Abbaa taayitaa misooma jallisii oromiyaa dokimeentii qorannoo "jbah" adeemsa hojii deegersaa misoomaa fi bulchiinsa qabeenya namaa


Quunnamtii Keessaa fi Alaa (Internal and External Interface)



Yüklə 404,95 Kb.
səhifə9/11
tarix29.10.2017
ölçüsü404,95 Kb.
#21709
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11

Quunnamtii Keessaa fi Alaa (Internal and External Interface)

Adeemsa hojii Misooma fi Bulchinsaa Qabenyaa Namaa yeroo amma hojii isaa yeroo raawwatu adeemsa raawwii hojii keessatti qaamolee keessaa fi alaa waliin wal-quunnamtii adda addaa ni taasisa.



3.3.1 Quunnamtii Keessaa


Adeemsa hojiiwwaan Misooma fi Bulchinsaa Qabenyaa Namaa adeemsaa hojii ijoo fi adeemsaa hojii deeggarsaa seektaraa keessaa jiran waliin wal-quunnamtii gudda ni qabaa. Bifuma wal-fakkaatuun adeemsa kun wal-quunnamtii keessaa tajaajiloota fi deggarsaa jala jiran hunda waliin wal-quunnamtii hojii hedduutti ni qaba. Dhimmootni adeemsi hojii kun kutaalee hojii keessaa adda addaa waliin wal-quunnamtii raawwatu gabatee armaan gadii irratti ballinaan ibsameera.
Gabatee 8 Quunnamtii Keessaa

Qaamota waliin wal-qunnaman

Dhimma wal-qunnamtii

Hogganaa ATMJO




  • Qajeelfamootaa fi kallattiiwwan hojii kennuu

  • Karooraa hojii mirkaneessuu fi raawwii hojii yeroo yeroon hordofuu, to’achuu fi gamagamuu

  • Rakkoolee adeemsa hojii keessatti uumamuuf furmaata tarsiimoo kennuu

  • Karoora fi tooftaalee raawwii tarsimoo abbaa taayiticha irratti qajeelfamaa fi murtiiwwan kennuu

  • Tooftaalee fi tarsiimoo hojii abbaa taayitichaa baballisuu irratti kallatti kennuu fi amansiisuu,

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

I/A/Hogganaa

  • Qajeelfamootaa fi kallattiiwwan hojii adeemsichaaf kennuu

  • Karooraa hojii adeemsaa mirkaneessuu fi raawwii hojii yeroo yeroon hordofuu, to’achuu fi gamagamuu

  • Rakkoolee adeemsa hojii keessatti uumamuuf furmaata tarsiimoo kennuu

  • Karoora fi tooftaalee raawwii tarsimoo adeemsichaa irratti qajeelfamaa fi murtiiwwan kennuu

  • Tooftaalee fi tarsiimoo hojii adeemsichaa baballisuu irratti kallatti kennuu fi amansiisuu,

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

A.H.Eksteenshini misooma jallisii

  • Humna namaa guutuu irrattii

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

Dhimmoota Koominikeshini Mootummaa

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

Tajaajila Karooraa fi Sagantaa

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

A.H.dhiyeessaa Bishaanii

  • Humna namaa guutuu irrattii

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

Loojestikii fi Bulchiinsa Qabeenyaa

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

A,.H. Bulchiinsaa Iskiimii

  • Humna namaa guutuu irrattii

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

Bittaa fi Buulchinsaa Faayinaansii

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

Tajaajila oditti fi Inspeekshinii Keesaa

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

Tajaajila Seeraa

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

Waajjiraalee Godinaa

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa

Waajjiraalee Aanaa

  • Tajaajilaa hooggansa qabeenya namma fi ragaalee fi odeeffannoo gurmaa’insa fi ramaddii hojii irratti

  • Tajaajila haala miseessuu fi ergaa



3.3.2 Quunnamtii Alaa

Adeemsi hojii Misooma fi bulchinsaa Qabenyaa Namaa tajaajila adda addaa waan kennuuf qaamolee adda addaa waliin wal-quunnamtii hojii yero yeroon ni taasisa. Bu’uuruma kanaan maamiltoota fi dhimamtoota kanaan gaditti ibsaman waliin wal-quunnamtii hojii dhimmoota adda addaa irratti ni taasisa.



Gabatee9 Wal-quummantii fi dhimma wal-quunnamtii Alaa

Qaamota waliin wal-qunnaman

Dhimma wal-qunnamtii

Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa

  • To’annoo fi hordoffii rawwii hojii, Labsii, dambi fi qajeelfamootaa adda addaa baasuu irratti

Waajjiraa Pireezidantti Mootummaa Naannoo Oromiyaa

  • Kallatti fi Qajeelfamaa hojii,

  • Waltajjii walitti dhufeenyaa fi mare maamilaa, dhimmamtootaa, qooda-fudhattootaa fi kennitoota tajaajila gorsaa jidduutti mijeessuu,

Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee Oromiyaa

  • Rammaddii Budgetaa, to’annoo fi hordoffii itti fayyadamaa baajataa

Biiroo Bishaanii, Albudaa fi Inarjii Oromiyaa


Biiroo Sivill Servisii fi Bulchinsaa Gaarii Oromiyaa

  • Caasaa seektarichaa raawwachuu fi hojii irra olchu

  • Rifoormi hojii irra olchuu

  • Ijaarsaa dandeetti hojjatootaa kennu

Biiroo Qonnaa Oromiyaa

  • Seeraa fi qajeelfamaa misooma fi buulchinsaa qabenyaa namaa bahan wal-jijjiru irratti

  • Hojjatootaa sadarkaa Ganda irratti jiran waliin fayyadamu irratti

  • Gorsaa fi deegarsa kennu fi walin hojjachuu irratti

  • Lenjii misooma jallisii waliin kennu irratti

Ministeera Bishaani, Jallisii fi Inarjii Federaaalaa,

  • Ijaarsaa dandeetti hojjatootaa kennu

  • Tajaajila gorsaa fi to’annoo hojii kennuu,

Yuunversitiiwwan adda addaa.

  • Ijaarsaa dandeetti hojjatootaa kennu

  • Lenjii fi barnootaa misooma jallisii kennu

BLATO

  • Lenjii fi barnootaa misooma jallisii kennu

Dhaabbilee Miti-mootummaa garaagaraa

  • Deegarsaa, ijaarsaa dandeetti irratti kennu

Instituutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa

  • Hojjatootaa wal-deegaru fi muxannoo gaarii jijjiruu irratti

Abbaa Taayitaa To’annoo Dhaabilee Misooma

  • Gorsaa fi deegarsa adda addaa kennu

Dhaabilee dhuunfaa

  • muxannoo gaarii jijjiruu irratti




Yüklə 404,95 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin