Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immani Oromiyaa



Yüklə 0,6 Mb.
səhifə5/45
tarix07.01.2022
ölçüsü0,6 Mb.
#89668
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   45
Keeyyata 29/5 irratti Dhaabbilee Miti-Mootummaa hordofuuf, deggaruu fi dubartootni fi daa’imman proojektii isaanii irraa akka fayydamanu taasisuuf akkasumas dhaabbiileen dubartootaa fi daa’imman irratti proojektii qopheessatnii Naannicha keessa socho’aa jiranu heddumina kan qabanu fi baajeta guddaa hojiirra oolchaa waan jiranuuf adeemsi kun qoratamuun dirqama ta’ee waan jiruuf

  • Keeyyata 29/7 fi 10 irratti haaluma ibsameen dubartootni dinagdeen akka of danda’an deggaruuf baajet mootummaa qofaan waan hin danda’amneef madda fundii dabalataa barbaaduun kanneen tajaajila liqa fi leenjii akka argatanu haala mijeessuudhaaf

  • Keeyyata 29/14 haala ibsameen daa’imman Naannicha keessatti argamanu lammii gaarii ta’anii akka guddatanu taasisuuf keessumattiyyuu daa’imman sababoota adda addaatiin maatii dhabanii fi rakkoo hawaas-dinagdeef saaxilaman dhaabbiilee miti-mootummaa fi kutaalee hawaasaa walitti qindeessuun tajaajila gahaa kennuudhaaf

  • Adeemsaalee ijoo Idileessa koorniyaa, Mirkaneessa Mirga fi Nageenya Daa’immanii fi Sochii Finiinsa fi Hirmaannaa Ummaataa qoratamnioi hojjetamaa jiranu fundii adda addaa maddisiisuudhaan akka deggaramu taasisuuf


    Yüklə 0,6 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
  • 1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   45




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin