Abbaa taayitaa misooma jallisii oromiyaa dookimantii qorannoo "jbah" adeemsa hojiiwwan iskiimota gurguddoo fi jiddu galeessaa


Adeemsa Hojii Iskiimota Gurguddoo fi Jiddu galeessa Filatamee (The New Redesigned Process)



Yüklə 1,94 Mb.
səhifə14/27
tarix12.01.2019
ölçüsü1,94 Mb.
#96460
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   27

3.6 Adeemsa Hojii Iskiimota Gurguddoo fi Jiddu galeessa Filatamee (The New Redesigned Process)

Adeemsa hojii haaraa Bulchiinsa iskiimota Jallisii, horsisee bulaa/Qonnaan bulaa, abbootii qabeenyaa misooma jallisii irratti bobba’anii fi kkf misooma jallisii gaggeessudhaaf dhiyeessa bishaan jallisii hanga fi yeroo barbaadame keessatti argatani, teeknoloojiiwwan ammayyaa Bu'uuraalee iskiimota jallisiitiif bu'a qabeessa ta'an dhiyeessuuf gargaaranii fi fooyya’a ta’an qindeessee ogganuudhaan qaama ilaallatu hundaa hirmaachisee misooma jallisii gabaan ogganamuu fi bu’aa qabeessa ta’e qulqullina irratti hundaa’ee akka gaggeesan kan gargaaruudha.


Tooftaan Bulchiinsa iskoomota Jallisii kun humnoota misoomaa kan ta’an: humna uummataa, humna ATMJO, konsaltaantota, abbooti qabeenya misooma jallisii irratti bobba’anii fi kkf hammatee leenji fi baruumsaan deeggaramee bishaan jallisii wal -irraa hin cinnee fi itti fufiinsa qabu irratti kan xiyyeeffatee fi misooma jallisiitiin haawaasni hundi haala itti fuufiinsa qabuun jireenya isaa karaa fooyya’aa ta’een akka jijjiiru kan dandeessisuu dha.

Galte (Input):- Fedhi qonnaan bulaa/ karoora mootummaa

Bu’a Dhumaa (Outcome): - Bishaan jallisii wali-irraa hin cinnee fi gahaa ta’ee argame


Fakkii-: Maappii Ol-aanaa Adeemsa Hojii Haarawaa




A.H.I.Dhiyeessa Bishaan jallisii

-Qorannoo fi Dizaayinii iskiimota Miidhaman irratti

-wal-harkaa fuudhinsa iskiimota jallisii suphaa/ijaarsi isaanii xumuraman, deeggarsa teeknikaa adda addaa walii godhuu irrattii fi kkf

Seecoota (inputs)

-Fedhii Qonnaan/Horsiisee bulaa/ Karoora


Sakatta'iinsa Iskiimota Jallisii Gaggeessuu

  • Sakatta'iinsa iskiimota (scheme condition survey) Bu'uurawwan iskiimota jallisii, inspeekshinii paampotaa fi Elektiroo makaanikaalaa, Gaggeessuu

  • Dokumantti sakatta'iinsa gaggeeffamee (scheme condition survey) iskiimota jallisii Raggaasisuun yaada furmaataa Qaama Dhimmi ilallatuuf dabarsuu

  • Fedhi fi ispeesifikeshinii teeknooloojii Bu'uuraalee Iskiimota jallisiitiif barbaachisu(Spare parts fi meeshaalee Elektiroo makaanikaalaa fi kkf.) qindeessuu fi qaama dhiyeessuuf dabarsuu


Gurma’iinsa ummataa (community mobilization)


  • Itti fayaadamtootaa misooma Jallisii kakaasuu, hubannoo uumuu, raayya misoomaatiin gurmeesuu

  • Itti fayyadamtotaa misooma JallisiiWIBJ tiin gurmeessuun qaamaa seerummaa akka argatan haala mijeessuu


Hojii Oppireeshinii, Suphaa, Raabsaa Bishaanii fi Hordoffii Faasilitti Jallisii

  • Wal-haarkaa fuudhinsaa Iskiimota xumuramanii Gaggeesuu

  • Sagantaa Raabsa Bishaan (Watar schedual)jallisii Qopheessuu

  • Dookimantii Oppireeshinii fi Suphaa ,"cost recovery" Qorachuun Qopheessuu.

  • Dookimantii Oppireeshinii,suphaa , cost recovery" fi sagantaa raabsa bishaanii (watar schedual) bahe irratti leenji fi hubannoo uumuun hojjirra akka oolu hordofuu

  • Hojii Elektro makaanikaalaa (suphaa paampotaa ,accessories, etc ) )gaggeessuu

  • Hordoffii fio Deeggarsa bu'uuraalee iskiimotaa Jallisii Gaggeessuu

Ekisteenshinii Misooma Jallisii Gaggeessuu

  • Haala duree paakeejii hojii irra olchuuf guutamu isaani mirkaneefachuu

  • Paakeejii sagantaa bahe irratti hundaa’udhan hojii irra olchuu


Omisha fi omishtummaa qonnaa haala barbaadameen omishamee


3.6.1 Adeemsa Hojii Haaraa Iskiimota Gurguddoo fi Jiddu Galeessaa

Adeemsi hojii ijoo Iskiimota Iskiimota Gurguddoo fi Jiddu galeessaa hojiin jalqabaa kaasee hanga dhumaatti seecoota (in put) fudhatee hanga bu’aa dhumaa argamsiisuutti haala waliigalaa ta’een kan raawatamu dha. haaluma kanaan.


Gabatee-: Seecoota (inputs) fi Bu’aa Battalaa Adeemsa Hojiiwwan Ijoo

Adeemsa Hojiiwwaan ijoo

Seecoota (In put)

Bu’a (Out put)

Adeemsa Hojii Ijoo Ekisteenshinii Misooma Jallisii fi Hirmaanaa Ummataa



  • Gaaffii fi fedhiin maamilaa/Karoora

  • Sosochii uummataa uumuu

  • Qunnamtii qaamoolee misoomaa uumuu

  • Qophii Paakejii Ekisteenshinii

  • paakejii Babal’isuu

Omishaa fi omishtumman dabalee fayyadamtootni jallisii jireenya isaa foyya’ee

Adeemsa Hojii ijoo Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii jallisii



  • Gaaffii fi fedhiin maamilaa/Karoora

  • Sakatta'iinsa iskiimota (scheme condition survey) Gaggeessuu

  • Bu'uurawwan iskiimota jallisii, inspeekshinii paampotaa fi Elektiroo makaanikaalaa, Gaggeessuu

  • Dokumantti sakatta'iinsa gaggeeffamee (scheme condition survey) iskiimota jallisii Raggaasisuun yaada furmaataa Qaama Dhimmi ilallatuuf dabarsuu

  • Fedhi fi ispeesifikeshinii teeknooloojii Bu'uuraalee Iskiimota jallisiitiif barbaachisu (Spare parts fi meeshaalee Elektiroo makaanikaalaa fi kkf.) qindeessuu fi qaama dhiyeessuuf dabarsuu

  • Maanajimantii Bishaan jallisii, O&M Cost recovery, hojii elektiroo makaanikaalaa paampotaa fi kkf.

  • Kenna tajaajiila qulqullinaa fi saffina qabu

Iskiimii Fayyuummaan isaa eegamee argame





3.6.2 Adeemsaa Hojiiwwan Gurguddoo fi Yaa’insa Hojii Hirmannaa Uummataa



i. Gurma’iinsa Waldaa Itti fayyadamttootaa Bishaan Jallisii
Itti Fayyaadamtoota Bishaan Jalliisii Waldaadhaan gurmeessuu keessatti hojiiwwan raawwataman


  • Naannoo jallisiin itti gaggeeffamu ragaa sassaabuu fi xinxaluudhaan fedhii itti fayyadamtootaa addaan baasuu.

  • Barbaachisuumaa waldaa itti fayadamtoota jalisii, gurma’iinaa fi dambii ittiin bulmaata keessaa irratti hubannoo uumuu.

  • Ittifayadamtoota jallisii waldaa ittifayadamtoota bishaan jallisittiin gurmeessuu.

  • Waldaalee ittifayyadamtoota bishaan jallisii hordofuu fi cimsuu

  • Baasii itti fayyadamaa fi suphaa ijaarsa bishaan jallisii tiif miseensoota irraa kaffaltii akka sassaabamu gochuu.

  • Miseensonni hundi jallisii ijaarame abbummaadhaan eeguu fi itti fayyadamuu akka danda’an gochuu.

  • Misoomni hojii misooma jallisii yeroodhaan jalqabuu akka danda’amuuf bo’oo jallisii yeroon akka qulqula’uu itti fayyadamtootni jallisii meeshaalee naannoo walitti qabuu fi humna isaanii qindeessuudhaan suphaa fi haaromsaa akka raawwatan gochuu.

  • Waldaa Itti fayyadamtootaa misoomaa Jallisii Muxaannoo garii qabaan adda basuu , Qindeesuu fi babalisuu.

  • Ittifayadatoota bishaan jallisii hordofuu fi qaama seerummaa akka argatan degarsa gochuu.

  • Ummata waliin hordoffii fi gamaaggama gaggeessuu.

  • Gurmaa’insaa ittifayyadamtoota bishaan jallisii ilaalchisee gabaasa qopheessuu fi dhiyeessuu.

  • Gabaasa gurmaa’insa ittifayyadamtoota bishaan jallisii irratti dhiyaate xinxaluu.

  • Waldaan itti fayyadamtoota jallisii ijaaramee argame

ii. Hojii Gurguddoo Haawaasa Misoomaaf Kakaasuu Fi Gurmeessuu


  • Itti fayadamtoota misooma jallisiif hubannoo gaha ta’e kennu

  • Itti fayadamtoota misooma jallisii kakaasuu fi ijaaruu (gurmeessuu),

  • Hojii misooma jallisii irratti hubannoo fi dadaamaqina uumu (Raising awareness and concious)

  • Yaada fi hanqina (gap) teeknoloojii dabarsuu irratti dhiibbaa fidan sakatta’uu fi qorachuu;

  • Rakkoolee mudataniif furmaata kaa’u odeeffannoo kennuu fi ---kkfdha.

  • Jallisii xixiqqaa hirmannaa uummataan hojjeetamaan kan akka jallisii aadaa, Haroo,Boollaa harkaa fi kkf adeemsaa diyeesaa bishaanii waliin ta’uun ni raawwata.

  • Qorannoo projeektii duraa fi gadii fagoo keessaatti dokimeentii hirmmanaa uummataa ni Qopheesa.

  • Ijarsaa projeektii irraatti ummanni gahee isaa akkaba’uu ni godha.

Fakkii-: Mapii Adeemsa Hojii Hirmmannaa Uummataa


1. Itti fayaadamtootaa misooma Jallisii kakaasuu, hubannoo uumuu

3. Faayidaa fi bu’aa gurmaa’ina jallisii irrattin hubannoo kennuu
4. Itti fayyadamtotaa misooma JallisiiWIBJ tiin gurmeessuun qaamaa seerummaa akka argatan haala mijeessuu
Itti fayyadamtoota Misooma Jallisigurmaa'eeGa’uumsii fi humni raawwachisummaa isaanii cimee hojiitti Galee



EBWHG

  • Qaamaa seerummaa WIBJ tiif keennuu

  • Haalaa Gabaa mijeesuu irratti


AHI.Bulchiinsaa Iskimii

Canalii qulqulleessuu fi suphuu

Qarshii suphaa fi operashinii guuruuf

Cost recovery’ guuruuf


2. Itii fayyadamtootaa misooma jallisii raayya misoomatoon gurmeesuu

Fakkii-: Yaa’iinsa Ijaarsa Waldaa Ittifayyadamtoota Jallisii

Fedhii/Rakkoo itti fayyadamtootaa WIBJ addaan baasuu
Itti fayyadamtoota addaan baasuu fi galmeessuu

Ittii fayyadamtoota bishaan jallisi waldaan gurmeessuu



Sochii qabatamaa itti fayyadamtoota bishaan jallisii hordofuu fi qaama seerummaa akka argatan gochuu
Hordoffii fi gamaaggama hojii gaggeessuu

Waldaan itti fayyadamtoota jallisii ijaaramee argame hojii misooma jallisiif qopha’ee

Waldaa itti fayyadamtootaa hordofuu fi jajjabeessuu



Barbaachisummaa waldaa, gurma’inaa fi dambii ittiin bulmaataa irratii hubannoo uumuu

Fakkii-: Yaa’insa Hojii Haawaasaa Misoomaaf Kakaasuu fi Gurmeessuu



1Qonnaan bulaa kakaasuu, hubannoo uumuu

2 Faayidaa fi bu’aa gurmaa’u ilaachisee hubannoo qabsiisuuf wal gahii fi marii adda addaa geggeessuu

3. Qonnaan bulaa Rayyaa misoomatiin gurmeesuu gurmeessuu

4. Qonnaan bulaa gurmaa’ee haala tajaajila argachuu danda’u ilaalchisee mijeessuu

Qonnaan bulaa fedhiin gurmaa’e leenjiif qophaa’e



Feedhii/Rakkoo Qonnaan bultootaa



Yüklə 1,94 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   27




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin