Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/ qopheessuu
|
Rakkollee daa’immanii fi dubartootaa furmaata argatan
|
Dubartoota-Maxxantummaa dinagdee jalaa bahuun galii ofii ummachuu baarbaadu
Daa’imman-Deeggersa adda addaa argachuu barbaadu
|
-
Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutin tarra ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii qopheessuuu
|
-
“TOR” qophaa’ee mirkaneessisuu
|
-
Qophii duraa xumuruu(haala “TOR’ keessatti taa’een Baajataa,Lojestiikii, H/namaa fi kkf)
|
-
Qorannoo projeektii gaggeessuu
|
2..5. Dokimeentii projeektii misooma dubartootaa fi daa’immanii qophessuu
|
2.6. Dokimeentii proojeektii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin dhiyeessuun gabbisuu
|
-
Dookimeentii yaada maaneejimeentiitiin gabbate xumuruu
|
-
Dokiimeentii Propoozaala projektii qophaa’ee arjomtoota/ deeggartoota taasisuuf eerguu
|
-
Propoozaala arjoomtotaaf/deeggartoota eergamee duukaa bu’uu
|
2.10. Deeggersa argame haalaa proopoozaala ta’eetiin hojiira oolchuu,hordofuu
|
|
-
Fedhii dubartoonni maxxantummaa diinagdee jalaa bahuuf qaban
-
Konveenshinoota mirga dubartootaa fi daa’immanii
-
Fedhii dhiyeessii fandii
|
3.Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu (Hubannoo,Leenjii,Liqii/Hojiilee madda galii,deeggersa dubartootaa/shamarran harka qalleeyyii fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building),
| -
Rakkollee daa’immanii fi dubartootaa furmaata argatan
-
Fedhii dubartootaafi daa’immanii guttame
-
Ijaarsa dandeettii mana hojiicha cime
|
Dubartootaa fi Daa’imman
-
Dhiyessii fandii ball’isuun fedhiihin guutamin ykn rakoon dubartootrra gahu akk salpatu barbaadu
-
Maxxantummaa dinagdee jalaa bahuun galii ofii ummachuu baarbaadu
|
-
Qophii poopooaala fandii karoora waggaa irraa sasaabuu
|
-
Yaddaa ka’umsa qophii propoozaalaaf adeemsa dhimmi ilaalatuu waliin mar’iachuu
|
-
proopoozaala fandii qopheessuu
|
-
Propoozaalaa qophaa’ee mirkaneessisuu hojjiirra oolachuu
|
-
Propoozaalaa fandii qophaa’ee qaama deeggersa kennuuf dhiyeessuu/eerguu
|
-
Propoozaala eergame duuka bu’uu
|
-
Fandii argame hoiirra oolchuu, hordofuu
|
|