Hojimaata fi ulaagaalee projektootnii projeektootnnii itiin xalamanii mirkanaa’an ni qopheessaa, ni fooyyesa, hojiirra oolmaa isaanii ni hordofa,
Hojimaata fi ulaagaalee projektootnii projeektootnnii itiin xalamanii mirkanaa’an maamiltootaa fi dhimmatootaa hubannoo kennuun akka beekan ni taasisa
Unaka/foormaatii projeektootaa akka mirkanaa’aan dhiyaataan ittiin galamaa’anii fi ittiin mirkanaa’aanii fi ragaaleen/proofaayilii projeektoota dhaabbilee miti mootummaa itiin qindaa’aan ni qopheesa, ni fooyyeesa, hojiirra akka oolan ni hordofa
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan haala ulaagaa taa’eefi hojiimaata mana hojii waliin kan walitti hin buunee ta’uu isaan ni xiinxala, ni sakatta’aa,
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan xiinxalamanii irratti ibsa kennuun Hoggantuu Biiroo waliin dubbachuudhaan ii waligaltee proojeektii akka mallatteessamu ni taasisa,
Waliigaltee projeektii mallatta’ee abbaan dhimmaa, caasaalee dhimmaa dubartootaa fi daa’immanii iddoo proojektiichi hoiirraa ooluu fi qaamolee biro dhimmi ilaalatu akka beekan ni taasisuu
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa waliigalteen raawwate halaa waliigaltee isaanitiin(yeroo fi fayyadamtootaa bira hagahaamuu malu, kaayyoo proojektichaa fi kkf ) hojiitti galuu isaanii ni hordofa, deeggersa ni kenna, iddoo rakkoon quunname qorachuun qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu ni taasisa,
Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran(terminated projects) hordofuun qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu ni godha,
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojiirra jiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojii xumuraniiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,
Hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,
Raawwii projeektootaa dhaabbilee miti mootummaa godinaalee fi magaalaalee akkasumas aanaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna
Haala mirkaneessaa,hordoffii deeggersa projeektootaadhaabbilee miti mootummaa irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii caasaalee godinaa, magaalaa fi aanaaleef yeroo yeeroon ni kenna