1
|
Hojimaata projektootnnii ittiin mirkanaa’an qopheessuu
|
|
|
|
|
-
Ulaagaa mirkaneessa proojektootaa
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
|
1.1.1. Ulaagaala projektootnni ittiin mirrkanaa’an qopheessuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1, Dokimeentii 1
|
1.1.2. Ulaagaa gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Sa’aatii 2
Dokimeentii 1
|
1.1.3. Ulaagaa mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1,
Dokimeentii 1
|
1.1.4. Ulaagaalee projeektiin ittiin mirkanaa’an maamiltootaa fi dhimmamtoot beeksisuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1, Dokimeentii 1
|
-
Unaka/foormaatii projeektootaa akka mirkanaa’aan dhiyaataan ittiin galamaa’an qopheessuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1,
Dokimeentii 1
|
|
-
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa sakatta’uun
mirkaneessuu
|
Biiroo/Godinaa/Magaalaa
|
Wagaa guutuu
|
|
Dokiimeentii proojektoot dhiyaatan ulaagaa, yeroo taa’eefi qulqullinaa eegateen %100n mirkaneessuu
|
!.3.1.Projeektoota dhaabiilee miti mootummaa irra dhiyaatan fuudhuu
|
Biiroo/Godinaa/Magaalaa
|
Yeroo dhiyaatetti
|
Daqiiqaa b30,
Dokimeentii 1
|
1.3.2.Dhaabbata proojeektii dhiyeeffate beellamuun gaggeessuu
|
Biiroo/Godinaa/Magaalaa
|
Yeroo dhiyaatetti
|
Daqiiqaa 30
Dokimeentii 1
|
-
Proojeektii dhiyaatee uulagaa taa’ee waliin ilaaluun xiinxaluu
|
Biiroo/Godinaa/Magaalaa
|
Yeroo dhiyaatetti
|
Guyyaa 2,
Dokimeentii 1
|
|
| -
Yaada siirreeffama kan qabu yoo jiraatee dhaabbatichi akka sirreeffatu hubachiisuu
|
Biiroo/Godinaa/Magaalaa
|
Akkuma xiinx alli xumurameen
|
Sa’aatii 2
, Dokimeentii 1
|
|
-
Projeektii xiinxalame hooggantuu mana hojiiff dhiyyeessuun ibsa itti kennuu
|
Biiroo/Godinaa/Magaalaa
|
Akkuma xiinx alli xumurameen
|
Biiroo- Sa’aatii 1
God./Magaa.- Sa’aatii 1
Aanaa –Sa’aatii 1
Dokimeenti 1
|
|
-
Waliigalteen proojeektii(project agreement) mallatteesisuu
|
Biiroo,Goina/Magaalaa
|
Akkuma mallataa’een
|
Biiroo- Sa’aatii 1
God./Magaa.- Sa’aatii 2
Aanaa – Sa’aatii2
Dokimeenti 1
|
|
-
Waliigaltee projeektii mallatta’ee beekksisuu
|
|
|
|
|
1.3.1.Waliigaltee maallattaa’ee abba dhimma beeksisuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Akkuma mallataa’een
|
Biiroo- Sa’aatii2
God./Magaa.- Sa’aatii2
Aanaa – Sa’aatii2
Dokimeenti 1
|
|
-
Waliigaltee Prokeektii mallattaa’ee garagalcha akka beekan taasisuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Akkuma mallataa’een
|
Biiroo- Guyyaa 1
God./Magaa.- Guyyaa 1
Aanaa – Guyyaa 1
Dokimeenti 1
|
|
-
Gargalcha Waliigaltee projeektii caasaa bakka itti raawwatamuuf xalayyaan beeksisuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Akkuma mallataa’een
|
Biiroo- Sa’aatii2
God./Magaa.- Sa’aatii2
Aanaa – Sa’aatii2
Dokimeenti 1
|
|
-
Projektoota waliigalteen raawwate hojiitti galuu hordofuu
|
|
|
|
Hojiirra oolmaa projekticha akkaataa waliigaltee taa’een raawwatamuu isaa hordofuun fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii gutuma guututti mirkaneessu
|
1.4.1. Pirojeektoota hojii eegalanii fi hin eegaliin adda baasuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Yeroo Waliigalteera taa’een ji’a 1 booda
|
Biiroo- Guyyaa 2
Godina - Guyyaa 1
Magaala -Gguyyaa 1
Aanaa – Guyyaa 3
Proojeektii 1
|
-
Projeektoota haala waliigalteetiin hojii hin eegalin qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’unn akka hojitti galan mari’achiisuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Yeroo Waliigalteera taa’een ji’a 1 booda
|
Biiroo- Guyyaa 1
Godina - Guyyaa 1
Magaala -Gguyyaa 1
Aanaa – Guyyaa 1
Proojeektii 1
|
-
Projektotaa hojiitti galan haala waligalteetiin raawwachaa jiraachuu isaanii sakata’uu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Yeroo Waliigalteera taa’een ji’a 2 booda
|
Biiroo- Guyyaa 5
Godina - Guyyaa 3
Magaala -Gguyyaa 1
Aanaa – Guyyaa 2
Proojeektii 1
|
| -
Projektoota hojiitti galanii haala waliigalteetiin hin raawwanne sirreffama kennuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Yeroo Waliigalteera taa’een ji’a 1 booda
|
Biiroo- Sa’aatii2
Godina - Sa’aatii2
Magaala - Sa’aatii2
Aanaa – Sa’aatii2
Proojeektii 1
|
-
Dhabbilee deegaarsa taasifameen haala waliigaltee raawwachuu dadhaban qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun waligalteen akka diigamu yaada dhiyeessuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Yeroo Waliigalteera taa’een ji’a 1 booda
|
Biiroo- Guyyaa 2
Godina - Guyyaa 2
Magaala -Guyyaa 1
Aanaa – Guyyaa 1
Proojeektii 1
|
-
Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran hordofuun qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu gochuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Yeroon Waliigaltee xumuramee ji’a 1 keessatti
|
Biiroo- Guyyaa 5
Godina - Guyyaa 2
Magaala -Gguyyaa 1
Aanaa – Guyyaa 2
Proojeektii 1
|
|
2
|
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa sasaabuun qindeessuu,
|
|
|
|
|
2.1. Pirojeektootaa hojiirraa jiranaii(on going projects)
|
|
|
|
|
2.1.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 2
Dokimeenti 1
|
|
2.1.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu
|
Biiroo, Godina,Magaalaa,
Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 2
God./Magaa.- Guyyaa 2
Dokimeenti 1
|
|
2.1.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Ji’a 2ffaa Kurmaanan
|
Biiroo- Guyyaa 10
God./Magaa.- Guyyaa 10
Aanaa – Guyyaa 8
|
|
2.1.4. Ragaa godinaale/magaalota/ aanaalee fi ganda irraa dhiyyaatan qindeessuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Ji’a 3ffaa Kurmaana
|
Biiroo- Guyyaa 5
God./Magaa.- Guyyaa 5
Aanaa – Guyyaa 5
Dokimeenti 1
|
|
|
2.1.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Ji’a 1ffaa Kurmaana itti aanauu
|
Biiroo- Guyyaa 2
God./Magaa.- Guyyaa 3
Aanaa – Guyyaa 2
Dokimeenti 1
|
|
|