14
|
Fedhii teknolojii qonnaan bulaa utuu hin hirmaachisin sassaabuu
|
Fedhiin Teknolojii qonnaan bulaa addaan baasuu irraattii hirmachuu barbaadu
|
15
|
Karoora ekisteenshinii irrattii qonnaan bulaan guutumaa guututtii hirmaachuu dhiisuu
|
Karoorri ba’uu fi tajaajila ekisteenshinii fedhii fi hirmaannaa keenya of-keessaa qabu argachuu
|
16
|
Fillannoo teeknooloojii irratti hirmaannan qonnaan bulaa laafaa ta’uu
|
Filannoo teeknooloojii irraatti hirmaachu qabna
|
17
|
Qophii paakejii irraattii yaadaa qonnaan bulaa hammachuu dhabuu
|
Qophii paakejii irrattii hirmaachuun gahee isaanii gumaachuu barbaaduu
|
18
|
Qonnaan bulaan teeknoloojii irrattii leenjii gocha irrattii hunda’ee kennamuu dhabuu
|
Teknoloojii bu’aa qabeessa ta’e akka dhiyaatuf barbaaduu
|
19
|
Walqunnaamtiin qorannoo qonnaa waliin jiru laafaa ta’u
|
Teeknooloojii irratti leenjii gaha ta’e argachuu barbaadu
|
20
|
Hojiin hojjetanii agarsiisuu gaggeeffamuu dhiisuu
|
Walqunnamtiin qorannoo qonnaa fi teeknooloojii dhiyeesan waliin jiru cimaa akkaa ta’u barbaaduu
|
21
|
Muuxannoon gaggaarii bifa barbaadamaniin qinda’uu hafuu fi babal’achuu dadhabuu
|
Hojiin hojjetanii agarsiisuu (demonstration) akkaa babal’atu barbaaduu
|
22
|
Teeknoolojiin bifa barbaadamee fi yerroon dhiyaachuu dhabuu
|
Muuxannoon gaggaarii akkaa babal’atu barbaaduu
|
23
|
Teeknoolojiiwwan dhiyaatan qulqullina dhabuu
|
Teeknooloojiin qulqullina qaban yeroon dhiyaachuu qaba
|
24
|
Ogeessonni kutannoon hojjechuu dhabuu
|
Tajaajila ekisteenshinii saffisaa fi ogummaandeggarame argachuu barbaadu,
|
25
|
Caasaan ekisteenshinii hanga gandaattii diriiruu dhiisuu
|
Ogeessi ekisteenshinii jallisii hanga gandaattii jiraachuu qaba
|
26
|
Gatiin omishni qonnaan bulaan gadi bu’aa ta’uu
|
Omisha misooma jallisii gatii madalawaa ta’e argachuu qaba
|
27
|
Barbaachisummaa fi faayidaa WIBJ irratti hubannoo waan hin arganneef WIBJ hin gurmoofne.
|
Barumsa fi hubannoo gahaa ta’ee akka nuuf keennamuu barbanna.
|
28
|
Gurma’iinsiiWIB laafaa waan ta’ef tajaajila gaha aragchuu hin dandeenye
|
Kenna tajaajila WIBJ fooyya’a akkaa ta’u keessatti hirmaachu barbaanna
|
29
|
Danbii ittiin bulmaataa WIBJ keenyaa irratti hubannoo waan hin qabneef guutumaa guututti hirmaachuu hin dandeenye.
|
Seeraa ittiin bulmataa keessaa bafataan irraatti hunda’uun buluu barbaaduu
|
30
|
Sochiin gurma’iinsaa WIBJ irratti tasiifamuu lafa ta’uu.
|
WIBJ cimee diinagdee biyyaa keessatti shoora ol’aanaa akka taphatan barbaada
|
31
|
Haalli qabiinsa ogeyyii laafa ta’u
|
Ogeeyyii muuxannoo gahaa qaban simachuu fi ijaarsi dandeettii itti-fufiinsa qabu mirkaneessuu
|
32
|
Ogeeyyiin muuxannoo gahaa qaban simachuu dhabuu fi ijaarsi dandeettii itti fufiinsa qabu laafaa ta’uu
|
Ogeessoonni kutannoon uummata akkaa tajaajilan ni barbaadama
|
33
|
Kutannoon hojjechuu irratti hanqinni ni jira
|
Adeemsichi hojjattoota isaa kunuunsu fi sirnanan qabu
|
34
|
Hoggansi hojiiwwaan xixiqqaa irratti xiyyeffatee jira
|
Hoggansi hojiiwwaan tarsimo’aa irratti xiyyeeffachuu qaba
|
35
|
Qabeenyaalee gaadda addaa haalaan itti fayyadamuu dhabuu
|
Qabeenyaalee gara garaa qusannaan itti fayyadamu
|