Adeemsa hojiichaa qindeessuu, hogganuu, karoorsuu ,gabaasuu fi raawwattoota gahoomsuu
|
1) Hojii adeemsichaa ni karoorsa ni qindeessa, ni gurmeessa, ni gaggeessa
2) Karorra waggaa hojii ademsichaa raawwattota waliin karoora tarsiimmaa’aarraa ni
karoorsa
3) Raawwii karooraa hojii adeemsichaa yeroo yeroodhaan maadaalee sirreefama
karooraa ni taasisa
4) Raawwii karooraa hojii Adeemsichaa ni qindeessa, ni hordofa
5) Rawwattoota adeemsichaaf deggersa hojii ni kenna
6) Madaalli Raawwii hojii raawwattota ni raawwata
7) Fedhii leenjii rawwattoota adeemsa hojiichaa yeroo yeroon adda ni baasa
8) Humni raawwii hojjettoota adeemsichaa akka cimu fedhii leenjii irratti hundaa’uun leenjii ogummaa akka argatan haala ni mijeessaa.
9) Qooda fudhattoota keessaa wajjin hariiroon hojii gaariin akka umamu haala ni mijeessaa
10) Dhimmamtootaafi qooda fudhattoota alaa wajjin hariiroo hojii gaarii akka uumamu ni hojjeta.
11)Yero-yeroodhaan raawwii hojii adeemsichaa itti gaafatamtuu Waajjiraa fi iddo dhimmi ilaaluf ni gabaasa
12) Jijjiirama raawwiin adeemsa hojiichaa dubartootafi daa’imman irratti fide yeroo-yeroon ni madaala a
|
Geggeessaa Adeemsa Hojii
|
PS-8
|
1
|
Digirii jalqabaa fi isa ol
|
Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo
|
BA-
Waggaa 110
MA- Wagga 8
|
1) Hojimaata projektootnii ittiin qophaa’anii fi mirkanaa’an hubachuun hojiira oolachuu
2) Ulaagaa qohii fi mirkaneessa proojektootaa
3) Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessuu
4) Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachu 5) Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu (Hubannoo,Leenjii,Liqii/Hojiilee madda galii,deeggersa dubartootaa/shamarran harka qalleeyyii fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building), u/ qopheessuu
5) Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’imman mirkaneessuf motummaan qiyyeefaman hordofuu, deegaruu
6) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessuu
| -
Hojimaata fi ulaagaalee projektootnii misooma dubartootaa fi daa’immanii ittiin qophaa’anii fi itiin xiinxalamanii mirkanaa’an maamiltootaa fi dhimmatootaa hubannoo kennuun akka beekan ni taasisa
-
Foormaatii rakooleen hawaas diinagdee dubartootaa fi daa’immanii akkasumas fedhiin hin guutamiin ittiin adaan bahanii hojiirra akka oolan ni hordofa
-
Rakkoo/Fedhi dubartootaa fi daa’immanii (Magaalota 2ffaa B, aanaa,ganda) addaan ni baasa, sadrkeessuun (prioratize) ni kaa’aa, ,
-
Dokiimeentii rakkoo ykn fedhii dubartootaa fi daa’immanii qopheessuun kalaqa projeektii misooma dubartootaa fi daa’immaniitiif, qorattootaa fi qaama barbaaduuf qophii ni godha
-
Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutiniif karoora waggaa irraa ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii misooma dubartootaa fi daa’immanii ni qopheessa, yemuu eeyyamamuufis qorannoo projektii ni gaggeessa
-
Dokiimeentii Propoozaala projektii rakoolee hawaas diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuu dandeessisan ni qopheessa, arjomtoota/ deeggartootaf eerguun haala fandiin projeektii ittiin argamu ni mijeessa, hordofii ni taasisa, yemmuu fandiin argamu hojiirraa ni oolachaa
-
Raawwii proojektotaa godinichaan qiyyeeffaman hojiirraa oolaa jiran ilaachisee qaama deeggersa kennef/arjoomtootaaf yeroo yeroon gabaasa ni taasisa,
-
Proopoozaalota fandii liqii,leenjii,hubannoo, kabaja ayyaanota mirgaa fi nageenya daa’immanii fi dubartootaa kabachisuuf qophaa’aanii, dandeettii raawwachiisummaa caasaa cimsuuf, dubartootaa teeknooloojii humnaa fi yeroo qusatu irratti hirmaachisuuf,hojiimaataa godinichaa dhimmammtootaa fi maamiltootaa beeksiisuuf sagantaalee qophaa’aniif fi kkf karoora waggaa irraa sasaabuunii ni qopheessa, hojiirraa oolamaa isaa ni hodofa .qaamaa deeggersaa taasiseef gabaasa ni taasisa,
-
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa godinichaan qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii foormaatii waaltaa’aa qopheessuun sasaaba, ni qindeessaa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaalee ni qoheessa, qaamollee raga barbaadaniif qophii ni taasisa
-
Hojii hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii mana hojii fi seektarootaan qiyyeeffamanii hojiira oolaa jiran qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,
-
Projektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,
-
Raawwii projeektootaa misoomaa dubartootaa fi daa’imman magaalaa sadk. 2ffaa B fi aanaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna
-
Haala qophii projeektii, proopoozaalaa fandii maddisiisuufi dhimmoota proojektii waliin walqabatan irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii caasaalee magaalaa sada. 2ffaa B fi aanaaleef yeroo yeeroon ni kenna
-
Proojektootaa dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf motummaan qiyyeeffaman seektaroota birootiin hojiira oolaaa jiran seektraa, godinaa/magaalaa fi gosa proojeektiitiin adda baasuun ragaa ni qabata, hordoffii ni taasisa, deegeersa ni kenna,
-
Gabaasa raawwii projeektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii fi hojira oolamaa fandii addaa yeroo isaa eegate ni qopheessa, qaama dhimmi ilaalatuuf ni dhiyeesa
-
Karorra Adeemsa hojiichaa ni baasa, raawwii isaa ni hordofa hojii kutichaa ni gaggeessa
|
Raawwattooa Qophii Fi Qorannoo Projeektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii
|
|