Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii Oromiyaatti Safartulee Raawwii fi mannii Galmoota Tarsiimo’aa


Bu’aa:- Dargaggoonnii/lammii/ iddoo bashananaatti fayyadamaa ta’an



Yüklə 1,28 Mb.
səhifə8/14
tarix07.01.2019
ölçüsü1,28 Mb.
#90999
1   ...   4   5   6   7   8   9   10   11   ...   14

Bu’aa:- Dargaggoonnii/lammii/ iddoo bashananaatti fayyadamaa ta’an

  • Milkaa’ina:-Dargaggoonnii/lammiin/ fayyummaan isaa eegamee misooma irratti boba’ee.

    Galma 16.Dandeetti Raawwachisummaa Seektarichaa Foyyeesuu

    • Galma ga’insa kaayyoo keessatti dandeettii fi gahumsi hoggantootaa fi raawwattootaa murteessaa waan ta’eef, sagantaalee leenjii fi barnootaa babal’isuudhaan hojiilee hoggananii fi raawwatan adda baasanii beekuu fi ittiin hojjachuu akka danda’an gochuun barbaachisaa dha.

    • Hojjetootni ilaalcha qulqulla’aa,beekumsaa fi dandeettii gahaa qabaatanii ergamaa fi mul’ata mana hojii akka galmaan gahaniif, itti fayyadammaa fi bu’a qabeessummaa qabeenyaa mirkannessuuf, miira kaayyoo tokkoof hojjechuu guddisuuf, amantummaa fi itti gaafatamummaan, gahee isaanii haala gahaa taheen akka bahan kan agarsiisuu dha.

    • Gama gaggeessummaatiinis duudhaaleen mana hojichaa sammuu hojjatootaa kessatti ijaaramu taasisuun bifa qindoomina qabuun ergamaa fi mul’ata dhaabbatichaa galmaan gahuuf amantaa fi miira abbummaa hawaasa mana hojichaa gabbisuu irratti kan xikyyeeffate dha,

    • Hooggansa beekumsaa,dandeettii fi amantaan ijaaramee hoogganu,gahoomina hojjatootaa cimsuun raayyaa misoomaa uumuu kan danda’u akka tahuuf darbees yaaliwwanii fi muuxannoowwan gurmeessuun fi adda duree jijjiramaa tahuun tarsiimoo mana hojichaas gara raawwii sadarkaa ol’anaatti ceesisuuf kan isa dandeessisu gahumsa teeknikaa akka horatu tahee atoominaa fi qindoomina qaamolee garaagaraa waliin cimsuun qunnamtii bu’a qabeessummaa qabu uumamee dargaggootnii fi hawaasni ispoortii akka fayyadamoo tahan taasisuu dha.

    • Walumaa galatti hojjatootni fi hooggansi hubannoo, ilaalchaa, dandeettii, deeggarsaa fi hordoffii akkasumas gahumsa isaanii barnoota, leenjii yeroo dheeraa fi gabaabaan cimsuu irratti xiyyeefatamee kan hojjatamuu dha.

    • Bu’aa: Gahumsa raawwachuu fi raawwachisummaa guddate

    • Milkaa’ina: milkaa’ina tarsiimoo mana hojichaaf humna misoomaa uumame.

    Galma 17.Aadaa fi haala naannoo Hojii Fooyyessuu

    • Manni hojii tokko karoora tarsiimoo isaa galmaan ga’uun dorgomaa gaarii ta’e ba’uuf isa dandeesisan keessaa guddaan aada hojii fi haala naannoo manni hojichaa bifa ammaya’aa ta’een yoo deggarameedha.

    • Haaluma kanaan seera danbii fi qajeelfamoota mana hojiicha bu’uura godhachuun ergama fi mul’ata mana hojicha galmaan ga’uuf sochii taasifamun jijirama hunda galee eeggeen aadaa mana hojii jijjiiruf irratti xiyyeffatamee kan hojjatamuu dha.

    • kunis hojjetaanis ta’ee hoggansi sadarkkaa adda addaa irra jiru hojii bu’a qabeessa ta’e, sirnootaa seerota finaamusaa mana hojichaa kabajuun raawwachuudha.

    • Kana dhugoomsuun kan danda’amu hojjetaan siviil sarviisii beekumsaa fi dandeetti qabu itti fayadamee muuxannoo wal-jiijjiruun jaalala hojii horatee bu’aa buusuuf itti fufiinsaan akka hojjetu taasisuu dha.

    • Aadaa hojii itti fuufiinsa qabu mana hojii keessatti dagaagsuun duudhaalee fi amantaa walinii (shared values and beliefs) umuun akka danda’amu raawwii hojii sadarkaa dhuunfaa fi gareetti raawwatamu badhaasaa fi onnachiiftuuwwan adda addaattin walqabsiisuun barbaachisaa dha.

    • Miira gareen hojjechuu guddisuun, walta’iinsa hoggansaa fi hojjetootaa daran akka dabalu gochuun fi naannoo hojii mana hojii tokko hojjetaa haala hawwatu fi fedhii itti uumuu danda’uun faasilitiwwan barbaachisan hunda guutuun hojjechuu ni barbaachisa.

    • Walumaagalatti aadaa hojii guddisuun jijjiirama ilaalchaa mirkaneessuu, duudhaalee hojii uumuu, sirna oggansaa hirmaachisaa ta’e mirkaneessuu, sirna qaxarrii ,jijjiraa,rammaddii fi sadarkaa guddinaiftoomina qabu diriirsuu, misooma humna namaa, madaallii bu’aa giddugaleessa godhate fihaaqumaa qabuu loogii tokkoo malee hojii irra oolchuu, fi kan kana fakkaatan irratti xiyyeeffannoo ol’aanaa kennuun ni hojjetama.

    • Bu’aa: kak’umsa hojiif dabalee fi naannoo hojii mijaawaa uumame

    • Milkaa’ina: Raawwii hojii dabale

    Galma 18. Dhiyeessaa fi Itti fayyadama Teknolojii Guddisuu

    • Galmi kun fedhii fayyadamummaa hawaasa mana hojichaa aadaa fi gahumsa gabbisuun misooma mana hojichaa teeknologii qunnamtii odeeffannoon deeggaruun qisaasama qabeenyaa hir’isuu,

    • Hojimaata si’ataa fi tajaajila gahaa,duubdeebiin ariifataa akka jiraatuu fi bira gahiinsa ragaa fi odeeffannoo giddu galeessa kan godhatedha.

    • Kunis, hojjatootaa fi hooggansa gidduutti, caasaalee sadarkaa sadarkan jiran gidduutti waljiirraaan ragaa yeroo isaa eegee fi ammayya’aa tahe akka jiraatu taasisuun hojii sosochii fi hirmaanaa, walta’insaa fi deeggarsaa mirkanessuuf gumaachaa ol’aanaa kan qabudha.

    • Kana gochuufis fayyadama teeknooloojii odeeffannoo tajaajila si’ataa fi qulqullina qabu kennuu dandeesisu diriirsuu,

    • Teeknooloojii jiranii fi dabalataan barbaachisan addaan baasuun beekkumsaa fi gahumsa fayyadamaa teknooloojii guddisuu.

    • Fayyadamni isaa bakka hundatti akka babala’atu taasisuuf xiyyeeffannoodhaan kan irratti xiyyefatamee hojjetamu ta’a.

    • Bu’aa: aadaa fayyadama teeknologii guddate.

    • Milkaa’ina: Tajaajila si’ataa,yeroosa eegee fi qulqullina qabu misooma dabale.




      1. Maappii walitti hidhaminsa Galmoota tarsiimoo’aa

    • Maappiin tarsimoo’aa kallattiiwwan madallii adda addaa jalatti galmoota tarsiimoo’aa qophaa’an sababaa fi bu’aan walitti hidhamanii akkamitti faayidaa dabalataa uumuun bu’aa tarsiimoo’aa akka argamsiisan fakkii ibsu dha.

    • Maappiin kun wal-siminisi galmootaa kan ittin mul’atu fi tarsiimichi gabaabinaan kan ittin ibsamu dha. Waan kan ta’eef maappiin tarsiimoo’aa:

    • Galmootaa tarsiimoo’aa (Goals), safartulee (Performance measures) fi tarkanfiwwaan tarsiimoo’aa (Initiatives) giddutti madaaliin (Balance) akka eeggamu Qunnamtti galmootaa tarsiimoo’aa gidduu jiru murteessufGalmootaa tarsiimoo’aa kallattiwwaan madaallii tarsiimoo’aa ka’aaman waliin wal-simsiisun walitti-hidhamiinsa sababa fi bu’aan faayida dabalu danda’uu agarsiisuQabeenyoota beekumsa fi odeeffannoo (Intangible assets) akkamitti adeemsoota faayida dabalan waliin akka walittihidhaman agarsiisu fi Adeemsoota fi raawwatootni mana hojiicha hundii galmootaa tarsiimoo’aa mana hojiicha qindoominaan hojiirra oolchuuf ni dandeessisa.Bu’uura kanaan, maappiin tarsiimoo’aa Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortti Oromiyaa bifa kanaan qophaa’ee akka armaan gadiitti dhiyaateera.



    Bu’aawwan BDHDIO Galma’an



    Hirmaanaa fi Fayyadamummaa lammii guddisuu

    Ga’umsa Raawwachisumaa lammi Gabisuu.

    Itti quufunsa Lammii guddisuu

    Amantummaa Lammii guddisuu



    Deggersaa baajata guddisuu

    Fayyadama fi bu’a qabeessummaa qabeenya guddisuu
    Tajaajilamaa Tajaajilamaa (Customer)

    Baajata/

    Faayinaansii


    Qindoomina fi Hariiroo hojii Humnoota misoomaa cimsuu

    Bu’uraalee misooma Dargaggootaa fi Ispoortii babal’isuu

    Gurmaa’ins fi bulchiinsa ragaa Foyyeesuu

    Bu’aa qabeesuuma hojii Kominikeshinii Foyyeesuu



    Sirna Qo’annoo fi qorannoo foyyeesuu

    sirna Sosochii fi gurmaa’insa foyyesuu

    Sirna deeggarsa fi Hordoffii fooyyessuu



    Muuxannoo gaggaarii Misooma Dargaggootaa fi Ispoortii babal’isan guddisuu



    Hojimaata Bulch.gaarii fi Kenna tajaajilaa fooyyeessuu



    itti fayyadama teeknoloojii guddisuu
    Adeemsa Hojii keessaa(Internal Business Process)


    Dandeetti raawwachisummaa seektarichaa Foyyeesuu

    Aadaa fi haala Naannoo hojii fooyyessuu


    Barnootaa fi Misooma (Organizational Capacity)

      1. Safartulee raawwii fi manniiwwan (Performance Measurment and Targets)

    • Safartuleen raawwii toora xiyeeffannoo tarsimoo’aa galmaan ga’huu fi raawwii bu’aa galmootaa hordofuuf kan dandeesisu agarsiistuu bu’aa ta’ee:

    • Raawwii tarsimoo Manni hojichaa hordofuu dandeessisu.Bara tarsiimichaa fi sadarkaa milka’ina galmootaa kan ittiin beekamu.Waliigalaan milka’ina fi bu’aa qabeessuummaa Manni hojiichaa beekuuf dandeessisuu handhuura bu’aa hoggansaatti.

    • Haaluma kanaan, sadarkaa sia’inaa fi milka’ina (efficency and effectiveness)mana hojii beekuu fi milka’ina bira ga’ame hubachuuf, raawwii hojii safartuu fi hogganuuf, tarkaanfii fudhachuu fi ga’umsa raawwannoo itti fufiinsaan guddisuu fi raawwattoonni milka’ina tarsimoo mana hojiichaa irratti akka xiyyeeffataniif galteewwan (input), raawwiin (Accomplishement) milka’ina galmaa (out put) fi milka’ina galmaa (out come) irratti safartulee fi akka armaan gadiitti dhiyaateera


    Karooraa Tarsiimoo BSC/Iskor kaardii/ BDHDIO(Corporate Score Card) bara 2008-2012

    K alatti Maddaalii

    Kaayyoolee Tarsiimoo’aa (Strategic Objectives)

    Safartulee raawwii (Measurement) %

    Ka’umsa (Base line) %

    2008– 2012 Reenji imannii (Treshold)

    Mannii (Target) %

    Tarkaanfilee Tarsiimoo’aa (strategic Initiatives)

    2008

    2009

    2010

    2011

    2012




    Tajaajilamaa/Customer 20%

    Tajaajilamaa/Customer

    Tajaajilamaa/Customer

    1. Amantummaa Lammii guddisuu(1%)

    1. Sadarkaa amantummaa dabale (1%)

    80%

    85-100%

    82%

    85%

    88%

    90%

    92%

    Qorannoo fi sakatta’insa Amantummaa

    1. Itti quufunsa Lammii guddisuu(1%)

    1. Sadarkaa itti quufinsaa dabale (1%)

    80%

    85-100%

    82%

    85%

    88%

    90%

    92%

    Qorannoo fi sakatta’insa itti quuffinsaa

    1. Hirmaannaa fi fayyadamummaa lammii mirkana’e 12%




    1. Hirmaanaa lammi sosochii kessatti Dabalee (1.5%)

    55%

    60-80%

    60%

    63%

    65%

    68%

    70%

    Tarsimoo PGD fi mi/ispoortii

    1. Fayyadamuummaa Dargaggootaa/lammii/ misoomaa kessatti Dabalee (2%)

    63%

    60-85%

    65%

    68%

    70%

    78%

    80%

    Tarsimoo PGD fi mi/ispoortii

    1. Carraa hojii ummamee Hojii dhabdummaa dargaggoota hir’ate (1.5%)

    50%

    55-70%

    55%

    58%

    60%

    65%

    68%

    Tarsimoo IMX

    1. Uuwisa Barnoota kessatti Hirmaannaa Dargaggootaa Dabalee (1%)

    80%

    85-95%

    85%

    88%

    90%

    92%

    95%

    Tarsimoo PGD

    1. Fayyadamummaa dargaggootaa/lammii/ tajaajiloota keessatti dabale (1.5%)

    60%

    65-85%

    65%

    68%

    70%

    78%

    80%

    Tarsimoo PGD

    1. Godaansa seeraan alaa dargaggootaa hir’ate (1%)

    50%

    55%-80%

    55%

    58%

    60%

    65%

    68%

    Tarsimoo PGD fi mi/ispoortii

    1. Hirmaannaa Ogeesoota Ispoortii dabalee (1%)

    50%

    55%-80%

    55%

    58%

    60%

    65%

    68%

    Tarsimoo PGD

    1. Sagantaa Leenjii guddatootaan bakka bu’oota ispoorteesitoota horatame(1.5%)

    60%

    65-85%

    65%

    68%

    70%

    78%

    80%

    1. Hirmaanaa abbootti qabeenyaa Damee Ispoortii Guddatee (1%)






















    Tarsimoo misooma ispoortii

    1. Ga’umsa Raawwachisumaa lammi Gabisuu (6%)




    1. Sagantaalee leenjii dirriran gahumsa Raawwachisummaa dabalee (1%)

    60 %

    65-85%

    65%

    68%

    70%

    78%

    80%

    Sagantaa ijaarsa Dandeeti

    1. Deeggarsa raawwachisummaa dabalee (0.5%)

    60%

    65-85%

    65%

    70%

    75%

    80%

    85%

    Tarsimoo PGD fi misooma ispoortii

    1. Jaarmiyaalee gahumsa guutuun kaayyoo fi eergama isaani bahan (1.5%)

    65%

    70-95%

    70%

    75%

    80%

    85%

    90%

    1. Dargaggoota/Ispoortessitoota bu’aa qabeeyyi horataman (0.5%)

    45%

    50-70%

    50%

    55%

    60%

    65%

    70%

    1. Qaamolee bu’a qabeeyyii jajjabeeffaman /onachiifaman (0.5%)

    60%

    65-85%

    65%

    70%

    75%

    80%

    85%

    1. Gurma’iinsa Ijaarumsa Raayyaa Misoomaa cimee (0.5%)

    50%

    55-80%

    55%

    60%

    65%

    70%

    75%

    1. Sadarkaa dorgomummaa Naannichaa guddate (1%)

    80%

    82-100%

    82%

    85%

    88%

    90%

    95%

    Tarsimoo Ispoortii

    1. Waldaalee isp.ulaagaa beekamtii guutuu argatan (0.5%)

    60%

    65-85%

    65%

    70%

    75%

    80%

    85%

    Faayinaansii (Finance) 15%

    1. Fayyadama fi bu’a qabeessummaa qabeenya guddisuu (13%)

    1. Bu’a qabeessummaa bajataa milka’ina galmaa wajjin dabalee ( 4%)

    85%

    90-100%

    90%

    92%

    94%

    96%

    98%

    Sagantaa Bu’a Qabeessummaa

    Baajataa


    1. Gahumsa fayyadama bajaata (efficency) dabale ( 2 %)

    85%

    90-100%

    90%

    92%

    94%

    96%

    98%

    1. Bu’a qabeessummaa itti fayyadama qabeenya dabalee (3%)

    85%

    90-100%

    90%

    92%

    94%

    96%

    98%

    1. Qisaasama qabeenyaa hir’ate (3%)

    10%

    8-1%

    5%

    4%

    3%

    2%

    1%

    1. Sirna koodii Ispoortii dirirreen bu’aan galmaaee (1%)

    20%

    25-50%

    25%

    30%

    35%

    40%

    50%

    1. Deggersaa baajata guddisuu2%

    1. Qabeenya sasaabamee (1%)

    30%

    35-50%

    35%

    38%

    40%

    45%

    48%

    Sagantaa Bu’a Qabeessummaa Baajataa

    1. Galii guddate (1%)



    30%

    35-50%

    35%

    38%

    40%

    45%

    48%


    Adeemsa Hojii keessaa (Internal Business Process) 45%

    1. Hojimaata Bulchiinsa gaarii fi Kenna tajaajilaa fooyyeessuu (10%)

    1. Kennisa tajaajila fooyya’ee (5%)

    70%

    72-85%

    72%

    75%

    78%

    80%

    85%

    Sagantaalee Riifoormota

    1. Komii hir’ate (2%)

    30%

    20-5%

    20%

    18%

    12%

    10%

    5%

    1. Hanga madda Kiraa sasabdumaa dhabamsifamee (1%)

    55%

    50-35%

    50%

    48%

    45%

    43%

    40%

    1. Miseensaa tokko shanne Bu’aa qabeessa ta’ee (1%)

    35%

    40-75%

    40%

    45%

    50%

    55%

    60%

    1. Adda-duree horatamee (1%)

    30%

    35-60%

    35%

    40%

    45%

    50%

    55%

    1. Sirna deeggarsa Hordoffii fi gamaagama fooyyessuu (8%)

    1. Foyya’insa raawwiii hojii Dabalee (3%)

    75%

    80-95%

    85%

    88%

    90%

    92%

    95%

    Sagantaa hordoffii fi deeggarsa ,

    1. Uwwisa hordoffii deeggarsaa fi Gamagamaa dabale (3%)

    85%

    90-100%

    90%

    92%

    94%

    96%

    98%

    1. Uwwisa duub-deebii kenname (2%)

    70%

    72-85%

    72%

    75%

    78%

    80%

    85%

    1. Sirna Qo’annoo fi qorannoo foyyeesuu (2%)

    1. Hudhaalee Qoranodhaan Adda ba’an(1%)

    60%

    65-85%

    65%

    70%

    75%

    80%

    85%

    Sagantaawwan Qo’annoo

    fi qorannoo



    1. Rakkoo hir’ate (1%)

    60%

    65-85%

    65%

    70%

    75%

    80%

    85%

    1. Ilaalcha Misoomaa fi Dimokraasii Dargaggootaa fi Haawwasaa Ispoortii guddatee(6%)

    1. Waltajii Hirmaanaa Dargaggootaa fi Haawwasaa ispoortii bu’aa qabeessa ummamee (2%)

    75%

    80-95%

    85%

    88%

    90%

    92%

    95%

    Tarsimoo Dargaggootaa fi Misooma Ispoortii

    1. Wal-qixumaa Korniyaa dabalee (1%)

    50%

    55-80%

    55%

    60%

    65%

    70%

    75%

    Sagantaa Koorniyaa Idileessuu

    1. Sochii Misooma fi Haawwasumaa keessatti hojii tajaajila Tola oltumaa guddatee (3%)

    65%

    70-85%

    70%

    72%

    75%

    78%

    80%

    Tarsimoo PGD fi mi/ispoortii

    1. Muuxannoo gaggaarii Lammi guddisuu.(2%)

    1. Muuxannoo gaggaarii sakat’amanii qindaa’an (1%)

    2.5%

    3-15%

    3%

    5%

    8%

    10%

    12%

    Tarsiimoo Muuxannoo gaggaarii babal’isuu

    1. Muuxannoowwan gaggaarii bu’a qabeeyyii babal’atan (1%)

    2%

    3-15%

    3%

    5%

    8%

    10%

    12%

    1. Gurmaa’ins fi bulchiinsa ragaa Foyyeesuu (3%)

    1. Ragaa qindaa’ee odeeffanoof/tarsiimo’aaf/ olee (2%)

    60%

    65-85%

    65%

    70%

    75%

    80%

    85%

    Bulchiinsa ragaa fi

    Odeeffannoo



    1. kuufamaraga hojii qinda’ee (1%)

    60%

    65-85%

    65%

    70%

    75%

    80%

    85%

    1. Bu’a qabeessumma hojii Kominikeshinii foyyeesuu (8%)

    1. Bu’aa tarsimoo uwwisaa midiyaa argatee (3%)

    60%

    65-85%

    65%

    70%

    75%

    80%

    85%

    Sagantaa kominikeshinii

    1. Jijjirama ilaalchaa misooma dabalee (3%)

    90%

    92%

    94%

    96%

    98%

    90%

    92%

    1. Waltajii Bu’aa qabeessa gaggeffamee (2%)

    60%

    65-85%

    65%

    70%

    75%

    80%

    85%

    1. Sirna Qindoomina fi Hariiroo hojii foyyeesuu (3%)

    1. Hariiroo qaamoolee waliin taasifamen bu’a argame (1.5%)

    50%

    55-80%

    55%

    60%

    65%

    70%

    75%

    Sagantaa Qindoominaa walta’insaa

    1. Gurmaa’iinsa Raayyalee jijjirama sadan cimani bahan (1%)

    35%

    40-75%

    40%

    45%

    50%

    55%

    60%

    1. Dambii,Qajeelfamoota ,Istaandaardii, inshuraansii fi komershalayizeshinii hojirra olee (0.5%)

    40%

    45-70%

    45%

    50%

    55%

    60%

    65%

    1. Bu’uraalee misooma Lammi babal’isuu (3%)

    1. Biraga’insa fi Uwwisa Gidugaloota Nammoomaa fi BOI dabalee (1%)

    70%

    72-85%

    72%

    75%

    78%

    80%

    83%

    Tarsimoo PGD fi Ispoortii

    1. Sanda Abbumaa qabenya mirkana’ee (1%)

    60%

    60-70%

    60%

    62%

    65%

    68%

    70%

    1. Meeshaalee fi hidhannoo guutamen bulchiinsaa, Faasilitiiwwan fi tajaajila bu’a qabeesumaa mirkana’e(1%)

    65%

    70-85%

    70%

    72%

    75%

    78%

    80%

    Ijaarsa Dandeettii 20%

    1. Dandeetti raawwachisummaa seektarichaa Foyyeesuu (10%)

    1. Leenjii Misooma Humna Namaa kennamee(6%)

    50%

    55-80%

    55%

    60%

    65%

    70%

    75%

    Sagantaalee misooma

    Humna namaa



    1. Gahumsa raawwannoo seektarichaa dabale (2%)

    80%

    85-95%

    85%

    88%

    90%

    92%

    95%

    1. Haammataalee Raawwachisummaa hojiirra olee (1%)

    35%

    40-65%

    40%

    45%

    55%

    60%

    65%

    1. Gad-lakkisa hojii ogeessotaa xiqqaate /turn over rate (1%)

    16%

    15-5%

    15%

    13%

    10%

    8%

    6%

    1. .Aadaa fi haala Naannoo hojii fooyyessuu (4%)

    1. Miira gareen/teamwork/ hojjechuu dabale (2.5%)

    75%

    80-95%

    85%

    88%

    90%

    92%

    95%

    Sagantaale Onnachiiftuu

    1. Qaamolee bu’aa tarsiimoo waliin onnac hiifaman (0.5%)

    20%

    25-50%

    25%

    30%

    35%

    40%

    45%

    1. Itti quuffinsa hojjetootaa milkaa’ina hojii wajjin guddate (0.5%)

    70%

    72-85%

    72%

    75%

    78%

    80%

    83%

    1. Haala Naannoo hojii mija’aa uumame (0.5 %)

    35%

    40-65%

    40%

    45%

    55%

    60%

    65%

    1. . Dhiyeessaa fi itti fayyadama teeknoloojii guddisuu (6%)

    1. Itti fayyadammaa teeknoloojii dabalen bu’aan argamee (3 %)

    65%

    70-85%

    70%

    72%

    75%

    78%

    80%

    Itti fayadama TQO

    1. Uwwisa teknoolojii dabale (2 %)

    60%

    65-75%

    62%

    65%

    68%

    70%

    73%

    1. Ragaa ammayyaa’aa qinda’ee hojii tarsiimoof Olee (1%)

    35%

    40-70%

    40%

    45%

    50%

    55%

    60%

    Yüklə 1,28 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
  • 1   ...   4   5   6   7   8   9   10   11   ...   14




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin