1
|
Haala duree qophii proojektii mijeessuu
|
|
| -
Ulaagaa qphii proojektootaa
|
|
| -
1. Ulaagaa rakooleen/fedhiin hin guutiin ittiin adda bahanii fi sadarkeeffaman qopheessuu
|
|
|
1.1.2. Ulaagaa qophaa’ee irratti qaamolee dhimmi ilaalatu waliin marii gaggeessuun gabbisuu
|
|
|
1.1.3. Ulaagga gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu
|
|
|
1.1.4. Ulaagaa mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu
|
|
| -
Sadarkaa rakkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutiin adda baasuu
|
|
| -
Foormaattii rakkoon/ Fedhii hin guutaminii itiin sasaabamuu fi qindaa’u qopheessuu
|
|
| -
Formaattii qophaa’ee irratti godinaalee fi magalaalotaaf/aanaa maadaqisina kennuun fi raabsuu
|
|
|
1.2.3. Foormaatii guutuun qindeessuu, rakkoo/fedhhii hin guutiin adda baasuu
|
|
| -
Rakkoo/Fedhi hin guutiin gosaa fi idoon(Godina.Magaalaa,aanaa,ganda) adda bahan sadrkeessuun(prioratize) kaa’uu
|
|
| -
Rakkoo/ Fedhii hin guutin sadarkeeffaman mirkaneeffachuu
|
|
| -
Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qopheessuu
|
|
| -
Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessuu
|
|
| -
Dokimmeentii mirkanaa’ee qaamoleen barbaadan hundi akka argatan taasisuu
|
|
2
|
Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/qopheessuu
|
|
| -
Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutin tarreen ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii qopheessuuu
|
|
| -
“TOR” qophaa’ee mirkaneessisuu
|
|
| -
Qophii duraa xumuruu(haala “TOR’ keessatti taa’een Baajataa,Lojestiikii, H/namaa fi kkf)
|
|
| -
Qorannoo projeektii gaggeessuu
|
|
|
2..5. Dokimeentii projeektii misooma dubartootaa fi daa’immanii qophessuu
|
|
|
2.6. Dokimeentii proojeektii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin dhiyeessuun gabbisuu
|
|
| -
Dookimeentii yaada maaneejimeentiitiin gabbate xumuruu
|
|
| -
Dokiimeentii Propoozaala projektii qophaa’ee arjooma / deeggartoota/ taasisuuf eerguu
|
|
| -
Propoozaala arjoomtotaaf/deeggartoota eergamee duukaa bu’uu/hordofuu/
|
|
|
2.10. Deeggersa argame haalaa proopoozaala ta’eetiin hojiira oolchuu,hordofuu fi
|
|
3
|
Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu(Hubannoo,Leenjii,Liiqii/Hojiilee madda galii,deeggersa dubartootaa fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building)
|
|
| -
Qophii poopooaala fandii karoora waggaa irraa sasaabuu
|
|
| -
Yaddaa ka’umsa qophii propoozaalaaf adeemsa dhimmi ilaallatuu waliin mar’iachuu
|
|
| -
proopoozaala fandii qopheessuu
|
|
| -
Propoozaalaa qophaa’ee mirkaneessisuu hojjiirra oolachuu
|
|
| -
Propoozaalaa fandii qophaa’ee qaama deeggersa kennuuf dhiyeessuu/eerguu
|
|
| -
Propoozaala eergame duuka bu’uu
|
|
| -
Fandii argame hoiirra oolchuu, hordofuu
|
|
4
|
Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’imman mirkaneessuf motummaan qiyyeefaman hordofuu fi deggarsa taasisuu
|
|
|
4.1. Proojektootaa motummaan qiyyeeffaman seeketraa Naannoo, godinaa/magaalaa fi gosa proojeektiitiin adda baasuu
|
|
|
4.2. Dubartootaa fi daa’imman fayyadamtoota projektii ta’an adda baasuu
|
|
| -
Hordoffii gaggeessuu
|
|
| -
Gabaasaa hordoffii qopheessuu
|
|
| -
Gabaasa qophaa’e tayyabuun qaama dhimmi ilaaluuf erguu
|
|
| -
Raawwii projeektootaa godinaalee/ aanaalee/ gandootaa xinxaaluudhan duub deebii kennuu
|
|
5
|
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessuu,
|
|
|
5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
|
|
5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu
|
|
|
5.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
|
|
5.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa dhiyyaatan qindeessuu
|
|
|
5.5 Ragaa qindeeffame kooputeratti galchuu
|
|
|
5.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu
|
|