Abbaa taayitaa misooma jallisii oromiyaa dookimantii qorannoo "jbah" adeemsa hojiiwwan iskiimota gurguddoo fi jiddu galeessaa


Mul’ata, Ergama, Angoo fi Duudhaalee Adeemsa Hojii



Yüklə 1,94 Mb.
səhifə18/27
tarix12.01.2019
ölçüsü1,94 Mb.
#96460
1   ...   14   15   16   17   18   19   20   21   ...   27

3.9 Mul’ata, Ergama, Angoo fi Duudhaalee Adeemsa Hojii




3.9.1. Ergama

Ergamni Adeemsa Hojiiwwan Bulchiinsa iskiimii tajaajila Bu'uuraalee iskiimota jallisii,manaajimantii Bishaan jallisii , sakatta'iinsa iskiimota jallisii akkasumas, inventarii "Survey" iskiimotaa jallisii saffisaa fi qulqullina qabu gaggeessudhaanQonnaan/Horsiisee bulaa Bishaan jallisii wali-irraa hin cinnee fi gahaa ta’ee argate arguudha.


3.9.2 Mul’ata

Mul’atni Adeemsaa hojii Bulchiinsa iskiimota Jallisii, bara 2012tti tajaajila Bishaan jallisii gahaa ta’ee fi Wal-irraa hin cinne itti fayyadamtootaaf kennuu fi Bu'uurawwan iskiimota jallisii fi inventarii iskiimota jallisii gahuumsaa fi qulqullinnaan gaggeesudhaan fedhii maamiltootaa sadarkaa ol'aanaa fi guutu ta'een kennuu.


3.9.3 Aangoo fi gahee hojii Bulchiinsa iskiimii (iskiimota Gurguddaa fi Jiddu galeessaa)





  • Bu’uurawwan Iskiimota jallisii gurguddaa, Jiddugaleessaa haala hammayyaatiin ijaaramanii haala gaariidhaan qabamanii itti fayyadamtootaaf tajajiila wal-irraa hin cinne akka kennan ni godha.

  • Hojii sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii ni gaggeesa.

  • sakatta'iinsaa gaggeeffame irratti hundaa'udhaan hojii suphaa, haaromsaa fi babal'isuu Iskiimotaa Qaamni dhimmi ilaallatu akka gaggeessu ni taasisa, iskiimota xumuraman haala dizaayinii isaatiin hojjatamuu isaa mirkaneeffachuudhaan, wal-harkaa fuudhinsa gaggeessuudhaan hoji irra ni oolcha.

  • Karoora Hojii raabsa bishaanii jallisii fedhii fayyadamtootaa irratti hundaa’udhaan ni qopheessa, ni raawwata, hordoffii fi too’annoo ni gaggeessa.

  • Hojii suphaa elektoroo makaanikaalaa, inventarii suphaa, haroomsaa fi too’annaa bu’uurawwan iskiimota jallisii ni karoorsa, ni raawwata,

  • Karoora baajataa, hoji raawwachiiftuu damee isaatiif barbaachisu qopheessee haala barbaadameen hojii irra ooluu isaa ni hordofa.

  • Hojii deebisiisa baasii ijaarsa jallisiitiif (Investment Cost Recovery) baasiiwwan, oppireeshinii fi suphaa ni karoorsa, qaama dhimmi ilaalu waliin ta’uudhaan hirmaannaa uummataatiin ni raawwachiisa

  • Hojii eksteenshinii misooma jallisii ummataa hirmaachisaa taa'e ni gaggeessaa

3.9.4. Duudhaalee Adeemsichaa


Kaayyoo adeemsichaa galmaan gahuuf miiltoon ykn miseensi adeemsa hojii ijoo hojiiwwaan Bulchiinsa iskiimota jallisii hundi duudhaalee armaan gaditti tarreeffaman hundaa mallattoo ittiin beekamtii addaa godhachuun hojii isaanii guyyaa guyyaan ni raawwatu. Isaanis:-

  • Ittigaafatamummaa

  • Iftoomina

  • Tajaajila gahumsa qabu

  • Jijjiiramaaf Qophaa’uu

  • Bu’aadhaaf hojeechuu

  • Guddinaaa Teekinoolojii waajjiin tarkaanfachuu

  • Aadaa fi Duudhaalee Hawaasaa Kabajuu

  • Hirmaachisummaa

  • Hariiroo fi walta’insaa cimaan hojjechuu

  • Gareen hojjeechuu

  • Qulqullinaa hojiif dursaa keennuu



3.10 Gurmaa’insa Hojiiwwaan Gurguddoo fi Istaandardii Iskiimota Gurguddoo fi Jiddu galeessaa


Gabatee-: Gurmaa’insa Hojiiwwaan Gurguddoo fi Istaandardii Iskiimota Gurguddoo fi Jiddu galeessaa

Seecoota (inputs): Gaaffii/Rakkoo/Karooraa/ Bulchiinsa iskiimotaa Gurguddoo fi Jiddu galeessaa irratti Dhiyaatee

Lak.

Yaa'insa hojii jalqabaa hanga dhumaatti

Bu'aa eegamu

(Output)



Maamilaa/Dhimamtootaa fi fedhii isaanii

Istandardii hojiin ittiin hojjetamu (Standard of accomplishment)

Iddoo hojjiin hojjatamu

Baasii

Qulqullina

Yeroo

A

Hojii Hirmaanaa Ummataa



















1

Fedhii fi Rakkoo Hirmannaa uummataa jallisii irratti Sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan kaa’uu

Input








Baajata qabamee keessaa % 100, quubsaa, % 95 ol-aanaa fi 90% daran ol-aanaa

rra deebii malee dokumentii sadarkaa qulqullinaa %95 eeggatee qopha'e




Sadarkaa Pirojekti

1.1

Karoora fi sagantaa hojii fedhii fi ragaa sassaabamu qopheessuu

Fedhii fi rakkoo addaan bahe


Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii
Tajaajila ekisteenshinii fedhii fi hirmaannaa keenya of-keessaa qabu argachuu

Adolessa 1 -2

Sadarkaa Pirojekti

1.2

Tooftaalee fi maloota ragaa, fedhii fi rakkoon ittin sassaabamu qopheessuu irratti marii’achuu fi ifaattii kaa’uu

Adoleessa 1-2



Sadarkaa Pirojekti

1.3

Unka ragaan ittin sassaabamu qopheessuu ( Bareessuu)

Adoleessaa 3

Sadarkaa Pirojekti

1.4

Fedhii fi rakkoo qonnaan bulaa sassaabuu

Adoleessaa 9-14

Sadarkaa Pirojekti

1.5

Ragaa sassaabamee qindeessuu, gurmeessuu fi xinxaluu sadarkaadhan/tartiibaan kaa’uu

Fedhii fi rakkoo addaan bahe


Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii

Tajaajila ekisteenshinii fedhii fi hirmaannaa keenya of-keessaa qabu argachuu




Adoleessaa 15-20

Sadarkaa Pirojekti

1.6

Fedhii fi rakkoo addaan bahee dhihaatee irratti yuunitii ekisteenshinii fi bulchinsa gandaa wajjin marii’achuu

Adoleessaa 21-22

Sadarkaa Pirojekti

1.7

Fedhii fi rakkoo addaan bahee irratti hundaa’udhan sadarkaa WIBJ tti deebii argachuu kan danda’an fi kan qaama olaanaaf darban addaan baasuu

Adoleessaa 23-25

Sadarkaa Pirojekti

1.8

Fedhii fi rakkoo sadarkaa WIBJ tti addaan bahe gara waajjira projektiittii erguu

Adoleessaa 26-27

Sadarkaa Pirojekti

1.9

Fedhii fi rakkoo sassaabamee ergame sadarkaa projeekitiitti xinxaluu qindeessuu, gurmeessuu fi qaamolee misoomaa marii’achisuun hikuu

Adoleessaa 28-29

Sadarkaa Pirojekti

1.10

Fedhii fi rakkoo proojektii addaan bahe Biiroo irraatti deebii argatu erguu

Hagayyaa 1-2

Sadarkaa Pirojekti

1.11

Fedhii fi rakkoo proojektii irraa sassaabamee dhihaatee sadarkaa Biiroottii xinxaluu qindeessuu, gurmeessuu fi sadarkaan ka’uu

Hagayyaa 3-8

ATMJO

2

Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii kakasuu fi gurmeesuu

Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii gurmaa’e leenjiif qophaa’e



Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii

Misooma jallisii irratti gurma’uu barbaduu





Sadarkaa Pirojekti

2.1

Haala ijaarsa garee misoomaa fi sosochii ummataa irratti maanuwaalii hojii, qopheesuu fi unka ragaa hawwaasa dinagdee (Socio economy) Itti fayyadamtoota misooma jallisii ittiin sassaabamu qopheessuu fi yeroo yeroon fooyyeessuu

Hagayaa 9-25



Sadarkaa Pirojekti

2.2

Maanuwaalii hojii sosochii uummataa qopha’e, fi unka ragaa hawwaasa dinagdee (Socio economy) Itti fayyadamtotaa misoomaa Jallisii ittiin sassaabamu Godinaalee fi Aanaaleef erguu




Hagayaa 26-27

Sadarkaa Pirojekti

2.3

Maanuwaalii hojii sosochii uummaataa qopha’e, fi boca ragaa hawwaasa dinagdee (Socio economy) Itti fayyadamtoota misooma jallisii ittiin sassaabamu Aanaa irraa Wirtuu misoomaaf erguu




Hagayaa.28-29

Adeemsaa hojii hirmaanaa ummataa projeektiii fantallee ,Tibilaa f i Balbala wadechaa

Akkaataa ijaarsa gareewwan misoomaa Jallisii irratti uumata mariisiisuu fi kakaasuu

Faayidaa fi bu’aa gurmaa’inaa uummata marii’achiisuu

Aadaa wal-gargaarsaa irratti

Aadaa wal-irra barachuu irratti

Yeroo gabaabaa keessatti tajaajila ekisteenshinii/teknoloojii odeeffannoo saffinaan argachuu


Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii gurmaa’e leenjiif qophaa’e


Hagayaa.30-ful.10

Sadarkaa Pirojekti

2.4

Gareewwan misoomaa keessatti wal dorgoommii hojii uumuudhaan qonnaan bultoota moodela /adda duree ta’an baasuu fi jajjabeessuu











rra deebii malee dokumentii sadarkaa qulqullinaa %95 eeggatee qopha'e

Okol .11 irraa kasee hanga Ebila 30 tti

Sadarkaa Pirojekti

2.5

Garee misoomaa keessatti/giddutti hojii misoomaa Jallisii ilaalchisee aadaan waliin hojjechuu/wal gargaarsaa akka guddatuu gochuu














Okol .11 irraa kasee hanga Ebila 30 tti

Sadarkaa Pirojekti

3

Hojii Waldaa Ittifayyadamtoota bishaan Jallisii gurmeessuu




Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii

Misooma jallisii irratti gurma’uu barbaduu




Baajata qabamee keessaa % 100, quubsaa, % 95 ol-aanaa fi 90% daran ol-aanaa

rra deebii tokoo malee sadarkaa qulqullinaa %95 eeggatee qopha'e




Sadarkaa Pirojekti

3.1

Fedhhii itti fayyadamtootaa addaan baasuu

Waldaa itti fayyadamtootaa gurmaa’

ful.11-15

Sadarkaa Pirojekti

3.2

Itti fayyadamtoota addaan baasuu fi galmeessuu

ful.16-20

Sadarkaa Pirojekti

3.3

Barbaachisummaa waldaa irratti hubannoo uumuu

ful.21-25

Sadarkaa Pirojekti

3.4

Ittii fayyadamtoota bishaan jallisi waldaan gurmeessuu

Fedhiin dhiyatee guyyaa 15 keessatt

Sadarkaa Pirojekti

3.5

Waldoota ijaaraman hordofuu fi jajjabeessuu

Sad, amajii, Caamsa

Sadarkaa Pirojekti

3.6

Qaama seerummaa akka argatan gochuu













Fulb -Camsaa30

Sadarkaa Pirojekti

B

Hojii Ijoo Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffi Faasilitti Jallisii



















1

Gaaffii maammiila fudhachuu, simachuu

Deebii kenname

Ummata/qooda-fudhattoota

Baajata qabamee keessaa

Irra deebii malee

Guyyaa-1

Pirojektii irratti

2

Iskiimota Jallisii gurguddoo fi giddugalaa IIHBOtiin hojjataman walharkaa fuudhannaa rawwachuu

Iskiimiin abbaaa aragatee tajaajila wal'iiraa hin cinnee kennee fi fayyuummaa iskiimotaa egamee argame

Iskiimota fayyaalessa ta'ee fi gahaa ta'e argachuu barbaadu

Baajata Qabameen

Haala Qorannoo fi Dizaayiniin isaa Qophaa'ee fi Waligaltee kontiraakataraatiin

ji'a fulbaanaa fi Ammajjii keessa ta'ee, guyyaa-20/iskiim

Pirojektii irratti




Maanuwaalii "O & M " Qopheessuu

"As built drawing" fi "Agricultural Development Plan'' sakatta'uun mirkaneeffachu

Adeemsaa wal-haarkaa fudhinsaa fi foormaatti wal-haarka fudhinsaa (hand over format) ijaarsaa bu'uraawwaan iskimootaa xumuraman gaggeesuu

3

Hojii Sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimotaa jallisii (irrigation infrastructure condution survey) gaggeessuu

Fayyuummaaiskiimotaa Eegamee argamee fi fedhii itti fayyadamtoota bishaan jallisii guutamee argame.



Iskiimota fayyaalessa ta'ee fi gahaa ta'e argachuu barbaadu


Baajata Qabameen

Irra deebii malee




Pirojektii irratti

Guyyaa -1






Cheekliistii sakatts'iinsa iskiimotaa ittiin gaggeeffamu Qopheessuu

Hojii sakatta'iinsa suphaalee (Maintenance) iskimoota jallisii gaggeessuu fi Dookimantii isaa Qopheessuu

Guyyaa 8/iskiim

Guyyaa-10/iskiim




Hojii sakatta'iinsa haaromsuu (Rehabilitation) iskimoota jallisii gaggeessuu




Hojii sakatta'iinsa babal'isuu (up-grading) iskiimota jallisii gaggeessuu

Guyyaa-15/iskiim






4

Hojii sakatta'iinsaa gadi-fagoo bu'uuraalee iskiimota jallisii gaggeesuu

Fayyuummaa iskiimotaa eegamee argamee fi fedhii itti fayyadamtoota bishaan jallisii guutamee argame



Iskiimota fayyaalessa ta'ee fi gahaa ta'e argachuu barbaadu



Baajata Qabameen



Irra deebii malee






Pirojektii irratti





Sakatta'iinsaa gadi-fagoo bu'uuraalee iskiimota jallisii Suphaa (Maintenance) barbaadan gaggeessuu

Guyyaa-10/iskiim

Guyyaa-15/iskiim



Sakatta'iinsaa gadi-fagoo bu'uuraalee iskiimota jallisii Haaromsaa (Rehablitation) barbaadan gaggeessuu

Sakatta'iinsaa gadi-fagoo bu'uuraalee iskiimota jallisii Babal'isuu (Up grading ) barbaadan gaggeessuu.

Guyyaa-20/iskiim




Bu'uuraalee iskiimota jallisii xixiqqaa humna Uummataatiin suphamuu danda'an adda baasuun deeggarsa teeknikaa kennuun suphisiisuu

Guyyaa-10/iskiim

5

Suphaa Xixiqqaa Hojjachuu

Fayyuummaa iskiimotaa Eegamee argamee fi fedhii itti fayyadamtoota bishaan jallisii guutamee argame

Iskiimotafayyaalessa ta'ee fi gahaa ta'e argachuu barbaadu

Baajata qabameen


Yeroo yeroodhaan WIBJ ittio fufiinsaan fayyadaman




Pirojektii irratti





Siltii (dudduba) kaanaalii keessaa baasuu

Guyyaa-15/iskimii/kurmaanaa

Aramaa kaanaalii keessaa baasuu

Bantuu fi cuftuu kanaalii suphuu

Daandii cinaa kanaalii fi ooyiruu keessaa suphuu

Daaykii ittisa lolaa cinaa kaanaalii suphuu

Ji'o-meembreenii fi gaabiyoonii kaanaalii keessaa suphuu

Paampii mootoraa (xixiqqaa,Jiddu galeessaa fi Gurguddaa) suphuudhaan tajaajilaaf akka qophaa’u taasisuu ykn haala mijeessuu

Deeggarsa Opreeshinii Paampii Jallisii irratti Kennu

Guyyaa-15/kur.Yeroo barbaadame hunda.

6

Buulchinsa fi Itti Fayyadamaa Faayinaansi Iskiimotaa Jallisii Foyyeessuu

Iskiimota fayyuummaan isaa eegamee fi WIBJ Abbummaan qabeenyaa mirkanaa'ee argame

(Sence of owner ship)


Iskiimota itti fayyadaman abbummaadhaan hogganuu fi rakkoo jiru dhiyeenyatti furachuu barbaadu




Qarshii WIBJ suphaa fi Haaromsaaf walitti qabateen.

Yeroo yeroodhaan WIBJ ittio fufiinsaan fayyadaman

Guyyaa-15/iskiim

Pirojektii irratti





Dookimantii Qarshii Oppireeshinii fi suphaa (O&M cost),Cost recovery fi kkf Qopheessuun Qaama dhimmi ilaallatuuf dabarsuu

Yüklə 1,94 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   14   15   16   17   18   19   20   21   ...   27




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin