Tartiiba Hojiiwwanii, Gurmaa’iinsa Hojii, Ogummaa, Muxxannoo fi Baay'ina Raawwaattootaa Ibsuu Sadarkaa Pirojektti Tibilaa
səhifə 22/27 tarix 12.01.2019 ölçüsü 1,94 Mb. #96460
3.11.2 Tartiiba Hojiiwwanii, Gurmaa’iinsa Hojii, Ogummaa, Muxxannoo fi Baay'ina Raawwaattootaa Ibsuu Sadarkaa Pirojektti Tibilaa
Gabatee-: Tartiiba Hojiiwwanii, Gurmaa’iinsa Hojii, Ogummaa, Muxxannoo fi Baay'ina Raawwaattootaa Ibsuu Sadarkaa Pirojektti Tibilaa
Lakk
Tarreeffama Hojii
Hojiiwwan wal-fakkaatan gurmessuu
Ogummaa fi muuxannoo barbaadamu
Qaama raawwatu
Waamama Gita hojii
Baa’ina
1
Hojii Bulchinsaa Iskimii Jallisii Fantaallee
Hojiiwwan Bulchiinsa iskiimota jallisii, eksteenshinii misooma jallisii fi hirmaana ummataa sadarkaa pirojektti ni qindeessa, hojii Bulchiinsa iskiimota jallisii haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf sadarkaa pirojektti waligaltee ni uuma.
Mahaandisummaa Irrigation /Soil &Water/Water resource/ Engineering tiin Digirii Baachilarii ,haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin,haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 8/6(fantaallee/Tibilaa fi Balballaa)
Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 6/4 kan qabu/du. (fantaallee/Tibilaa fi Balballaa)
Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 5 kan qabu.
.
Hogganaa Waajjiraa
1
Hojii Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffi Faasilitti Jallisii pirojektti Fantallee karoorsuu, qindeesuu fi gaggeessuu
Hojii Ekisteenshinii Misooma Jallisii fi Hirmaana Ummataa pirojektti Fantaallee karoorsuu, qindeesuu fi gaggeessuu
2
Haala mijeessuu
Dhimmaa ogganaan akkaa barra’uu ajaje barreessun ni qophessu
Dipiloomaa kolleejjii gosa barumsaa Sek. Sa. & Office Mgt
Haala Mijeesituu
1
Xalayaan qopha’ee malattesisuudhan gara mana galmeettii erguu
Xalayaa mana galmeetii dhufan fuudhaan ogganaaf dhiyeessuu
Ragaaleen addaa addaa ogganaadhan malata’ee fi ogganaaf dhiyaatuu ragaa qabachuu
Bakkaa oogganaan hin jirreettii ergaa adda addaa fudhuudhan oggaanaaf ni dhiyeessuu/ni dabarsu
Hojii keessumeessuu maamilaa gageessuu
3
Karoora Yeroo Jiddugaleessaa qophesuu
Hojiiwwan Qophii karooraa fi Baajataa, sadarkaa pirojektti ni hojjataa, hojii adeemsichaa haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf waligaltee ni uuma
1.Digirii calqabaa fi isaan ol baruumsa Ikonoomiiksii, Regional Development Studies, Ji'oogiraafii, Injiinara Qonnaa, Sosholojii,Dimogiraafii, Saayinsii qonnaa fi Biqiltuu , Manajimantii, Istaatistiiksii....kkf
2.Muuxannoo Waggaa 4 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu
3.Leenjii komputaraa kan qabu,
4.Dandeettii Pirojektii qopheessuu fi deeggaruu kan qabu
Raawwattoota Qophii karoraa fi Baajata waggaa ,
1
Qophii karooraa, baajataa, hordoffii fi Gamaaggamaa irrattii hojii Dandeettii raawwachiisummaa cimsu gaggeessuu
Qophii Karooraa fi Baajata Waggaa gaggeessuu
Hojii Hordoffii fi Gamaaggaaamaa
Gamaaggama Karoora Yeroo Dheeraa Gaggeessuu
4
Dhimmaa Konkolaataa fi Boba'a Konkolaataa
Fedhii tajaajilaa Konkolaataa fi sagantaa hojii simachuu
Barumasaa qalamaa kutaa-6 fi isaa oli, Haayamaa konkolaachisaa sadarkaa-3ffaa kan qabuu, Muuxannoo waggaa 5 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu
Konkolaachisaa IV
2
Tajaajilaa Konkolaataa maamilaaf haala qulqulina fi bu’a qabeesaa ta’en kennu
Haayamaa konkoolchisumaa yeroo yeroon haaromsisuu
Konkolaataan yeroo hundaa balaa irraa eguu fi bakka seera qabeesaa ta’e dhaabu
Konkolaataan suphaa duraa (preventive maintenanace) yoo gahuu sarvisii gochuu fi yeroo isaa eggudhaan akka raawwatamu fi kununsaa taasisuu
Konkolaataan Suphaa salphaa (minor-maintenanace) yoo qunamuu yeroodhaan gabaasaa godhuu fi suphaan isaa akka raawwatamu taasisuu fi hordofuu
Konkolaataan suphaa guddaa (major maintenanace) yoo qunamuu, sadarkaa hanqina mudatee, meeshaa cabee, waan suphamu qabu, meeshaa jijjiruun barbaachisuu, suphaan baarbaadame haala fi sadarkaa barbaadamee qindeesudhaan gabaasaa dhiyeesuu
Konkolaataan suphaa guddaa (major maintenanace) qunamee kana yerodhaan gabaasaa dhiyeesudhaan, garajii keessaa ykn garajii ala haala suphamu danda’u hordofuu, haala mijeesuu
Konkolaataan suphaa guddaa (major maintenanace) haayamaa argatee, yoo gaggeefamee, sadarkaa hojiin suphaan raawwatame, meeshaa jijjiramee, meshaa cabee, suphaan baarbaadame haala fi sadarkaa barbaadameen raawwatamu isaa mirkaneessun wal-harkaa fudhinsa raawwachu
Gabaasa hojii qaamaa ilaalu hundaaf yeroo fi sagantaa ta’en ni dhiyeessa
5
Bittaa meshaa
Bittaa Gorsaa
Bitaa Ijaarsaa
Kafalttii
Qabinsaa Hireegaa
Karoora adeemsa hojiichaa qoopheessu
Hojii adeemsichaa gurmeessuu,qindeessuu fi raawwii hojii gamaaggamuu
Maallaqa baankii fi saanduqa keessa jiru ol’antummaan bulchuu
Hojii adeemsicha hojatoota gare keessa jiraniif qindeessudhaan raawwatoota aangeesudhaan bakka buusu
Humna nama, meeshaa fi dhimmoota adeemsichii hojiif barbaadan qindeessu.
Rakkoo adeemsicha qunnamuuf furmaata kennuu.
Digirii calqabaa fi isaan ol baruumsa, Accounting, managemenet, Ikonoomiiksii, Sosholojii, Istaatistiiksii....kkf
Muuxannoo waggaa 5 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu
Leenjii komputaraa kan qabu,
Dandeettii afaan fi qindeesuu kan qabu
Hojjetaa herreegaa fi baajataa
1
6
Bittaa gosa adda addattin raawwatameef yeroon kafaltii raawwachu
Kafaltii mindaa hojjatootaa raawwachu
Kafaltii durgoo raawwachu.
Karoora baajata fudhachuun qulqulleessu,
Gaaffii kaffaltii abbootii bajataa irraa dhiyaatu qulqulleessuu , mirkaneessuu fi galmeessuu, kafalttii raawwachu
Baaxii kaffaltii ji’a ji’aan kan waggaa qohpeessuun kurmaannaan abbootii bajataa tokko tokkoon aada baassu.
Baajata hayyamamee fi karoora maallaqa callaa irrati hundaa’uun maallaqdabarsu
Ogummaa herreegaatiin (Acct) fi walfkaatun Dipiloomaa, muxxannoo hojii waggaa 9 fi isaa ol, ykn BA muxannoo hojii waggaa 6 fi isaa ol Ogummaa kompiitaraa
Akkaawontaantii
1
7
Hojii maallaqa calaa
Nagahee galii qopheessuun galii ni fuudhaa
Maallaqa callaa saanduuqaa ni qaba,
Kaffaltii fandii ni raawwata,
Kaffaltiin mindaa bakka baankiin hin jirreetti ni raawwata,
Galmee maallaqa callaa (Cash book) ni galmeesa,
Sanada Kaffaltiin itti raawwatame kan fandii addaan baasuun He/ Mo 42 galmeessuun tuuta herreegaatiif ni dabarsa,
Kaffaltiiwwan fandii waajjiraan alatti raawwataman ni raawwata,
Maallaqa imaanaa He/mo 85 qopheessuun ni fuudha,
Maallaqa imaanaa He/mo 86 qopheessuun ni kaffala.
Kuppoonii boba’aa ni qaba, ni rabsa,
Galmee galii fi baasii kuppoonii boba’aa ni qabata
Dipiloomaa fi Muxannoo waggaa 7 fi isaa olii ogummaa herreegaatiin (Acct)fi ogummaa walfkaatun
Ogummaa kompiitaraa
Qabaa Maallaqaa
1
8
Qophii bittaa meeshaa taassisu
Haaldurewwan bittaan xumuramu qaban xumuru
Bittaa gaggeessu
Xalayaa beeksiisa caal-baasii qopheessuu fi erguu;
Kaffaltii beeksiisa caal-baasii akka raawwatamu taasiisu;
Akka barbaachisummaa isaatti tutaa caal-baasii banuu, xiinxaluu fi gamaaggamu keessatti raawwatoota biroo waliin hirmaachuu;
Xalayaa affera bittaa ittiin dhiyeessa gatii qopheessuu;
Biittaa ittiin dhiyeessaa gatiitiin raawwatamuuf yaada dorgommii walitti qabuu;
Haala waliigaltee irratti hunda'uun bittaa raawwachuun meeshaa galii taasiisuu,
Bittaa xixiqqaa kallattiin raawwachuu;
karoora fi gabaasa raawwii hojii isaa torbani, ji’aa, kurmaana fi waggaa qopheessuu;
Ogummaa barnoota “procurement and supply management” , “marketing “management” ,“Accounting”, economics ”, muxxannoo hojii waggaa 6;
Kompitaaratti faayyadamuuf dandeettii gahaa kan qabu;
Afaan oromoo sirriitti dhagaahuu, dubbachuu, dubbisuu fi barreessuu muxxannoo hojii
waggaa 5 barbaada;
Raawwata
Dhimma
Bittaa
( Purchaser )
1
9
Raawwataa Hojii Hooggansa Qabeenya Namaa
Hojiiwwan hoggnsaa qabenyaa namaa sadarkaa pirojektti ni qindeessa, hojiiwwan Adeemsi hojii Misooma fi bulchinsaa Qabenyaa Namaa haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf waligaltee ni uuma
Digrii lamffaa ykn Digrii jalqabaa HRM, Mgt, Seera, fi kkf
Waliiti dhufeenya gaarii kan qabu fi muxannoo waggaa ---
Gahuma hojii qindeessu fi dandeetii hojii gaha ta’e kan qabu. Dandeetii afaan hojii fi kompuutaraa kan qabu.
Raawwataa Hojii Hooggansa Qabeenya Namaa V
1
10
Hojii kuusaalee hojii , hojjatootaa fi xalayootaa galii fi baasii ilaalchisee
Ragaa walitti qabame haala amayyaatiin qindeessuu, xinxaluu fi dokimantii istaastiksii baasuu
Diploomaa kollejii gosa barumsaa Mgt, IT, HRM, MIS
Dandeettii kompuuteraa fi afaan Oromoo kan qabdu
-muxannoo waggaa -----
Rawwataa Hojii Rikardii fi Kuusaa IV
1
Kuusaalee hojii gosa hojiitiin addaan baasuu
Kuusaa hojjetootaa tartiibaan (Alpghabeticall) addaan baasuu
Ragaalee haala hamayyaa’een siistama diriirsame keessaa galchuu
Ragaa qaama dhimmi ilaaluuf gabaasuu/kennuu
11
Bulchinsa Mana Kuusaa (Stock Management)
Bulchinsa Mana Kuusaa (Stock Management)
Sertafikeetaa fi isaa oli
Muuxannoo waggaa 2 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu
Raawataa Hojii Mana Kuusaa Meeshaa
1
Ragaa qabeenya dhaabbii mana hojii bittaadhaan, gargaarsaan, dabarsaan ykn haala biroon argamee hunda galmesuun ni qabata odeeffanoo isaas qaama dhimmi ilaaluf ni dabarsa,
Qabeenya tajaajila kennee ni fudha, gara mana kuusaa damee isaattif ni dabarsa,
Qabeenya dhaabbii harka hojjatotaa jiru kaardii dhunfaa hojjatotaa tokko tokkoon guutuun ragaa isaa raawwataa qabeenya dhaabbii WMMD sadarkaan jiruti ni dabarsa,
Qabeenya dhaabbii mana hojii keessa jiru ni hordofaa hojii mootummaaf oluu isaa ni to’ata,
Qabeebyii mana hojii keessa jiru yoo xiqqaate waggaatti al-tokko akka lakka’amuu (inventory) haala ni mijeessuun ni lakkofsiisa,
Kununsaa qabeenyaa, Qulquliina waajjiraa fi egdoo mooraa mana hojiichaa ni raawwachisa,
Qabeenya tajaajilaan ala ta’e addaan baasuun ragaa qabachuun qaama dhimmii ilaaluf ni dabarsa,
Kan sadarkaa mana hojiitti dhabamsifamanif hojiin maqsaa akka raawwatamu haala ni mijeessa,
Unkaalee, moodelota fi galmeewwan hojii armaan oliittif barbaachisan hunda fudhachuun ni qabataa, ni gutaa.
Ragaa hojiiwwan armaan olii sagantaa kompitaraa (soft ware) qophaa’un qindeesse ni qabata,
Gabaasaa fi ragaa gafatamu qaama ilaaluf qulqulina isaa eggun ni dabarsa.
12
Tajaajilaa waligalaa (General Service)
Hojiwwaan Tajaajilaa waligalaa sadarkaa pirojektti ni qindeessa, hojiin haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf sadarkaa ATMJO waligaltee ni uuma
Digirii calqabaa fi isaan ol baruumsa, Accounting, Store managemenet, Istaatistiiksii....kkf
Muuxannoo waggaa 3 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu
Leenjii komputaraa kan qabu,
Dandeettii afaan fi qindeesuu kan qabu
Qindeesaa hojiwwaan Tajaajila Maraa (General Services)
1
13
Tajaajilaa waligalaa (General Service)
Tajaajila qulqullina kutaallee hojjatootaa, hoggantootaa, galma adda addaa, mana fincaani fi akkuma waligalaa waajjiraa qulqullina eeguu
Sertafikeetaa fi isaa oli
Muuxannoo waggaa 0 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu
Qulqulleessituu
1
Meshaa hojiif barbaachisan yeroodhaan gaafachuu, hordofu fi bichisisuu
Meshaa hojiif kennamee fi mana kusaa baasi ta’e seeraan eguu fi fayyadamu
14
Tajaajilaa waligalaa (General Service)
Sertafikeetaa fi isaa oli
Muuxannoo waggaa 0 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu
-Leenjii loltummaa irratti kan fuudhatee
Waardiyyaa
2
Hojii _Ijoo_Oppireeshinii,_Suphaa_fi_Hordoffi_Faasilitti_Jallisii_Fantallee'>Adeemsaa Hojii Ijoo Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffi Faasilitti Jallisii Fantallee
Hojii Oppireeshini fi Raabsaa Bishaani Jallisii Fantaallee Case Team
15
Hojii Oppireeshini fi Raabsaa Bishaani Jallisii Fantaallee
Hojii oppireeshinii, suphaa fi hordoffi faasilitti Jallisii Fantallee ni karoorsaa, qindeesaa, yeroo baajataa haayamamu hojii irra ni olchaa
Mahaandisumaan Digirii Baachilarii fi isa ol waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 6 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 4. kan qabu/du.
Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2
Abbaa Adeemsaa Hojii Ijoo Oppireeshinii, Suphaa fi Hordoffi Faasilitti Jallisii Fantaallee
1
16
Karooraa hojii oppreeshinii qophesuu
Hojii Opreeshinii bu'uraawwaan iskimoota jallisii raawwachuu
Tajaajila oppireeshinii irratti deeggarsa kennuu
Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin,haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.
Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2
Injinara Oppireeshinii I
2
17
Buulchinsa Faayinaansi Iskiimotaa Foyyeesuu
Dookimantii 'O&M Cost" Qaama dhimmi illallatu waliin Qoratanii baasuudhaan,Qaama dhimmi ilallatuuf dhiyeessuun mirkaneessisuu.
Dookimantii O & M Cost fi investment cost recovery Qophaa'e irratti Koree WIBJ tiif hubannoo uumuu
Qarshii Opreeshnii fi Suphaa Qaama dhimmi ilaallatu waliin Koreen WIBJ akka Fuunaanu taasisuu
Ragaa duraa hojii 'TOR' iif oluu guranii qindessuu
Digrii jalqabaa ikonomiksii/ ikonomiksii qonnaa/ muxxannoo waggaa 5 fi isaa ol kan qabu/du
Gareedhan hojjachuuf fedhii fi naamusa gaarii kan qabu/du, hojiif hamilee fi kaka’umsaa gaarii kan
Raawwataa Deebisaa Baasi (O & M, Investment Cost recovery)
1
18
Karooraa hojii elektiroo-makaanikaalaa qophesuu
Hojii Opreeshinii elektiroo-makaanikaalaa gaggeesuu
Opreeshinii elektiroo-makaanikaalaa humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu
Maanualii Opreeshinii elektiroo-makaanikaalaa qopheesuu, Leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu
Gabaasaa dhiyeesuu
Mahaandisummaa Mechanical, Electrical/ engineering dhaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin,haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.
Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2
Injinara Elektiroo-Makaanikaalaa I
1
19
Karooraa bulchinsaa bishaan jallisii qophesuu
karoorri itti fayyadama Bishaan jallisii (Baayyina /Yeroon) hojii irraa oluu isaa hordofuu/raawwachuu
Too'annaa fi hordoffii itti-fayyadama bishaan jallisii gaggeessuu fi deeggarsa adda addaa kennuu
Hojii hoordoffii Maanajimantii Bishaanii yero yeroon gaggeessuu
Bu'uuraalee iskiimotaa gaggeeffaman Hojii yaalii iskiimotaa gaggeessuu
"On-farm system water managemenet'' irratti deeggarsa teeknikaa kennuu.
Walitti bu’iinsa (Conflict) bishaan irratti uumamuuf fala kennuu
Sagantaa kenniinsa bishaan jallisii baasuudhaan hoji irra oolchuu.
Mahaandisumaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.
Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2
Injinara Bulchiinsa Bishaanii I
2
20
Karooraa bulchinsaa bishaan jallisii qophesuu
Hojii oppireeshini fi raabsaa bishaani jallisii Fantaallee irratti hirmaachuu
Diploma kolleejjii Injinariingii jallisii yookiin (TVET 10 +3)kan qabuu fi muxannoo waggaa 2 fi isaa ol Oggumma fi muuxaannoo hojii injiraringii fi Ijaarsaa jallisii xixxiqaa irratti kan hojjate, uummata qindeesuu irratti muuxannoo gahaa kan qabu, gareedhan hojjachuuf fedhii fi naamusa gaarii kan qabu, hojiif hamilee fi kaka’umsaa gaarii kan qabu
SSID/ Formaanii Jallisii III
5
21
Sagantaa kenniinsa bishaan jallisii qopha'e hoji irra oolchuu, haala sagantaan qoph'e yeroodhaan balbala banu fi cufuu.
Karoorri itti fayyadama Bishaan jallisii (Baayyina /Yeroon) hojii irraa olchuu, hordofuu/raawwachuu
Walitti bu’iinsa (Conflict) bishaan irratti uumamuuf fala kennuu
Rakkoo yoo ummamee gabaasaa dhiyeessuu
Diploma kolleejjii Injinariingii jallisii yookiin (TVET 10 +3) kan qabuu fi muxannoo waggaa 0 fi isaa ol Oggumma fi muuxaannoo hojii opreeshinii jallisii xixxiqaa irratti kan hojjate,
Geet Kiipparii
9
Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii Jallisii Fantaalle
22
Suphaa fi Hordoffii Faasiliitii Jallisii Fantaalle
Karooraa hojii hordoffii Faasilitti jallisii qophesuu
Hojii sakatta'iinsaa faasiliitti jallisii (irrigation infrastructure condution survey) gaggeesuu
Skatta'iinsaa faasilitti jallisii, paampii fi elektroomekaanikaala gaggeefamee irratti hunda'udhaan gabaasaa dhimma ilaaluf dabarsuu
Gabaasaa dhiyeesuu
Mahaandisumaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.
Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2
Injinara Hordoffii Faasiliitii I
1
25
Karooraa hojii suphaa qophesuu
Hojii suphaa faasilitti jallisii, paampii fi meshaa elektiroo-makaanikaalaa gaggeesuu
Suphaa faasilitti jallisii, paampii fi elektiroo-makaanikaalaa humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu
Maanualii suphaa faasilitti jallisii, paampii fi elektiroo-makaanikaalaa qopheesuu, Leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu
Gabaasaa dhiyeesuu
Mahaandisumaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shaniin eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.
Mahaandisummaadhaan Digrii Doktareetii fi Muuxannoo waggaa 2
Injinara Suphaa I
1
26
Karooraa hojii suphaa elektiroo-makaanikaalaa qophesuu
Hojii suphaa elektiroo-makaanikaalaa gaggeesuu
Suphaa elektiroo-makaanikaalaa humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu
Maanualii suphaa elektiroo-makaanikaalaa qopheesuu, Leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu
Gabaasaa dhiyeesuu
Mahaandisummaa Mechanical, Elektrikaalaa/ dhaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa shan eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.
Teeknishiyana Elektiroo-makaanikaalaa I
3
27
Karooraa hojii suphaa paampii qophesuu
Hojii suphaa paampii irratti teekniishaana ta'udhaan hojjachuu
Suphaa paampii humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu
Maanualii suphaa paampii qopheesuu irratti hirmaachuu, leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu
Gabaasaa dhiyeesuu
Mahaandisummaa Mechanicalaa dhaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa ............ eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.
Tekniishaana Paampii III
1
28
Karooraa hojii suphaa elektrikaa paampii qophesuu
Hojii suphaa paampii irratti elektirishaana paampii ta'udhaan hojjachuu
Suphaa elektrikaa paampii humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu
Maanualii suphaa paampii elektrikaa qopheesuu irratti hirmaachuu, leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu
Gabaasaa dhiyeesuu
Mahaandisummaa Elektrikaalaa dhaan Digirii Baachilarii, haala Immaammata barnootaa haaraan Waggaa Afuriin, haala imaammata duraaniitiin kan waggaa ............ eebbifame/te fi muuxannoo waggaa 5 Maahandisummaadhaan Digrii maastireetii fi Muuxannoo waggaa 3. kan qabu/du.
Elektirishaana Paampii III
1
29
Hojii suphaa, haaromsuu bu'uraawwaan iskimoota jallisii irratti foormaanii ijaarsaa ta'udhaan hojjachuu
Jijjiraa ujummoo irratti foormaanii ijaarsaa ta'udhaan hojjachuu
Diploma kolleejjii Injinariingii jallisii yookiin (TVET 10 +3)kan qabuu fi muxannoo waggaa 2 fi isaa ol Oggumma fi muuxaannoo hojii Ijaarsaa jallisii xixxiqaa irratti kan hojjate, uummata qindeesuu irratti muuxannoo gahaa kan qabu, gareedhan hojjachuuf fedhii fi naamusa gaarii kan qabu, hojiif hamilee fi kaka’umsaa gaarii kan qabu
Foormaanii Ijaarsaa III
1
30
Hojii suphaa, haaromsuu fi jijjiraa ujummoo irratti sakata'insaa gaggeessuu
Hojii suphaa, haaromsuu fi jijjiraa ujummoo irratti hojjataa Ujummoo/Plumbers ta'udhaan hojjachuu
Suphaa, haaromsuu fi jijjiraa ujummoo humna ol ta'e qaama dhimma ilaalu waliin ta'udhaan furmaataa kennu
Maanualii suphaa, haaromsuu fi jijjiraa ujummoo qopheesuu irratti hirmaachuu, leenjii adda addaa kennu fi hordofii gaggeessuu
Gabaasaa dhiyeesuu
Diploma kolleejjii Injinariingii jallisii yookiin (TVET 10 +3) kan qabuu fi muxannoo waggaa 2 fi isaa ol Oggumma fi muuxaannoo hojii suphaa ujummo/plumber irratti kan hojjate, uummata qindeesuu irratti muuxannoo gahaa kan qabu, gareedhan hojjachuuf fedhii fi naamusa gaarii kan qabu,
Hojjataa Ujummoo ol'ana/Plumbers II
1
Hojjataa Ujummoo/Plumbers I
3
Adeemsaa Hojii Ijoo Ekisteenshinii Misooma Jallisii fi Hirmaana Ummataa Fantaallee
31
Fedhii fi Rakkoo Qonnaan bulaa Sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan
Abbaa Adeemsaa Ekisteenshinii Misooma Jallisii fi Hirmannaa Ummataa
Hojiwwaan Ekisteenshinii fi hirmannaa uummtaa qindeessuu, Gurmeessuu fi qajeelchuu
Sadark Barumsa BSc/BA/MSc/MA ogummaa barumsa sosholojii/ ikonomiksii qonnaa/ kooprativii,Business Manajiimeentii fi Manajiimeentii muxxannoo waggaa ____, kan
Ab.Ad.Hojii Ek/ fi Hir. Uummataa
1
Hojiiwwaan misooma jallisii irraatti Ummataa kakasuu ,Gurmeesuu. ilaalchiisee Hojiiwwaan Gabatee 19 jilatti ta’aan Lakk,1,2,5 jalatti ta’aan ni rawwata
Hojii gurmaa’inaa itti fayyadamtoota bishaanii Jallisii
Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii WIBJ tiin Gurmeesuu, cimsuu . ilaalchiisee Hojiiwwaan Gabatee 19 jilatti ta’aan Lakk,1,3, 5,jalatti ta’aan ni rawwata
Sadark Barumsa BSc/BA/MSc/MA ogummaa barumsa sosholojii/ ikonomiksii qonnaa/ kooprativii,Business Manajiimeentii fi Manajiimeentii muxxannoo waggaa ____, kan qabu/du. Hojiif kaka’umsaa kan qabu, afaan Oromoo kan danda’u fi dandeetii kompuutaraa kan qabu ta’e;
Raawwataa dhimma Gurma’iinsa ummataa (community mobilizare)
1
32
Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii kakasuu fi gurmeesuu fi Qorannoo proojektii duraa fi gadii fagoo keessaatti hirmmanaa uummataa qaphesuu
Sadark Barumsa Sc/BA/MSC MSC ogummaa barumsa sosholojii/ ikonomiksii qonnaa/ kooprativii,Business Manajiimeentii fi Manajiimeentii muxxannoo waggaa ____, kan qabu/du. hojiif kaka’umsaa kan qabu, afaan Oromoo kan danda’u fi dandeetii kompuutaraa kan qabu ta’e;
Raawwataa dhimma hojii gurmaa’inaa itti fayyadamtoota bishaanii Jallisii
1
33
Itti fayyadamtootaa misooma jallisii Waldaa Ittifayyadamtoota bishaan Jallisii gurmeessuu
34
Fedhii fi Rakkoo kennaa tajaajila ekiateenshinii Qonnaan bulaa Sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan kaa’uu
Hojii Agronomii Misooma Jallissi
hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Agronomii Jallisii illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk11.) ni rawwata.
Hojii Misoomaa Horticulter fi Midhaan biroo
hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Misooma kuduraa fi muduraa illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk. 11.) ni rawwata.
Hojii Eegumsa Midhaan Jallissiin
hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Eegumsa midhaanii illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk. 11.) ni rawwata.
Hojii Qabiinsa Omishaan Booda (Post harvest)
hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Omisha Boodaa illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk. 11.) ni rawwata.
Ogeesaa Qabenyaa Ummamaa
hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Kunuunsa abeenya uumamaa illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk. 11.) ni rawwata.
Ekispartii Dheedichaa/Forage and Pasture Development
hojiiwwaan gabatee -- jalattii tarreeffaman keessaatti Dheedichaa/Forage and Pasture illalchisee fedhii fi rakkoo sassabuu (lakk. 4) hojiiwwan qunnamtii qaamota hojii kana irratti hirmatan(lakk 5), qophii paakejii (lakk 6), Leenjii kennuu(8), teknooloojii hojii irraa oolchuu (lakk 9) fi hojii supervsion (lakk. 11.) ni rawwata.
Hojii Hordoffii Gabaa Omisha Jallisii
Haalaa hojiiwwaan gabatee jalattii ---tarreeffaman hojii Gabaa Omisha jallisii illalchisee (lakk10), ni rawwata
MSc/BSc/Saayinsii Biqiltuu, Horticulture fi muuxannoo __
Dandeettii Addaa:
Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu
Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu
Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu
Raawwataa hojii Agronimii Misooma Jallisii-II
4
35
Hojiiwwan qunnamtii qaamoolee eksiteenshinii misooma jallisii irraattii hojjetan waliin qunnamtii uumuu
MSc/BSc/Saayinsii Biqiltuu, Horticulture fi muuxannoo __
Dandeettii Addaa:
Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu
Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu
Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu
Raawwataa Hojii Misooma Horticultur Jallisi
1
36
Qophii paakeejii ekisteenshinii
MSc/BSc/Eegumsa midhaanii fi muuxannoo __
Dandeettii Addaa:
Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu
Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu
Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu
Raawwataa Eegumsa midhaan jallisii
1
37
Leenjii sosoochii uummataa keennuu
Horticulture fi muuxannoo __
Dandeettii Addaa:
Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu
Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu
Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu
Raawwataa Qabiinsa Omisha Boodaa
(Post-Harvest Handling)
1
38
Leenjii Tajaajila Ekisteenshinii
Ogummaa Eegumsa Qabeenya Uumamaaa muuxannoo __
Dandeettii Addaa:
Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu
Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu
Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu
Raawwataa Kunuunsa qabeenya Uumaamaa
1
39
Teknoloojii/Paakejii Hojii irraa Olchuu fi Hordoofuu
Ogummaa Misooma beeledaa ykn Nyaata Horitii kan qabu fi muuxannoo __
Dandeettii Addaa:
Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu
Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu
Dandeettii raga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu
Rawwataa Misooam Nyaata Horii
1
40
Misooma Gabaa Oomishaa jallisii
/BSc/ Economics, Agri business, Marketing, Agriculture fi muuxannoo __
Dandeettii Addaa:
Dandeettii Kompiyuutara Garee fi waliigalteen hojjechuu
Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu
Raggaa sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu
Rawwataa Gabaa Misooma jallsii
1
41
Hojii Suparvizhinii gaggeessuu
Gabatee-: Tartiiba Hojiiwwanii, Gurmaa’iinsa Hojii, Ogummaa, Muxxannoo fi Baayina Raawwaattootaa Pirojektti Tibilaa
Sadarkaa Gandaa
Lak
Tarreeffama Hojii
Hojiiwwan wal-fakkaatan gurmesssu
Ogummaa fi muxannoo barbaadamu
Qaama raawwatu
Waamama Gita hojii
Baa’ina
1
Fedhii fi Rakkoo iskiimota jallisii Sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan kaa’uu
Hojiiwwan Bulchiinsa iskiimota jallisii Vershinoota I, II fi III lakk. Xiqqaa 1 fi 2,3,4 fi 5 jallatti tarreffaman sadarkaa gandatti ni qindeessa, hojii Bulchiinsa iskiimota jallisii haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf waligaltee ni uuma.
Diploma kolleejjii Injinariingii jallisii yookiin (TVET 10 +3)kan qabuu fi muxannoo waggaa 2 fi isaa ol Oggumma fi muuxaannoo hojii injiraringii, Dizaayyinii fi Ijaarsaa jallisii xixxiqaa irratti kan hojjate, uummata qindeesuu irratti muuxannoo gahaa kan qabu, gareedhan hojjachuuf fedhii fi naamusa gaarii kan qabu, hojiif hamilee fi kaka’umsaa gaarii kan qabu
Ogeessaa Jallisii fi Dreenejii Xixiqqaa (SSID)
1
Tooftaalee sakatta'iinsa iskiimota jallisii (ragaa, fedhii fi rakkoon) ittiin sassaabamu qopheessuu
Sakatta'iinsa iskiimota jallisii gaggeessuuf kan gargaaru guca qophesuu
Inventarii iskiimota jallisii irratti gaggeessuu
Fedhii, rakkoo ykn karoora dhiyaatee xiinxaluu
Fedhii fi rakkoo addaan baasuu fi tartiibaan kaa’uu (Prioritize),
Ragaalee fi odeffannoo qindeessuu
Bulchiinsa fi Sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii addaan baasuu fi qindeesuu
Ragaalee hojii kanaaf gargaaran sakata’uu fi kurfeessuu
Ogeeyyiin teeknikaa hojii Sakatta'iinsa Bu'uuraalee iskiimota jallisii qabenya misooma jallisii hojjatan waliin hojjachuu
Ogeeyyii hojii sakatta'iinsa iskiimota jallisii hojjatan waliin mare geggeessuu, hubannoo uumuu fi kallatti hojii qabsiisuu
Gabaasa waa'ee sakatta'iinsa iskiimota jallisii qophaa’ee dhiyaate irratti ogeeyyii dhimmi ilaalu waliin marii gaggeessuu
Gaaffii Bu'uuraalee iskiimotaa jallisii Sadarkaa gandaa fi sadarkaa Aanaa deebi argachuu qaban deebi kennuu
Iskiimota Jallisii Aadaa (kaanaalii qulqulleessuu,opireeshinii bishaanii fi kkf.) irratti Deeggarsa Teeknikaa kennuu
Iskiimota jallisii xixiqqaa hirmaannaa Uummaataatiin hojjataman irratti Deeggarsa Teeknikaa kennuu
Gaafii ijaarsaa/Suphaa Bu'uuraalee iskiimota jallisii sadarkaa gandaa deebi argachuu hindandenyee gara aanaa erguu , gaafiin deebii akka argatu hordofuu
2
Feedhii Teeknoolojii fi Tajaaljila eksteenshinii misoomaa Jallisii
Fedhii fi Rakkoo kennaa tajaajila ekiateenshinii misooma jallisii qonnaan bulaa sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan kaa’uu
Hojiiwwan qunnamtii qaamoolee eksiteenshinii misooma jallisii irraattii hojjetan waliin qunnamtii uumuu
Qophii paakeejii ekisteenshinii misooma jallisii
Kenninsa Leenjii ogummaa misooma jallisii Teknoloojii Hojii irraa Olchuu fi Hordoofuu
Misooma Gabaa Oomishaa jallisii gaggeessuuu
BSc/Dip S/biqiltuu /Agroonoomii muuxannoo----
Dandettii addaa
Kaka’umsa hojii ol’aana kan qabu
Ragga aga sasaabuu, karoorsuu, xinxaluu fi gabaasa qopheessuu
Hojjetaa misooma Jallisii gandaa
1/ Ganda tokotti
3
Fedhii fi Rakkoo misooma Jallisii Sassaabuu, Qindeessuu fi Sadarkaan ka’uu, uummataa hojii misoomaa jallisiitiif kakasuu fi gurmeesuu
Itti fayyadamtootaa misooma Jallisii kakasuu , gurmeesuu
Itti fayyadamtootaa misooma jallisii Waldaa Ittifayyadamtoota bishaan Jallisii gurmeessuu
Qoodaa fudhaatootaa Hojiiwwaan misooma Jallisii irratti gahee qabaan adda basuu Qindeesuu
Sadark Barumsa BSc/BA ogummaa barumsa sosholojii/ kooprativii,Business Manajiimeentii fi muxxannoo waggaa ____, kan qabu/du.Hojiif kaka’umsaa kan qabu, afaan Oromoo kan danda’u fi dandeetii kompuutaraa kan qabu ta’e;
Hojjetaa misooma Jallisii gandaa
1/Ganda tokotti
Waliigala
3
Dostları ilə paylaş: