|
Mul’ata, Ergamaa, Itti gaafatamummaa fi Duudhaa seenaariyoo haaraa (Vision, Mission, Authority and Values in the new scenario)
|
səhifə | 23/45 | tarix | 07.01.2022 | ölçüsü | 0,6 Mb. | | #89668 |
| 3.8. Mul’ata, Ergamaa, Itti gaafatamummaa fi Duudhaa seenaariyoo haaraa (Vision, Mission, Authority and Values in the new scenario)
3.8.1 Mul’ata (Vision)
Bara 2012 tti Oromiyaa wal-qixxummaan Koorniyaa ,Gahoominni Dubartootaa fi mirgii fi nageenyi daa’immanii kessatti mirkanaa’ee umuu.
-
Ergama (Mission)
Naannoo Oromiyaa keessatti; Dubartonni hirmaattootaa fi fayyadamtoota misoomaa akka ta’an, dhiibbaan isaan irra ga’u akka hafu taasisuu, rakkoo hawaas-diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuuf hawaasa barsiisuu,deeggersa kennuu, dhimmamtotafi deeggertoota waliin qindoominaa uumuun hojjechuu fi kenna tajaajilaa fooyyesuuf qorannoo fi sakkatta’iinsa ittifufiinsa qabu gaggeesuu dha.
-
Dostları ilə paylaş: |
|
|