Guyyaa-5
|
Dookimantii Qophaa'e irratti Koree WIBJ Qarshii Suphaa fi Opireeshinii akka fuunaanan hubannoo uumuu
|
Qarshii Opreeshnii fi Suphaa Qaama dhimmi ilaallatu waliin Koreen WIBJ akka Fuunaanu taasisuu
|
Guyyaa-5
|
7
|
Sagantaa Bishaanii (Water Schedual) baasuun Bishaan jallisii itti fuufinsaa qabuu kennuu (hojii oppireeshinii hojjachuu)
|
fedhii itti fayyadamtoota bishaan jallisii guutamee argame arguu fi jireenyi isaa fooy'ee argame.
|
Iskiimota fayyaalessa ta'ee fi tajaajila gahaa kennee argame argachuu barbaadu
|
Baajata Qabameen fi hirmaannaa uummataatiin
|
Yeroo yeroodhaan WIBJ itti fufiinsaan fayyadaman
saka tta'uun addaan baasuu.
|
It Depends on crop type & growth stage.
|
Pirojektii irratti
|
|
Sagantaa Raabsa Bishaanii (water scheduling) hirmaachisaa ta'e baasuu
|
"Sence of owner ship" mirkanaa'ee argame
|
Iskiimota hojjatanii fi hin hojjanne addaan bahee,kan hin
hojjanne suphamee tajaajila akka kennuuf barbaadu.
|
Baajata Qabameen fi hirmaannaa uummataatiin
|
Yerooyeroodhaan WIBJ itti fufiinsaan fayyadaman
saka tta'uun addaan baasuu.
|
guyyaa 5-8
|
|
Sagantaa bahe irratti hubannoo uumuu
|
guyyaa 2- 3
|
Pirojektii irratti
|
Bishaan Jallisii tajaajilaaf dhiyeessuu (dhiyaate) haala sagantaatiin
|
Yeroo barbaadame hunda.
|
8
|
Adeemsaa keessatti hojii bulchiinsa Iskiimii (scheme administration), WIFBJ daddabarsu Hojjachuu (final hand over)
|
|
|
|
|
Guyyaa -5
|
|
9
|
Muxxannoo Gaarii Qindeessuu
|
|
|
|
|
Guyyaa 15/muuxannoo
|
Pirojektii irratti
|
9.1
|
Muxxannoo Gaarii Babal'isuu
|
|
|
|
|
Haala sagantaatiin
|
10
|
Qorannoo fi Gamaaggama Hojii Gaggeessuu
|
|
|
|
|
11
|
Kenninsa Leenjii Sadarkaa adda addaa Leenjii (Bulchiinsa Bishaanii, opreeshinii, suphaa paampii fi kkf)
|
|
|
|
|
Guyyaa-42 ( befor october 15)
|
|
11.1
|
Kallattii ka’umsa leenjiin itti kennamu addaan baasuu fi qopheessuu
|
Ogeessaa fedhii argisisee teknoloojii hojii iraa olchuuf qophaa’ee
|
ogeessaa Godina, Aanaalee, Ganda fi fedhii leenjii qonnaan bulaa/Horsiisee bulaa
|
Baajata qabamee keessaa % 100, quubsaa, % 95 ol-aanaa fi 90% daran ol-aanaa
|
Irra deebii malee qulqullinaa %95 eeggatee leenjiin kanname
|
1
|
Pirojektiitti/ATMJO
|
11.2
|
Boca fedhiin leenjii ittiin sassaabamu qopheessuu
|
2
|
Pirojektiitti/ATMJO
|
11.3
|
Boca fedhiin leenjii ittiin sassaabamu qopha’ee Godina, Aanaalee fi Gandatti erguu
|
2
|
Pirojektiitti/ATMJO
|
11.4
|
Boca ergamee irratti hundaa’udhan ragaa fedhii sassaabuu
|
2
|
Pirojektiitti/ATMJO
|
11.5
|
Fedhii leenjii ogeessaa Godina, Aanaalee, Ganda fi fedhii leenjii qonnaan bulaa/Horsiisee bulaa sassaabame xinxaluu fi tartiibaan kaa’uu
|
10
|
Pirojektiitti/ATMJO
|
11.6
|
Fedhii leenjii qonnaan bulaa/Horsiisee bulaa fi ogeessoota sassaabame ergame irratti hunda’uudhaan karoora leenjii qopheessuu (Tooftaa leenjiin ittiin kennamu qopheessuu, Qabbiyyee leenjiin qabachuu malu kaa’uu (qopheessuu) fi Yeroo, eenyuuf, eessatti fi kkf leenjii akka kennamu)
|
5
|
Pirojektiitti/ATMJO
|
11.7
|
Ogeessota leenjii kennan addaan baasuu fi beeksiisuu
|
1
|
Pirojektiitti/ATMJO
|
11.8
|
Manuwaalii leenjii qopheessuu (barreessuu, sirreessuu,--) fi Manuwaalii leenjii baayy’isuu
|
5
|
Pirojektiitti/ATMJO
|
11.9
|
Leenjii afaanii ( theory) fi gocha irratti hundaa’e kennuu
|
10
|
Pirojektiitti/ATMJO
|
11.10
|
Leenjii kenname hordofuu fi gamaaggama gaggeessuu
|
2
|
Pirojektiitti/ATMJO
|
11.11
|
Bu’aa hordoffii fi gamaaggama leenjii qindeessuu fi bu’aa argame itti fayyadama fulduraaf qopheessuu
|
2
|
Pirojektiitti/ATMJO
|
Lak.
|
Yaa'insa hojii jalqabaa hanga dhumaatti
|
Bu'aa eegamu
(Output)
|
Maamilaa/Dhimamtootaa fi fedhii isaanii
|
Istandardii hojiin ittiin hojjetamu (Standard of accomplishment)
|
Iddoo hojjiin hojjatamu
|
Baasii
|
Qulqullina
|
yeroo
|
C
|
Hojii Ekiateenshinii Misooma Jallisii
|
|
|
|
|
|
|
1
|
Fedhii fi Rakkookennaa tajaajila ekiateenshinii Qonnaan bulaa Sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan kaa’uu
|
|
|
|
|
|
|
1.1
|
Raawwii fehii rakkoo tajaajila ekisteenshinii bara darbee xiinxaluu fi kan rawwatamee hin rawwatanne addaan baasuu
|
|
|
Baajata qabame keessaa 100% quumsaa, 95% ol’aanaa, 90% daraan ol’aanaa
|
Irraa deebii malee fedhii qulqulliinaa isaa eeggate qinda’ee
|
Adol 15- Adol 20
|
Sadarkaa Pirojekti
|
1.2
|
Guucaa fedhii fi rakkoon tajaajila ekisteenshinii ittiin sassabbamu qopheessuu
|
Adol 21-22
|
Sadarkaa Pirojekti
|
1.3
|
Fedhii fi rakkoo qonnaan bulaa sassaabuu
|
Adol 4-Hag 3
|
Sadarkaa gandaa
|
1.4
|
Fedhii fi rakkoo addaan bahee dhihaatee irratti bulchinsa gandaa wajjin marii’achuu pirojektiitti dabarsuu
|
Fedhii fi rakkoo addaan bahe
|
Tajaajila ekisteenshinii fedhii fi hirmaannaa keenya of-keessaa qabu argachuu
|
Hag 5-Hag 7
|
Sadarkaa gandaa
|
1.5
|
Fedhii fi rakkoo gandaa irraa sassaabamee dhiyaatee sadarkaa pirojektiitti qindeessuu, gurmeessuu fi xinxaluu
|
Hag 10-Hag 21
|
Sadarkaa Pirojekti
|
2
|
Hojiiwwan qunnamtii qaamoolee eksiteenshinii misooma jallisii irraattii hojjetan waliin qunnamtii uumuu
|
|
|
|
|
|
|
2.1.
|
Qaamooleeteeknooloojii jallisii maddisiisanii fi dhiyeessa addaan baasuu (Dhaabbilee Qorannoo, Gabaa, Liqii, Miti Mootummaa, Kolleejjii fi Yunivarsiitiwwaan qonnaa, Waldaalee qonnaan bulaa, Abbootii qabeenya dhunfaa,-----kkf
|
Gahee hojii qaamoolee misoomaa addaan bahee fi qoodame
|
Maamiltoota ekisteenshinii fedhii fi hirmaannaa keenya of-keessaa qabu argachuu
Qooda fudhattoota
Wal qunnamtii fi wal deeggarsa hojii cimaa ta’e qabaachuu
|
Baajata qabame keessaa 100% quumsaa, 95% ol’aanaa, 90% daraan ol’aanaa
|
Irraa deebii malee kan hin qabnee fi
Waqunnamtii qulqullina qabu uumame
|
Hag 24-Hag 26
|
Sadarkaa Pirojekti
|
2.2.
|
Qaamolee teeknooloojii eksiteenshinii kana dhiyeesuu danda’aman jedhamanii addaan bahan kana dhubbisuu fi mar’achiisuu, akkasumas teeknoooojiin isaan biraa argamuu danda’uu addaan baasuu
|
Hag 27-Hag 29
|
Sadarkaa Pirojekti
|
2.3.
|
Qaamoolee teeknooloojii dhiyeessan kana waliin workshooppii qopheessuu mar’achuu
|
Gahee hojii qaamoolee misoomaa addaan bahee fi qoodame
|
Maamiltoota ekisteenshinii fedhii fi hirmaannaa keenya of-keessaa qabu argachuu
Qooda fudhattoota
Wal qunnamtii fi wal deeggarsa hojii cimaa ta’e qabaachuu
|
Baajata qabame
keessaa 100% quumsaa, 95% ol’aanaa, 90% daraan ol’aanaa
|
Irraa deebii malee kan hin qabnee fi
Waqunnamtii qulqullina qabu uumame
|
Hag 30-Ful 1
|
Sadarkaa Pirojekti /Qoodaa fudhatoota
|
2.4
|
Teeknooloojii maamillii gaafate addaan baasuu
|
Hag 30-Ful 1
|
Sadarkaa Pirojekti/
|
2.5
|
Gahee hojii qaamoolee misoomaa addaan baasuu fi qooduu
|
Hag 30-Ful 1
|
Sadarkaa Pirojekti/Qoodaa fudhatoota
|
3
|
Qophii paakeejii ekisteenshinii
|
|
|
|
|
|
|
3.1.
|
Madda odeeffannoo ragaa paakeejii qopheessuuf gargaaran addaan baasuu fi qindeessuu; ragaan qindaa’ee paakeejii qopheessuuf kan gargaaru yoo ta’e guutuu ta’u isaa ilaalu
|
|
|
|
|
Fuln 2-Fulb 4
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.2.
|
Teeknooloojiiwwan addaan ba’an kana irraatti ragaa guutuu abbaa teeknooloojiiki kana irraa sassaabuu
Paakejii ATMJO fi feederaa bira yoo jiraatee quunnamtii uumuun fudhachuu
|
Fuln 2-Fulb 4
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.3
|
Teknoloojiwwan sakatta’amanii argaman qindeessuu
|
Fuln 5-Fulb 6
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.4
|
Teknoloojiwwan argaman ogeessoonni (SMS) irratti marrii’atani akka addaan baasan fi qindeessan gochuu
|
Fuln 5-Fulb 6
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.5.
|
Ragaalee teknoloojiwwan sakatta’amanii qinda’an paakeejii qopheessuuf guutuu ta’uu isaanii mirkaneessuu
|
Fuln 5-Fulb 6
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.6
|
Bu’aa` madaallii raawwii paakeejii bara darbee, fedhii fi rakkoo fayyadamtoota jallisii bara kana addaan bahee qopha’e waliin ilaaluun fi xinxaluu
|
Teknoloojii bu’aa qabeessa ta’e nuuf dhihaachu qaba
Wal qunnamtii fi wal deeggarsa hojii cimaa ta’e qabaachuu
|
Baajata qabame keessaa 100% quumsaa, 95% ol’aanaa, 90% daraan ol’aanaa
|
Irraa deebii malee Teeknooloojii qulqulluu irratti paakejii qopha’ee
|
Fuln 5-Fulb 6
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.7
|
Paakejii ATMJO ykn Feederaa irraa dhiyaatee yoo ta’ee haalaa naannootti mija’uttuu fooyyessuu
|
Ful 7- Ful 15
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.8
|
Paakeejii ekisteenshinii Pirojektii qopheessuu [Technical package(Knowledge & Material based Technology), Credit, Market information… etc]
|
Ful 7- Ful 15
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.9
|
Paakeejii ekisteenshinii qophaa’ee irratti ogeessootaa (SMS) wajjin marii’achuu fi mirkaneessuu
|
Ful 16
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.10
|
Wixinee dokuumantii paakeejii ekisteenshinii mariidhaf ta’u qopheessuu (Dokumantii barreessuu, baayy’isuu, fi kkf)
|
Ful 17-Ful 18
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.11
|
Dokumantii kana irraatti qaamoolee yaada kennanii gabbisuu danda’an addaan baasuu fi wixinee duraa dokumantichaa erguu
|
Ful 17-Ful 18
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.12
|
Wixinee dokuumantii paakeejii ekisteenshinii qophaa’ee irratti workshoppii gaggeessuu qaamooleen dhimmii ilaaluu yaadaa akkaa ittii kennan gochuu
|
Ful 19 -Ful 21
|
Sadarkaa Pirojekti/Qoodaa fudhatoota
|
3.13
|
Paakejiin yaadni ittii kennamee gabbate barreeffamee, Awudovizuwalii fi barreeffama adda addaa baasuu (fkn Leaflets, Posters, Films) maxxansiisu, baayy’isuu
|
Ful 22 -Ful 23
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.14
|
Ragaalee teknoloojiwwan paakeejii ekisteenshinii keessatti qinda’an (callaa guddistuu, liqii barbaachisan fi kkf) qaama ilaallatuu beeksiisuu (Xalayaan, ”E-mail”,-)
|
Baajata qabame keessaa 100% quumsaa, 95% ol’aanaa, 90% daraan ol’aanaa
|
Irraa deebii malee Teeknooloojii qulqulluu irratti paakejii qopha’ee
|
Fulb 24-Fulb 25
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.15
|
Dokuumantii paakeejii ekisteenshinii qopha’e baay’isuu fi rabsuu
|
Fulb 24-Fulb 25
|
Sadarkaa Pirojekti
|
3.16
|
Karoora paakejii eksiteenshinii pirojektii qopheessuu
|
Ful 26-Ful 30
|
Sadarkaa Pirojekti
|
4
|
Kenninsa Leenjii
|
|
|
|
|
|
|
4.1
|
Leenjii sosoochii uummataa keennuu
|
|
|
|
|
|
|
4.1.1
|
Leenjii sosochii ummataa ogeesootaa pirojektiitif kennuu
|
Ful..6-10
|
Sadarkaa Pirojekti
|
4.1.2
|
Leenjii sosochii ummataa Itti fayyadamtoota misooma Jallisiif keennuu
|
Ful..11-15
|
Sadarkaa Pirojekti
|
4.1.3
|
Leenjii ogeesootaa pirojektiitiif ( SMS) kennuu
|
Ful.24-25
|
Sadarkaa Pirojekti
|
4.1.4
|
Hojjeetootaa misoomaa fi koree WIBJ tiif
|
Onko 5-9
|
Sadarkaa Pirojekti
|
4.1.5
|
Itti fayyadamtootaa misooma jallisii tiif
|
Onko 11-15
|
Sadarkaa Pirojekti
|
5
|
Leenjii Tajaajila Ekisteenshinii
|
|
|
5.1
|
Raawwii leenjii waggootan darban xiinxaluun ka’umsa leenjiin itti kennamu addaan baasuu fi qopheessuu
|
Fulb 2-Fulb 4
|
Sadarkaa Pirojekti
|
5.2
|
Guucaa fedhiin leenjii ittiin sassaabamu qopheessuu raabsuu
|
Fulb 5-Fulb 6
|
Sadarkaa Pirojekti
|
5.3
|
Hojjetaan misoomaa fedhii leenjii qonnaan bulaa sassaabame xinxaluu fi sadarkaa Gandaatti tartiibaan ka’uu pirojektiitti erguu
|
Ful 15-Ful 16
|
Ganda
|
5.4
|
Fedhii leenjii qonnaan bulaa/Horsiisee bulaa fi ogeessoota Aanaa sassaabame ergame irratti hunda’uudhaan karoora leenjii qopheessuu (Tooftaa leenjiin ittiin kennamu qopheessuu, Qabbiyyee leenjiin qabachuu malu ka’uu (qopheessuu) fi Yeroo, eenyuuf, eessatti fi kkf leenjii akka kennamu)
|
Fulb 21-Fulb 23
|
Sadarkaa Pirojekti
|
5.5
|
Ogeessota leenjii kennan addaan baasuu, beeksiisuu
|
Ful24
|
Sadarkaa Pirojekti
|
5.6
|
Manuwaalii leenjii qopheessuu
|
Ful 25-Onk 1
|
Sadarkaa Pirojekti
|
5.7
|
Ogeesotaahojii kana rawwachiisaniif leenjii kennuu
|
Onk 5-Onk 10
|
Sadarkaa Pirojekti
|
5.8
|
Sadarkaa gandatti qonnan bulaaf qaamaan argamuun leenjii afaanii( theory) fi gocha irratti hunda’e kennuu
|
Onk 13-Onk 15
|
Sadarkaa Pirojekti
|
5.8
|
Leenjii kennamee hordofuu fi gamaaggama gaggeessuu
|
Akkataa sagantaa hojii baheetiin
|
Sadarkaa Pirojekti
|
5.9
|
Bu’aa hordoffii fi gamaaggama leenjii qindeessuu fi erguu bu’aa argame itti fayyadama fulduraaf qopheessuu
|
Akkataa sagantaa hojii baheetiin
|
Sadarkaa Pirojekti
|
6
|
Teknoloojii/Paakejii Hojii irraa Olchuu fi Hordoofuu
|
|
|
|
|
|
|
6.1
|
Sagantaa hojii qopheessuun
|
Teeknooloojiin babal’atee hojii irraa oolee fi omisha baay’ina fi qulqullinaan omishamee gahaaf dhiyaate
|
-Tajaajila ekisteenshinii saffisaa fi deggersa ogummaa gahaa ta’e argachuu
-Sirna qonnaa gabaa irratti xiyyeefate argachuu
-Wal qunnatii fi wal deggersa hojii cimaa ta’ee qabaachuu
|
Baajata qabame keessaa 100% quumsaa, 95% ol’aanaa, 90% daraan ol’aanaa
|
Irraa deebii malee paakejii qulqulluu ta’e hojii irraa oolee e
|
Onk 16
|
Sadarkaa Pirojekti
|
6.2
|
Qonnaan bultoota/horsiisee bultoota galmeessuu fi filuu
|
Onk 15-Onk19
|
Ganda
|
6.3
|
Qonnaan bultoota/horsiisee bultoota galma’aniif callaa guddistuu, liqii fi kkf mija’uu isaa mikaneessuu
|
Onk 15-19
|
Sadarkaa Pirojekti
|
6.4
|
Teknoloojiin akka hojii irra oolu gochuu; qophii oyiruu irraa kaasee deeggarsa ogummaa gochuu fi teknoloojichi haala barbaadamuun hojii irra ooluu isaa hordofuu fi mirkaneeffachuu
|
Haalaa sagantaa ba’een jalqaba hanga dhumaa (guyyaa 110)
|
Sadarkaa Pirojekti?Gand
|
6.5
|
Ragaalee barbaachisan yeroo yeroodhaan fi sadarkaa sadarkaadhaan funaanuu, qindeessuu fi qaama barbaachisuuf gabaasuu
|
Haalaa sagantaa ba’een jalqaba hanga dhumaa (guyyaa 10)
|
Sadarkaa Pirojekti?Gand
|
6.6
|
Teknoloojii bu’aa qabeessa ta’e filachuu fi tartiibaan ka’uu
|
Haalaa sagantaa ba’een jalqaba hanga dhumaa (guyyaa 20)
|
Sadarkaa Pirojekti?Gand
|
6.7
|
Guyyaa ayyaana qonnaan bulaa/horsiisee bulaa murteessuu, qonnan/horsiisee bulaa, fi oyiruu filachuu
|
Haalaa sagantaa ba’een jalqaba hanga dhumaa (guyyaa 10)
|
Sadarkaa Pirojekti?Gand
|
6.8
|
Qonnaan bultootaa fi qooda fudhattoota adda addaaf waamicha dabarsuu
|
Guyyaa Ayyaana qonnaan bulaa utuu hin gahiin guyyaa 5 dura guyyaa 1
|
Sadarkaa Pirojekti
|
6.9
|
Ayyaana qonnaan bulaa/horsiisee bulaa gaggeessuu (Dawannaa dirree gochuu)
|
Haala sagantaatiin midhaan yoo gahu guyyaa 1
|
Sadarkaa Pirojekti/Ganda
|
6.10
|
Maree gaggeessuu fi yaadawwan maree irratti dhiyaatan qindeessuu
|
Gafaa Ayyaana qonnan bulaa guyyaa 1
|
Sadarkaa Pirojekti/Ganda
|
6.11
|
Teknoloojiiwwan foyya’aa ta’an, fakkeenya gaarii fi bu’aa jijjiiramaa argisiisuu danda;a, qindeessuun babal’atan (Scaling up) gochuu
|
Akkataa sagantaa hojii baheetiin
|
Sadarkaa Pirojekti/Ganda
|
6.12
|
Omishni haala qulqullinaan sassaabamuu fi omisha argame qindeessuun qaamaa ilaalatuuf dabarsuu
Marsaa 1ffaa
Marsaa 2ffaa
|
|
|
|
|
Ama 1-Gur 15
Ebla 25-Wax 10
|
Sadarkaa Pirojekti/Ganda
|
7
|
Misooma Gabaa Oomishaa jallisii
|
Haala gabaa mija’a ta’ee umaame
|
Waldaaleen ittii fayydamtoota bishaanii jallisii omisha isaaniitiif gabaa gaarii argachuu
|
Baajata qabame keessaa %100 quubsaa, % 95 ol’aanaa %90 daraan ol’aanaa
|
Gabaasa sadarkaa isaa eeggatee fi ittii fufiinsa qabu
|
|
Sadarkaa Pirojekti
|
7.1
|
Rakkoo gabaa barren darbanii xinaluu
|
Fulb2-Ful 15
|
Sadarkaa Pirojekti
|
7.2
|
Xinxala irraa ka’uun rakkoo gabaa oomishaa jallisii qorachuun qaama dhimmi ilaaluu waliin marii gaggeessu.
|
Fulb 16-Ful 30
|
Sadarkaa Pirojekti/Qoodaa fudhatoota
|
7.3
|
Qaamolee gabaa oomishaa jallisii irraatti gahee qabaan waliin qinda’uun kallattii gabaa omishaa jallisii mijeesuu fi hojii qoodachuu
|
Onk1-Onk 12
|
Sadarkaa Pirojekti/Qoodaa fudhatoota
|
7.4
|
Qonnaan bultootni fi qaamonnii omisha bitan waligaltee akka uuman qooda fudhatoota waliin ta’uun haala mijeessu (Sale before produce).
|
Onk 13-Onk30
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
7.5
|
Ragaa oomishaa jalisii (irrigation product) marasa 1ffaa sasabuu
|
Amj 1-Gurn 15
|
Ganda
|
7.6
|
Ragaa oomishaa jalisii (irrigation product) Marsaa 1ffaa Xinxaluu fi Qindeesuu fi qaamaa ilaalatuuf dabarsuu
|
Amj 1-Gurn 15
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
7.7
|
Omishni omishame itti fayadamitootaa ( consumer) bira haala itti gahuu (qaamaa omishee fi bitu) qooda fudhatoota waliin ta’uun haala mijeessuun
|
Amj 15-Gurn 30
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
7.6
|
Odeefannoo gabaa fi qoodaa fudhatootaf fi Itti fayyadamtootaa misoomaa jallisiif dabarsu.
|
Amj 15-Gur 30
|
Sadarkaa Pirojektii
|
7.7
|
Rawwii gabaa omisha jallsii marsaa 2ffaa xinxaluu fi gabaa marsaa 2ffaaf qooda fudhatoota waliin ta’uun kallattii ka’uu.
|
|
|
|
Bit 1- Bit 10
|
Sadarkaa Pirojektii/Qoodaa fudhatoota
|
7.7
|
Ragaa oomishaa jalisii (irrigation product) marasa 2ffaa sassabuu
|
Haala gabaa mija’a ta’ee umaame
|
Itti fayyadamtoota misooma Jallisii
Oomishaa isaanii Gatii madalawaatti Gurgurachuu
|
|
Ebla 25-Wax 10
|
Sadarkaa Pirojektii
|
7.8
|
Ragaa oomishaa jalisii (irrigation product) Marsaa 2ffaa Xinxaluu fi Qindeesuu
|
Ebla 25-Wax 10
|
Sadarkaa Pirojektii
|
7.9
|
Ragaa itti fayadamitootaa (consumer) adda basuu, sassabuu.
|
Ebla 25-Wax 10
|
Sadarkaa Pirojektii
|
7.10
|
Ragaa itti fayadamitootaa (consumer) adda bahee, Xinxaluu fi Qindeesu.
|
Ebla 25-Wax 10
|
Sadarkaa Pirojektii
|
7.11
|
Odeefannoo gabaa misoomaa jallisiif Itti fayyadamtootaa fi qoodaa fudhatootaf ni dabarsa.
|
Ebla 25-Wax 10
|
Sadarkaa Pirojektii
|
7.12
|
Omishni omishame itti fayadamitootaa ( consumer) bira haala itti gahuu (qaamaa omishee fi bitu) qooda fudhatoota waliin ta’uun haala mijeessuun
|
Ebla 25-Wax 10
|
Sadarkaa Pirojektii/Qoodaa fudhatoota
|
7.13
|
Muxaannoo gabaa Oomishaa jallisii irraatti argamee ni Qindeesa (marsaa 1ffaa fi 2ffa)
|
Wax 20- Adl 20
|
Sadarkaa Pirojektii
|
7.14
|
Muxaanichii akka babal’atuu haala ni mijeessaa.
|
|
Adl 21-25
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
8
|
Hojii Suparvizhinii gaggeessuu
|
|
|
|
|
|
|
8.1
|
Kallatii karoora naannoo irratti hundaa’udhan hojjataa misooma jallisii hubannoo qabsiisuu
|
Teeknooloojiin babal’atee hojii irraa oolee fi omisha baay’ina fi qulqullinaan omishamee gahaaf dhiyaate
|
-Tajaajila ekisteenshinii saffisaa fi deggersa ogummaa gahaa ta’e argachuu
-Sirna qonnaa gabaa irratti xiyyeefate argachuu
-Wal qunnatii fi wal deggersa hojii cimaa ta’ee qabaachuu
|
Baajata qabame keessaa 100% quumsaa, 95% ol’aanaa, 90% daraan ol’aanaa
|
Irraa deebii malee paakejii qulqulluu ta’e hojii irraa oolee e
|
Jalqabaa hanga dhuma
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
8.2
|
Fedhii fi rakkoon qonnaan bulaan misooma irratti qabu akka addaan bahu fi qindaa’u taasiisuu
|
|
|
|
|
Jalqabaa hanga dhuma
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
8.3
|
Ragaalee sassaabamee irratti marii’achu fi sadarkaan akka kaa’amu gochuu
|
|
|
|
|
Jalqabaa hanga dhuma
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
8.4
|
Fedhii fi rakkoon sassaabame gara qaamaa ilaalamutti darbuu isaa hordofuu
|
|
|
|
|
Jalqabaa hanga dhuma
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
8.5
|
Karoora fi sagantaa ekisteenshinii qophaa’e irratti ummata akka marii’atu gochuu
|
|
|
|
|
Jalqabaa hanga dhuma
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
8.6
|
Karoora fi sagantaa ekisteenshinii qopha’ee sadarkaa qaamaa rawwachisuu fi fayyadamtoota beeksiisuu
|
|
|
|
|
Jalqabaa hanga dhuma
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
8.7
|
Ragaalee fi odeefannoowan ganda, aanaa, godina fi naannoo keessa jiran ( Qabeenya uumamaa, baay’ina uumataa, lafa qonnaa gosa midhaani adda addaf olee, fedhii callaa guddiftuu, omisha ganda keessatti omishamuf carraa gabaa jiru, teknoloojii ganada sana keessatti hojii irraa olee fi fudhatama argate, ragaa qonnaan bulaa (socio-economic data)fi kkf ) sassaabu fi dokumantii gochuu
|
|
|
|
|
Jalqabaa hanga dhuma
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
8.8
|
Ragaalee fi odeefannoowwan sassaabaman itti fayyadamuu fi yeroo gaafatamu qaama dhimmi ilaaluuf dabarsuu
|
|
|
|
|
Jalqabaa hanga dhuma
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
8.9
|
Qonnaan bulttooni gosa odeefannoo fi gargaarasa/ deggarsa adda addaa haala itti argachuu danda’an addaan akka ba’uu gochuu fi akka argataniif haala mijeessuu
|
|
|
|
|
Jalqabaa hanga dhuma
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|
8.10
|
Teknoloojiin qonnaan bulaatin aragaman akka addaan bahan taasiisuu, galmeessuu fi babal’isuu
|
|
|
|
|
Jalqabaa hanga dhuma
|
Sadarkaa Pirojektii/Ganda
|