Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii Oromiyaatti Safartulee Raawwii fi mannii Galmoota Tarsiimo’aa



Yüklə 1,28 Mb.
səhifə4/14
tarix07.01.2019
ölçüsü1,28 Mb.
#90999
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   14



        1. Xinxaala fedhii Tajaajilmtootaa ( CUSTOMER Need Asseessement)

Lk

Garee Maamiltootaa fi Dhimmamtootaa (Customers & Stakholders)

Amala Manni Hojiichaa arguu barbaadu

( Behaviour We Desire)

Fedhii Maamiltootaa fi Dhimmamtootaa (Qooda qabaatootaa)

(Customer and Stakholders Needs )

Dhimmotaa (Resistance)


Dhibbaawwan (Influence)


1

Dargaggootaa

  • Dargaggootaa fedhii, kakka’umsa fi amantaa isaanitiin gurmaa’anii misooma biyyaa keessatti hirmaannaa fi fayyadamummaa mirkaneessan arguu

  • Sosochii fi hirmaannaa dargaggootaa sochii misooma sirna ijaarsa dimookiraasii fi nageenyaa keessatti adda durummaan qooda fudhatan

  • Dargaggootaa gama hundaan gahoomanii fi naamusaa gaariin guutaman

  • Ijaaroomsa hirmaannaa fi fayyadama waliigalaaf deeggarsa ijaarsa dandeetti gama ogummaa, teeknikaa fi hoggansa argachuu barbaada

  • Fayyadama tajaajilaa odeeffannoo qunnamtii fi teeknoolojii

  • Dargaggooataa irratti kan xiyyeeffatee bakka oolmaa ispoortii, jiddugalaa fi dhaabbilee ispoortii fi aadaa akka ijaaraman, babal’atanii fi hirmaannaa fi fayyadamummaa isaanii mirkaneessan barbaadu

  • Hanqina hubannoo fi advooksii

  • Dhabbinsa odeeffannoo fi ragaa yeroo isaa eegee

  • Haalawwaan mijaa’aa, beekumsa fi dandeetti dhabu

  • bakka oolmaa ispoortii, fi giddugalaa Dargaggootaa tajaajila gahaa keenu dhabu




  • Hirmaannaa fi fayyadamummaa sochii misooma, ijaarsa sirna dimookiraasii fi nageenyaa keessatti qooda qaban xiqqaachuu

  • Sosochii fi hirmaannaa waliigalaa xiqqaachuu

  • Raakkoo dinagdee haamaadhaaf saaxilamu

  • Farreen Jireenyaa haawasummaa keessatti

Saaxilamuu


2

Jaarmiyaalee Dargaggootaa

  • Sosochii Jaarmiyaalee badhaadhinaa fi faayidaa ummataa gama hundaan mirkaaneessan

  • Jaarmiyaalee baay’inaa fi qulqullinaan ijaaraman fi hirmaannaa isaanii mirkaneessan

  • Sirna waljijjiiraa ragaa, barnootaa, advookassii fi bu’aa qorannoof odeeffannootti barbaada

  • Humna raawwachiisummaa jaarmiyaalee gabbatee fi hojiirra oolmaa immaamata keessatti qooda ol-aanaa fudhatu

  • Sagantaalee ijaarsa dandeetti kenamu qubsaa ta’u dhabu

  • Sagantaa Waltajjii hirmaannaa fi gurmaa’insa dirirreen fayadamu dhabu

  • Hirmaannaa fi fayyadamuumma sochii misooma dinagdee fi nageenya keessatti qoodnii qaban ni xiqqaata

3

Hawaasa

  • Hirmaannaa, atoomina fi deeggarsaa ittifufiinsa qabuu fi abbummaan qooda irratti fudhatu

  • Lammii fayya- qabeessaa fi oomishaa ta’e akka ummamuu

  • Hawaasni bakka jiraatuu ;hojjetuutti fi baratuutti sochii ispoortti irratti hirmaachuun fayyadamaa ta’u

  • Waltajjiiwwan hubannoo ittiguddatan fi haalawwan mijaa’wwoo hirmaannaa cimsan

  • Ispoortiin bu’uura ummataa qabaatee hirmaannaa fi fayyadamummaa isaa mirkaneessu

  • Haalawwan mijaa’aa fi sagntaawwan hirmaannaa isaa cimsan barbaada

  • Hubannoo gahaa ta’e kennuu dhabu

  • Waltajjiiwwan sosochii fi hirmaannaa xiqqaachuu

  • Gaheen deggartummaa Mootummaan xiqaachuu

  • Sochii gama ispoortiin godhamu xiqqaachuu

  • Deeggarsa fi hirmaannan hawaasa ni xiqqaata

  • Sochii gama hundaan godhamu irratti gahe isaa bahu dhabu




4

Dhaabbilee ispoortii/MMI,federeeshinii,

Waldaalee,koree,garee ispoortii

Labsiiwwan, dambiiwwanii fi qajeelfamootaa Mootummaan Dhimmootaa ispoortii irratti baasee kabajuu fi hojiirraa oolchuu

  • Ispoortti Naannichaa ol-aantuummaa fi abbummaan hogganun ispoortiin naamusa mataa isaatti bu’uura ummataa qabsiisu

  • Waldaalee ispoortii baay’inaa fi qulqullinan ijaaraman fi hirmaannaa isaanii mirkaneessa

  • Akkaataa Labsiiwwan, dambiiwwan fi qajeelfamootnii bahaniin akka raawwatan barbaadu

  • Ispoortii ol-aantuummaa fi abbummaan gaggeesssu

  • Deeggarsa humna raawwachiisummaa akka guutamuuf barbaadu

  • Haala labsii, dambii fi qajeelfamaan hogganamu, gurmaa’u fi raawwachuuf humna dandeessisu argachuu dadhabu

  • Gosa Ispoortii hundaan Naannoo keenyaa sadarkaa barbaadamuuirra gahu dhabu




  • Ispoortiin bu’uura ummataa qabaatee akka hin sochonee fi akka hin babal’anee taasiisa

5

Oggeesitoota ispoortii

  • Oggeessitoota gahumsa, dandeettii baay’inaa fi qulqulliina qaban fi naamusa gaarii qaban akkasumas amantummaa ogummaa qabatanii tajaajila saffisaa ummataa kennan

  • Gurmaa’insa seera qabeessa ta’een tajaajila ogummaa keennu

  • Sagantaawwan leenjii gahumsa isaanii dabaluu fi waldorgommii hirmaannaa isaanii guddisu

  • Tajaajilaa kaffaltti ogummaa walgitaa fi onnachiiftuu barbaada

  • Fedhii gurmaa’uu barbaadu

  • Leenjii yeroo isaa eegatee fi foyya’insa ogummaa argachu dhabu

  • Kaffaltii tajaajila ogummaa walgitaa ta’e fi oonachiiftuu dhabu

  • Sagantaawwanwaldorgommii gosa ispoortii hundaan fi ittifufiinsaan diriiru dhabuu

  • Tajaajila gahoomina qabu keennu dhisuu

  • Hojimaataa fi adeemsa bitinaa’atuu uummama

6

Ispoorteesitoota

  • Ispoorteesitoota lammii fayyaa- qabeessa, oomishaa fi dandeettii gahumsa kan qabuu dorgommaa cimaa ta’e sadarkaa hundaatti maqaa biyyaa kan waamsiisu fi qabxii ol’aanaa galmeessisuun biyyaaf bu’aa buusuu danda’aan horataman

  • Waldaalee ispoortii ciminaan ijaaraman, Wirtulee, dhaabbilee ykn akkaadaamii ispoortii fi bakka oolmaa ispoortii sadarkaa isaa eegee akkasumas dorgommii walirraa hin cinee fi ittfuufiinsa qabuu, dhiyeessa hidhannoo fi meeshaalee ispoortii akkasumas hojiirra oolmaa seerotaa ispoortii fi bulchiinsa gaarii barbaada

  • Haala labsii, dambii fi qajeelfamoota ispoortii hogganamu dhabu

  • Hanqiina bakka oolma fi leenjii gahumsa qabun deggaramuu dhabu akkasumas meeshaalee fi hidhannoo ispoortii akkaataa barbaadamuun argachuu dhabu

  • Kilabootaa gahoominaan fi baay’inaan ijaaramanii hammatan dhabu

  • Ispoorteesitoota gahumsa qaban fi maqaa biyyaa waamsiisu argachuu dhabu

  • Ispoorteesitoota fayyummaan isaanii eegamee fi lammii oomishaa ta’e argachuu dhabu

  • Hirmaannaan watajjiiwwan dorgommii adda addaa irratti qabnu xiqqaachuu

  • Maddii galii gama ispoortiitiin argamuu dhabu

7

Ejensii Misooma IMX Oromiyaa


  • Dargaggootni carraa hojii dhaabbataa fi kan yeroo akka argatan barbaadaa

  • Dargaggootaa tajaajila liqii, gorsaa, odeeffannoo, leenjii f deeggarsa akka argatan barbaada

  • Dargaggootaa carraa hojii dhaabbataa fi kan yeroo argatan jireenyii isaanii foyya’ee

  • Dargaggootaa tajaajila liqii, gorsaa, odeeffannoo fi leenjii foyya’aan

  • Carraa tajaajila liqii, gorsa, odeeffannaa fi leenjii itti fufinsa qabu dhabuu

  • Fedhii fi kaka’umsii gurmaa’uu irratti jiruu laafaa ta’a




8

Ejjensii waldaa hojii gamtaa oromiyaa

  • Dargaggootaa gurmaa’anii deeggarsa akka argatan barbaada

  • Dargaggootaa gurmaa’an deeggarsa ga’a ta’e akka argatan barbada

  • Deggarsa dhabuu

  • Fedhii fi kaka’umsii gurmaa’uu irratti jiruu laafaa ta’u

9

Biiroo dhimmoota kominikeshinii Oromiyaa

  • Hubannoo Dargaggootaa gama hundaan qaban akka guddatuu barbaadu

  • Dargaggootaa hubannoo walii-galaa qaban ummamee argu

  • Odeeffannoo yeroo isaa eegatee dhabu

  • Hirmaannaa fi sosochii inni qabu laafaa ta’a

10

Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’imanii

  • Hirmaannaa fi fayyadamummaa dargaggootaa dubartootaa sirnaan akka mirkanaa’uu barbaadu

  • Dargaggootaa Dubartootaa hirmaannaadhaan fayyadamummaan isaan mirkanaa’ee

  • Xiyyeeffannoo addaa kennuu dhabuu

  • Hirmaannaa fi fayyadamummaan Dubartoota ni xiqqaata

11

Biiroo Qonnaa Oromiyaa

  • Dargaggootaa misooma baaddiyaa fi magaalaa irratti hirmaachiisu

  • Dargaggootaa misooma baaddiiyaa fi magaalaa irratti hirmaatanii fayyadaman

  • Gaheen hirmaannaa Dargaggootaa misooma irratti ni xiqqaata

12

Biiroo Industrii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa

  • Dargaggootaa sagantaalee misooma magaalootaa keessatti adeemsiifaman irratti hirmaachiisu

  • Dargaggoootaa sagantaalee misooma magaalootaa keessatti adeemsiifaman irraa fayyadaman

  • Sagantaalee hirmaannaa fi fayyadamummaa dargaggootaa misooma magaalaa diriiru dhabuu

  • Gaheen hirmaannaa Dargaggootaa misooma irratti ni xiqqaata

13

Biiroo Barnootaa Oromiyaa

  • Sirna dargaggootaa magaalaa fi baaddiyaa carraa barnootaa fi leenjii itti argatan diriirsuu barbaada

  • Dargaggootaa magaalaa fi baaddiyaa carraa barnootaa fi leenjii diriiree fi leenjii’an jireenyii isaanii foyyaa’ee

  • Dargaggootni carraa barnoota fi leenjii dhabuu

  • Oomishtummaa Dargaggootaa ni xiqqaata

14

Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa

  • Dargaggootaa sagantaa fi Tarsiimoo fayyaa irraa akka fayyadaman barbaada

  • Dargaggootaa gama hundaan fayyaa qabeessaa ta’aan barbada

  • Tajaajila gorsa fi fayyadama fayyaa dhabuu

  • Lammii oomisha fi gahumsa qabuu dhabuu

15

Wajjira Afyaa’ii fi Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa


  • Dargaggoota sirna ijaarsa dimookraasii Bulchiisa gaarii fi lammii gaarii akka uumamu barbaadu.Ispoortii ol’aantummaan akka deeggaran barbaadu.

  • Dargaggoota gama hundaan akka angamaniif akkasumas lammii biyya dhaaluu fi ispoortiin bu’uura ummataa akka qabaatu fi qabxii ol’aanaa akka argamu.

  • Dargaggoota gama hundaan hirmaannaa fi fayyadamoo ta’an dhabu.

Maamiltonni [lammiin] gahee misoomaa fi kan biraatiin hirmaannaa isaanii xiqqaachuu

16

Waajji.pireezidaantii B/M/N/Oromiyaa

  • Dargaggoota gama hundaan deeggaramaniif fayyadaman jiraatan barbaada.

  • Haala seera dambii fi qajeelfamaatiin ispoortiin akka gaggeefamu barbaadu

  • Dargaggoota gama hundaan hirmaannaa fi fayyadamoo ta’an dhabu.

Gahee misoomaa fi kan biraatiin hirmaannaa isaanii xiqqaachuu

17

Mana mare bul.Mootummaa aanoolee (Godinaalee)

  • Deeggarsa gama Ispoortii haala gahaatiin akka godhan barbaada

  • Dargaggoonnii haala seera, dambii MMI fi qajeelfamaatiin akka raawwatamuuf ispoortiin akka babal’atu barbaadu.

  • Ispoortiin haala barbaadamuun babal’achuu hin danda’u qabxiin barbaadamus hin argamu

Hawaasni amantaa akka nu irratti hin qabaannee ni godha.

18

Seektaroota hojii raawwachiiftuu ejjensota fi komishinoota

  • Deeggarsa gama hundaan dargaggootaa fi akka godhan barbaada.(Maallaqaa, meeshaalee…)

  • Dargaggoonii gama hundaan akka badhaadhaniif hojiin ispoortii akka babal’atuufi guddatuu barbaadu.

  • Dargaggoonni haala nu deeggaru qaban dhisu.

Qaamolee deeggarsaa fi gargaaran gahee isaanii bahu dhisuu(xiqqaachu)

19

Komishiini Ispoortii Federalaa

  • Seera, labsii, dambii fi qajeelfamoota baasuu fi deeggarsa adda addaa gochu barbaada.

  • Dargaggoota gama hundaan aangomanii fi ispoortiin bu’uura uumatummaa akka qabaatu fi Indastriin ispoortii akka babala’atu barbaadu.

  • Waliin qindaa’anii hojjechuu fi deeggarsa barbaadamu dhabu.

Hirmaanaa xiqqaachuu fi Ispoortii haala karoorfameen raawwachuu dhabu

20

Federeeshinii ispoortii Biyyooleessaa.

  • Ispoortii bu’uura uummataa qabaatee akka seeraan, labsiin dambii fi qajeelfamaan akka hogganamu barbaadu.

  • Ispoortii babal’isuu fi guddisuu

  • Ispoortii osoo hin babal’atiin hafuu fi hawaasni hirmaachuufi itti fayyadamu dhabu.

  • Lammii Oomishaa fi fayya qabeessa ta’ee dhabu(xiqqaachuu.

21

Ejjensii Dh/Hojjetaa fi Hawaasummaa fi waldaalee siviikii

  • Rakkoo hawaasummaa dargaggootaa G/Galeessa godhatan akka hojjetan barbaadu

  • Mirga hojii dargaggootaa kabajamu barbaada.

  • Dargaggoota gurmaa’anii hubannoo gahaa argatanii hojii akka qabatan barbaadu.

  • Ragaa qulqulluu dargaggootaa barbaadu.

  • Hojii dhabdummaa ni babal’ata

  • Mirgii hojjetoota dargaggoota osoo hin kabajamiin hafuu.

  • Hirmaannaa fi itti fayyadamummaa dargaggootaa ni xiqqaataa.

22

Biiroo maallaqa fi misooma dinagdee Oromiyaa

  • Baasiin haala seeraa faayinaansitiin hojii irra ooluu isaa mirkaneessu barbaada.

  • Karooraa fi baasiin hojiidhaaf bahuu haala seera faayinaansitiin bahu isaa fi karoora hojii wajjiin wal-madaaluu isaa beeku barbaadu.

  • Karoorii fi baasiin bahu wal madaaluu dhabu.

  • Qisaasa’ina maallaqa jiraachuu fi maallaqni hojii karoorfameef oolu dhabu fi xiqqaachu.

23

Biiroo Bishaan , Albudaa fi Inarjii Oromiyaa

  • Naannoo qubannaa, dargaggootaa barbaadamutii fi wabii nyaataa bishaan gahaan akka jiraatu barbaada

  • Dargaggoonni misoomaaf mootummaan yoo isaan gurmeessuu fedhiin akka hirmaatan barbaadu.

  • Wantoota misoomaaf barbaadaman haala gahaa ta’een yoo dhabamee.

  • Hirmaannaan dargaggootaa misooma irratti godhan ni xiqqaata.

24

Biiroo Aadaaf Turiiziimi Oromiyaa

  • Dargaggoonnii Aadaa fi duudhaalee naannichaatti hundaan fayyadamaa akka ta’aniifi akka kunuunsan barbaada.

  • Dargaggoonnii aadaaf duudhaalee naannoo isaanii akka irraa fayyadaman, kunuunsan, fi kan midhaa geessan irraa akka of-baraaran barbaadu.

  • Dargaggoonnii aadaa, duudhaa naannoo isaaniin irraa fayyadamoo ta’u dhabu.

  • Dargaggoonni aadaa fi duudhaa naannoo isaanii dhiisuun aadaa miidhaa geesiisuun fi kan biyya alaatiif bitamu.

25

Biiroo Galiiwwanii Oromiyaa

  • Maallaqni qaamolee adda addaa irraa argamu nagahee seeraatiin akka galii ta’u barbaadu.

  • Maallaqni sassaabamu haala seera faayinaansitiin bahii ta’ee hojii barbaadamuuf akka hojii irra ooluu ni barbaadu.

  • Karoorii qabamee fi hojiin karoorfameen wal- simsiisuu baateef, hojii barbaadamuuf maallaqni ooluu dhabu.

  • Qisaasa’ina fi malaamaltummaa babal’achuun, hojiin harcaa’ee hafu mul’achuu fi misoomni xiqqaachu.

26

Ejjensii barnootaa fi leenjii teeknikaa ogummaa

  • Dargaggoonni barnoota leenjii teeknikaa fi ogummaan irraa fayyadamee akka ta’an barbaada.

  • Dargaggoonni carraa leenjii teeknikaa fi ogummaan leenji’ani jireenya isaanii fayya’ee fayyadamoo ta’an ta’an barbaadu.

  • Dargaggoonni carraa leenjii teeknikaa fi ogummaa dhabu.

  • Oomishitummaa dargaggootaa gama hundaan jiru ni xiqqaata.

28

Komishinii poolisii Oromiyaa

  • Dargaggoonni gocha yakka irraa fagaatanii mirgaa fi dirqama isaanii akka beekan barumsa seeraa fi ittisa yakkaa irraa bilisa akka ta’an barbaada.

  • Dargaggoonni nageenya tasgabeessuu irratti qooda isaanii akka bahan ni barbaadu.

  • Dargaggoonni seera biyyattii beeku dhabuu fi mirgaa fi dirqama isaanii bahu dhabu.

  • Nageenyii bora’uu fi misooma biyyatti irratti haala damaqinaan hirmaannaan isaanii xiqqaachu.

29

Komishinii horsiisee bulaa Oromiyaa

  • Paakeejjii guddina dargaggootaa haala qabatamaan naannoo horsiisee bulaatiin hojii irra akka oolchan barbaada.

  • Dargaggoonnii Yunivarsiity adda addaa irraa eebifaman haala ogummaa barataniin akka ramadaman barbaadu.

  • Dargaggoonnii ogummaa barataniin carraa hojii argachuu dhabu.

  • Dargaggoonnii hirmaannaa gama misoomaatiin jiru ni xiqqaata.

30

Komishinii invastimantii Oromiyaa

  • Dargaggoota naannoo investmeentiin itti gaggeefamu keessatti carraa qaxarrii akka argatan ni barbaada.

  • Dargaggoonnii haala ogummaa isaanitiin carraa hojii qaxarrii seera qabeessa ta’een fayyadamoo akka ta’an barbaadu.

  • Dargaggoonnii carra hojii [qaxarrii] dhabu.

  • Hojii dhabdummaan dargaggootaa baay’achu fi babal’achuu.

31

Dhaabbilee Maaykroo faayinaansii Oromiyaa

  • Dargaggoonni dhaabbilee maayikroo fi xixxiqqaa keessatti hojjetan bakka hojii, liiqii, gorsaa, odeefannoo, leenjii fi deeggarsa gama hundaan akka argatan barbaada

  • Dargaggoonni misooma maayikroo fi xixxiqqaa keessatti hirmaatanii fayyadamoo akka ta’an barbaadu.

  • Dargaggoonnii carraa dhaabbilee maayikroo fi xixiqqaan fayyadamu dhabu.




  • Hirmaanaa fi sosochiin dargaggootaa gama hundaan jiru laafaa ta’u.

32

Intarpiraizii maayikroo xixxiqqaa Oromiyaa

  • Dargaggoonnii misooma dameewwan hojii maaykiroo fi xixxiqqaa irratti gama hundaan bobba’anii fayyadamoo ta’an barbaada.

  • Dargaggoonni misooma naannoo isaanii keessatti hirmaataa fi fayyadamoo ta’an argu barbaadu.

  • Dargaggoonnii misooma naannoo isaaniitiin fayyadamoo ta’u dhabu.

  • Hirmaannaa fi fayyadamummaan isaanii xiqqaachuu.

33

Biiroo Bulchiinsa lafaa fi eegumsa naannoo Oromiyaa

  • Dargaggoonnii gumii adda addaa tiin ijaaramanii kunuunsa naannoo isaanii irratti damaqinaan akka hirmaatan barbaada.

  • Dargaggoonnii qabeenya uumamaa irratti qooda qaban akka bahan barbaadu.

  • Lafa misoomaafi kunuunsaa fi gumii keessatti hirmaatan dhabu.

  • Gaheen hirmaannaa dargaggootaa misooma irratti qaban ni xiqqaata.

34

Koreewwan olympikii waldaalee ispoortii Biyyooleessaa fi Addunyaa

  • Labsiiwwan, seerota, dambootaa fi qajeelfamoota baasuu fi deeggarsa adda addaa gochu fi ispoortii bu’uura uumatummaa akka qabaatuu gochu.

  • Ispoortii seeraan abbummaan hoggannuu fi bu’uura uumatummaa akka qabaatuuf barbaadu.

  • Ispoortii bu’uura uumataa qabaachuu dhiisuufi babal’achuu dhabu.

  • Hirmaannaan dargaggootaa gama ispoortiin jiru xiqqaachu.

35

Biiroo Dhimma Kominikeshenii Mootummaa Naannoo Oromiyaa

  • Sagantaa hubannoo baasuun hawaasa dadamaqsuu fi hojii promshiin qophaa’ee

  • Dargaggoonni humaannaa fi hubannee isaanii kan itti guddifatan wal-tajii wal-falmii qopheessuun dargaggoonni adda dureen akka hirmaatan.

  • Dargaggoonni yaada isaanii bilisaan yoo ibsuu baataa fi hirmaachuu dhaban.

  • Addunyaa ammayyaa wajjin wal-baru dhiisuun, misooma keessatti hirmaannaan dargaggoota xiqqaachu.

36

Waldaalee misooma fi dhaabbile tajaajila tolaa kennu.

  • Dargaggoota haala fedhii isaanitiin gurmaa’anii hirmaannaa fi misooma hawaasummaa keessatti akka godhan

  • Dargaggoonni fedhan tajaajila misooma hawaasummaa keessatti dama qinaan akka hirmaatan barbaadu.

  • Dargaggoonni waldaalee misoomaa fi dhaabbilee tajaajila tolaa keessatti fedhaan hirmaachuu dhabu.

  • Hirmaannaan dargaggootaa misooma keessatti xiqqaachu

37

Bakka bu’uuta mootummaa gamtoomanii (UNICEF UNDP )

  • Dargaggoota gama hundaan akka hirmaatanii fi fayyadamoo ta’an

  • Dargaggoonni mirgaa fi dirqama isaanii beekanii gama hundaan hirmaataa fi fayyadamoo akka ta’an barbaadu.

  • Dargaggoonni mirgaa fi dirqama isaanii beekuu dhabu.

  • Fayyadamummaan dargaggootaa xiqqaachu.

38

Dhaabbilee barnootaa fi leenjii ol’aanaa dhuunfaa fi mootummaa

  • Dargaggoonnii leenjii fi barumsaa gahaa ta’e argachuu (Lammii bilchiinsa sammu qabu jiraachuu)

  • Dargaggoonni leenjii fi barnoota gahaa ta’an argatanii misooma irratti hirmaachuu danda’an akka uumaman barbaachu.

  • Dargaggoonni leenjii fi barnoota argachuu dhabu.

  • Hirmaannaan dargaggootaa misooma irra jiru xiqqaachu.




39

Abboottii qabeenyaa

  • Dargaggootaa fi deeggarsa gama hundaan akka godhanii fi fayyadamoo akka ta’an

  • Deeggarsa gama hundaan dargaggootaaf godhamu haala seera qabeessaan dargaggooni akka itti tajaajilaniif fayyadamee akka ta’an barbaadu.

  • Wantootni deeggarsa godhaman seeraan tajaajila barbaadamuuf ooluu dhabu.

  • Deeggarsii barbaadamu hangaa fi yeroo barbaadamutti argatan xiqqaachu.

Yüklə 1,28 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   14




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin