Abbaa taayitaa misooma jallisii oromiyaa dookimantii qorannoo "jbah" adeemsa hojiiwwan iskiimota gurguddoo fi jiddu galeessaa



Yüklə 1,94 Mb.
səhifə7/27
tarix12.01.2019
ölçüsü1,94 Mb.
#96460
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   ...   27











2.3 Hojiiwwaan Eksteenshinii Misooma Jallisii fi Hirmaanaa Ummataa





  • Qonnaan bulaa fi horsiisee bultootni qabeenya lafaa fi bishaan jallisiif ooluu danda’aniin fayyadamanii jiruuf jireenya isaanii akka foyyeessanii fi galiin isaanii akka guddatu tajaajila ogummaa ni kenna.

  • Hojiiwwan Agronomii jallsii qophii lafaa irraa eegalee hanga omishni sassabbamuttii (qophii lafaa, yeroon facaasuu, ittifayyadama calla guddistuu, bishaan kennuu, kunuunsuu fi eegumsa midhaanii) ni raawwata, ni raawwachiisa.

  • Fedhii callaa guddistuu ni qindeessa, haala fayyadamtootaaf dhiyaatuu fi liqiin itti argamu ilaalchisee qaama ilaalu wajjiin ni hojjeta.

  • Hojii hojjetanii agarsiisuu ni gageessaa, sagantaa do’ii qopheessuun fayyadamtootni akkaa irraa baratan ni taasisa.

  • Muuxannoo gaggaarii qindeessuun akkaa babal’atan ni taasisa.

  • Odeeffannoo gosa midhaan adda addaa (kuduraa, muduraalee fi midhaan biro) gabaa irratti barbaadamaa addaanni baasa, ni filata,sadarkaa qulqullina isaanii eeggatee akka omishaman ni hordofa, deeggarsa ogummaa ni kenna.

  • Omishni misooma jallsii qonnaan bulaa omishe (out grower)warshaalee xixiqqaaf galtee akka ta’u walitti fiduun haala ni mijeessa, ni qindeessa, ni raawwata.

  • Manca’ina omisha jallisii hir’isanii dhabamsiisuuf eegumsaa fi too’annoo dhukkubaa fi ilbiisota yeroodhan akka gaggeeffamu ni hordofa, deeggarsa barabachisu ni kenna.

  • Omishni jallisii osoo hin manca’ini haala itti tursiisanii fi gabaadhaaf dhiyeessan (post harvest handling) irrati ni hojjata.

  • Dandeettii raawwachiisummaa sadarkaan jiru guddisuuf leenjii adda addaa ni qindeessa, ni raawwata, kanaaf kan gargaaran maanuwaalii fi barruulee adda addaa ni qopheessa.

  • Itti fayyadamtootaa Bishaan Jallisiif hubannoo gaha ta’e kennu

  • Itti fayyadamtootaa Bishaan Jallisii kakaasuu fi ijaaruu (gurmeessuu),

  • Paakeejii qophaa’ee irratti hubannoo fi dadaamaqina uumu (Raising awareness and concious)

  • Yaada fi hanqina (gap) teeknoloojii misooma jallisii dabarsuu irratti dhiibbaa fidan sakatta’uu fi qorachuu;

  • Dokimeentii sosochii ummataa qopheesuun leenjii keennuu

  • Rakkoolee mudataniif furmaata kaa’u, odeeffannoo kennuu fi ---kkf dha.

  • Itti fyaadamtootaa Bishaan Jallisii Bu’aa fi fayiidaa Waldaa itti fayadamaa bishaan jallisiin gurma’uu barsiisuu.

  • Itti fayaadamtootaa Bishaan jallisii waldaa itti fayyadamaa bishaan jallisiin akka gurma’aan kakaasuu, hubannoo uumuu

  • Ittifayadamtoota jallisii waldaa ittifayadamtoota bishaan jallisittiin gurmeessuu.

  • Itti fayyadamtootaa gurmaa’aan haala tajaajila argachuu danda’aan mijeessuu

  • Itti fayyadmtoonii haala itti fuufinsaa qabuu fi seera qabeesaa ta’en Iskimii Bishaan Jallisii itti fayyadamuu akka danda’an gochuu,

  • Itti fayadamtootaa bishaan jallisiif sagantaa itti fayyadamaa bishaan jallisii akka qopheefataan gochuu.

  • Barbaachisuumaa waldaa itti fayadamtoota jalisii, gurma’iinaa fi dambii ittiin bulmaata keessaa hubannoo uumuu

  • Waldaalee ittifayyadamtoota bishaan jallisii hordofuu fi cimsuu

  • Gurmaa’insaa ittifayyadamtoota bishaan jallisii ilaalchisee gabaasa qopheessuu fi dhiyeessuu.

  • Leenjii keennuu

  • Odeefannoo gabaa sasaabuun Itti fayyadamtootaa misoomaa jallisiif ni dabarsa.

  • Rakkoo gabaa oomishaa jallisii qorachuun qaama dhimmi ilaaluu waliin ta’uun furmata keennuu.

  • Qaamolee gabaa oomishaa jallisii irraatti gahee qabaan waliin qinda’uun haala gabaa omishaa jallisii mijeesuu.

  • Hojii dabalataa Abbaa Taayitichaatiin kennamu ni raawwata, ni raawwachiisa.

  • Gabaasa karooraa fi Raawwii hojii Adeemsa kanaa ni qopheessa, qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa.


Fakkii-: Maappii ol’aanaa adeemsa hojiilee Eksteenshinii Misooma Jallisii

Qophii Paakeejii Ekisteenshinii misooma jallisii foyya’aa addaan baasuu fi haala itti argamu qorachuu
Deegersaa fi gamagama hojii gageessuu

Paakeejii Hojii irraa akka oluu gochuu fi Hordoofuu,

Leenjii paakeejii kennuu

Gabaasa qopheessuu fi maamilaaf ergu



Omisha fi omishtummaa misooma jallisii haala barbaadameen omishamee fi gabaaf dhiyaate
Qunnamtii qaamoolee teeknooloojii maddisiisanii fi dhiyeessan (maddaa teeknooloojii addaan baasuu haala itti argamu qorachuu

Fedhii Teknolojii fayyadamtoota jallisi sassaabuu(Fedhii Maamilaa)

Qophii Paakeejii Ekisteenshinii misooma jallisii foyya’aa addaan baasuu fi haala itti argamu qorachuu
Deegersaa fi gamagama hojii gageessuu

Paakeejii Hojii irraa akka oluu gochuu fi Hordoofuu,



Leenjii paakeejii kennuu

Omisha fi omishtummaa misooma jallisii haala barbaadameen omishamee fi gabaaf dhiyaate













2.4 Maamiltoota, Dhimmamtootaa fi Deeggartoota

2.4.1 Maamiltoota


Maamiltoonni ATMJO irraa tajaajila argachaa jiran akka armaan gadi kanaan taa'ee jira:

  • Qonnaan bultootaa fi Horsiisee Bultoota,

  • Inveestaroota,

  • Dhaabbilee dhuunfaa

  • Kontraakataroota

  • Konsaltaantotaa

2.4.2 Qooda Fudhattoota (Stakeholders)


  • Bulchiinsa Mootummaa Sadarkaa adda addaa irra jiran (Feedarala, Naannoo , Godina -Gandaa, Bulchiinsa magaalotaa)

  • Biiroo Sivill Servisii fi Bulchinsaa Gaarii Oromiyaa

  • Biiroo Qonna Oromiyaa

  • Biiroo Lafaa fi Eegumsa Naannoo Oromiyaa,

  • Biiroo Maallaqaa fi Misooma Diinagdee Oromiyaa

  • Abbaa Taayitaa Too’annoo Dhaabbilee Misoomaa

  • Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Feederaalaa

  • Yuunversitiiwwan adda addaa.

  • Dhaabbilee Miti-mootummaa garagaraa fi kkf,

2.4.3 Deeggartoota (Collaborators)

  • Baankii Addunyaa

  • Baankii Misooma Afrikaa

  • IFAD

  • UNDP

  • AFD

  • JICA

  • WMO

  • AGP

  • KOICA

  • Kaampaaniiwwan dhuunfaa,

Yüklə 1,94 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   ...   27




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin