Sadarkaa rakkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutiin adda baasuu
-
Foormaattii rakkoon/ Fedhii hin guutaminii itiin sasaabamuu fi qindaa’u qopheessuu
|
-
Formaattii qophaa’ee irratti godinaalee fi magalaalotaaf/aanaa maadaqisina kennuun fi raabsuu
|
1.2.3. Foormaatii guutuun qindeessuu, rakkoo/fedhhii hin guutiin adda baasuu
|
1.2.4.Rakkoo/Fedhi hin guutiin gosaa fi idoon(Godina, Magaalaa,aanaa,ganda) adda bahan sadrkeessuun (prioratize) kaa’uu
|
-
Rakkoo/ Fedhii hin guutin sadarkeeffaman mirkaneeffachuu
|
-
Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qopheessuu
|
-
Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessuu
|
-
Dokimmeentii mirkanaa’ee qaamoleen barbaadan hundi akka argatan taasisuu
|
-
Fedhii dubartoota hojiiwwan madda galii af argamsiisan hirmaachuuf qaban
| -
|