Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii Oromiyaatti Safartulee Raawwii fi mannii Galmoota Tarsiimo’aa


Gabatee Qoqqodinsa Galmootaa Tarsiimoo Waliigalaa BDhDIO bara 2008-2012



Yüklə 1,28 Mb.
səhifə14/14
tarix07.01.2019
ölçüsü1,28 Mb.
#90999
1   ...   6   7   8   9   10   11   12   13   14

Gabatee Qoqqodinsa Galmootaa Tarsiimoo Waliigalaa BDhDIO bara 2008-2012

Kalatti Madaalii

Galmoota tarsiimoowwaa

Qoqqooddaa galmoota

Adeemsaalee Hojii Ijoo

Adeemsaalee Hojii Deegarsaa

(Common Objectives)

(Shared Objectives)

(Unique Objectives)

Ad.Ho. Ijoo Sosochii fi Hirmaanaa Dhimma Dargaggootaa

Adeemsa Hojii Ijoo Ijaarsa Dandeettii fi Idileeffaannoo Dargaggootaa

Adeemsa Hojii Ijoo Gurmaa’iinsa Beekamtii fi Deggarsa Waldaalee Ispoortii

Adeemsa Hojii Ijoo Hirmaannaa, Wal-Dorgommii fi Feesitivaala Ispoortii

Adeemsa Hojii Ijoo Barnootaa fi Leenjii Ispoortii

Adeemsa Hojii Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa

Ade.Ho. Deegarsa Bittaa,Bul/ Faayinaasii fi Qabeenyaa

Adeemsa Hojii Deegarsa Hogganssa Bulchiinsa Qabeenya Namaa

Adeemsa Hojii Hordoffii fi Deeggarsa Odiitii Keessaa

Adeemsa Hojii Qophii Karooraa, Baajataa, Hordoffi fi Gamaggamaa Raawwii

Waajjira Hogganaa Biiroo

Tajaajilamaa

  1. Amantummaa Lammii guddisuu

x







x

x

x

x

x

x

X

x

x

x

x

  1. Itti quufunsa Lammii guddisuu

x







x

x

x

x

x

x

X

x

x

x

x

  1. Hirmaanaa fi Fayyadamummaa lammii guddisuu




x




x

x

x

x

x

x







x

x

x

  1. Ga’umsa Raawwachisumaa lammi Gabisuu.




x







x

x




x



















Faayinaansii

  1. Fayyadama fi bu’a qabeessummaa qabeenya guddisuu

x







x

x

x

x

x

x

X

x

x

x

x

  1. Deggersaa baajata guddisuu




x







x

x

























  1. Hojimaata Bulch.gaarii fi Kenna tajaajilaa fooyyeessuu

x







x

x

x

x

x

x

X

x

x

x

x

Adeemsa Hojii keessaa

  1. Sirna deeggarsa fi Hordoffii fooyyessuu

x







x

x

x

x

x

x

X

x

x

x

x

  1. Sirna Qo’annoo fi qorannoo foyyeesuu

x







x

x

x

x

x

x

X

x

x

x

x

  1. sirna Sosochii fi gurmaa’insa foyyesuu

x







x

x

x

x

x

x
















  1. Muuxannoo gaggaarii Misooma Dargaggootaa fi Ispoortii babal’isan guddisuu




x




x

x

x

x

x













x




  1. Gurmaa’ins fi bulchiinsa ragaa Foyyeesuu

x







x

x

x

x

x

x

X

x

x

x

x

  1. Bu’aa qabeesuuma hojii Kominikeshinii Foyyeesuu







x
















x
















  1. Qindoomina fi Hariiroo hojii Humnoota misoomaa cimsuu

x







x

x

x

x

x



















  1. Bu’uraalee misooma Dargaggootaa fi Ispoortii babal’isuu




x







x




x






















Ijaarsa dandeettii

  1. Dandeetti raawwachisummaa seektarichaa Foyyeesuu







x






















x










  1. Aadaa fi haala Naannoo hojii fooyyessuu

x







x

x

x

x

x

x

X

x

x

x

x

  1. itti fayyadama teeknoloojii guddisuu

x







x

x

x

x

x

x

X

x

x

x

x



      1. Ibsa Ragaalee Galmoota Waliigalaa (Corporate Objectives Measures of Data Definition) bara 2008-2012

K/m

Galmaawwan Tarsiimoo’aa

(str.objective)

Safartulee Raawwii/measurement/

Madda Ragaa (Data source)

Safartuu

Foormulaa

yeroo dhiyeessa ragaa

Ka’aumsa (Baseline)

Measurement location’s & owner

Qaama Raawwatuu/Validated by/

Qaama mirkanesuu/Verified by/

Tajaajilamaa/Customer

  1. Amantummaa lammii guddisuu

1. Amantummaa dabale%

Bu’aa qorannoo

%

Mana hojichaarraa Amantaa kan qaban/baayyina w/g)x100

Wagga waggan

80%

BDhDIO In a spreadsheet, hard copy report & information data base

Gaggeesitoota Damee fi Abba Adeemsa hojii

Hogganaa Biiroo

  1. Itti quufinsa lammii/dargaggootaa guddisuu

2.Sadarkaa itti quuffinsaa dabale%

Bu’aa qorannoo

%

(+response/target popu)100=



Wagga waggan

80%

BDhDIO In a spreadsheet, hard copy report & information data base

Gaggeesitoota Damee fi Abba Adeemsa hojii

Hogganaa Biiroo

  1. Fayyadamummaa lammii guddisuu




3.Hirmaanaa Dargaggootaa/lammi/ sosochii kessatti Dabalee %

Bu’aa qorannoo

%

Fayyadamummaa Siyaasa keessatti dabalee /mannii x 100

Waggaattii

55%

>>

>>

>>

  1. Fayyadamuummaa Dargaggootaa/lammii/ misoomaa kessatti Dabalee%

Dataa beezii fi proofayila

%

Fayyadamummaa gama dinagdeen dabalee /mannii x 100

Wagga

attii


63%

>>

>>

>>

  1. Hojii dhabdummaa dargaggoota hir’ate %

Dataa beezii fi proofayila

%

Dargaggoota hojii argatan/manniix100

Waggaattii

50%

>>

>>

>>

  1. Uuwisa Barnoota kessatti Hirmaannaa Dargaggootaa Dabalee%

Dataa beezii fi proofayila

%

Dargaggoota baratan/manniix100

Waggaattii

80%

>>

>>

>>

  1. Fayyummaa dargaggootaa/lammii/ dabalee%

Dataa beezii fi proofayila

%

Dargaggoota fayyaa qabeessaa/manniix100

Wagga

attii


60%

>>

>>

>>

  1. Fayyadamummaa dargaggootaa/lammii/ tajaajiloota keessatti dabale%

Bu’aa qorannoo

%

Dargaggoota hawaasummaa keessatti fayyadaman /mannii x 100

Ji’a Jaha

50%

>>

>>

>>

  1. Godaansa seeraan alaa dargaggootaa hir’ate%

Bu’aa qorannoo

%

Dargaggoota godaanan/manniix100

Waggatti

50%

>>

>>

>>

  1. Hirmaannaa Ogeesoota Ispoortii dabalee%

Dataa beezii fi proofayila

%

Ogeessota isp.keessatti hirmaatan/mannii x100




60%

>>

>>

>>

  1. Ga’umsa Raawwachisumaa lammi Gabisuu.




  1. Leenjiiwaan gahumsa Raawwachisummaa dabalee %

Sakkata’insa ga’umsa

%

Leenjii hubannoo kennamee /mannii x100

>>

60 %

>>>>

Gaggeesitoota Damee fi Abbotii Adeemsa hojii

Hogganaa Biiroo

  1. Deeggarsa raawwachisummaa dabalee%

Sakkata’insa ga’umsa

%

Jarmiyaalee darg. fi Wadaalee Isp. gahomani off danda’anii socho’an /mannii x 100

>>

60%

>>

>>

>>

  1. Jaarmiyaalee gahumsa guutuun eergama isaani bahan %

Sakkata’insa ga’umsa

%

Qamoolee bu’a qabeyyi calalaman/mannii x 100

>>

65%

>>

>>

>>

  1. Dargaggoota/Ispoortessitoota bakka bu’oo(ellite) horataman ta’an%

Sakkata’insa ga’umsa

%

Ispoorteesitoota fi ogeeyyii ispoortii bu’aa qabeeyyii ta’an/mannii x 100

>>

45%

>>

>>

>>

  1. Qaamolee bu’a qabeeyyii jajjabeeffaman /onachiifaman %

Qorannoo

%

Waldaalee ispoortii injifannoo galmeesisanii badhaafaman/manniix100

>>

60%

>>

>>

>>

  1. Gurma’iinsa Ijaarumsa Raayyaa Misoomaa cimee %

Dataa basii fi piroofayili

%

Miseensota jaarmiyaalee fayyadamoo ta’an /mannii x 100

>>

50%

>>

>>

>>

  1. Sadarkaa dorgomummaa Naannichaa guddate%

Sakkata’insa ,proofaayila.

%

Jarmiyaalee dargaggotaa gahomani off danda’anii socho’an /mannii x 100

>>

80%

>>

>>

>>

  1. Waldaalee isp.ulaagaa beekamtii guutuu argatan%







Waldaalee beekamtii argatan/mannii x100

>>

60%










Faayinaansii (Finance)

  1. Fayyadamaa fi bu’a qabeessummaa qabeenyaa guddisuu




  1. Bu’a qabeessummaa bajataa milka’ina galmaa wajjin dabalee%

Sakkat’insa bu’a qabeessummaa (impact assessment)

%

(Bu’aa qabeessummaa bajaata guddate (mannii )x 100

Kurmaana kurmanaan

85%

BDhDIO In a spreadsheet, hard copy report & information data base

Gaggeesitoota Damee fi Abbotii Adeemsa hojii

Hogganaa Biiroo

  1. Gahumsa fayyadama bajaata (efficency) dabale %

%

Gahumsa fayyadama baajata /mannii x100

Waggaa waggas

85%

  1. Bu’a qabeessummaa qabeenya dabalee%

Fandii dargaggootaa fi Ispoortii

%

Qabeenya faayidaaf oolee/mannii x 100

Waggaadhaan

85%

  1. Qisaasama qabeenyaa hir’ate%







Qabeenya qisaasama irraa hafee /mannii x 100




10%







  1. Sirna koodii Ispoortii dirirreen bu’aan galmaaee%







Koodii isp.diriiree bu’aa galmeessee/mannii x 100




20%







  1. Deggersaa baajata guddisuu

  1. Galii guddate%

Qorannoo fi inventory

%

Galii guddatee/mannii x 100

Ji’a sadii

30%



Gaggeesitoota Damee fi Abbotii Adeemsa hojii

Hogganaa Biiroo


  1. Hojimaata Bulchiinsa gaarii fi Kenna tajaajilaa fooyyeessuu

  1. Kennaa tajaajila fooyya’ee %

Sakkata’insa ittiquufinsa maamiltoota

%

Yeroo kenna tajaajila fooyya’ee/mannii x100

Kurmaanaa kurmaanan

70%

BDhDIO In a spreadsheet, hard copy report & information data base

Gaggeesitoota Damee fi Abbotii Adeemsa hojii

BBGSSBG

  1. Komii hir’ate %

%

Komii hirdhate /mannix100

30%

  1. Hanga madda Kiraa sasabdumaa dhabamsifamee %

%

Madda dhabamsifame /manni x100

55%

  1. Miseensaa tokko shanne Bu’aa qabeessa ta’ee %

%

Raayyaa bu’aa qabeessa ta’e /mannix100


35%

  1. Adda-duree horatamee %

%

30%

  1. Sirna Hordoffii fi deeggarsa fooyyessuu

  1. Foyya’insa raawwiii hojii Dabalee%

Bu’aa hordooffii fi madaalii

%

Fooyya’insa raawwii hojii/mannii x100

Waggadhaan

75%

In a spreadsheet, hard copy report & information data base


Gaggeesitoota Damee fi Abbotii Adeemsa hojii

Hogganaa Biiroo

  1. Uwwisa hordoffii deeggarsaa fi Gamagamaa dabale%

Sirreeffama fi duub-deebii

%

Kurmaana kurmanaan

85%

  1. Uwwisa duub-deebii kenname (%n)

Daataa beezii

%

Kurmaana kurman

70%

9.Sirna Qo’annoo fi qorannoo foyyeesuu

  1. Hudhaalee Qoranodhaan Adda ba’an%

Dokumintii Qorannoo

%

Qorannoo fi qo’annoo gaggeeffameen rakkoo hir’ate/mannii x100

Waggaadhan

60%

BDhDIO In a spreadsheet, hard copy report & information data base

Gaggeesitoota Damee fi Abbotii Adeemsa hojii

Hogganaa Biiroo

  1. Rakkoo hir’ate %

60%

10..Sirna sosochii fi gurmaa’insa

Foyyeessuu



  1. Gurmaa’insa of danda’anii bahan %

Dokumantii fi sakkata’iinsaan




Gurmaa’isota of-danda’an/mannii x 100




75%

  1. Wal-qixumaa Korniyaa dabalee%




Korniyaa wal-qixxa fayyadaman/mannii x100




50%

  1. Sagantaalee leenjii dirriran bu’aan argamee %




Qaamolee ga’oomanii bu’aa argamsiisa/mannii x100




65%

11.Muuxannoo gaggaarii Lammi guddisuu.

38.Muuxannoo gaggaarii sakat’amanii qindaa’an #

Dokumantii fi sakkata’iinsaan




Muxxannoowwan sakkata’aman/manniix100




2.5%

39.Muuxannoowwan gaggaarii bu’a qabeeyyii babal’atan #





Muxxannoowwan bu’aa argamsiisan/mannii x 100




2%

12.Gurmaa’ins fi bulchiinsa ragaa Foyyeesuu

40.Ragaa qindaa’ee odeeffanoof/tarsiimo’aaf/ olee %n

Dokumantii fi sakkata’iinsaan




Ragaa tarsiimoof oolee/mannii x 100




60%

41.kuufama ragaa hojiif qinda’ee%






Ragaa qindaa’ee/mannii x 100




60%

13.Bu’a qabeessumma hojii Kominikeshinii guddisuu

42.Bu’aa tarsimoo uwwisaa midiyaa argatee%

Wal-qunamtii qaamoole waliin taasifame

%

kominikeeshinii bu’a qbeeessumman isaa dabale/mannii x100

Kur- kurmaanan

60%

BDhDIO In a spreadsheet, hard copy report & information data base


Gaggeesitoota Damee fi Abbotii Adeemsa hojii


Hogganaa Biiroo

43.Jijjirama ilaalchaa misooma dabalee %

Waltajii bu’aa qabessa

%

Kur.kur.

90%

44.Waltajii Bu’aa qabeessa gaggeffamee%


Uwwisa midiyaa

%

Torbaan torbaanni

60%

14.Qindoomina fi Hariiroo hojii Humnoota misoomaa cimsuu

45.Hariiroo qaamoolee waliin taasifamen bu’a argame %

Dokumantii fi sakkata’iinsaan




Qaamolee bu’aa argamsiisan/mannii x 100

kurmaanaan

50%

BDhDIOIn a spreadsheet, hard copy report & information data base


Adeemsaalee hojii fi oggeesota ol’aanaa




46.Gurmaa’iinsa Raayyalee jijjirama sadan cimani bahan %




Raayyaa jijjiramaa cimanii bahan/manniix100

35%




47.Dambii,Qajeelfamoota ,Istaandaardii,inshuraansii fi komershalayizeshinii hojirra olee%




Sirnaa fi hojimaatonnii hojii irra oolan/mannii x 100

40%




15.Bu’uraalee misooma Lammi babal’isuu

48.Uwwisa fi bulchiinsaa Faasilitiiwwan bu’uraalee misoomaa dabalee %

Dokumantii fi sakkata’iinsaan




Bu’uuraalee misoomaa fayyadan/manniix100

35%




49.Meeshaalee fi hidhannoo guutaman%




Meeshaalee fi hidhannoo faayidaaf oolan /mannii x100

65%




Barnootaa fi misooma

16.Dandeetti raawwachisummaa seektarichaa Foyyeesuu

50.Leenjii Misooma Humna Namaa kennamee%

Xiinxala fooyya’insa raawwii

%

Sadarkaa foyy’ansa raawwii mana hojiicha/mannii x100

Wagga waggan

50%

BDhDIOIn a spreadsheet, hard copy report & information data base


Gaggeesitoota Damee fi Abbotii Adeemsa hojii

Hogganaa Biiroo

51.Gahumsa raawwannoo seektarichaa dabale %

Daataa beezii

%

Fooyya’insa ga’ee ogeesoota digri 1ffaa fi isaa ol qaban dabale /mannii x 100

Wagga waggan

80%

>>

>>

52.Haammataalee Raawwachisummaa hojiirra olee (%n)

>>




Walta’insa ummamee /mannix100







>>

>>

53.Gad-lakkisa hojii ogeessotaa xiqqaate /turn over rate (%n)

Xiinxala fooyya’insa raawwii

%

Fooyya’insa raawwii dabale/mannii x 100

Kurmaanaa kurmanaan

16%

>>

>>

17..Aadaa fi haala Naannoo hojii fooyyessuu

54.Miira gareen/teamwork/ hojjechuu dabale%

Bu’aa Galma’e

%

Miira gareen hojjachuun dabale /mannii x 100

Kurmanaa kurmaanaan

75%

BDHDIOIn a spreadsheet, hard copy report & information data base

Gaggeesitoota Damee fi Abbotii Adeemsa hojii

Hogganaa Biiroo



55.Qaamolee bu’aa tarsiimoo waliin onnac hiifaman%

Karoora qabame

%

Hojjatoota tarsiimo’aa ta’an /mannii x 100

20%

56.Itti quuffinsa hojjetootaa milkaa’ina hojii wajjin guddate%

Itti qufinsa ummame




Hojjatoota eergam isaanii bahan/mannii x 100

70%

57.Haala Naannoo hojii mija’aa uumame %

Daataa beezii fi proofaayila

%

Hojjatoota onnachiifaman/mannii x100

Kurmaanna kurmaannaan

35%



’’

18..Dhiyeessaa fi itti fayyadama teeknoloojii guddisuu

58.Itti fayyadammaa teeknoloojii dabalen bu’aan argamee %

Qorannoo ga’umsaa

%

Itti fayyadammaa teeknoloojii dbu’aan galmaa’ee /mannii x100

Waggatti yeroo lama.


65%

BDhDIO In a spreadsheet, hard copy report & information data base

Gaggeesitoota Damee fi Abbotii Adeemsa hojii

Hogganaa Biiroo

59.Uwwisa teknoolojii dabale %

Uuwisa

%

Uuwisa teeknoloojii dabale /mannii x100




60%

60.Ragaa ammayyaa’aa qinda’ee hojii tarsiimoof Olee %

Qorannoo sadarkaa uwwisaa

%

Ragaa tarsiimo’aa teechnolojiin qindaa’ee/mannii x 100


Wagga waggaan

35%



    1. Tarkaanfilee Tarsiimoo’aa / strategic initiatives/

Tarkaanfilee Tarsiimoo’aan karoora hojiiwwan galmoota kaawannee hundaa gara gochaatti geeddaruuf sagantaalee, piroojektootaan ijoo ta’aniin kan itti raawwatamu dha.Tarreeffamonni sagantaalee fi piroojektoota tarkaanfilee tarsimoo’aa hojilee guyyaa guyyaatti raawwataman kan ittiin safaramuu fi gara raawwiitti kan itti geeddaramuu dha.Tarkaanfilee tarsiimoo’aa galteewwan galmoota, tarsimoo’aa, fi kallattii madaallii kaawwannee wajjin walitti hidhaminsa cimaa kan qabani dha.Tarkaanfileen tarsiimoo’aa adeemsoota hojii jiraniif galmoota tarsiimoo’aa kaawwaman hundaaf akkaataa galtee isaanitiin kan ibsuu dha.

Haaluma kanaan Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa galmoota tarsiimoo’aa (strategic Objectives) kaawwatee hunda raawwachuuf (hojiitti jijjiruuf) kan isa dandeessisan tarkaanfilee tarsiimoo’aa (Strategic Initiatives) barbaachiisoo fi murteessoo ta’an hunda adda baasuun galmoota isaanii waliin akka armaan gadiitti ibsameera.



  1. Tarsimoo PGD

  2. Tarsimoo Misooma ispoortii

  3. Qorannoo fi sakatta’insa itti quuffinsaa

  4. Tarsimoo IMX

  5. Sagantaa ijaarsa Dandeeti

  6. Sagantaa Bu’a Qabeessummaa Qabeenyaa fi Baajataa

  7. Sagantaalee Riifoormota

  8. Sagantaa hordoffii fi deeggarsa ,

  9. Sagantaawwan Qo’annoo fi qorannoo

  10. Sagantaa Koorniyaa Idileessuu

  11. Tarsiimoo Muuxannoo gaggaarii babal’isuu

  12. Bulchiinsa ragaa fi Odeeffannoo

  13. Sagantaa kominikeshinii

  14. Sagantaa Qindoominaa walta’insaa

  15. Sagantaalee misooma Humna namaa

  16. Sagantaale Onnachiiftuu

  17. Itti fayadama TQO

KUTAA 3. Hojii irra Oolmaa Qorannichaa

3.1. Sirna ragaa raawwii Diriirsuu /Automation/

Sadarkaa kanatti manneen hojii sirni qabiinsa ragaa isaanii koomputaraan akka deeggaramu gochuutu isaan irraa eegama. Sirna ragaa diriirsuu, ragaa funaanuuf, xiinxaaluu fi gabaasuuf kan dandeessisu ta’uu qaba.

Ragaa (data) fi odeeffannoo (information) kenniinsa murtee fi barumsa kennu sirna adda baasu uummuudhaan akkuma barbaachisummaa isaatti sadarkaa gidduu galeessaa fi hanga sadarkaa gadiitti sirnaan qabachuun qaama raawwachiftuu hundaaf faayidaa akka kennu taasisuun barbaachisaadha.

Qabiyyee ragaalee faayidaa qabeessa ta’an murteessuuf bu’aa barbaadamuuf kallattiidhaan galtee ta’uu danda’uu isaanii qaaceessuudhaan haala qabatamaa waliin qunnamuu isaa ilaaluun itti fufiinsa kan qabu ta’uu mirkaneessuu fi bu’aalee argaman waliin madaaluuf kan dandeessisu ta’uu isaanii sakatta’uun barbaachisaadha.

Sirna odeeffannoo diriirsuuf otoo hin murteessiin dura filannoowwan adda addaa hubachuun calqabuun baasii dabalataa irraa nu qusata.

Kana jechuun:-



  • Ogeessaan fayyadamuudhaan sagantaa sooftweerii adda addaa xiinxaaluu,

  • Sagantichi fedhi manni hojjchaa odeeffannoo irratti qabu guutuu danda’uu isaa hoggantootni ola’aanaa fi hoggantootni hojii odeeffannoo bakka jiranitti xiinxaaluuf waliigaltee irra gahuu.

  • Sirni baasii qusachuu danda’u dirriiruu isaa mirkaneeffachuu fi sagantichi manneen hojii Siviil Sarviisii hedduu waliin itti fayyadamuuf mijaawaa taasisuun barbaachisaadha.

Sirni odeeffannoo meeshaa ammayyaatiin /automation/’n deeggaramuudhaan raawwiin karoora bu’aa irratti xiyyeeffate itti fufiinsa kan qabuufi si’aayina kan qabu akka ta’uu dandeessisa, odeeffannoo ifa ta’e salphaadhumatti xiinxaaluu fi tooftaa gabaasni itti gabaafamu cimsuuf ni gargaara, qunnamtii odeeffannoo wal-jijjirruu mijaawaa taasisa, barumsaa fi beekumsa argachuuf adeemsa taasifamu safisiisuun dandeetti raawwattootaa ni cimsa.

Sirna odeeffannoo diriirsuu keessatti sooftweerii komputaraa salphaa hanga ol’aanaa jiru fayyadamu haala dandeessisuun yoo ta’u, manneen hojii fedhii odeeffannoof qabanii fi humna odeeffannoo bitachuuf isaan dandeessisu madaaluun kan isaan baasu murtessuu qabu. Sooftweeroota /softwares/ bitachuuf haalli mijaawaan kan hin jirre yoo ta’e maanuwaalii odeeffannoofi gucoota yaa’insa odeeffannoo agarsiisan fayyadamuun madaallii raawwii hojii bu’aa irratti xiyeeffate hojii irra oolchuun ni danda’ama.

Yaa ta’u malee, tooftaalee maanuwaaliin ragaalee raawwii itti funaanamanii fi gabaasa dhiyeessun baraman kun haala saffisaa ta’een sagantaalee komputaraatiin bakka bu’aa jiru. Barbaachisummaan jijjiirama kanaas ragaa hooggansa hojii yeroo barbaadametti, bifaa fi qulqullinaan, maxansaan, fakkiilee dhaabbii fi kan socha’aniin dabalatee ragaa funaanuuf, xiinxaaluuf, qindeessuu fi dhiyeessuuf kan fayyadudha.

Sirni funaansa ragaa raawwi fi sirni dhiyeessa gabaasaa ammayyummaan isaa fedhi manni hojii ragaadhaaf /odeeffannoof/ qabu waliin walsimuu qaba. Waan kana ta’eef baasiin odeeffannoo teeknoolojiidhaaf (IT)f bahu bu’aa ol’aanaa ta’e agarsiisuu qaba. Faayidaan sirna odeeffannoo teeknoolojii (information technology) fi ergama mana hojichaa bu’uura kan godhatee fi sirrummaa ragaatiin, nageenya, qabatamaa ta’uu, yeroo isaa kan eegee fi bu’aa qabeessummaa irratti jijjiirama kan fidu ta’uu qaba



/Automation/

    1. Qoodinsa Karoora Tarsiimoo /Cascading/

      1. Kaayyoo fi Barbaachisummaa Qodinsa Hojii

Kaayyoo:-Karoora bu’aa irratti xiyyeffate mana hojii tokko qaama raawwatuuf buusuu jechuun karoora tarsiimoo mana hojjichaa qaamoni raawwachiisaa ta’an hundi akka hubatanii fi hojii isaanii guyyaa guyyaadhaan akka raawwatan gochuu kan dandeessisudha.

Adeemsichi karooraa bu’aa irratti xiyyeeffate manni hojichaa qopheeffatee raawwattoota gareefii dhuunfaadhaan jiraniif gadii buusuu of-keessa kan qabuudha.

Karaa biraatiin yommuu ilaalamu karoora tarsiimoo mana hojchaa qaama raawwattoota hundaaf qooduu fi raawwattotnis galma gahuu karoora mana hojiitiif gahee isaan irraa eeggamuu haala itti bahan kan agarsiisuudha.

Qabxiilee armaan olii kana cimsuuf karoora bu’aa irrattixiyyeefte raawwatootaaf buusuu (Cascading) hiika isaa armaan gaditti kaawwameera.



Barbaachisummaa:-Karoora tarsiimoo mana hojichaa haala wal-simuun gara qaama raawwatutti galmootaa, safartuulee, mannii fi tarkaanfilee tarsiimoo’aatti sharafuudhaaf,

  • Abbootiin adeemsa hojii karoora tarsiimoo mana hojichaa gara gochoota gareetti (team actions) akka hiikan dandeessisuuf,

  • Galmoota raawwii hojii mana hojichaa kan fooyyeessan gara hojilee guyyaa guyyaadhaan facaatiin raawwatamaniitti jijjiiruuf,

  • Kaffaltiiwwan onnachiiftuu milkaa’ina galmoota bu’aa irratti xiyyeeffatan waliin wal-qabsiisuun jijjiirama aadaa hojii deeggaruuf,

  • Onnachiiftuu fi badhaasa bu’aa waliin wal-qabsiisuun hojjattootni kana yoon hojjadhe maal argachuun danda’a? /what is in it for me?/ jechuun gaaffii kaasaniif deebii kennuudha.




      1. Tarsimoo Mana Hojichaa Gadi Buusuuf Filannoowwan Jiran

Tooftaalee karoora tarsiimoo mana hojichaa gara Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalootaa gad buusuu fi qabsiisuuf gargaaran sadeen:-

    1. Sagantaalee Barnootaa fi Qunnamtii:-Karoora tarsiimoo’aa mana hojichaa hojjetootaa/qaama raawwatu hundaaf beeksisuu fi hubachiisuu,barsiisuu (spiritual Cascading)

    2. Sagantaa Qoodinsa Hojii(physical Cascading):-Karoora tarsiimoo’aa mana hojichaa irratti galma, safartuullee fi tarkaanfiilee fooyya’insaa irratti hundaa’uudhaan karoora adeemsaalee(processes), gareewwanii( teams) fi rawwattootaa (performers) qopheessuu,

    3. Sirna onnachiiftuu raawwii irratti hundaa’e diriirsuu:-(Balanced Pay –chek/pocket cascading) yoo ta’an tokkoon tokkoon isaanii haala armaan gadiitiin ibsamaniiru.

      1. Sagantaalee Barnootaa fi Qunnamtii [spiritual cascading ]

  • Sirna karoora bu’aa irratti xiyyeeffate keessatti sagantaaleen barnootaa fi qunnamtii (communication) jechuun hubannoo uumuudhaan qabiyyee jijjiirama amalaa fiduu danda’an barreeffamaan, walgahiidhaan akkasumas tooftaalee sab-qunnamtii adda addaa fayyadamuudhaan dabarsuu ykn tamsaasuudha.

  • Kaayyoon sagantichaa waa’ee tarsiimoo mana hojichaa fi waa’ee qaamoota tarsiimichaa ilaalchisee ragaa fi barumsa sirna qabeessa ta’e kennuu, duub-deebii (feed back) kana irratti hundaa’uun marii adeemsiisuu hunda kan of keessatti qabateedha.

  • Karoora tarsiimoo fi mullata mana hojii hojjattoota hubachiisuu jechuun qaama jijjiirama deeggaru uumuuf sochii mana hojii keessatti taasifamuudha. Gama biratiin sagantaan barnootaa fi qunnamtii xiin-sammuu (psychology) hojjattootaa bu’aadhaaf qophaawaa akka ta’uu kan dandeessisu ta’uu qaba. Sagantaan barnootaa fi qunnamtii hojii yeroo tokko qofa otoo hin ta’iin itti fufiinsa kan qabuu fi karoora waliigalaatiin kan hoogganamu ta’uu qaba.

  • Karoora mana hojichaa haala guutumaa guutuutti hojii irra oolchuuf qunnamtii keessaa fi alaa gochuun barbaachisaadha. Qunnamtii keessaa yammuu jedhamu mana hojii kan hammatu jechuudha. Kana keessatti karoorri bu’aa irratti xiyyeeffate maalii fi akkamitti akka hojii irra oolu beeksisuu, rakkoolee karooraan hiikkachuu qaban Adeemsa hooggansaa Bulchiinsa Qabeenya Namaatiin faayidaa karoorichi qabuu fi jijjiirama akka mana hojiitti dhufuu qabu beeksisuu hunda kan of-keessaa qabuudha.

  • Qunnamtiin alaa ammoo tajaajilamtootaa fi qaama ilaalu hundaaf manni hojichaa galmootni tarsmoo’aa hojii irra oolchuu barbaade karaa itti ibsamanii fi yaadni dhimmamtootaas karaa ittin ibsamudha.Sagantaan barnootaa fi qunnamtii tooftaalee qunnamtii adda addaa fayyadamuu qaba.Fknf ibsa qaama ol’aanaa, viidiyoo konfiransii, biroosharoota, barruulee oduu fi kkfdha.Tooftaaleen ergaan sagantichaa ittiin tamsa’u ta’anii fudhatamuu danda’u. Sagantaan barnootaa fi qunnamtii kun karoora bu’aa irratti xiyyeeffate beeksisuu irraa kaasee sirna hooggansa raawwii keessatti milkaa’insa argamaniifi hanqinaalee mullatan ibsuu hanga danda’utti itti fufa.

      1. Sagantaa Galmoota Gara Qaamoota Raawwatanitti Gad-Buusuu (Physical Casaading)

  • Kutaa kana keessatti galmootni raawwattoota garee fi dhuunfaan jiraniif karoora bu’aa irratti xiyyeeffate sadarkaa mana hojiitti qophaa’e bifa wal-simeen akka qophaa’u ni ta’a. Kana jechuunis raawwattootni haala karoora mana hojii waliin qunnamtii qabuun karoora bu’aa irratti xiyyeeffate kan dhuunfaa isaanii akka qopheeffatan gochuudha.

  • Galmootni, safartuuleen, mannii (targets) fi tarkaanfiiwwan tarsiimoo’aa raawwattoota sadarkaa adda addaa irra jiraniin qophaa’u galma tarsimoo’aa mana hojichaa raawwachiisuuf ykn deggaruuf gahee ni qabaatu. Karoorrii bu’aa irratti xiyyeeffate garee fi hojjattoota dhuunfaatiif qophaa’u karoora tarsiimoo’aa mana hojichaa bu’uura kan godhatee fi karoora tarsiimoo waggaa irraa kan sharafame ta’uu qaba.

      1. Haala Karoorri Bu’aa Irratti Xiyyeeffate Gareedhaaf Qophaa’u

  • Karoorri raawwii hojii bu’aa irratti xiyyeefate gareedhaaf kan qophaa’u sadarkaalee Adeemsaalee hojii kan biraa mana hojichaa keessatti argaman waliin walitti dhufeenya qabaachuu isaa hubachuuf karoora mana hojichaa ka’uumsa kan godhate galmoota safartuulee, mannii /targets/ tarsiimoo mana hojichaa waliin walsimsiisuudhaan ta’a.

  • Kanattis dabaluudhaan karoorrii gareedhaaf qophaa’u walitti dhufeenya galmootaa maappiidhaan (map) agarsiisuu bu’uura godhachuu qaba. Walitti hidhamiinsa galmootaa maappii agarsiisu keessatti tokkoon tokkoo gareedhaa galma tarsiimoo’aa isa ilaallatu adda baafachuudhaan safartuulee bu’aa argamu safaruu danda’an ni qopheessa. Itti fufuunis galmootaa fi safartuulee garee irraa ka’uudhaan galmoota, safartuulee, mannii fi tarkaanfiiwwan tarsiimoo’aa raawwataa dhuunfaa haala karoora bu’aa irratti xiyyeeffate bu’uura godhateen sadarkaa karoora raawwii waggaatiin ni qophaa’a.

  • Haalli qophii karoora olitti ibsame adeemsaalee gurguddoo hunda jalatti gareewwan jiraniif mijaawaa yoo ta’u darbee darbee garuu adeemsaalee hojii deeggarsa laattootaaf akka adeemsaalee hojii ijootti walitti hidhaminsa jiru eeguun haalli rakkisaa ta’uu jiraachuu waan danda’uuf adeemsaaleen hojii deeggarsa laattootni adeemsaaleen hojii ijoo (core processes) bu’aa akkamii akka isaan irraa eegan addaan baafachuun galmootaa fi safartuulee kaa’uu ni danda’u.

      1. Sirna Kaffaltii Onnachiiftuu Karoora Bu’aa Irratti Xiyyeeffate [pocket cascading ]

  • Kaffaltii onnachiiftuu bu’aa waliin wal-qabsiisuun karoorri tarsiimoo mana hojichaa hojjattootaan xiyyeeffannoo akka argatuu fi hojii irra akka oolu dandeessisa.

  • Sirni bu’aa irratti xiyyeeffate aadaa hojii jijjiiruuf kaayyoo kan qabu waan ta’eef kaffaltiiwwan onnachiiftuu galma mana hojii fiixaan baasuu waliin kan wal-qabate ta’uu qaba. Sirni kaffaltii yommuu diriiru akka mana hojiitti, garee /raawwataatti sirnichi sirriitti diriiruu isaa mirkaneeffachuu fi kaffaltichi haqa qabeessa ta’uu isaa hubachuun barbaachisaadha

Kutaa.4.Sirna Hordoffii,Deggarsaa,Gamaagamaa fi Duub-deebii

Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) keessaa hojii guddaan tokko hordoffii fi gamaaggama raawwii hojii gaggeessuun bu’aa isa dhumaa madaaluu dha. Hordoffii fi gamaaggamni raawwii tooftaa to’annoo raawwattootaa qofa osoo hin taane, raawwattoonni hojii isaanii irratti caalmaan fooyya’anii akka argaman haala deeggarsi itti kennamuuf, guddina jijjiramaan wal-qabatanii mana hojii tokko keessatti uumaman irratti walta’iinsi waliin akka uumamu, guddinaa fi bu’aa gaariin itti fufiinsa qabu mana hojii keessatti akka jiraatu haala gaarii mijeessuuf adeemsa hoggansa hojii mirkaneessuu ni dabalata.

Kaayyoon hordoffii fi gamaaggamaa, raawwii hojii sirna odeffannoo diriiree ittiin hojjetamu irratti hundaa’uun raawwii hordofuu fi gamaaggamuu; tarsiimoo, kaayyoolee, safartuulee raawwii fi mannii kaawamaniin bu’aaleen argaman dhugoomuu isaanii mirkanneessuu; akkasumas, hojiin haala barbaadamuun adeemaa jiraachuu isaa agarsiiftuuwwan safartuu milkaa’inaatiin sakatta’uun rakkoolee uumamaniif deebii atattamaa itti kennuuf ni gargaara.

Gamaaggamni hir’ina sirreeffamuu qabu addaan baasuun tarkaanfii sirreeffamaa taasifamuu qabu murteessuuf ni dandeessisa. Hordoffii fi gamaggama keessatti qabxiileen dhimmoota bu’uura ta’anii ka’uu qaban:



  • Bu’aan maaliif argame?

  • Raawwii tarsiimoo’aa (strategic) bu’ureeffachuunHojilee sirrii ta’an hojjechaa jirraa?

  • Raawwii guyyaa guyyaa (operational) Hojiilee hojjennu sirritti hojiechaa jirraa?

  • Bu’aalee argaman sirriitti safaraa jirraa?

  • Bu’aalee safaramuu qaban safaraa jirraa?

  • Sagantaalee fi pirojektoota bu’aa caalmaa argamsiisan gaggeessaa jirraa?

  • Manniin kaawame (target) sirritti kaawamee jiraa?

  • Kaayyoon aggaamame galma barbaadame ga’ee jiraa?

  • Kaayyoo tarsiimoo’aa kamtu walitti hidhatiinsa maappii tarsiimoo’aa, safartuulee raawwii, mannii (targets) fi tarkaanfiiwwan tarsiimoo’aa barbaachisan waliin adeema, kamtu fooyya’uu, dabalamuu ykn haqamuu qaba?

  • Sirna qabiinsa ragaa haala kamiin fooyya’aa taasisuun danda’ama?

  • Walitti dhufeenyi kaayyoo fi safartuulee raawwii gidduu jiruu fi sababni fi bu’aan walitti hidhamiinsa kaayyoo tarsimo’aa kan biroo waliin qabu haala barbaadameen mul’atee jiraa?kan jedhan kaasuun sirrummaa tarsiimoo’aa mirkaneessuun barabchisaadha.


9.1 Sirna Hordofii, Gamaaggamaa fi Duub-Deebii Hojii Irra Oolmaa(SMBKT) Waggaa Shanii (2003-2007)


  1. Caasaalee Sadarkaa Sadarkaan jiraniif

Hojii irraa oolma Sirni Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT /BSC/) dhimmi xiyyeffannoo argachuu qabu fi gamaggama raawwii karoora waggaa waggaa dhan qopha’uu hunda gaggeesitoota mana hojiitiin hordoffuudhan raawachuun barbbachisa dha. Bu’uuruma kanaan, sirni madaallii bu’aa karoora tarsiimoo baroota tarsiimoo kanaaf qopha’ee kana akkaataa caasaalee sadarkaa sadarkaan jiran ilaalatuun gadibuusuun gabatee raawwii (action plan) fi cheeklistii dhaan adda bahee qaama ilaaluun akka mirkana’uu ta’ee raawwiin hojii irra oolmaan isaa qaamolee dhimmi ilaalatu Sadarkaa sadarkaan jiraniif ergamuu/gabaafamuu qaba.

Keessattuu, caasaaleen Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii sadarkaa sadarkaan jiran bu’aa raawwii hojii irra oolma SMBKT haggansaaf/hojjatootaa sadarkaa sadarkaan jiraniif dhiyeessuu fi mariinis irratti erga geggeeffamee booda sirreeffama barbaachisaa waliin duub deebii isaa qaama ilaaluuf odeeffannoo guutuu fi qulqulluu tahe gabaasuutu irra jiraata. Kanaafuu, caasaaleen sadarkaa sadarkaan jiran haala itti waamama isaaniitiin gabaasa rawwii hojii isaanii yeroo isaa eeganii ni dabarsu. Kunis,Aanaan, Godinaaf ji’a ji’aangabaasa isaa qindeessee kan ergu yoo tahu , Godinni fi Bulchiinsi Magaalotaa immoo Naannoof(Biiroof) gabaasa isaanii yeroon qindeessuun ji’a sadii sadiin (kurmaana Kurmaanan) kan gabaasan yoo tahu fi Biiroon Dhimma Dargaggoo fi Ispoortiis gabaasaa Mootumaa Naannoof ji’a sadii sadiin dhiyeessuu qaba.



  • Haaluma kanaan gabaasni raawwii bu’aa karooraa kan ji’aa, kurmaanaa fi waggaa yeroo yeroon qindaa’ee ganda irraa kaasee hanga Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti kan gabaafamu ta’a.

  • Sirna gabasaa keessattii dhimmii xiyyeeffannoo argachuu qabu qulqullina ragaa waliin walqabatee rakkoo quunnamu yeroon furuuf bifa ammayyaa ta’een adeemsa ragaa walittii qabuu, qindeessuu, xinxaaluu fi qaama mirkaneessuun erga raga’ee booda gaggeessaan mana hojii sirrummaa isaa ittigaafatammummaa fudhatee kan dabarsuu ta’uu qaba.

  • Sadarkaa Mana mana hojiitti gamaagamni raawwii hojii ji’a ji’aan ni raawwatama, Biiroon, Godinootaa fi Bulchiinsa magaalota ji’a sadiitti al tokko gamaaggama hojii ni gaggeessa.

  • Gamaaggamaa geggeffamuunis hojiiwwan raawwataman, rakkoolee qunnamanii fi tarkaanffiwwan fudhataman/duub-deebii/adda baasuun caasaalee sadarkaa sadrkaaan jirani beeksisuutu irra jiraata.

  • Gabaasni raawwii hojii irra oolmaa SMBKT qindaa’ee, qaamoolee dhimmi ilaaluuf ni ergamaa

  1. Sirna Gabaasaa

Gabaasa raawwii karooraa SMBKT Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii Oromiyaa sadarka sadarkaan qopha’ee waggaattiyeroo lama karaa Qindeessa SFSS dhiyaatee gabaasni qinda’eemanajimantii Biiroo keenyaaf kan dhiyaatu ta’a.

Qaamni gabaasa gaafatuus yeroo fi qulqulini gabaasaa eegamuu isaa mirkaneefachuun akkassumas qaamni gabaasa eerguus yeroo barbaade fi akkataa barbaadameen qofa kan gabaasa qopheesu ta’ee argamuu qaba.



  1. Sirna Gamaagamaa fi Hordofii

Raawwiin karooraa SMBKT gabaasan dhiyaatee siruummaa fi dhugummaa isaa mirkaneesuuf adeemsa dirree irratti qabatamaan gamaggamuun danda’amuu kurmaanaan sadarkaa godinaa fi Bulchiinsa Magaallatti akkasumas Biiroon kurmaanaan geggeesuun xiyyeeffannaan kennameefi kan raawatamu ta’a.

Caaseffamaa fi hojimaata adeemsaa hordoffii fi gamaaggama hojii irra oolmaa SMBKT qindeessuu fi hojiitti hiikuun akka diriiru ta’a. Caasseffamni kun raawwii hojii irra oolmaa SMBKT sadarkaa hunda irratti yeroo isaa eeggatee qulqullina barbaadamuun raawwatamuu isaa hordofuu qaba.



  1. Sirna duub-deebii

Gabaasni Adeemsaalee hojii ijoo fi deegarsa laatoota akkasumas Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalootaa irra dhiyaatu kammiyyuu ciminaa fi hanqina qabu akkasumas kallatti fuladuraatiif akka gargaaru sirni duub-deebii kan keenamu ta’e dhimmota armaan gadiitif xiyyeefanna raawwachuun barbaachisaa dha:

  • Raawwii hojii irra oolmaa SMBKT keesatti dhimmoota xiyyeeffannaa barbaadan yeroo yeroon adda baasuu, qaama ilaallatu hundaa waliin marii gaggeessuu fi tarkanfii barbaachisaa ta’e fudhachuu ykn akka fudhatamu gochuun,

  • Sirni hordoffii, gammaggama fi dub-deebii hojii irra oolmaa SMBKT waggaa shanii itti aanuu bifa ittifuufiinsa fi qindoomina qabuun kan raawwatamuu ta’eGodinaalee fi Bulchiinsa Magaaloota xiyyefannaa itti kennuudhan kan raawatamuu qabuu dha.




Yüklə 1,28 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   6   7   8   9   10   11   12   13   14




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin