Abbaa taayitaa misooma jallisii oromiyaa dookimantii qorannoo "jbah" adeemsa hojiiwwan iskiimota gurguddoo fi jiddu galeessaa


Tartiiba Hojiiwwanii, Gurmaa’iinsa Hojii, Ogummaa, Muxxannoo fi Baay'ina Raawwaattootaa Ibsuu Sadarkaa Pirojektti Balbala-Wadeechaa



Yüklə 1,94 Mb.
səhifə23/27
tarix12.01.2019
ölçüsü1,94 Mb.
#96460
1   ...   19   20   21   22   23   24   25   26   27

3.11.3 Tartiiba Hojiiwwanii, Gurmaa’iinsa Hojii, Ogummaa, Muxxannoo fi Baay'ina Raawwaattootaa Ibsuu Sadarkaa Pirojektti Balbala-Wadeechaa



Gabatee-: Tartiiba Hojiiwwanii, Gurmaa’iinsa Hojii, Ogummaa, Muxxannoo fi Baay'ina Raawwaattootaa Ibsuu Sadarkaa Pirojektti Balbala-Wadeechaa

Lakk

Tarreeffama Hojii

Hojiiwwan wal-fakkaatan gurmessuu

Ogummaa fi muuxannoo barbaadamu

Qaama raawwatu

Waamama Gita hojii

Baa’ina

1

Hojii Bulchinsaa Iskimii Jallisii Fantaallee


Hojiiwwan Bulchiinsa iskiimota jallisii, eksteenshinii misooma jallisii fi hirmaana ummataa sadarkaa pirojektti ni qindeessa, hojii Bulchiinsa iskiimota jallisii haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf sadarkaa pirojektti waligaltee ni uuma.

Mahaandisummaa Irrigation /Soil &Water/Water resource/ Engineering tiin Digirii Baachilarii ,haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin,haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 8/6(fantaallee/Tibilaa fi Balballaa)

Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 6/4 kan qabu/du. (fantaallee/Tibilaa fi Balballaa)

Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 5 kan qabu.
.


Hogganaa Waajjiraa

1


Hojii Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffi Faasilitti Jallisii pirojektti Fantallee karoorsuu, qindeesuu fi gaggeessuu

Hojii Ekisteenshinii Misooma Jallisii fi Hirmaana Ummataa pirojektti Fantaallee karoorsuu, qindeesuu fi gaggeessuu

2

Haala mijeessuu

Dhimmaa ogganaan akkaa barra’uu ajaje barreessun ni qophessu

Dipiloomaa kolleejjii gosa barumsaa Sek. Sa. & Office Mgt

Haala Mijeesituu

1

Xalayaan qopha’ee malattesisuudhan gara mana galmeettii erguu

Xalayaa mana galmeetii dhufan fuudhaan ogganaaf dhiyeessuu

Ragaaleen addaa addaa ogganaadhan malata’ee fi ogganaaf dhiyaatuu ragaa qabachuu

Bakkaa oogganaan hin jirreettii ergaa adda addaa fudhuudhan oggaanaaf ni dhiyeessuu/ni dabarsu

Hojii keessumeessuu maamilaa gageessuu

3

Karoora Yeroo Jiddugaleessaa qophesuu

Hojiiwwan Qophii karooraa fi Baajataa, sadarkaa pirojektti ni hojjataa, hojii adeemsichaa haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf waligaltee ni uuma


1.Digirii calqabaa fi isaan ol baruumsa Ikonoomiiksii, Regional Development Studies, Ji'oogiraafii, Injiinara Qonnaa, Sosholojii,Dimogiraafii, Saayinsii qonnaa fi Biqiltuu , Manajimantii, Istaatistiiksii....kkf
2.Muuxannoo Waggaa 4 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu

3.Leenjii komputaraa kan qabu,

4.Dandeettii Pirojektii qopheessuu fi deeggaruu kan qabu


Raawwattoota Qophii karoraa fi Baajata waggaa ,


1


Qophii karooraa, baajataa, hordoffii fi Gamaaggamaa irrattii hojii Dandeettii raawwachiisummaa cimsu gaggeessuu

Qophii Karooraa fi Baajata Waggaa gaggeessuu

Hojii Hordoffii fi Gamaaggaaamaa

Gamaaggama Karoora Yeroo Dheeraa Gaggeessuu

4

Dhimmaa Konkolaataa fi Boba'a Konkolaataa

Barumasaa qalamaa kutaa-6 fi isaa oli, Haayamaa konkolaachisaa sadarkaa-3ffaa kan qabuu, Muuxannoo waggaa 5 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu



Konkolaachisaa IV



2


  • Tajaajilaa Konkolaataa maamilaaf haala qulqulina fi bu’a qabeesaa ta’en kennu

  • Haayamaa konkoolchisumaa yeroo yeroon haaromsisuu

  • ’Log-book’’ fayyadamuu

  • Konkolaataan yeroo hundaa balaa irraa eguu fi bakka seera qabeesaa ta’e dhaabu

  • Konkolaataan suphaa duraa (preventive maintenanace) yoo gahuu sarvisii gochuu fi yeroo isaa eggudhaan akka raawwatamu fi kununsaa taasisuu

  • Konkolaataan Suphaa salphaa (minor-maintenanace) yoo qunamuu yeroodhaan gabaasaa godhuu fi suphaan isaa akka raawwatamu taasisuu fi hordofuu

  • Konkolaataan suphaa guddaa (major maintenanace) yoo qunamuu, sadarkaa hanqina mudatee, meeshaa cabee, waan suphamu qabu, meeshaa jijjiruun barbaachisuu, suphaan baarbaadame haala fi sadarkaa barbaadamee qindeesudhaan gabaasaa dhiyeesuu

  • Konkolaataan suphaa guddaa (major maintenanace) qunamee kana yerodhaan gabaasaa dhiyeesudhaan, garajii keessaa ykn garajii ala haala suphamu danda’u hordofuu, haala mijeesuu

  • Konkolaataan suphaa guddaa (major maintenanace) haayamaa argatee, yoo gaggeefamee, sadarkaa hojiin suphaan raawwatame, meeshaa jijjiramee, meshaa cabee, suphaan baarbaadame haala fi sadarkaa barbaadameen raawwatamu isaa mirkaneessun wal-harkaa fudhinsa raawwachu

  • Gabaasa hojii qaamaa ilaalu hundaaf yeroo fi sagantaa ta’en ni dhiyeessa

5

  • Bittaa meshaa

  • Bittaa Gorsaa

  • Bitaa Ijaarsaa

  • Kafalttii

  • Qabinsaa Hireegaa




  • Karoora adeemsa hojiichaa qoopheessu

  • Hojii adeemsichaa gurmeessuu,qindeessuu fi raawwii hojii gamaaggamuu

  • Maallaqa baankii fi saanduqa keessa jiru ol’antummaan bulchuu

  • Hojii adeemsicha hojatoota gare keessa jiraniif qindeessudhaan raawwatoota aangeesudhaan bakka buusu

  • Humna nama, meeshaa fi dhimmoota adeemsichii hojiif barbaadan qindeessu.

  • Rakkoo adeemsicha qunnamuuf furmaata kennuu.

Digirii calqabaa fi isaan ol baruumsa, Accounting, managemenet, Ikonoomiiksii, Sosholojii, Istaatistiiksii....kkf

Muuxannoo waggaa 5 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu

Leenjii komputaraa kan qabu,

Dandeettii afaan fi qindeesuu kan qabu



Hojjetaa herreegaa fi baajataa

1

6

  • Bittaa gosa adda addattin raawwatameef yeroon kafaltii raawwachu

  • Kafaltii mindaa hojjatootaa raawwachu

  • Kafaltii durgoo raawwachu.

  • Karoora baajata fudhachuun qulqulleessu,

  • Gaaffii kaffaltii abbootii bajataa irraa dhiyaatu qulqulleessuu, mirkaneessuu fi galmeessuu, kafalttii raawwachu

  • Baaxii kaffaltii ji’a ji’aan kan waggaa qohpeessuun kurmaannaan abbootii bajataa tokko tokkoon aada baassu.

  • Baajata hayyamamee fi karoora maallaqa callaa irrati hundaa’uun maallaqdabarsu

Ogummaa herreegaatiin (Acct) fi walfkaatun Dipiloomaa, muxxannoo hojii waggaa 9 fi isaa ol, ykn BA muxannoo hojii waggaa 6 fi isaa ol Ogummaa kompiitaraa


Akkaawontaantii

1

7

Hojii maallaqa calaa

Nagahee galii qopheessuun galii ni fuudhaa

Maallaqa callaa saanduuqaa ni qaba,

Kaffaltii fandii ni raawwata,

Kaffaltiin mindaa bakka baankiin hin jirreetti ni raawwata,

Galmee maallaqa callaa (Cash book) ni galmeesa,

Sanada Kaffaltiin itti raawwatame kan fandii addaan baasuun He/ Mo 42 galmeessuun tuuta herreegaatiif ni dabarsa,

Kaffaltiiwwan fandii waajjiraan alatti raawwataman ni raawwata,

Maallaqa imaanaa He/mo 85 qopheessuun ni fuudha,

Maallaqa imaanaa He/mo 86 qopheessuun ni kaffala.

Kuppoonii boba’aa ni qaba, ni rabsa,

Galmee galii fi baasii kuppoonii boba’aa ni qabata


Dipiloomaa fi Muxannoo waggaa 7 fi isaa olii ogummaa herreegaatiin (Acct)fi ogummaa walfkaatun

Ogummaa kompiitaraa




Qabaa Maallaqaa

1

8

  • Qophii bittaa meeshaa taassisu

  • Haaldurewwan bittaan xumuramu qaban xumuru

  • Bittaa gaggeessu

  • Xalayaa beeksiisa caal-baasii qopheessuu fi erguu;

  • Kaffaltii beeksiisa caal-baasii akka raawwatamu taasiisu;

  • Akka barbaachisummaa isaatti tutaa caal-baasii banuu, xiinxaluu fi gamaaggamu keessatti raawwatoota biroo waliin hirmaachuu;

  • Xalayaa affera bittaa ittiin dhiyeessa gatii qopheessuu;

  • Biittaa ittiin dhiyeessaa gatiitiin raawwatamuuf yaada dorgommii walitti qabuu;

  • Haala waliigaltee irratti hunda'uun bittaa raawwachuun meeshaa galii taasiisuu,

  • Bittaa xixiqqaa kallattiin raawwachuu;

  • karoora fi gabaasa raawwii hojii isaa torbani, ji’aa, kurmaana fi waggaa qopheessuu;

Ogummaa barnoota “procurement and supply management” , “marketing “management” ,“Accounting”, economics ”, muxxannoo hojii waggaa 6;

Kompitaaratti faayyadamuuf dandeettii gahaa kan qabu;

Afaan oromoo sirriitti dhagaahuu, dubbachuu, dubbisuu fi barreessuu muxxannoo hojii

waggaa 5 barbaada;



Raawwata

Dhimma


Bittaa

( Purchaser )



1

9

Raawwataa Hojii Hooggansa Qabeenya Namaa

Hojiiwwan hoggnsaa qabenyaa namaa sadarkaa pirojektti ni qindeessa, hojiiwwan Adeemsi hojii Misooma fi bulchinsaa Qabenyaa Namaa haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf waligaltee ni uuma

Digrii lamffaa ykn Digrii jalqabaa HRM, Mgt, Seera, fi kkf

Waliiti dhufeenya gaarii kan qabu fi muxannoo waggaa ---
Gahuma hojii qindeessu fi dandeetii hojii gaha ta’e kan qabu. Dandeetii afaan hojii fi kompuutaraa kan qabu.

Raawwataa Hojii Hooggansa Qabeenya Namaa V



1

10

Hojii kuusaalee hojii, hojjatootaa fi xalayootaa galii fi baasii ilaalchisee

Ragaa walitti qabame haala amayyaatiin qindeessuu, xinxaluu fi dokimantii istaastiksii baasuu

Diploomaa kollejii gosa barumsaa Mgt, IT, HRM, MIS
Dandeettii kompuuteraa fi afaan Oromoo kan qabdu

-muxannoo waggaa -----



Rawwataa Hojii Rikardii fi Kuusaa IV


1


Kuusaalee hojii gosa hojiitiin addaan baasuu

Kuusaa hojjetootaa tartiibaan (Alpghabeticall) addaan baasuu

Ragaalee haala hamayyaa’een siistama diriirsame keessaa galchuu

Ragaa qaama dhimmi ilaaluuf gabaasuu/kennuu

11

Bulchinsa Mana Kuusaa (Stock Management)

Bulchinsa Mana Kuusaa (Stock Management)

Sertafikeetaa fi isaa oli

Muuxannoo waggaa 2 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu

Raawataa Hojii Mana Kuusaa Meeshaa



1


  • Ragaa qabeenya dhaabbii mana hojii bittaadhaan, gargaarsaan, dabarsaan ykn haala biroon argamee hunda galmesuun ni qabata odeeffanoo isaas qaama dhimmi ilaaluf ni dabarsa,

  • Qabeenya tajaajila kennee ni fudha, gara mana kuusaa damee isaattif ni dabarsa,

  • Qabeenya dhaabbii harka hojjatotaa jiru kaardii dhunfaa hojjatotaa tokko tokkoon guutuun ragaa isaa raawwataa qabeenya dhaabbii WMMD sadarkaan jiruti ni dabarsa,

  • Qabeenya dhaabbii mana hojii keessa jiru ni hordofaa hojii mootummaaf oluu isaa ni to’ata,

  • Qabeebyii mana hojii keessa jiru yoo xiqqaate waggaatti al-tokko akka lakka’amuu (inventory) haala ni mijeessuun ni lakkofsiisa,

  • Kununsaa qabeenyaa, Qulquliina waajjiraa fi egdoo mooraa mana hojiichaa ni raawwachisa,

  • Qabeenya tajaajilaan ala ta’e addaan baasuun ragaa qabachuun qaama dhimmii ilaaluf ni dabarsa,

  • Kan sadarkaa mana hojiitti dhabamsifamanif hojiin maqsaa akka raawwatamu haala ni mijeessa,

  • Unkaalee, moodelota fi galmeewwan hojii armaan oliittif barbaachisan hunda fudhachuun ni qabataa, ni gutaa.

  • Ragaa hojiiwwan armaan olii sagantaa kompitaraa (soft ware) qophaa’un qindeesse ni qabata,

  • Gabaasaa fi ragaa gafatamu qaama ilaaluf qulqulina isaa eggun ni dabarsa.

12

Tajaajilaa waligalaa (General Service)

Hojiwwaan Tajaajilaa waligalaa sadarkaa pirojektti ni qindeessa, hojiin haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf sadarkaa ATMJO waligaltee ni uuma

  • Digirii calqabaa fi isaan ol baruumsa, Accounting, Store managemenet, Istaatistiiksii....kkf

  • Muuxannoo waggaa 3 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu

  • Leenjii komputaraa kan qabu,

  • Dandeettii afaan fi qindeesuu kan qabu

Qindeesaa hojiwwaan Tajaajila Maraa (General Services)

1

13

Tajaajilaa waligalaa (General Service)

  • Tajaajila qulqullina kutaallee hojjatootaa, hoggantootaa, galma adda addaa, mana fincaani fi akkuma waligalaa waajjiraa qulqullina eeguu

Sertafikeetaa fi isaa oli

Muuxannoo waggaa 0 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu


Qulqulleessituu




3

  • Meshaa hojiif barbaachisan yeroodhaan gaafachuu, hordofu fi bichisisuu

  • Meshaa hojiif kennamee fi mana kusaa baasi ta’e seeraan eguu fi fayyadamu

14

Tajaajilaa waligalaa (General Service)

  • Tajaajila egumsaa: moraa eguu, nagenyaa fi qabenyaa mootummaa eguu fi kununsuun haala saganataan gaggeesuu

Sertafikeetaa fi isaa oli

Muuxannoo waggaa 0 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu

-Leenjii loltummaa irratti kan fuudhatee

Waardiyyaa




6




Adeemsaa Hojii Ijoo Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffi Faasilitti Jallisii Fantallee













Hojii Oppireeshini fi Raabsaa Bishaani Jallisii Fantaallee Case Team













15

Hojii Oppireeshini fi Raabsaa Bishaani Jallisii Fantaallee





  • Hojii oppireeshinii, suphaa fi hordoffi faasilitti Jallisii Fantallee ni karoorsaa, qindeesaa, yeroo baajataa haayamamu hojii irra ni olchaa

Mahaandisumaan Digirii Baachilarii fi isa ol waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 6 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 4. kan qabu/du.

Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2



Abbaa Adeemsaa Hojii Ijoo Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffi Faasilitti Jallisii Fantaallee

1

16

  • Karooraa hojii oppreeshinii qophesuu

  • Hojii Opreeshinii bu'uraawwaan iskimoota jallisii raawwachuu

  • Tajaajila oppireeshinii irratti deeggarsa kennuu

Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin,haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.

Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2



Injinara Oppireeshinii I

2

17

  • Buulchinsa Faayinaansi Iskiimotaa Foyyeesuu

  • Dookimantii 'O&M Cost" Qaama dhimmi illallatu waliin Qoratanii baasuudhaan,Qaama dhimmi ilallatuuf dhiyeessuun mirkaneessisuu.

  • Dookimantii O & M Cost fi investment cost recovery Qophaa'e irratti Koree WIBJ tiif hubannoo uumuu

  • Qarshii Opreeshnii fi Suphaa Qaama dhimmi ilaallatu waliin Koreen WIBJ akka Fuunaanu taasisuu

  • Ragaa duraa hojii 'TOR' iif oluu guranii qindessuu

Digrii jalqabaa ikonomiksii/ ikonomiksii qonnaa/ muxxannoo waggaa 5 fi isaa ol kan qabu/du
Gareedhan hojjachuuf fedhii fi naamusa gaarii kan qabu/du, hojiif hamilee fi kaka’umsaa gaarii kan

Raawwataa Deebisaa Baasi (O & M, Investment Cost recovery)

1

18

  • Karooraa hojii elektiroo-makaanikaalaa qophesuu

  • Hojii Opreeshinii elektiroo-makaanikaalaa gaggeesuu

  • Opreeshinii elektiroo-makaanikaalaa humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu

  • Maanualii Opreeshinii elektiroo-makaanikaalaa qopheesuu, Leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu

  • Gabaasaa dhiyeesuu




Mahaandisummaa Mechanical, Electrical/ engineering dhaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin,haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.

Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2



Injinara Elektiroo-Makaanikaalaa I

1

19

  • Karooraa bulchinsaa bishaan jallisii qophesuu

  • karoorri itti fayyadama Bishaan jallisii (Baayyina /Yeroon) hojii irraa oluu isaa hordofuu/raawwachuu

  • Too'annaa fi hordoffii itti-fayyadama bishaan jallisii gaggeessuu fi deeggarsa adda addaa kennuu

  • Hojii hoordoffii Maanajimantii Bishaanii yero yeroon gaggeessuu

  • Bu'uuraalee iskiimotaa gaggeeffaman Hojii yaalii iskiimotaa gaggeessuu

  • "On-farm system water managemenet'' irratti deeggarsa teeknikaa kennuu.

  • Walitti bu’iinsa (Conflict) bishaan irratti uumamuuf fala kennuu

  • Sagantaa kenniinsa bishaan jallisii baasuudhaan hoji irra oolchuu.

Mahaandisumaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.

Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2



Injinara Bulchiinsa Bishaanii I

2

20

  • Karooraa bulchinsaa bishaan jallisii qophesuu

  • Hojii oppireeshini fi raabsaa bishaani jallisii Fantaallee irratti hirmaachuu

Diploma kolleejjii Injinariingii jallisii yookiin (TVET 10 +3)kan qabuu fi muxannoo waggaa 2 fi isaa ol Oggumma fi muuxaannoo hojii injiraringii fi Ijaarsaa jallisii xixxiqaa irratti kan hojjate, uummata qindeesuu irratti muuxannoo gahaa kan qabu, gareedhan hojjachuuf fedhii fi naamusa gaarii kan qabu, hojiif hamilee fi kaka’umsaa gaarii kan qabu

SSID/ Formaanii Jallisii III

4

21

  • Sagantaa kenniinsa bishaan jallisii qopha'e hoji irra oolchuu, haala sagantaan qoph'e yeroodhaan balbala banu fi cufuu.

  • Karoorri itti fayyadama Bishaan jallisii (Baayyina /Yeroon) hojii irraa olchuu, hordofuu/raawwachuu

  • Walitti bu’iinsa (Conflict) bishaan irratti uumamuuf fala kennuu

  • Rakkoo yoo ummamee gabaasaa dhiyeessuu

Diploma kolleejjii Injinariingii jallisii yookiin (TVET 10 +3) kan qabuu fi muxannoo waggaa 0 fi isaa ol Oggumma fi muuxaannoo hojii opreeshinii jallisii xixxiqaa irratti kan hojjate,

Geet Kiipparii

3

22




  • Karooraa hojii suphaa elektiroo-makaanikaalaa qophesuu

  • Hojii suphaa elektiroo-makaanikaalaa gaggeesuu

  • Suphaa elektiroo-makaanikaalaa humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu

  • Maanualii suphaa elektiroo-makaanikaalaa qopheesuu, Leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu

  • Gabaasaa dhiyeesuu

Mahaandisummaa Mechanical, Elektrikaalaa/ dhaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shan eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.


Teeknishiyana Elektiroo-makaanikaalaa I

1




Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii Jallisii Fantaalle













23

Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii Jallisii Fantaalle


  • Karooraa hojii hordoffii Faasilitti jallisii qophesuu

  • Hojii sakatta'iinsaa faasiliitti jallisii (irrigation infrastructure condution survey) gaggeesuu

  • Skatta'iinsaa faasilitti jallisii, paampii fi elektroomekaanikaala gaggeefamee irratti hunda'udhaan gabaasaa dhimma ilaaluf dabarsuu

  • Gabaasaa dhiyeesuu

Mahaandisumaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.

Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2



Injinara Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii Jallisii I


1

24

  • Karooraa hojii suphaa qophesuu

  • Hojii suphaa faasilitti jallisii, paampii fi meshaa elektiroo-makaanikaalaa gaggeesuu

  • Suphaa faasilitti jallisii, paampii fi elektiroo-makaanikaalaa humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu

  • Maanualii suphaa faasilitti jallisii, paampii fi elektiroo-makaanikaalaa qopheesuu, Leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu

  • Gabaasaa dhiyeesuu

Mahaandisumaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.

Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2



Injinara Suphaa I

1

25

  • Karooraa hojii suphaa elektiroo-makaanikaalaa qophesuu

  • Hojii suphaa elektiroo-makaanikaalaa gaggeesuu

  • Suphaa elektiroo-makaanikaalaa humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu

  • Maanualii suphaa elektiroo-makaanikaalaa qopheesuu, Leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu

  • Gabaasaa dhiyeesuu

Mahaandisummaa Mechanical, Elektrikaalaa/ dhaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shan eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.


Teeknishiyana Elektiroo-makaanikaalaa I

3

26

  • Karooraa hojii suphaa paampii qophesuu

  • Hojii suphaa paampii irratti teekniishaana ta'udhaan hojjachuu

  • Suphaa paampii humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu

  • Maanualii suphaa paampii qopheesuu irratti hirmaachuu, leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu

  • Gabaasaa dhiyeesuu

Mahaandisummaa Mechanicalaa dhaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa ............ eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.


Tekniishaana Paampii III

1

27

  • Karooraa hojii suphaa elektrikaa paampii qophesuu

  • Hojii suphaa paampii irratti elektirishaana paampii ta'udhaan hojjachuu

  • Suphaa elektrikaa paampii humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu

  • Maanualii suphaa paampii elektrikaa qopheesuu irratti hirmaachuu, leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu

  • Gabaasaa dhiyeesuu

Mahaandisummaa Elektrikaalaa dhaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa ............ eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.


Elektirishaana Paampii III

1

28

  • Hojii suphaa, haaromsuu bu'uraawwaan iskimoota jallisii irratti foormaanii ijaarsaa ta'udhaan hojjachuu

  • Jijjiraa ujummoo irratti foormaanii ijaarsaa ta'udhaan hojjachuu




Diploma kolleejjii Injinariingii jallisii yookiin (TVET 10 +3)kan qabuu fi muxannoo waggaa 2 fi isaa ol Oggumma fi muuxaannoo hojii Ijaarsaa jallisii xixxiqaa irratti kan hojjate, uummata qindeesuu irratti muuxannoo gahaa kan qabu, gareedhan hojjachuuf fedhii fi naamusa gaarii kan qabu, hojiif hamilee fi kaka’umsaa gaarii kan qabu

Foormaanii Ijaarsaa III

2

29

  • Hojii suphaa, haaromsuu fi jijjiraa ujummoo irratti sakata'insaa gaggeessuu

  • Hojii suphaa, haaromsuu fi jijjiraa ujummoo irratti hojjataa Ujummoo/Plumbers ta'udhaan hojjachuu

  • Suphaa, haaromsuu fi jijjiraa ujummoo humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu

  • Maanualii suphaa, haaromsuu fi jijjiraa ujummoo qopheesuu irratti hirmaachuu, leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu

  • Gabaasaa dhiyeesuu

Diploma kolleejjii Injinariingii jallisii yookiin (TVET 10 +3) kan qabuu fi muxannoo waggaa 2 fi isaa ol Oggumma fi muuxaannoo hojii suphaa ujummo/plumber irratti kan hojjate, uummata qindeesuu irratti muuxannoo gahaa kan qabu, gareedhan hojjachuuf fedhii fi naamusa gaarii kan qabu,

Hojjataa Ujummoo/Plumbers I

2




Adeemsaa Hojii Ijoo Ekisteenshinii Misooma Jallisii fi Hirmaana Ummataa Fantaallee









30


Fedhii fi Rakkoo Qonnaan bulaa Sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan


Abbaa Adeemsaa Ekisteenshinii Misooma Jallisii fi Hirmannaa Ummataa

Hojiwwaan Ekisteenshinii fi hirmannaa uummtaa qindeessuu, Gurmeessuu fi qajeelchuu



Sadark Barumsa BSc/BA/MSc/MA ogummaa barumsa sosholojii/ ikonomiksii qonnaa/ kooprativii,Business Manajiimeentii fi Manajiimeentii muxxannoo waggaa ____, kan


Ab.Ad.Hojii Ek/ fi Hir. Uummataa



1




Hojii Gurma’iinsa ummataa (community mobilizare)
Hojiiwwaan misooma jallisii irraatti Ummataa kakasuu ,Gurmeesuu. ilaalchiisee Hojiiwwaan Gabatee 19 jilatti ta’aan Lakk,1,2,5 jalatti ta’aan ni rawwata
Hojii gurmaa’inaa itti fayyadamtoota bishaanii Jallisii

Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii WIBJ tiin Gurmeesuu, cimsuu . ilaalchiisee Hojiiwwaan Gabatee 19 jilatti ta’aan Lakk,1,3, 5,jalatti ta’aan ni rawwata





Sadark Barumsa BSc/BA/MSc/MA ogummaa barumsa sosholojii/ ikonomiksii qonnaa/ kooprativii,Business Manajiimeentii fi Manajiimeentii muxxannoo waggaa ____, kan qabu/du. Hojiif kaka’umsaa kan qabu, afaan Oromoo kan danda’u fi dandeetii kompuutaraa kan qabu ta’e;

Raawwataa dhimma Gurma’iinsa ummataa (community mobilizare)

1

31

Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii kakasuu fi gurmeesuu fi Qorannoo proojektii duraa fi gadii fagoo keessaatti hirmmanaa uummataa qaphesuu



Sadark Barumsa Sc/BA/MSC MSC ogummaa barumsa sosholojii/ ikonomiksii qonnaa/ kooprativii,Business Manajiimeentii fi Manajiimeentii muxxannoo waggaa ____, kan qabu/du. hojiif kaka’umsaa kan qabu, afaan Oromoo kan danda’u fi dandeetii kompuutaraa kan qabu ta’e;

Raawwataa dhimma hojii gurmaa’inaa itti fayyadamtoota bishaanii Jallisii


1

32

Itti fayyadamtootaa misooma jallisii Waldaa Ittifayyadamtoota bishaan Jallisii gurmeessuu

33

Fedhii fi Rakkoo kennaa tajaajila ekiateenshinii Qonnaan bulaa Sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan kaa’uu



Hojii Agronomii Misooma Jallissi

hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Agronomii Jallisii illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk11.) ni rawwata.



Hojii Misoomaa Horticulter fi Midhaan biroo

hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Misooma kuduraa fi muduraa illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk. 11.) ni rawwata.



Hojii Eegumsa Midhaan Jallissiin

hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Eegumsa midhaanii illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk. 11.) ni rawwata.



Hojii Qabiinsa Omishaan Booda (Post harvest)

hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Omisha Boodaa illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk. 11.) ni rawwata.



Ogeesaa Qabenyaa Ummamaa

hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Kunuunsa abeenya uumamaa illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk. 11.) ni rawwata.



Ekispartii Dheedichaa/Forage and Pasture Development

hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Dheedichaa/Forage and Pasture illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk. 11.) ni rawwata.

Hojii Hordoffii Gabaa Omisha Jallisii

Haalaa hojiiwwaan gabatee jalattii ---tarreeffaman hojii Gabaa Omisha jallisii illalchisee (lakk10), ni rawwata



MSc/BSc/Saayinsii Biqiltuu, Horticulture fi muuxannoo __

Dandeettii Addaa:

Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu

Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu

Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu


Raawwataa hojii Agronimii Misooma Jallisii-II


2

34

Hojiiwwan qunnamtii qaamoolee eksiteenshinii misooma jallisii irraattii hojjetan waliin qunnamtii uumuu

MSc/BSc/Saayinsii Biqiltuu, Horticulture fi muuxannoo __

Dandeettii Addaa:

Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu

Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu

Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu


Raawwataa Hojii Misooma Horticultur Jallisi


1

35

Qophii paakeejii ekisteenshinii

MSc/BSc/Eegumsa midhaanii fi muuxannoo __

Dandeettii Addaa:

Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu

Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu

Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu


Raawwataa Eegumsa midhaan jallisii

1

36

Leenjii sosoochii uummataa keennuu

Horticulture fi muuxannoo __

Dandeettii Addaa:

Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu

Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu

Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu


Raawwataa Qabiinsa Omisha Boodaa

(Post-Harvest Handling)


1


37

Leenjii Tajaajila Ekisteenshinii

Ogummaa Eegumsa Qabeenya Uumamaaa muuxannoo __

Dandeettii Addaa:

Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu

Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu

Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu


Raawwataa Kunuunsa qabeenya Uumaamaa

1


38

Teknoloojii/Paakejii Hojii irraa Olchuu fi Hordoofuu

Ogummaa Misooma beeledaa ykn Nyaata Horitii kan qabu fi muuxannoo __

Dandeettii Addaa:

Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu

Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu

Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu


Rawwataa Misooam Nyaata Horii

1

39

Misooma Gabaa Oomishaa jallisii

/BSc/ Economics, Agri business, Marketing, Agriculture fi muuxannoo __

Dandeettii Addaa:

Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu

Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu

Raggaa sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu


Rawwataa Gabaa Misooma jallsii



1


40

Hojii Suparvizhinii gaggeessuu










Gabatee-: Tartiiba Hojiiwwanii, Gurmaa’iinsa Hojii, Ogummaa, Muxxannoo fi Baayina Raawwaattootaa Pirojektti Balbalaa-Wadeechaa Sadarkaa Gandaa



Lak

Tarreeffama Hojii

Hojiiwwan wal-fakkaatan gurmesssu

Ogummaa fi muxannoo barbaadamu

Qaama raawwatu

Waamama Gita hojii

Baa’ina

1

Fedhii fi Rakkoo iskiimota jallisii Sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan kaa’uu

Hojiiwwan Bulchiinsa iskiimota jallisii Vershinoota I, II fi III lakk. Xiqqaa 1 fi 2,3,4 fi 5 jallatti tarreffaman sadarkaa gandatti ni qindeessa, hojii Bulchiinsa iskiimota jallisii haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf waligaltee ni uuma.

Diploma kolleejjii Injinariingii jallisii yookiin (TVET 10 +3)kan qabuu fi muxannoo waggaa 2 fi isaa ol Oggumma fi muuxaannoo hojii injiraringii, Dizaayyinii fi Ijaarsaa jallisii xixxiqaa irratti kan hojjate, uummata qindeesuu irratti muuxannoo gahaa kan qabu, gareedhan hojjachuuf fedhii fi naamusa gaarii kan qabu, hojiif hamilee fi kaka’umsaa gaarii kan qabu

Ogeessaa Jallisii fi Dreenejii Xixiqqaa (SSID)

1

Tooftaalee sakatta'iinsa iskiimota jallisii (ragaa, fedhii fi rakkoon) ittiin sassaabamu qopheessuu

Sakatta'iinsa iskiimota jallisii gaggeessuuf kan gargaaru guca qophesuu

Inventarii iskiimota jallisii irratti gaggeessuu

Fedhii, rakkoo ykn karoora dhiyaatee xiinxaluu

Fedhii fi rakkoo addaan baasuu fi tartiibaan kaa’uu (Prioritize),

Ragaalee fi odeffannoo qindeessuu

Bulchiinsa fi Sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii addaan baasuu fi qindeesuu

Ragaalee hojii kanaaf gargaaran sakata’uu fi kurfeessuu

Ogeeyyiin teeknikaa hojii Sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii qabenya misooma jallisii hojjatan waliin hojjachuu

Ogeeyyii hojii sakatta'iinsa iskiimota jallisii hojjatan waliin mare geggeessuu, hubannoo uumuu fi kallatti hojii qabsiisuu

Gabaasa waa'ee sakatta'iinsa iskiimota jallisii qophaa’ee dhiyaate irratti ogeeyyii dhimmi ilaalu waliin marii gaggeessuu

Gaaffii Bu'uuraalee iskiimotaa jallisii Sadarkaa gandaa fi sadarkaa Aanaa deebi argachuu qaban deebi kennuu

Iskiimota Jallisii Aadaa (kaanaalii qulqulleessuu,opireeshinii bishaanii fi kkf.) irratti Deeggarsa Teeknikaa kennuu

Iskiimota jallisii xixiqqaa hirmaannaa Uummaataatiin hojjataman irratti Deeggarsa Teeknikaa kennuu

Gaafii ijaarsaa/Suphaa Bu'uuraalee iskiimota jallisii sadarkaa gandaa deebi argachuu hindandenyee gara aanaa erguu, gaafiin deebii akka argatu hordofuu

2


Feedhii Teeknoolojii fi Tajaaljila eksteenshinii misoomaa Jallisii

Fedhii fi Rakkoo kennaa tajaajila ekiateenshinii misooma jallisii qonnaan bulaa sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan kaa’uu

Hojiiwwan qunnamtii qaamoolee eksiteenshinii misooma jallisii irraattii hojjetan waliin qunnamtii uumuu

Qophii paakeejii ekisteenshinii misooma jallisii

Kenninsa Leenjii ogummaa misooma jallisii Teknoloojii Hojii irraa Olchuu fi Hordoofuu

Misooma Gabaa Oomishaa jallisii gaggeessuuu


BSc/Dip S/biqiltuu /Agroonoomii muuxannoo----

Dandettii addaa

Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu

Ragga aga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu


Hojjetaa misooma Jallisii gandaa

1/ Ganda tokotti

3

Fedhii fi Rakkoo misooma Jallisii Sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan ka’uu, uummataa hojii misoomaa jallisiitiif kakasuu fi gurmeesuu



Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii kakasuu , gurmeesuu

Itti fayyadamtootaa misooma jallisii Waldaa Ittifayyadamtoota bishaan Jallisii gurmeessuu

Qoodaa fudhaatootaa Hojiiwwaan misooma Jallisii irratti gahee qabaan adda basuu Qindeesuu


Sadark Barumsa BSc/BA ogummaa barumsa sosholojii/ kooprativii,Business Manajiimeentii fi muxxannoo waggaa ____, kan qabu/du.Hojiif kaka’umsaa kan qabu, afaan Oromoo kan danda’u fi dandeetii kompuutaraa kan qabu ta’e;

Hojjetaa misooma Jallisii gandaa



1/Ganda tokotti








Waliigala









3



Yüklə 1,94 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   19   20   21   22   23   24   25   26   27




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin