojatootaa fi meeshaaleen hojii dirreef ramadamulee hojii kanaaf oolchuu dhabuu ni mala.
| -
Oggeeyyii gahuumsaa fi muuxannoo qabaniif ragaalee barbaachisan guutuudhaan hojii to’annoo irratti ramaduu ni danda’ama.
-
Ogeeyyii hojii to’annoo irratti ramadaman yeroo isaanii guutuu bakka hojiitii argamuu ni danda’u.
|
5
|
Hojjettota sirnaan kunuunsuu, guddisuu fi onnachiiftuu kennuu dhabuu
| -
Sadarkaa barumsaa fi muuxannoon hojje irratti hunda’uu hojjettootaaf guddisuuf caasaan hafeeru dhibuu
-
Hojjetaa bu’aa qabatamaa hojii isaa irratti argmsiisuuf onnachiiftuun kennamuu dhabuu
| -
Mootumman yeroo yeroon dabalata mindaa nikennaa jedhanii yaaduu
|
Hojjetoota onnechiiftuu fi sadarkaa guddinaa kennuun hojiif kakaasuu ni danda’ama
|
Sagantaa onnechiiftuu fi guddinii qopheesuun fi rawwachuun rawwatu gochuun rawwatumaa hojjetoota guddisuu barbaachisaadha.
|