Adeemsawwan hojii ijoo hojiiwwan Bulchiinsa Iskiimotaa haraa adeemsa raawwii hojii keessatti qaamolee keessaa fi alaa adda addaa waliin wal-quunnamtii adda addaa ni taasisa.
lakk
|
Qaama wal-Qunnamtii
|
Dhimma irratti wal-qunnaman
|
1
|
Biiroo Maallaqaa fi Misooma Diinagdee Oromiyaa
|
Rammaddii Bajetaa,Too’annoo fi hordoffii raawwii hojii.
|
2
|
Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa
|
Rammaddii Bajetaa,To’annoo fi hordoffii raawwii hojii, Labsii fi Qajeelfamoota gama hojii kanaa ilaalchisee
|
3
|
Biiroo Qonnaa fi Misooma Baadiyyaa
Oromiyaa
|
Muuxannoo daddabarsuu fi "capacity bulding" ilaalchisee
Hojii Egumsa Biyyoo fi bishaanii naannoo iskiimotaatti hojjataman irratti.
|
4
|
Biiroo Qabeenya Bishaan Oromiyaa
|
Itti-fayyadama qabeenya bishaanii irratti, mala (system) Bulchiinsa iskiimotaa irratti,hojii
|
5
|
Komishinii Misooma Horsisee Bulaa
Oromiyaa
|
Iskiimota misooma jallisii Qindoominaan Eeguu irratti, fkn."cattele trough"kaanaalii keessa loon akka hin galle ni hojjatuuf.
|
6
|
Ministeera Bishaanii,Jallisii fi inarjii
|
Labsii itti fayyadama Qabeenya bishaan jallisii irratti, Gargaarsa
teeknika adda addaa irratti, Cost Recavery iskiimota jallisii irratti
|
7
|
Konsaltaantota
|
Iskiimota jallisii irratti. gama Qorannoo suphaa ,babal'isuu,haaromsuu iskiimotaa fi Too’annoo gaggeeffamu irratti
|
8
|
Kontiraaktaroota
|
Bu'uuraalee Iskiimota jallisii irratti gama suphaa,haaromsaa fi Babal'isuu gaggeeffamu irratti
|
9
|
Itti Fayyadamtoota Piroojektootan Misooma Jallisii
|
Hojii ’organizational management’ iskiimotaa irratti
|
10
|
BLTO
|
Leenjii fi barnoota Misooma jallisii irratti,Teeknooloojii misooma jallisii maddisiisuu fi wal-beeksisuu.
|
11
|
Instituutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa
|
Teekinooloojii jallisii maddisisuu fi wal-beeksisuu
|
12
|
Abbaa Taayitaa To’annoo Dhaabilee Misooma
|
Gorsaa fi deegarsa adda addaa kennu
|
13
|
Baankii Adda addaa
|
Fundii gargaarsaa fi liqii dhiyeessu
|
14
|
Dhaabbilee Miti-mootummaa garagaraa Misooma Jallisii Deeggaran (AGP, IFAD, KOICA fi kkf)
|
Gargaarsa fundii gama suphaa,haaromsaa fi Babal'isuu iskiimota jallisii gaggeeffamu irratti
Lenjii fi ijaarsa dandeetti kennuu
Teekinoolojii jallisii wal-beeksisuu fi babal’isuu
|
15
|
Dhaabbilee dhuunfaa
|
Meeshaa ijaarsaa adda addaa dhiyeessuu fi raabsuu
|
16
|
Biiroo Sivill Servisii fi Bulchinsaa Gaarii Oromiyaa
|
Rifoormi hojii irra olchuu
Caasaa seektarichaa raawwachuu fi hojii irra olchu
Ijaarsaa dandeetti hojjattootaa kennuu
|