Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immani Oromiyaa


Raawwataa Mirkaneessa proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii



Yüklə 0,6 Mb.
səhifə43/45
tarix07.01.2022
ölçüsü0,6 Mb.
#89668
1   ...   37   38   39   40   41   42   43   44   45
Raawwataa Mirkaneessa proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

PS-7


1


Digrii Jalqabaa fi isaa ol

Dippiloomaa fi isa ol

Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 8

MA- Wagga 6




3.10.3. Sadarkaa Aanaa fi Magaalaa Sadarkaa 2ffaa B

Hojii Gurguddoo


Tarreeffama Hojii

Waamamaa Gitaa Hojii

Sadarkaa Gita Hojii

Baay’ina gita hojii

Dandeettii Barbaachisuu

Sadarkaa Barumsaa

Gosa Barumsaa

Muuxannoo Hojii

Adeemsa hojiichaa qindeessuu, hogganuu, karoorsuu ,gabaasuu fi raawwattoota gahoomsuu

1) Hojii adeemsichaa ni karoorsa ni qindeessa, ni gurmeessa, ni gaggeessa

2) Karorra waggaa hojii ademsichaa raawwattota waliin karoora tarsiimmaa’aarraa ni karoorsa

3) Raawwii karooraa hojii adeemsichaa yeroo yeroodhaan maadaalee sirreefama karooraa ni taasisa

4) Raawwii karooraa hojii Adeemsichaa ni qindeessa, ni hordofa

5) Rawwattoota adeemsichaaf deggersa hojii ni kenna

6) Madaalli Raawwii hojii raawwattota ni raawwata

7) Fedhii leenjii rawwattoota adeemsa hojiichaa yeroo yeroon adda ni baasa

8) Humni raawwii hojjettoota adeemsichaa akka cimu fedhii leenjii irratti hundaa’uun leenjii ogummaa akka argatan haala ni mijeessaa.

9) Qooda fudhattoota keessaa wajjin hariiroon hojii gaariin akka umamu haala ni mijeessaa

10) Dhimmamtootaafi qooda fudhattoota alaa wajjin hariiroo hojii gaarii akka uumamu ni hojjeta.

11)Yero-yeroodhaan raawwii hojii adeemsichaa Itti gaafatamtuu Waajjiraa fi iddo dhimmi ilaaluf ni gabaasa

12) Jijjiirama raawwiin adeemsa hojiichaa aanicha /magaalicha keessatti dubartootaa fi daa’imman irratti fide yeroo-yeroon ni madaala



Geggeessaa Adeemsa Hojii

PS-6

1

Digirii jalqabaa

Dippiloomaa



Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 7


Dipp –waggaa 11

1)Hojimaata projektootnii ittiin qophaa’anii fi mirkanaa’an hubachuun hojiira oolachuu

2) Sadarkaa rakkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutiin adda baasuu

3) Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/ qopheessuu

4) Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu (Hubannoo,Leenjii,Liqii/Hojiilee madda galii,deeggersa dubartootaa/shamarran harka qalleeyyii fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building),

5) Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’imman mirkaneessuf motummaan qiyyeefaman deeggaruu

6) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii(kan motummaa fi Dhaabbilee Miti motummaa qindeessuu,

7)Projektoota daabbilee miti mootummaa waliigalteen raawwat godinaarraa eergameef hojiitti galuu hordofuu

8) Pirojektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, deeggerruu qindeessuu




1) Hojimaata fi ulaagaalee projektootnii misooma dubartootaa fi daa’immanii ittiin qophaa’anii fi itiin xiinxalamanii mirkanaa’anii gad bu’an maamiltootaa fi dhimmatootaa hubannoo kennuun akka beekan ni taasisa

2) Foormaatii rakooleen hawaas diinagdee dubartootaa fi daa’immanii akkasumas fedhiin hin guutamiin ittiin akka aanaa ykn magaalaatti addaan bahanii hojiirra akka oolan ni hordofa

3) Rakkoo/Fedhi dubartootaa fi daa ‘immanii ( aanichaa/magaalichaa fi ganda) addaan ni baasa, sadrkeessuun  (prioratize) ni kaa’aa, ,

4) Dokiimeentii rakkoo ykn fedhii dubartootaa fi daa’immanii qopheessuun kalaqa projeektii misooma dubartootaa fi daa’immaniitiif, qorattootaa fi qaama barbaaduuf qophii ni godha

5) Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutiniif karoora waggaa irraa ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii misooma dubartootaa fi daa’immanii ni qopheessa, yemuu eeyyamamuufis qorannoo projektii ni gaggeessa

6) Dokiimeentii Propoozaala projektii rakoolee hawaas diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuu dandeessisan ni qopheessa, arjomtoota/ deeggartootaf eerguun haala fandiin projeektii ittiin argamu ni mijeessa, hordofii ni taasisa, yemmuu fandiin argamu hojiirraa ni oolachaa

7)Raawwii proojektotaa aanichaa ykn magaalichaa qiyyeeffaman hojiirraa oolaa jiran ilaachisee qaama deeggersa kennef/arjoomtootaaf yeroo yeroon gabaasa ni taasisa,

8) Proopoozaalota fandii liqii,leenjii,hubannoo, kabaja ayyaanota mirgaa fi nageenya daa’immanii fi dubartootaa kabachisuuf qophaa’aanii, dandeettii raawwachiisummaa caasaa cimsuuf, dubartootaa teeknooloojii humnaa fi yeroo qusatu irratti hirmaachisuuf,hojiimaataa man hojiichaa dhimmammtootaa fi maamiltootaa beeksiisuuf sagantaalee qophaa’aniif fi kkf karoora waggaa irraa sasaabuunii ni qopheessa, hojiirraa oolamaa isaa ni hodofa .qaamaa deeggersaa taasiseef gabaasa ni taasisa,



  1. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii foormaatii waaltaa’aa qopheessuun sasaaba, ni qindeessaa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaalee ni qoheessa, qaamollee raga barbaadaniif qophii ni taasisa

  2. Hojii hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii mana hojii fi seektarootaan qiyyeeffamanii hojiira oolaa jiran qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,

  3. Projektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,

  4. Raawwii projeektootaa misoomaa dubartootaa fi daa’imman magaalaa sadk. 2ffaa B fi aanaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna

  5. Haala qophii projeektii, proopoozaalaa fandii maddisiisuufi dhimmoota projektii waliin walqabatan irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii fayyadamtootaaf /beneficiaries/ yeroo yeeroon ni kenna

  6. Proojektootaa dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf motummaan qiyyeeffaman seektaroota birootiin hojiira oolaaa jiran fayyadamtoota qaamaan quunamuun gosa proojeektiitiin adda baasuun ragaa ni qabata, hordoffii ni taasisa, deegeersa ni kenna, haala irra jiru qaama olaanaaf ni gabaasa.

  7. Gabaasa raawwii projeektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii fi hojira oolamaa fandii addaa yeroo isaa eegate ni qopheessa, qaama dhimmi ilaalatuuf ni dhiyeesa

  8. Karorra Adeemsa hojiichaa ni baasa, raawwii isaa ni hordofa hojii kutichaa ni gaggeessa

Raawwattooa qophii fi qorannoo projeektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii


Yüklə 0,6 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   37   38   39   40   41   42   43   44   45




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin