Abbaa taayitaa misooma jallisii oromiyaa dookimantii qorannoo "jbah" adeemsa hojiiwwan iskiimota gurguddoo fi jiddu galeessaa


Varshinii Adeemsichaa Addaan Baasuu



Yüklə 1,94 Mb.
səhifə16/27
tarix12.01.2019
ölçüsü1,94 Mb.
#96460
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   ...   27

3.7 Varshinii Adeemsichaa Addaan Baasuu

Hojiin Bulchiinsa iskiimotaa varshinii adda addaa fayyadamuun raawwachuu ni danda’ama. Varshin jechuun seecootuma (in put) gosa tokkoo fudhatee bu’aa isa dhumaa adeemsichi gaafatu argamsiisuuf karaa gara garaa fayyadamun hojjachuu dha.


Haaluma kanaan, Bulchiinsa iskiimota jallisii irratti gaafi maamiltootaa, dhimmamtootaa fi kkf haala barbaadamee fi yeroo barbaadame keessatti deebi kennudhaaf gareen JBAH Bulchiinsa iskiimii keessaa hojiin Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii Jallisii varshinoota 3 (sadii) akka gaggeefamu akkuma asin gadi ibsameen dhiyaatee jira.

Seecoota (Inputs)

Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa


Varshinii-1: Bulchiinsa iskiimotaa fi Bishaan Jallisii Gurguddaa fi jiddu galeessaa, sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii fi supphaa paampii barbaadanii karaa adda addaa tiin dhiyaatan humna ATMJOtiin ni hojjata

Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa dhiyaatee xinxaluu fi addaan baasuu humna ATMJOtiin gaggeessuu


Sakatta'iinsa iskiimotaa jallisii humna ATMJOtiin gaggeessuu


Sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii, paampii (electro mechanical), humna ATMJOtiin gaggeessuu





Hojii suphaa iskiimota jallisii Gurguddaa fi Jiddu galeessaahumna ATMJOtiin gaggeessuu




Maanajimantii Bishaanii, hojii Elektro makaanikaalaa fi hojii oppireeshinii humna ummataatiin raawwatamu fi hojii Bu'uuraalee iskiimota jallisii Gurguddoo fi Jiddu galeessaa irratti humna ATMJOtiin gaggeessuu




Bu’aa isa dhumaa (Outcome)

- Bishaan jallisii wali-irraa hin cinnee fi gahaa ta’ee argame



Varshinii-2: Bulchiinsa iskiimotaa fi Bishaan Jallisii Gurguddaa fi jiddu galeessaa, sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii barbaadanii fi supphaa paampii karaa adda addaa tiin dhiyaatan humna ATMJO fi Kontiraaktaraatiin ni hojjata

Bu’aa isa dhumaa (Outcome)
- Bishaan jallisii wali-irraa hin cinnee fi gahaa ta’ee argame

Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa dhiyaatee xinxaluu fi addaan baasuu humna ATMJOtiin gaggeessuu


Sakatta'iinsa iskiimotaa jallisii humna ATMJOtiin gaggeessuu

Sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii fi paampii (electro mechanical) humna ATMJOtiin gaggeessuu


Hojii Suphaa Bu'uraallee Jallisii fi paampii (electro mechanical) iskiimota jallisii Gurguddaa fi Jiddu galeessa humna Konsaltaantitiin/kontraaktaraan gaggeessuu
Maanajimantii Bishaanii, hojii Elektro makaanikaalaa fi hojii oppireeshinii humna ummataatiin raawwatamu fi hojii Bu'uuraalee iskiimota jallisii Gurguddoo fi Jiddu galeessaa irrattihumna ATMJOtiin gaggeessuu
Seecoota (Inputs)

Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa



Varshinii-:3 Bulchiinsa iskiimotaa fi Bishaan Jallisii Gurguddaa fi jiddu galeessaa, sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii barbaadanii fi supphaa paampii karaa adda addaa tiin dhiyaatan humnaATMJO fi Waldaan itti fayyadama Bishaan Jallisii (WIBJ) tiin abbummaadhaan ni hojjata

Bu’aa isa dhumaa (Outcome)
-- Bishaan jallisii wali-irraa hin cinnee fi gahaa ta’ee argame

Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa dhiyaatee xinxaluu fi addaan baasuu humna WIBJtiin gaggeessuu


Qorannoo sakatta'iinsa iskiimotaa jallisii humna ATMJO fi WIBJtiin gaggeessuu
Sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii fi paampii (electro mechanical ) , Jallisii Gurguddaa fi Jiddu galeessaa humna ATMJO fi WIBJtiin hojjachuu
Hojii Suphaa Bu'uraallee iskiimota jallisii fi paampii Gurguddaa fi Jiddu galeessaa humna ATMJO fi WIBJtiin hojjachuu
Maanajimantii Bishaanii, hojii Elektro makaanikaalaa fi hojii oppireeshinii humna ummataatiin raawwatamu fi hojii Bu'uuraalee iskiimota jallisii Gurguddaa fi Jiddu galeessaa irrattihumna ATMJO fi WIBJtiin
Seecoota (Inputs)

Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa


Fakkii-Adeemsa Hojii Ijoo Bulchiinsa iskiimii Feedhii maammiila/karoora)


( Feedhii maammiila/karoora)
Varshinii1

( Piro. xixxiqqaa)

Varshinii2

( Piro. xixxiqqaa)

Bishaan jallisii wali-irraa hin cinnee fi gahaa ta’ee argame

Seecoota (Inputs)

Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa

Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa dhiyaatee xinxaluu fi addaan baasuu humna ATMJOtiin


Qorannoo sakatta'iinsa iskiimotaa jallisii humna ATMJOtiin
Sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii, suphaa paampii (electro mechanical ) , JallisiiGurguddaa fi Jiddu galeessaa humna ATMJOtiin
hojii " enventary survey " fi Detail Survey iskiimota jallisii humna ATMJOtiin
Maanajimantii Bishaanii, hojii Elektro makaanikaalaa fi hojii oppireeshinii humna ummataatiin raawwatamu fi hojii Bu'uuraalee iskiimota jallisii Gurguddaa fi Jiddu galeessaa irrattihumna ATMJOtiin
Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa dhiyaatee xinxaluu fi addaan baasuu humna ATMJOtiin
Qorannoo sakatta'iinsa iskiimotaa jallisii humna ATMJOtiin
Sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii, suphaa paampii (electro mechanical ) , Jallisii Gurguddaa fi Jiddu galeessaa) humna ATMJOtiin
hojii " enventary survey " fi Detail Survey iskiimota jallisii Gurguddaa fi Jiddu galeessaa humna Konsaltaantitiin
Maanajimantii Bishaanii, hojii Elektro makaanikaalaa fi hojii oppireeshinii humna ummataatiin raawwatamu fi hojii Bu'uuraalee iskiimota jallisii Gurguddaa fi Jiddu galeessaa irrattihumna ATMJOtiin
Seecoota (Inputs)

Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa



Varshinii3
Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa dhiyaatee xinxaluu fi addaan baasuu humna ATMJO fi WIBJtiin
Qorannoo sakatta'iinsa iskiimotaa jallisii humna ATMJO fi WIBJtiin

Sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii, suphaa paampii (electro mechanical), Jallisii Gurguddaa fi Jiddu galeessaa)humna ATMJO fi WIBJtiin

hojii " enventary survey " fi Detail Survey iskiimota jallisii Gurguddaa fi Jiddu galeessaahumna ATMJO fi WIBJtiin

Maanajimantii Bishaanii, hojii Elektro makaanikaalaa fi hojii oppireeshinii humna ummataatiin raawwatamu fi hojii Bu'uuraalee iskiimota jallisii Gurguddaa fi Jiddu galeessaairrattihumna ATMJO fi WIBJtiin


Seecoota (Inputs)

Fedhii Maamliila/Rakkoo/Karooraa

: Maappii Varshiinoota Sadihii


Yüklə 1,94 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   ...   27




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin