Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immani Oromiyaa



Yüklə 0,6 Mb.
səhifə42/45
tarix07.01.2022
ölçüsü0,6 Mb.
#89668
1   ...   37   38   39   40   41   42   43   44   45
PS-7

PS-6


1

1

Digrii Jalqabaa fi isaa ol

Dippilooma fi isaa ol



Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 8


MA- Wagga 6

Dip.wagga 11 isa ol




1) Projektoota dhaabbilee miti mootummaa sakatta’uun         mirkaneessuu

2) Waliigaltee projeektii mallatta’ee beekksisuu

3) Projektoota waliigalteen raawwate hojiitti galuu hordofuu

4) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa sasaabuun qindeessuu,



5) Pirojektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, deeggerruu qindeessuu

  1. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan haala ulaagaa taa’eefi hojiimaata Biiroo irraa gad bu’een waliin kan walitti hin buunee ta’uu isaan ni xiinxala, ni sakatta’aa,

  2. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan xiinxalamanii irratti ibsa kennuun itti gaafatamtuu Waajjiraa waliin dubbachuun waligaltee proojeektii akka mallatteessamu ni taasisa,

  3. Waliigaltee projeektii mallatta’ee abbaan dhimmaa, caasaalee dhimmaa dubartootaa fi daa’immanii iddoo projektiichi hoiirraa ooluu fi qaamolee biro dhimmi ilaallatu akka beekan ni taasisuu

  4. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa waliigalteen raawwate halaa waliigaltee isaanitiin(yeroo fi fayyadamtootaa bira hagahaamuu malu, kaayyoo proojektichaa fi kkf ) hojiitti galuu isaanii ni hordofa, deeggersa ni kenna, iddoo rakkoon quunname qorachuun qaama dhimmi ilaallatu waliin ta’uun tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu ni taasisa,

  5. Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran(terminated projects) hordofuun  qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu ni godha,

  6. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojiirra jiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,

  7. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojii xumuraniiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sassaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaallatuuf ni kenna,

  8. Hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,

  9. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,

  10. Raawwii projeektootaa dhaabbilee miti mootummaa aanaalee fi magaalaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna

  11. Proopposaala mirkaneessaa,hordoffii deeggersa projeektootaadhaabbilee miti mootummaa irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii caasaalee magaalaa fi aanaaleef yeroo yeeroon ni kenna

  12. Gabaasaa raawwii proojeektootaa dhabbilee miti mootummaa yeroo yeroon qopheessuun qaama dhimmii ilaaluuf ni dhiyeessa.





Yüklə 0,6 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   37   38   39   40   41   42   43   44   45




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin