|
Yaa’insa Hojii Adeemsa Haaraa
|
səhifə | 20/45 | tarix | 07.01.2022 | ölçüsü | 0,6 Mb. | | #89668 |
| 1.2 3.5 Yaa’insa Hojii Adeemsa Haaraa -
Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/qopheessuu
-
Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu
-
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa sakatta’uun mirkaneessuu
-
Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’immanmirkaneessuf motummaan qiyyeefaman hordofuu
-
Gabaasa Raawwii karooraa projektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, qindeessuu fi hojjechuu
-
Proofaayilii projeektootaa dubartootaa fi daa’imman caalamatti fayyadan adda baassuu
-
Akaakuu rakkoolee/fedhii hawaas-diinagde dubartotaa fi daa’immanii sadarkaa godinaalee fi magaaloota addaan baasuun proofaayilii qophii projeektootaaf ta’u qopheessuu(identify project types and areas)
-
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessaa,
-
Fundii proojektootaan argaman akkataa karoorfameen akka hojiirra oolchaman taasisuu
-
Qophii fi mirkaneessa proojektii irratti ogeessota sadarakaan jiranuuf leenjii akka argatanu taasisuu.
-
Proojektoota Dhaabbilee Walta’iinsa misooma dubartoota fi daa’immanii karoorsuu, raawwiif haala mijeessuu fi gabaasuu
-
Gamaggama fi madaallii bu’aan/ impact/ proojektootni jireenya dubartoota fi daa’immanii irratti fidan geggeessuun qaama ilaalu hunda beeksisuu
-
Deggarsa fi hordoffii proojektoota misooma dubartoota fi daa’immanii geggeessuu
Dostları ilə paylaş: |
|
|