Abbaa taayitaa misooma jallisii oromiyaa dookimantii qorannoo "jbah" adeemsa hojiiwwan iskiimota gurguddoo fi jiddu galeessaa


Adeemsa Hojiiwwaan Ijoo Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii Iskimoota Jallisii



Yüklə 1,94 Mb.
səhifə15/27
tarix12.01.2019
ölçüsü1,94 Mb.
#96460
1   ...   11   12   13   14   15   16   17   18   ...   27

3.6.3 Adeemsa Hojiiwwaan Ijoo Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii Iskimoota Jallisii





  • Adeemsi hojii kun Fedhii, rakkoo ykn karoora dhiyaate xiinxaluu, Fedhii fi rakkoo iskiimota jallisii addaan baasuu,kan hirmaannaa uummataatiin hojjatamuu fi humna isaatii ol ta'e Addaan baasuun tartiibaan kaa’uu (Prioritize)

          • Adeemsichi fedhii fi rakkoo Kenniinsa tajaajila iskiimota jallisii naannoo qonnaan/Horsiisee bulaa erga addaan baasee booda Hojii Fizikaalaa fi Madda Faayinaansii ni mijeessa

          • Hojiiwwan Bu'uuraalee iskiimota jallisii Addaan Baasuu fedhi fi ispeesifikeshinii teeknooloojii Elektro makaanikaalaa iskiimota jallisiitiif gargaaran (spare parts) qindeessuu, sakatta'iinsa iskiimota jallisii,hojii inventarii survey,ni gaggeessa.

          • Hojiin Qorannoo Gadifagoo suphaa,haaromsaa fi babal'isuu iskiimotaa,Dizaayinii fi Ispeesifikeeshinii isaa qaamni illaallatu yeroon akka gaggeessuuf Dookimnatii sakatta'iinsa iskiimota jallisii gaggeeffamee Qindeessee Dabarsuu irratti bal’innaan ni hojjata.

          • Adeemsa Hojii Haaraa kana keessa, hojiiwwaan Bulchiinsa iskiimota jallisii sadarkaa Jallisii Aadaa irra egale hanga Iskiimota xixiqqaatti gutumaan guututti adeemsa hojii kan keessatti kan raawwatamu ta’ee, qorannoon fi Dizaayiniin iskiimota jallisii adda addaa kan akka haaromsuu fi babal'isuu (rehabilitation & expansion”) hundi ammoo gama dhiyeessa bishaan jallisiitiin kan gaggeeffamu ta'a )

          • Hojiin Bulchiinsaa fi Too'annoo suphaa,Haaromsuu fi Babal'isuu iskiimota jallisii Qaamota adda addaatiin hojjataman haala dizaayinii isaatiin hojjatamuu isaa mirkaneeffachuudhaan wal-harkaa fuudhiinsa isaa gaggeessudhaan,hojiitti akka galu abbummaadhaan ni hojjata

          • Hojiin Oppiraashinii," cost Recovery". Opiration & Maintenance cost, Manaajimantii bishaanii,Wal-irraa fuudhiinsa projektoota Ijaarsi isaanii xumuramanii fi suphaaleen Paampiwwan adda addaa akkasumas,leenjiiwwan adda addaa Adeemsa kana jalatti kan raawwatamaniidha

          • Adeemsa hojii gamaaggama sadarkaa sadarkaadhaan gaggeessudhaan duub-deebii ”Feedback” argame hojii keessatti hammatee ni raawatama,




Fakkii-: Yaa’insa Adeemsa Hojii Ijoo Oppireeshinii,Suphaa Fi Hordoffii Faasiliitii Iskimootaa

Gareen ‘‘sakatta'iinsa iskiimotaa gaggeessu gaafii dhiyaate irratti hundaa’udhaan gara gandaatti/blookii gadi bu'udhaan sakatta'iinsa iskiimotaa ni gaggeessa,deebii gama hirmaannaa Uummataatiin argachuu qaban gandarratti/blookitti akka argatan ni godha. (4) (guyyaa-10)

Ogeeyyiin ‘sakatta'iinsa iskiimotaa raawwatan gabaasa qopheessee gaggeessaa gareetiif ni dhiyeessu. (5) (Guyyaa-5)

Fedhii Maamila/Karooraa


Maamilli Gaafii Rakkoo Bu'uuraalee iskiimota jallisii irratti Qabuu I/G Pirojektiitiif ni dhiyeessa (1) (Sa’aatii 1)

I/G Pirojektichaa gaafii dhiyaate xinxaludhaan gara adeemsa hojii ijoo Oppireeshinii,Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii jallisii ni qajeelchaa (2) (Daqiiqaa,(20)

Adeemsa hojii ijoo Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii jallisii Pirojektichaa gaafii dhiyaate irratti hundaa’udhaan hojii addaan baafannaa raawwachuuf marii ni gaggeessa, garee sakatta'iinsa rakkoo iskiimotaa gaggeessu ni gurmeesa (3) (guyyaa-2)
Firii sakatta'iinsa iskiimotaa humna uummataatiin raawwatame.


1

Gaggeessaan adeemsa hojii ijoo Oppireeshinii,Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii jallisiixalayaa gaggeessituu barreessuudhaan erga mallatteessee booda Faaksii/Emeeliidhaangara ATMJOtti ni erga.(8) (daqiqaa 30)


Gaggeessaan garee gabaasa dhiyaate ilaaludhaan sirreessee Gara I/G/ pirojektichaatti ni dabarsa (6) (Guyyaa 1)
I/G pirojektii gabaasa dhiyaate sirrIi ta’uu isaa ni mirkaneessa (7) (Guyyaa 3)
Manni galmee ATMJO Wixinnee tekinikaa fi faayinaansii sakatta'iinsa iskiimotaa gaggeeffamanii pirojektoota irraa dhiyaate galii ni godha, I/G Adeemsichaatiif ni dhiyeessa (9) (Daqiqaa 30)

Abbaan Adeemsa hojii Ijoo Bulchiinsa iskiimii wixinee teekinikaa fi faayinaansii sakatta'iinsa iskiimotaa gaggeeffamanii pirojektoota irraa dhiyaate waliigalli isaa akka qindaa’u ogeessaaf ni qajeelcha (10) (Daqiqaa 30)


Ogeessi Adeemsa Bulchiinsa iskiimotaa wixinee teekinikaa fi faayinaansii sakatta'iinsa iskiimotaa gaggeeffamee Pirojektoota irraa dhiyaate ni qindeessa, yaada sirreeffamaa godinaalee waliin qunnamuudhaan ni sirreessa A/Adeemsa hojiitiif ni dhiyeessa (11) (Guyyaa 15)
A/Adeemsa hojii ijoo Bulchiinsa iskiimii Dookimantii gaafi baajataa xumurame sirrii tau’u isaa ni xiinxala, yaada sirreeffamaa kennee gara ogeessa qindeesseetti ni kenna.(12) (Guyyaa 2)

Ogeessi Adeemsa Bulchiinsa iskiimotaa dokimanti gaafii baajataa xumurame yaada kenname ilaaludhaan ni sirreessa,xalayaa gaggeessituu qopheessee mallatteessudhaan gara mana galmeetti ni erga. (13) (Guyyaa 3)

Tajaajilli karooraa fi sagantaa, fedhii fi kaoora hojii sakkatta'iinsa Bulchiinsa iskiimotaa gaafi baajataa ATMJO keessa galchudhaan gaafi baajataa kan ATMAJO ni qindessa,Maanajimantiif ni dhiyeessa (15) (Guyyaa 10)

Mannii Galmee xalayaa mallattaaye tajaajila karooraa fi dhimma ilaaluuf ni raabsu (14) (Daqiqaa 20)
Maanaajimantiin baajata ATMAJO qophaa’e irratti yaada sirreeffamaa ni dhiyeessa (16) (Guyyaa 2)

Tajaajilli karooraa fi sagantaa gaafi baajataa ATMAJO sirreeffame ni qindeessa ,xalayaa gaggeessituu qopheesse mallattoof Ogganaaf ni dhiyeessa.(17) (Guyyaa 3)

Mannii Galmee xalayaa mallattaaye MMDO fi dhimma ilaaluuf ni raabsu (20) (Guyyaa 2)

Ogganaan ol'anaa Adeemsichaa (ATMJO) xalayaa dhiyaate irratti ni mallatteessa (18) (Guyyaa 1)

Haala mijeessituun Ogganaa xalayaa mallattaa’e gara mana galme ni ergiti (19) (Daqiqaa 30)


I/A/Ogganaa dookimanti gaafi baajataa xumurame xalayaa gaggeessituun akka barreeffamu gara garee bulchiinsa iskiimitiif ni qajeelcha (59) (Guyyaa 1)



6

MMDO gaafi baajataa ATMJO irraa dhiyaate irratti yaada sirreeffamaa ni dhiyeessa (21) (Guyyaa 10)

Tajaajilli karooraa fi sagantaa yaada sirreeffamaa MMDO irraa dhiyaate irratti marii adda addaa fi hojii sirreeffamaa ni hojjata (22) (Guyyaa 7)


Maanaajimantiin ATMJO gaafi baajataa dhiyaate ilaalchisee oggantoota MMDO waliin mariin ni taasifama (23) (Guyyaa 1)
MMDO ‘’budget ciling’’ ATMJO ni beeksisa (24) (Guyyaa 10)
Tajaajilli karooraa fi sagantaa ,Abbotti Adeemsaa, Hojii ATMJO haaluma ‘’budget ciling’ MMDO irra kenname irratti hundaa’udhaan sirreeffama hojii fi gaafi baajataa irratti ni taasifama (25) (Guyyaa 7)
MMDO baajata sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimotaatiif qabame ni beeksisa (26) (Guyyaa 10)
Tajaajilli karooraa fi sgantaa, Abbootii adeemsa hojii haaluma hojii fiizikaalaa fi baajataa kennameen sagantaa hojii fizikaalaa fi baasi faayinaansii ni hojjatu,sagantaa hojii fiizikaalaa fi baasii faayinaansii qophaa'e gara I/G pirojektiitti ni erga. (27) (Guyyaa 5)

7


Firii sakatta'iinsa iskiimotaa Dhiyaate

I/G Pirojektichaa sagantaa hojii fizikaalaa fi baasi faayinaansii ergame ni xiinxala abbooti adeemsaa tiif ni beeksisa (28) (Guyyaa 2)



Ogganaan pirojektichaa karooraa fi sagantaa hojii qophaa’e mirkaneessuun qaama dhimmi ilaaluuf ni raabsa (31) (Guyyaa 2)
Adeemsa Hojii Ijoo Oppireeshinii,Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii jallisii hojii fi baajataa isaaf qabamee ni hubata, sagantaa hojii fizikaalaa fi baasii faayinaansii irratti ogessota garee waliin ni mari’ata (29) (Guyyaa 5)

Adeemsi hojii sagantaa hojii, humna namaa hojiichaaf barbaachisu, logistikii fi meeshaalee hojiif barbaachisan adda baasee I/A/ogganaaf ni dhiyeessa (30) (Guyyaa 2)
Ogeeyyiin hojii direetti bobba’udhaan sakatta'iinsa iskiimota jallisii (scheme condition survey) hojjatani dhiyeessu (32) (Guyyaa 25)

Hojii Qorannoo fi Dizaayinii suphaa, haaromsuu,babal'isuu iskiimotaa sadarkaa godinaan hojjatamu irrtti gareen adeemsa hojii Bulchiinsa iskiimii hordoffi fi to’annoo hojii ni gaggeessaa (90) (Guyyaa 10)



9


Yaadamoota keessaa ilaalaman

  • Yaa’insa Adeemsa haaraa isteepota 32 kan fudhatuu fi adeemsa kana keessatti yaadamoota ilalaman :-

  • Hojiiwwan Bulchiinsa iskiimota jallisii abbaa taayitichaa sadarkaa qulqullina isaa eeggate yeroo fi baasii madalawaan raawwachuuf teeknoloojii odeeffannootti (IT) fayyadamuun dhimma filannoof kan dhiiyaatu miti.

  • Hojiiwwan qorannoo fi dizaayinii iskiimota jallisii ragaalee wal-jijjiiruuf carraan itti fayyadama teekinoolojiwwan hammayyaa kan akka softiweeriwwan ogummaan wal-qabatan adda addaa bal'innaan fayyadamu

  • Ogeessa hundinu Personal Computer fayyadamudhaan dokumantti qopheesuu fi gabaasaa hojjachuu ni danda’amaa

  • Kominikeeshinii Godinaalee fi ATMJO jidduu jiru E-mail fi faaksidhaan ni danda’ama

  • Ogeessonni sadarkaa sadarkaadhaan angessuu fi itti gaafatamummaa uumuu


Gabatee-: Cuunfaa (Summery) Yaa’insa Adeemsa Hojii ijoo Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii jallisii


Lak

Qaama Dhimmi ilaalu

Yeroo Deddeebii

Yeroo Deddeebii Dhibbentaadhaan

1

Maamilaa

1

3

2

Oogganaa ol'aanaa Adeemsichaa

3

9

3

Hojjattoota Pirojekticha

12

38

4

A.H.Bulchiinsa iskiimii ATMJO

2

6

5

Ogeeyyii A/.H.Bul.iskiimii ATMJO

2

6

6

Mana Galme

3

9

7

Tajaajila karooraa

5

16

8

Haala mijeessituu

1

3

9

MMDO

3

9




Waligalaa

32

100


3.6.4 Hojii Gurguddoo Eksteenshinii Misooma Jallisii





  • Tarsiimoo, Imaamataa,fi Qajeelfamoota Abbaa Taayitichaa ni rawwata

  • Qonnaan bulaa fi horsiisee bultootni qabeenya lafaa fi bishaan jallisiif ooluu danda’aniin fayyadamanii jiruuf jireenya isaanii akka foyyeessanii fi galiin isaanii akka guddatu tajaajila ogummaa ni kenna.

  • Hojiiwwan Agronomii jallsii qophii lafaa irraa eegalee hanga omishni sassabbamuttii (qophii lafaa, yeroon facaasuu, ittifayyadama calla guddistuu, bishaan kennuu, kunuunsuu fi eegumsa midhaanii) ni raawwata, ni raawwachiisa.

  • Fedhii callaa guddistuu ni qindeessa, haala fayyadamtootaaf dhiyaatuu fi liqiin itti argamu ilaalchisee qaama ilaalu wajjiin ni hojjeta.

  • Hojii hojjetanii agarsiisuu ni gageessaa, sagantaa do’ii qopheessuun fayyadamtootni akkaa irraa baratan ni taasisa.

  • Muuxannoo gaggaarii qindeessuun akkaa babal’atan ni taasisa.

  • Odeeffannoo gosa midhaan adda addaa (kuduraa, muduraalee fi midhaan biro) gabaa irratti barbaadamaa addaanni baasa, ni filata,s adarkaa qulqullina isaanii eeggatee akka omishaman ni hordofa, deeggarsa ogummaa ni kenna.

  • Omishni misooma jallsii qonnaan bulaa omishe (out grower) warshaalee xixiqqaaf galtee akka ta’u walitti fiduun haala ni mijeessa, ni qindeessa, ni raawwata.

  • Manca’ina omisha jallisii hir’isanii dhabamsiisuuf eegumsaa fi too’annoo dhukkubaa fi ilbiisota yeroodhan akka gaggeeffamu ni hordofa, deeggarsa barabachisu ni kenna.

  • Omishni jallisii osoo hin manca’ini haala itti tursiisanii fi gabaadhaaf dhiyeessan (post harvest handling) irrati ni hojjata.

  • Dandeettii raawwachiisummaa sadarkaan jiru guddisuuf leenjii adda addaa ni qindeessa, ni raawwata, kanaaf kan gargaaran maanuwaalii fi barruulee adda addaa ni qopheessa.

  • Hojii dabalataa Abbaa Taayitichaatiin kennamu ni raawwata, ni raawwachiisa.

  • Gabaasa karooraa fi Raawwii hojii Adeemsa kanaa ni qopheessa, qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa.



3.6.4.1 Yaa’insa Hojii Ekisteenshinii Misooma Jallisii
Fakkii-: Yaa’insa Hojii Fedhii Fi Rakkoo Sassaabuu Adeemsa Ekisteenshinii Misooma Jallisii
3. Qonnaan bulaa irraa fedhii fi rakkoo sassaabuu; fedhii fi rakkoo sassaabame keessatti ragaan barbaachisaa ta’e gutamuu

Fedhii addaan bahe

4. Ragaa sassaabamee qindeessuu, gurmeessuu fi xinxaluu

5. Ragaa xinxalamee irratti hundaa’udhan fedhii fi rakkoo jiru sadarkaadhan kaa’u

-Fedhii maamilaa

- Imaamataa fi tarsiimoo

Mootummaa

-Angoo fi ergama ATMJO

-Ittiifayyadamtoota misooma jallisii haallii hubannoon isaanii sadarkaa ol’aanaa guddate


1.Sagantaa hojii fedhiin sassaabuu fi raga funaanuu baasuu

2. Haala fedhiin fi ragaa fuunaanuuf haala duree barbaachisuu mijeessuu fkn guucaa qopheessuu

Fakkii-: Yaa’ins Hojii Qunnamtii qaamoota teeknooloojii maddisisanii
2.Qaamoota teeknooloojii maddisisanii fi raabsan waliin marii gaggeessuu
Haalaa gaafitiin Teeknooloojiin addaan ba’ee argame

4. Gahee hojii qaamolee teeknooloojii irraa argamu, qooduu fi beeksisuu

Qaamota teeknoolojii maddisiisan


  • Maddisisuu

  • Madaqsuu

  • Raggaasisuu

  • Dhiheessuu

Fedhii fi rakkoo qonnaan bulaa sasaabbame qindaa’e

1Yaadaa fi fedhii jiru irrattii hunda’uun teeknooloojiin kun iddoo argamuu sakata’uu

3. Fedhii fi rakkoo qonnaan bulaa irratti hundaa’udhan wixinee karoora qophaa’ee irratti marii’achuu, gabbisuu fi mirkaneessuu
Maddaa callaa guddidtuu

Ejensii babal’ina waldaa hojii gamtaa

Fakkii-: Yaa’insa Hojii Qophii Paakeejii Ekisteenshinii Qonnaa


1. Madda odeeffannoo ragaa paakeejii qopheessuuf gargaaran addaan baasuu fi qindeessuu; ragaan qindaa’ee paakeejii qopheessuuf kan gargaaru yoo ta’e guutuu ta’u isaa ilaalu fi addaan baasuu
2 Odeeffannoowwan fi ragaalee argaman qophii paakeejiitiif guutuu ta’uu isaa mirkanneessuu; guutuu ta’u isaa yeroo mirkana’u wixinee paakeejii qopheessuudhan mariif akka dhihaatu taasissu

3. Wixinee paakeejii qindaa’ee irratti qonnaan bultoota, qoodaa fudhattoota fi ogeessota mari’achisuu;

4.Yaada argamee irratti hundaa’udhan sirreefama gochuu fi gabbisuu;

Dokumantii paakeejii qopheessuu;



5.Teeknoloojiiwwan (Callaa guddistuu) fi odeeffannoowwan kan biroo qaama dhimmi ilaalatu beeksisu

6. Dokumantii paakeejii qophaa’ee baayy’sudhan qaama dhimmi ilaaluuf raabsuu

Fedhii qonnaan bulaa addaan bahe,

Paakeejii fedaraalatti qophaa’ee eergame

Dokumantii paakejii ekisteenshinii misooma jallisii fayyadamtoota leenjii irraatti kennuu fi dabarsuuf qoph’aee


Fakkii-: Yaa’insa Hojii Kenninsa Leenjii


Paakeejii fi maanuwaalii leenjiif qophaa’ee




1Qonnaan bultoota paakeejii hojii /jallisii hojii olchuuf hirmaatan filachuu;


2 Qabiyyee paakeejii qophaa’ee irratti hundaa’udhan toftaa leenjii paakeejii kennaman ykn raawwataman ilaalchisee”TOR”qopheessuu



3. Leenjii paakeejii hojii irraa olchuuf barreefama leenjii fi meeshaalee barnootaa dhiheessuu fi qophii duraa gochuu




4 Qophiin duraa erga mirkana’een booda haala sagantaa qabameen leenjii kennuu

Fakkii-: Yaa’insa Hojii Paakeejii Hoji Irraa Akka Oluu Godhuu



3. Paakeejii sagantaa bahe irratti hundaa’udhan hojii irra olchuu

4. Eegumsa fi to’annoo ilbisoota midhaani fi dhukkuboota dadarbaa beeyiladaagaggeessuu

6.Guyyaa ayyaana qonnaan bulaa qopheessuu, qooda fudhatootaa fi itti fayyadamtoota afeeruu, yaada fudhachuu, ciminaa fi dadhabina hojii addaan baasuu fi yaada furmaata fudhachuu
1Haala duree paakeejii hojii irra olchuuf guutamu isaani mirkaneefachuu

5.Haala amalaa teeknoloojiichaatin qulqulina omishaa eeguuf inspeekshinii gaggeessuu, ragaa qindeessuu, rakkoo muudateef furmaata kennuu tajaajila gorsaa keennuu



Omisha fi omishtummaa qonnaa haala barbaadameen omishamee

9.Bu’aa qabeessummaa teknoloojichi qabu irratti hundaa’udhan itti fayyadamtootaa fi qooda fudhatoota beeksiisuu.

8. Ragaa bu’aa qabeessummaa teeknoloojiichaa qindeessuu
7. Hojiiwwan omisha boodaa yeroodhaan jalqabsiisuu,hordooffii , gargaarsaa fi gorsa ogummaa barbachisa ta’ee kennuu

Karoora paakeejii, qonnaan bulaa leenjii’ee fi gareen ijaarame

2Qonnaan bultoota hirmaachisuudhan qonnaan bulaa fakkii ta’an (moodela) fi iddoo hojii filachuu


  • Sagantaa raawwii hojii qopheessuu


Biiroo Qonnaa Oromiyaa

Ganda irraatti Hojjetoota Misoomaatiin tajaajila eksiteenshinii jallisii kennuun


Fakkii-: Ya’iinsaa hojii misooma gabaa oomishaa jallisii

Feedhii maamilaa/Rakkoo Gabaa omisha jallisii

Ragaa Oomishaa jallisii sassabuu fi dabarsuu

Feedhii fi dhiyeesii omisha addaan baasuu

Odeeffannoo gabaa oomishaa jallisii sassabuu fi dabarsuu

Rakkoo gabaa oomishaa jallisii qorachuun qaama dhimmi ilaaluu waliin ta’uun furmata keennuu.

Haala gabaa mija’aa ta’e umamee




Hordoffii fi Gamaaggama Kenna Tajaajila Ekisteenshinii Jallisii


  • Paakeejiin ekisteenshinii misooma erga hojii irra oolee eegalee sochiiwwan hojii jalqabaa kaasee hanga xumuraatti hojiiwwan gurguddoo keessatti hojjetaman hordoofuu fi raawwii isaa gamaaggamuudhaan ciminaa fi hanqinoota mula’atan addaan baasuun kan hojjatamu dha.




  • Haaluma kanaan, gamaaggama raawwii tajaajila ekisteenshiniimisooma jallisis sadarkaan kenna tajaajila ekisteenshinii irratti argamu baruu fi sirreeffama barbaachisaa ta’e kennuudhaaf akka danda’amu, bu’aa qabeessummaa raawwii paakeejii fi hojii idilee beekuu fi hojiiwwan itti aanan karoorfachuuf gargaara. Akkasumaas rakkkoolee raawwii hojii keessatti mudatan addaan baasuudhaan sirreefama gochuuf, rakkoon mudate qabiyyee paakeejii wajjin kan wal qabate yoo ta’e qabiyyee paakeejiin irra deebi’ame akka ilaalamuu ni dandeessisa.




  • Dabalataan hojiin kun rakkoolee gurguddoo fi dhimma qo’annoo barbaadan bu’aa gamaaggama ekisteenshinii irratti hundaa’udhan kan addaan bahan irratti qaama ilaallatu hirmaachisuudhaan qo’annoo gaggeessee furmaanni akka barbaadamu ni taasisaa.

Fakkii-: Yaa’insa hojii Ekisteenshini Qonna Jallisii fi Hirmannaa Uummataa


Fedhii uummataa, Karooraa mootummaa

Fedhii/rakkooXiinxaluu

Qunnamtii qaamoota teeknooloojii maddisisanii gageessuu

Qophii Paakeejii Ekisteenshinii Misooma Jallisii


Leenjii kennuu

Paakejii Hojii irraa oolchuu

Oomishtootaa fi itti fayaadamtoota walitti fiduun (market Linkeage)

Uummata kakaasuu fi gurmeessuu

Omisha qulqullinaan omishamee gabaaf dhiyaatee


Yüklə 1,94 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   11   12   13   14   15   16   17   18   ...   27




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin