Abbaa taayitaa misooma jallisii oromiyaa dookimantii qorannoo "jbah" adeemsa hojiiwwan iskiimota gurguddoo fi jiddu galeessaa


Qabxilee Xiyyeeffannaa Itti Kennamuu Qaban (Recommendations)



Yüklə 1,94 Mb.
səhifə26/27
tarix12.01.2019
ölçüsü1,94 Mb.
#96460
1   ...   19   20   21   22   23   24   25   26   27

3.16 Qabxilee Xiyyeeffannaa Itti Kennamuu Qaban (Recommendations)

Adeemsa hojii Bulchiinsa iskiimii haaraa hojii irra yemmuu oolu bu’aa qabeessa akka ta’u gochuuf dhimmoonni armaan gaditti dhiyaatan irratti xiyyeefannaa ol’aanaa kennuudhaan raawwachuun murteessaa ta’a.




  1. Adeemsi hojii kun kan kanaan duraa irra garagaarummaa guddaa kan qabuu fi hojiin kamiyyuu haala ciccitaa ta’een utuu hin ta’iin toora/adeemsa tokko keessatti hammatamee jalqabaa hanga xumuraatti kan raawwatamu ta’a. Adeemsaa hojii Bulchiinsa iskiimii bu’aa isa dhumaa bishaan jallisii bira gahuuf tooftaa mijataa fi amansiisaa ta’ee baasudhaan raawwatamuu qaba. Haaluma kanaan ,Abbaa Taayitichaa irraa kaasee hanga Gandaatti caaseffama adda addaa keessatti ogeessota jijjiirama kanaaf adda duree ta’an (Change agent) filachuudhaan orenteeshinii hojjetootaaf akka waliigalaatti kennamuun dabalatan hubannoo akka argatan gochuu fi itti gaafatamummaa kennuudhaan akka raawwatamu ta’a,




  1. Qo’annoo kana keessatti hojii ‘Organize and Together’ sochiiwwan hojii (List of serious of activities) Bulchiinsa iskiimota jallisii jalqabaa hanga xumuraatti tartiibaan tarreessuudhaan eessatti akka hojjetaman, yoom akka hojjetamanii fi yeroo hojichi fudhatu wajjin hojjetameera.




  1. Adeemsi hojii haaraa kun firiin ykn bu’aan isaa dafee akka mul’atuu fi itti fufinsaa akka qabaatu gochuuf hojiirra oolmaa/raawwii hojiichaa safaruu fi madaaluun dirqama ta’a. Haaluma kanaan, madaallii hojii bu’aa irratti xiyyeeffate utuu hin turiin hojii irra akka oolu gochuun barbaachisaa dha,




  1. Adeemsi hojii haaraa kun haala gahumsa qabuun hojii irra oolchuu akka danda’amuuf hojjetaan hundi haala fakkaataa ta’een hubannoo argatee fudhachuudhaan hojii irra oolchuu qaba. Kanaafuu, hojjetoota adeemsa duraa (Old world) irraa gara addunyaa haaraatti ceesisuudhaaf hubannoo fi beekumsa barbaachisu utuu wal-irraa hin citiin yeroo yeroodhaan kennudhaan hojii jijjiiramaa keessa amantaadhaan akka galu (Change management) bal’innaan irratti hojjetamuu qaba,




  1. Akkaataa gurmaa’insa fi caaseeffama kanaa ogeessonni ogummaa adda addaa qaban hojii jalqabaa hanga dhumaatti akka hojjetamu/raawwatumu taasifamee ijaaramaniiru. Kanaafuu, ogeessonni garee kun bakka tokkotti dhufanii hojii isaanii raawwachuu waan qabaniif kutaa hojii ykn Biiroo kanaaf kan ta’u qopha’uu qaba,


Annex




Anneksi-1: Hirmaattota Garee Tekinikaa Qorannoo JBAH


Lakk

Maqaa

Sadarkaa Barumsaa

Gahee Hojii

Garee Keessa Hojjatu

1

Taffasaa Andaargee Ayyalaa

MSc in Agricultural Economics

W/Qabaa

Qorannoo fi Dizaayinii

2

Taddasaa Baanee Dibaar

BA in Cooperative

Barreesaa fi Miseensa

Hirmaannaa Uummataa fi QF

3

Taammiraat Mangistuu Simee

BSc in Soil and Water Engineering

Miseensa

Bulchiinsa Iskiimotaa

4

Taammiraat Asaffaa Hordofaa

BA in Business Management

Miseensa

Hirmaannaa Uummataa fi QF

5

Anbassuu Jimaa Gurjii

MSC/MA in Horticulture/Economics

Miseensa

Ekisteenshinii Misooma Jallisii

6

Damissi Fallaqaa

BA in Business Management

Miseensa

SFSS



Anneksi-2: Sagantaa Hojii Qophii JBAH ATMJO


Lakk

Hojii hojjatamu

Caamsaa 2006

Torban 1ffaa

Torban 2 ffaa

Torban 3 ffaa

Torban 4 ffaa

1

Sadarkaa karoorsuu (the planning stage)





















































































1.1

Qaama ol'aana waliin wa’ee JBAH mari’achuu





















































































1.2

Qophii TOR fi karoora hojii qorannoo qopheessuu,





















































































1.3

Hojii JBAH jalqabuu





















































































1.4

Yaada gareen teknika ol'aana naannootiin kenname irratii hunda'uudhaan TOR qophaa'ee ture irra deebi'uun sirreessuu





















































































1.5

Madda ragaa addaan baasuu , tooftaa hojii qopheessuu fi gaafillee raggaa ittin fuunaanamuu qopheesuu





















































































1.6

Hubannoo fi leenjii JBAH Garee teeknikaa fi Kore ol’anaa f kennu





















































































1.7

Gabaasaa Sadarkaa karoorsuu hojjachuu fi irratti koree ol’anaa waliin marri gageesuu





















































































1.8

Adeemsaa Hojii Ijoo Filachuu fi Maqeessu irratti koree ol’anaa waliin marii gaggessu





















































































1.9

Adeemsaa Hojii Ijoo Filataman irratti Garee Hojii Kana raawwatu filachudhaan sadarkaa 2ffaa jalqabuu





















































































2

Adeemsa hojii amma jiru Qayyabachuu (understandiing the current Process)





















































































2.1

Yaa'insa hojii gurgudoo adeemsa hojii tarreessuu.





















































































2.2

Maappii adeemsa hojichaa agarsiisuu(mapping the processes)





















































































2.3

Rakkoolee,seerota fi barmaatilee bu'a adeemsa wajjin wal-qabate jiru addaan baasuu (identifing the problems of the customers)





















































































2.4

Wirtuulee adeemsota hojii biiroo keessaa fi ala wajjin walquunnaman addaan baasuu.





















































































2.5

Maamiltoota adeemsicha addaa baasun maqaa isaan tareessuu (customer identification).





















































































2.6

Gaaffii istaandardii isaa eege qopheessuu,haala dowwannoon itti gaggeeffamuu mijeessu.( preparation of interview & qustionaire)





















































































2.7

Gaaffiin qophaa'ee kan istaandardii isaa eege ta'uu mirkaneesisuu. ( approval of interviews & qustionaires prepared)





















































































2.8

Fedhii Maamiltoota Qayyabachuu( finding the customers needs)





















































































2.9

Haala adeemsa hojichaa duraan ture qayyabachuu (Preparation of scenario before re-engineering)





















































































2.10

Adeemsi hojichaa gama yerootiin,baasiitiin,qulqullinnaan attamitti deema akka jiru adda baasuu. (ragaa qabatamaa ta'etti fayyadamuudhaan)





















































































2.11

Dookumeentii hubannoo haala adeemsa hojichaa qopheessuu (producing a summarized document of the understanding stage)





















































































2.12

Dookimentii waa’ee adeemsa hojichaa qophaa'ee irratti hundaa'uudhaan koree ol’anaa tiif gabaasa dhiheessuu.




















































































Yüklə 1,94 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   19   20   21   22   23   24   25   26   27




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin