Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessuu,
| -
Dokimeentii ragaa qophaa’ee
-
Sadarkaa fayyadammuuma dubartootaa fi daa’immanii beekkame
|
Caasaalee dhimma dubartootaa sadarkaan jiran, Seektaroota mootummaa
Foormaatii fi tooftaalee ragaaleen saalaan adda bahee ittiin sasaabamuu fiqindaa’uu argachuu barbaadu
|
5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu
|
5.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
5.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa dhiyyaatan qindeessuu
|
5.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu
|
|