Abbaa taayitaa misooma jallisii oromiyaa dookimantii qorannoo "jbah" adeemsa hojiiwwan iskiimota gurguddoo fi jiddu galeessaa



Yüklə 1,94 Mb.
səhifə27/27
tarix12.01.2019
ölçüsü1,94 Mb.
#96460
1   ...   19   20   21   22   23   24   25   26   27




Lak

Hojii hojjatamu

Waxabaji 2006

Torban 1ffaa

Torban 2 ffaa

Torban 3 ffaa

Torban 4 ffaa

3

Adeemsa Hojii Haaraa keessa deebi'uun kurffeessuu (Redesigning stage)





















































































3.1

Garaagarfummaa raawwannaa hojii adeemsa baratama (moofaa) amma hojii irraa jiruu fi fedhii maamilaa, dhimmamtooa (stakeholders) walmadditi madaaluudhaan murteessuu.





















































































3.2

Bal'ina garaagarummaa sadarkaa raawwii murteessuu (determine the size of the performance gaps )





















































































3.3

Haala baratameen ala yaaduu fi yaadawwan "Whacko"tti fayyadamuudhaan filannoo adeemsawwan hojii haaraa maddisiisu (generating new ideas)





















































































3.4

Ga'umsa filannoowwanii sakatta'uu (madaaluu) (Fitness assessment of alternatives) (ulaagaalee ga'msa filannoowanii ittiin madaalaminitti fayyadamuudhaan)





















































































3.5

Filannowwan daraan ol'aanaa ta'an filachuu (selecting best alternatives )





















































































3.6

Hojiiwwan walfakkaatan iddoo tokkotti gurmeessuu
(organizing jobs around case team,case worker,case manager)





















































































3.7

Gabaasa waa'ee adeemsa hojii haaraa keessa deebi'uudhaan kurfaa'ee dhiheessuu.





















































































4

Sadarkaa Hojii irra oolchuu (implimentation stage)





















































































4.1

Karoora hoggansa hojii jijjiramaa(change management) qopheessuu





















































































4.2

Yaalii duraa (pilot testing) ga'umsa kurfaa'insa adeemsa hojii haaraa gaggeessuu





















































































4.3

Haalduree waa'ee adeemsa hojii haaraa sagantaa hubannoo fi waliigaltee hojjeettootaa fi maamiltoota murteessa ta'an waliin uumu (awareness creation & consensus building program) qopheessuu.























































































Yüklə 1,94 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   19   20   21   22   23   24   25   26   27




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin