Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immani Oromiyaa


Adeemsa Hojii Deggarsa Proojektoota Misooma Dubartootaa fi   Daa’imman Jalatti Ittii Gaafatamummaa Hojii Biiroo/ Godina/ Magaalaa fi Aanaa addaan baasuu



Yüklə 0,6 Mb.
səhifə11/11
tarix18.08.2018
ölçüsü0,6 Mb.
#72782
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




  3.10 Adeemsa Hojii Deggarsa Proojektoota Misooma Dubartootaa fi   Daa’imman Jalatti Ittii Gaafatamummaa Hojii Biiroo/ Godina/ Magaalaa fi Aanaa addaan baasuu


3.10.1. Sadarkaa Biiroo (Naannoo)

Hojiilee Gurguddoo

Tarreeffama Hojii

Waamamaa Gitaa Hojii

Sadarkaa Gita Hojii

Baay’ina gita hojii

Dandeettii Barbaachisuu

Sadarkaa Barumsaa

Gosa Barumsaa

Muuxannoo Hojii

Adeemsa hojiichaa qindeessuu, hogganuu, karoorsuu ,gabaasuu fi raawwattoota gahoomsuu

  1. Hojii adeemsichaa ni karoorsa ni qindeessa, ni gurmeessa, ni gaggeessa

  2. Karorra waggaa hojii ademsichaa raawwattota waliin karoora tarsiimmaa’aarraa ni

karoorsa

  1. Raawwii karooraa hojii adeemsichaa yeroo yeroodhaan maadaalee sirreefama

karooraa ni taasisa

  1. Raawwii karooraa hojii Adeemsichaa ni qindeessa, ni hordofa

  2. Rawwattoota adeemsichaaf deggersa hojii ni kenna

  3. Madaalli Raawwii hojii raawwattota ni raawwata

  4. Fedhii leenjii rawwattoota adeemsa hojiichaa yeroo yeroon adda ni baasa

  5. Humni raawwii hojjettoota adeemsichaa akka cimu fedhii leenjii irratti hundaa’uun leenjii ogummaa akka argatan haala ni mijeessaa.

  6. Qooda fudhattoota keessaa wajjin hariiroon hojii gaariin akka umamu haala ni mijeessaa

  7. Dhimmamtootaafi qooda fudhattoota alaa wajjin hariiroo hojii gaarii akka uumamu ni hojjeta.

  8. Yero-yeroodhaan raawwii hojii adeemsichaa Hoggantuu Biiroo fi iddo dhimmi ilaaluf ni gabaasa

  9. Jijjiirama raawwiin adeemsa hojiichaa dubartootafi daa’imman irratti fide yeroo-yeroon ni madaala a

Geggeessaa Adeemsa Hojii

PS-9

1

Digirii jalqabaa fi isa ol

Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 12



MA- Wagga 10

Bareeffama barreessuu, abbaa dhimmaa keessumeessuu, ragaa fi odeeffannoo adeemsichaa sirnaan kaa’uu

  1. Maanuwaalota/barreefamootaa fi kkf qophaa’an ni tayyabdi/ba

  2. Xalaayaalee gaggeessituu niqopheessiti/sa

  3. Xalayaalee baasii taasisuun qaama ilaalaau ni ergiti/ga

  4. Xalayaalee qaama biraarra dhufan galii taasisuun raawwattoota hojiitiif ni dhiyeessiti/sa

  5. Dokumantii Adeemsichaa Seeraa ni keessi/kaa’a

  6. Ragaalee adeemsa hojichaa ni qabatti/ta

  7. Hojii Simannaa fi Odeeffannoo Adeemsichaa ni hojjetti/ta

  8. Meeshaalee hojii adeemsichaaf Barbaachisan akka guutamu ni taasisti/sa, seeraan ni bulchiti/cha

  9. Ragaafii odeeffannoo adeemsichaa weebsaayitiin ni dabarsiti/sa

  10. Ragaa adaamsichaa qindeessuun akka kaa’amu taasisuu




Haala Mijeessituu

BH-10

1

Dippiloomaa fi isa ol

Sekretarii saayinsii/ IT/ ICT


Waggaa 6

  1. Hojimaata projektootnii ittiin qophaa’anii qopheessu

  2. Sadarkaa rakkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutiin adda baasuu

  3. Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/ qopheessuu

  4. Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu (Hubannoo,Leenjii,Liqii/Hojiilee madda galii,deeggersa dubartootaa/shamarran harka qalleeyyii fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building),

  5. Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’imman mirkaneessuf motummaan qiyyeefaman hordofuu, deegaruu

  6. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessuu




  1. Proopoozaalota fandii liqii,leenjii,hubannoo, kabaja ayyaanota mirgaa fi nageenya daa’immanii fi dubartootaa kabachisuuf qophaa’aanii, dandeettii raawwachiisummaa caasaa cimsuuf, dubartootaa teeknooloojii humnaa fi yeroo qusatu irratti hirmaachisuuf,hojiimaataa man hojiichaa dhimmammtootaa fi maamiltootaa beeksiisuuf sagantaalee qophaa’aniif fii kkf ni qopheessa, hojiirraa oolamaa isaa ni hodofa .qaamaa deeggersaa taasiseef gabaasa ni taasisa,

  2. Qophii poopooaala fandii karoora waggaa irraa sasaabuunii fi yaadaa ka’umsa qophii propoozaalaaf adeemsa dhimmi ilaalatuu waliin mar’iachuun

  3. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii foormaatii waaltaa’aa qopheessuun ni sasaaba, ni qindeessaa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaalee ni qoheessa, qaamollee raga barbaadaniif qophii ni taasisa

  4. Hojii hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii mana hojii fi seektarootaan qiyyeeffamanii hojiira oolaa jiran qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,

  5. Projektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,

  6. Raawwii projeektootaa misoomaa dubartootaa fi daa’imman godinaalee fi magaalaalee akkasumas aanaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna

  7. Haala qophii projeektii, proopoozaalaa fandii maddisiisuufi dhimmoota projektii waliin walqabatan irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii caasaalee godinaa, magaalaa fi aanaaleef yeroo yeeroon ni kenna

  8. Proojektootaa dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf motummaan qiyyeeffaman seektaroota birootiin hojiira oolaaa jiran seektraa, godinaa/magaalaa fi gosa proojeektiitiin adda baasuun ragaa ni qabata, hordoffii ni taasisa, deegeersa ni kenna,

  9. Gabaasa raawwii projeektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii fi hojira oolamaa fandii addaa yeroo isaa eegate ni qopheessa, qaama dhimmi ilaalatuuf ni dhiyeesa

  10. Qophii prooppozaala fandii karoora waggaa irraa sasaabuunii fi yaddaa ka’umsa qophii propoozaalaaf adeemsa dhimmi ilaalatuu waliin mar’iachuun

  11. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii foormaatii waaltaa’aa qopheessuun ni sasaaba, ni qindeessaa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaalee ni qoheessa, qaamollee raga barbaadaniif qophii ni taasisa

  12. Hojii hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii mana hojii fi seektarootaan qiyyeeffamanii hojiira oolaa jiran qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,

  13. Projektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,

  14. Raawwii projeektootaa misoomaa dubartootaa fi daa’imman godinaalee fi magaalaalee akkasumas aanaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna

  15. Haala qophii projeektii, proopoozaalaa fandii maddisiisuufi dhimmoota projektii waliin walqabatan irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii caasaalee godinaa, magaalaa fi aanaaleef yeroo yeeroon ni kenna

  16. Proojektootaa dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf motummaan qiyyeeffaman seektaroota birootiin hojiira oolaaa jiran seektraa, godinaa/magaalaa fi gosa proojeektiitiin adda baasuun ragaa ni qabata, hordoffii ni taasisa, deegeersa ni kenna,

  17. Gabaasa raawwii projeektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii fi hojira oolamaa fandii addaa yeroo isaa eegate ni qopheessa, qaama dhimmi ilaalatuuf ni dhiyeesa

Raawwataa/ttu Qophii fi Qorannoo projeektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

PS-8/

PS-7

PS-6


3

Digrii Jalqabaa fi isaa ol

Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 10

MA- Wagga 8

  1. Hojimaata projektootnnii ittiin mirkanaa’an qopheessuu

  2. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa sakatta’uun fi mirkaneessuu

  3. Waliigaltee projeektii mallatta’ee beekksisuu

  4. Projektoota waliigalteen raawwate hojiitti galuu hordofuu

  5. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti sasaabuun qindeessuu,

  6. Pirojeektootaa xumuramanii       (Terminated projects)

  7. Pirojektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, deeggerruu qindeessuu

  1. Hojimaata fi ulaagaalee projektootnii projeektootnnii itiin xalamanii mirkanaa’an ni qopheessaa, ni fooyyesa, hojiirra oolmaa isaanii ni hordofa,

  2. Hojimaata fi ulaagaalee projektootnii projeektootnnii itiin xalamanii mirkanaa’an maamiltootaa fi dhimmatootaa hubannoo kennuun akka beekan ni taasisa

  3. Unaka/foormaatii projeektootaa akka mirkanaa’aan dhiyaataan ittiin galamaa’anii fi ittiin mirkanaa’aanii fi ragaaleen/proofaayilii projeektoota dhaabbilee miti mootummaa itiin qindaa’aan ni qopheesa, ni fooyyeesa, hojiirra akka oolan ni hordofa

  4. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan haala ulaagaa taa’eefi hojiimaata mana hojii waliin kan walitti hin buunee ta’uu isaan ni xiinxala, ni sakatta’aa,

  5. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan xiinxalamanii irratti ibsa kennuun Hoggantuu Biiroo waliin dubbachuudhaan ii waligaltee proojeektii akka mallatteessamu ni taasisa,

  6. Waliigaltee projeektii mallatta’ee abbaan dhimmaa, caasaalee dhimmaa dubartootaa fi daa’immanii iddoo proojektiichi hoiirraa ooluu fi qaamolee biro dhimmi ilaalatu akka beekan ni taasisuu

  7. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa waliigalteen raawwate halaa waliigaltee isaanitiin(yeroo fi fayyadamtootaa bira hagahaamuu malu, kaayyoo proojektichaa fi kkf ) hojiitti galuu isaanii ni hordofa, deeggersa ni kenna, iddoo rakkoon quunname qorachuun qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu ni taasisa,

  8. Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran(terminated projects) hordofuun  qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu ni godha,

  9. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojiirra jiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,

  10. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojii xumuraniiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,

  11. Hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,

  12. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,

  13. Raawwii projeektootaa dhaabbilee miti mootummaa godinaalee fi magaalaalee akkasumas aanaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna

  14. Haala mirkaneessaa,hordoffii deeggersa projeektootaadhaabbilee miti mootummaa irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii caasaalee godinaa, magaalaa fi aanaaleef yeroo yeeroon ni kenna

  15. Gabaasaa raawwii proojeektootaa dhabbilee miti mootummaa yeroo yeroon qopheessuun qaama dhimmii ilaaluuf ni dhiyeessa.

Raawwataa Mirkaneessa proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

PS-8 /PS-7

2

Digrii Jalqabaa fi isaa ol

Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 10

MA- Wagga 8



3.10.2. Sadarkaa Godinaa/Magaalota Sadarkaa 1ffaa fi Sadarkaa 2ffaa A

Hojii Gurguddoo


Tarreeffama Hojii

Waamamaa Gitaa Hojii

Sadarkaa Gita Hojii

Baay’ina gita hojii

Dandeettii Barbaachisuu

Sadarkaa Barumsaa

Gosa Barumsaa

Muuxannoo Hojii

Adeemsa hojiichaa qindeessuu, hogganuu, karoorsuu ,gabaasuu fi raawwattoota gahoomsuu

1) Hojii adeemsichaa ni karoorsa ni qindeessa, ni gurmeessa, ni gaggeessa

2) Karorra waggaa hojii ademsichaa raawwattota waliin karoora tarsiimmaa’aarraa ni

karoorsa

3) Raawwii karooraa hojii adeemsichaa yeroo yeroodhaan maadaalee sirreefama

karooraa ni taasisa

4) Raawwii karooraa hojii Adeemsichaa ni qindeessa, ni hordofa

5) Rawwattoota adeemsichaaf deggersa hojii ni kenna

6) Madaalli Raawwii hojii raawwattota ni raawwata

7) Fedhii leenjii rawwattoota adeemsa hojiichaa yeroo yeroon adda ni baasa

8) Humni raawwii hojjettoota adeemsichaa akka cimu fedhii leenjii irratti hundaa’uun leenjii ogummaa akka argatan haala ni mijeessaa.

9) Qooda fudhattoota keessaa wajjin hariiroon hojii gaariin akka umamu haala ni mijeessaa

10) Dhimmamtootaafi qooda fudhattoota alaa wajjin hariiroo hojii gaarii akka uumamu ni hojjeta.

11)Yero-yeroodhaan raawwii hojii adeemsichaa itti gaafatamtuu Waajjiraa fi iddo dhimmi ilaaluf ni gabaasa

12) Jijjiirama raawwiin adeemsa hojiichaa dubartootafi daa’imman irratti fide yeroo-yeroon ni madaala a



Geggeessaa Adeemsa Hojii

PS-8

1

Digirii jalqabaa fi isa ol

Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 110

MA- Wagga 8


1) Hojimaata projektootnii ittiin qophaa’anii fi mirkanaa’an hubachuun hojiira oolachuu

2) Ulaagaa qohii fi mirkaneessa proojektootaa

3) Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessuu

4) Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachu 5) Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu (Hubannoo,Leenjii,Liqii/Hojiilee madda galii,deeggersa dubartootaa/shamarran harka qalleeyyii fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building), u/ qopheessuu

5) Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’imman mirkaneessuf motummaan qiyyeefaman hordofuu, deegaruu

6) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessuu



  1. Hojimaata fi ulaagaalee projektootnii misooma dubartootaa fi daa’immanii ittiin qophaa’anii fi itiin xiinxalamanii mirkanaa’an maamiltootaa fi dhimmatootaa hubannoo kennuun akka beekan ni taasisa

  2. Foormaatii rakooleen hawaas diinagdee dubartootaa fi daa’immanii akkasumas fedhiin hin guutamiin ittiin adaan bahanii hojiirra akka oolan ni hordofa

  3. Rakkoo/Fedhi dubartootaa fi daa’immanii (Magaalota 2ffaa B, aanaa,ganda) addaan ni baasa, sadrkeessuun  (prioratize) ni kaa’aa, ,

  4. Dokiimeentii rakkoo ykn fedhii dubartootaa fi daa’immanii qopheessuun kalaqa projeektii misooma dubartootaa fi daa’immaniitiif, qorattootaa fi qaama barbaaduuf qophii ni godha

  5. Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutiniif karoora waggaa irraa ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii misooma dubartootaa fi daa’immanii ni qopheessa, yemuu eeyyamamuufis qorannoo projektii ni gaggeessa

  6. Dokiimeentii Propoozaala projektii rakoolee hawaas diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuu dandeessisan ni qopheessa, arjomtoota/ deeggartootaf eerguun haala fandiin projeektii ittiin argamu ni mijeessa, hordofii ni taasisa, yemmuu fandiin argamu hojiirraa ni oolachaa

  7. Raawwii proojektotaa godinichaan qiyyeeffaman hojiirraa oolaa jiran ilaachisee qaama deeggersa kennef/arjoomtootaaf yeroo yeroon gabaasa ni taasisa,

  8. Proopoozaalota fandii liqii,leenjii,hubannoo, kabaja ayyaanota mirgaa fi nageenya daa’immanii fi dubartootaa kabachisuuf qophaa’aanii, dandeettii raawwachiisummaa caasaa cimsuuf, dubartootaa teeknooloojii humnaa fi yeroo qusatu irratti hirmaachisuuf,hojiimaataa godinichaa dhimmammtootaa fi maamiltootaa beeksiisuuf sagantaalee qophaa’aniif fi kkf karoora waggaa irraa sasaabuunii ni qopheessa, hojiirraa oolamaa isaa ni hodofa .qaamaa deeggersaa taasiseef gabaasa ni taasisa,

  9. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa godinichaan qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii foormaatii waaltaa’aa qopheessuun sasaaba, ni qindeessaa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaalee ni qoheessa, qaamollee raga barbaadaniif qophii ni taasisa

  10. Hojii hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii mana hojii fi seektarootaan qiyyeeffamanii hojiira oolaa jiran qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,

  11. Projektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,

  12. Raawwii projeektootaa misoomaa dubartootaa fi daa’imman magaalaa sadk. 2ffaa B fi aanaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna

  13. Haala qophii projeektii, proopoozaalaa fandii maddisiisuufi dhimmoota proojektii waliin walqabatan irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii caasaalee magaalaa sada. 2ffaa B fi aanaaleef yeroo yeeroon ni kenna

  14. Proojektootaa dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf motummaan qiyyeeffaman seektaroota birootiin hojiira oolaaa jiran seektraa, godinaa/magaalaa fi gosa proojeektiitiin adda baasuun ragaa ni qabata, hordoffii ni taasisa, deegeersa ni kenna,

  15. Gabaasa raawwii projeektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii fi hojira oolamaa fandii addaa yeroo isaa eegate ni qopheessa, qaama dhimmi ilaalatuuf ni dhiyeesa

  16. Karorra Adeemsa hojiichaa ni baasa, raawwii isaa ni hordofa hojii kutichaa ni gaggeessa



Raawwattooa Qophii Fi Qorannoo Projeektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

PS-7

PS-6


1

1

Digrii Jalqabaa fi isaa ol

Dippilooma fi isaa ol



Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 8


MA- Wagga 6

Dip.wagga 11 isa ol




1) Projektoota dhaabbilee miti mootummaa sakatta’uun         mirkaneessuu

2) Waliigaltee projeektii mallatta’ee beekksisuu

3) Projektoota waliigalteen raawwate hojiitti galuu hordofuu

4) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa sasaabuun qindeessuu,



5) Pirojektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, deeggerruu qindeessuu

  1. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan haala ulaagaa taa’eefi hojiimaata Biiroo irraa gad bu’een waliin kan walitti hin buunee ta’uu isaan ni xiinxala, ni sakatta’aa,

  2. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan xiinxalamanii irratti ibsa kennuun itti gaafatamtuu Waajjiraa waliin dubbachuun waligaltee proojeektii akka mallatteessamu ni taasisa,

  3. Waliigaltee projeektii mallatta’ee abbaan dhimmaa, caasaalee dhimmaa dubartootaa fi daa’immanii iddoo projektiichi hoiirraa ooluu fi qaamolee biro dhimmi ilaallatu akka beekan ni taasisuu

  4. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa waliigalteen raawwate halaa waliigaltee isaanitiin(yeroo fi fayyadamtootaa bira hagahaamuu malu, kaayyoo proojektichaa fi kkf ) hojiitti galuu isaanii ni hordofa, deeggersa ni kenna, iddoo rakkoon quunname qorachuun qaama dhimmi ilaallatu waliin ta’uun tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu ni taasisa,

  5. Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran(terminated projects) hordofuun  qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu ni godha,

  6. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojiirra jiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,

  7. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojii xumuraniiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sassaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaallatuuf ni kenna,

  8. Hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,

  9. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,

  10. Raawwii projeektootaa dhaabbilee miti mootummaa aanaalee fi magaalaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna

  11. Proopposaala mirkaneessaa,hordoffii deeggersa projeektootaadhaabbilee miti mootummaa irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii caasaalee magaalaa fi aanaaleef yeroo yeeroon ni kenna

  12. Gabaasaa raawwii proojeektootaa dhabbilee miti mootummaa yeroo yeroon qopheessuun qaama dhimmii ilaaluuf ni dhiyeessa.




Raawwataa Mirkaneessa proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

PS-7


1


Digrii Jalqabaa fi isaa ol

Dippiloomaa fi isa ol

Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 8

MA- Wagga 6




3.10.3. Sadarkaa Aanaa fi Magaalaa Sadarkaa 2ffaa B

Hojii Gurguddoo


Tarreeffama Hojii

Waamamaa Gitaa Hojii

Sadarkaa Gita Hojii

Baay’ina gita hojii

Dandeettii Barbaachisuu

Sadarkaa Barumsaa

Gosa Barumsaa

Muuxannoo Hojii

Adeemsa hojiichaa qindeessuu, hogganuu, karoorsuu ,gabaasuu fi raawwattoota gahoomsuu

1) Hojii adeemsichaa ni karoorsa ni qindeessa, ni gurmeessa, ni gaggeessa

2) Karorra waggaa hojii ademsichaa raawwattota waliin karoora tarsiimmaa’aarraa ni karoorsa

3) Raawwii karooraa hojii adeemsichaa yeroo yeroodhaan maadaalee sirreefama karooraa ni taasisa

4) Raawwii karooraa hojii Adeemsichaa ni qindeessa, ni hordofa

5) Rawwattoota adeemsichaaf deggersa hojii ni kenna

6) Madaalli Raawwii hojii raawwattota ni raawwata

7) Fedhii leenjii rawwattoota adeemsa hojiichaa yeroo yeroon adda ni baasa

8) Humni raawwii hojjettoota adeemsichaa akka cimu fedhii leenjii irratti hundaa’uun leenjii ogummaa akka argatan haala ni mijeessaa.

9) Qooda fudhattoota keessaa wajjin hariiroon hojii gaariin akka umamu haala ni mijeessaa

10) Dhimmamtootaafi qooda fudhattoota alaa wajjin hariiroo hojii gaarii akka uumamu ni hojjeta.

11)Yero-yeroodhaan raawwii hojii adeemsichaa Itti gaafatamtuu Waajjiraa fi iddo dhimmi ilaaluf ni gabaasa

12) Jijjiirama raawwiin adeemsa hojiichaa aanicha /magaalicha keessatti dubartootaa fi daa’imman irratti fide yeroo-yeroon ni madaala



Geggeessaa Adeemsa Hojii

PS-6

1

Digirii jalqabaa

Dippiloomaa



Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 7


Dipp –waggaa 11

1)Hojimaata projektootnii ittiin qophaa’anii fi mirkanaa’an hubachuun hojiira oolachuu

2) Sadarkaa rakkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutiin adda baasuu

3) Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/ qopheessuu

4) Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu (Hubannoo,Leenjii,Liqii/Hojiilee madda galii,deeggersa dubartootaa/shamarran harka qalleeyyii fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building),

5) Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’imman mirkaneessuf motummaan qiyyeefaman deeggaruu

6) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii(kan motummaa fi Dhaabbilee Miti motummaa qindeessuu,

7)Projektoota daabbilee miti mootummaa waliigalteen raawwat godinaarraa eergameef hojiitti galuu hordofuu

8) Pirojektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, deeggerruu qindeessuu




1) Hojimaata fi ulaagaalee projektootnii misooma dubartootaa fi daa’immanii ittiin qophaa’anii fi itiin xiinxalamanii mirkanaa’anii gad bu’an maamiltootaa fi dhimmatootaa hubannoo kennuun akka beekan ni taasisa

2) Foormaatii rakooleen hawaas diinagdee dubartootaa fi daa’immanii akkasumas fedhiin hin guutamiin ittiin akka aanaa ykn magaalaatti addaan bahanii hojiirra akka oolan ni hordofa

3) Rakkoo/Fedhi dubartootaa fi daa ‘immanii ( aanichaa/magaalichaa fi ganda) addaan ni baasa, sadrkeessuun  (prioratize) ni kaa’aa, ,

4) Dokiimeentii rakkoo ykn fedhii dubartootaa fi daa’immanii qopheessuun kalaqa projeektii misooma dubartootaa fi daa’immaniitiif, qorattootaa fi qaama barbaaduuf qophii ni godha

5) Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutiniif karoora waggaa irraa ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii misooma dubartootaa fi daa’immanii ni qopheessa, yemuu eeyyamamuufis qorannoo projektii ni gaggeessa

6) Dokiimeentii Propoozaala projektii rakoolee hawaas diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuu dandeessisan ni qopheessa, arjomtoota/ deeggartootaf eerguun haala fandiin projeektii ittiin argamu ni mijeessa, hordofii ni taasisa, yemmuu fandiin argamu hojiirraa ni oolachaa

7)Raawwii proojektotaa aanichaa ykn magaalichaa qiyyeeffaman hojiirraa oolaa jiran ilaachisee qaama deeggersa kennef/arjoomtootaaf yeroo yeroon gabaasa ni taasisa,

8) Proopoozaalota fandii liqii,leenjii,hubannoo, kabaja ayyaanota mirgaa fi nageenya daa’immanii fi dubartootaa kabachisuuf qophaa’aanii, dandeettii raawwachiisummaa caasaa cimsuuf, dubartootaa teeknooloojii humnaa fi yeroo qusatu irratti hirmaachisuuf,hojiimaataa man hojiichaa dhimmammtootaa fi maamiltootaa beeksiisuuf sagantaalee qophaa’aniif fi kkf karoora waggaa irraa sasaabuunii ni qopheessa, hojiirraa oolamaa isaa ni hodofa .qaamaa deeggersaa taasiseef gabaasa ni taasisa,



  1. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii foormaatii waaltaa’aa qopheessuun sasaaba, ni qindeessaa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaalee ni qoheessa, qaamollee raga barbaadaniif qophii ni taasisa

  2. Hojii hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii mana hojii fi seektarootaan qiyyeeffamanii hojiira oolaa jiran qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,

  3. Projektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,

  4. Raawwii projeektootaa misoomaa dubartootaa fi daa’imman magaalaa sadk. 2ffaa B fi aanaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna

  5. Haala qophii projeektii, proopoozaalaa fandii maddisiisuufi dhimmoota projektii waliin walqabatan irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii fayyadamtootaaf /beneficiaries/ yeroo yeeroon ni kenna

  6. Proojektootaa dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf motummaan qiyyeeffaman seektaroota birootiin hojiira oolaaa jiran fayyadamtoota qaamaan quunamuun gosa proojeektiitiin adda baasuun ragaa ni qabata, hordoffii ni taasisa, deegeersa ni kenna, haala irra jiru qaama olaanaaf ni gabaasa.

  7. Gabaasa raawwii projeektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii fi hojira oolamaa fandii addaa yeroo isaa eegate ni qopheessa, qaama dhimmi ilaalatuuf ni dhiyeesa

  8. Karorra Adeemsa hojiichaa ni baasa, raawwii isaa ni hordofa hojii kutichaa ni gaggeessa

Raawwattooa qophii fi qorannoo projeektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

PS-5

PS-3


1

1

Digrii Jalqabaa fi isaa ol

Dippilooma fi isaa ol



Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 6


Dip-wagga 11

BA-Wagga 3

Dipp-7


1)Projektoota dhaabbilee miti mootummaa sakatta’uun         mirkaneessuu

2) Waliigaltee projeektii mallatta’ee beekksisuu

3) Projektoota waliigalteen raawwate hojiitti galuu hordofuu

3) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa sasaabuun qindeessuu,

4) Pirojektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, deeggerruu qindeessuu

5) Projektoota daabbilee miti mootummaa waliigalteen raawwat godinaarraa eergameef hojiitti galuu hordofuu




1)Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan haala ulaagaa taa’eefi hojiimaata gad bu’een waliin kan walitti hin buunee ta’uu isaan ni xiinxala, ni sakatta’aa,

2) Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan xiinxalamanii irratti ibsa kennuun Itti Gaafatamtuu Waajjiraa waliin dubbachuudhaan proojeektii akka mallatteeffamu ni taasisa,

3)Waliigaltee projeektii mallatta’ee abbaan dhimmaa, caasaalee dhimmaa dubartootaa fi daa’immanii iddoo projektiichi hoiirraa oolluu fi qaamolee biro dhimmi ilaalatu akka beekan ni taasisuu

4)Projektoota dhaabbilee miti mootummaa waliigalteen raawwate halaa waliigaltee isaanitiin(yeroo fi fayyadamtootaa bira hagahaamuu malu, kaayyoo proojektichaa fi kkf) hojiitti galuu isaanii ni hordofa, deeggersa ni kenna, iddoo rakkoon quunname qorachuun qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu ni taasisa,

5)Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran(terminated projects) hordofuun  qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu ni godha,

6) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojiirra jiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,

7) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojii xumuraniiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,

8)Hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,

9) Projektoota dhaabbilee miti mootummaa irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,

10)Raawwii projeektootaa dhaabbilee miti mootummaa fayydamtoota biratti haala karoorfameen raawwatamuu isaa xiinxaluun duub deebii ni kenna

11)Proopposaala mirkaneessaa,hordoffii deeggersa projeektootaadhaabbilee miti mootummaa irratti deeggersa oggummaa yeroo yeeroon ni kenna

12) Gabaasaa raawwii proojeektootaa dhabbilee miti mootummaa yeroo yeroon qopheessuun qaama dhimmii ilaaluuf ni dhiyeessa.




Raawwataa /ttuu Mirkaneessa proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

PS-5


1


Digrii Jalqabaa fi isaa ol

Dippilooma fi isaa ol

Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo


BA-

Waggaa 6

Dip-wagga 11



    1. Humna Namaa Waliigala Adeemsa Deeggersaa Proojektoota Misooma      Dubartootaa fi            Daa’immanii


Bakka Hojii

Garee Dhimmaa

Wamama gita hojii

Sadarkaa barnootaa

Gosa barnootaa

Muuxannoo hojii

Sadarkaa Gita hojii

Baay’ina

Biiroo




Abbaa Adeemsaa

Digirii jalqabaa fi isaa ol

Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, Agricultural Economics fi Saayinsii Hawaasaa Quunnamtii Qaban

Waggaa 12

PS -9

1

Haala mijeessituu

Diploomaa

Sekeretarii Saayinsii / IT/ ICT

Waggaa 6

BH -10

1

Garee Dhimmaa Qophii Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

Raawwataa/ttu Qophii Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

Digirii jalqabaa fi isaa ol

Ekoonoomiksii, Manaajimeentii, Agricultural Extension,Rural Developement fi Saayinsii Hawasaa Quunnamtii Qaban

Waggaa 10/9

PS 8/ PS 7 fi PS 6

3

Garee Dhimmaa Mirkaneessa Projektootaa Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

Raawwataa /ttuu Mirkaneessa Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

Digirii jalqabaa fi saa ol


Ekoonoomiksii, Manaajimeentii, Akkawuntiingii,Agricultural extension, Rural development fi kkaf.


Waggaa 10/waggaa 9

PS 8/PS 7

2


Godinaa,

Magalaaotaa Sadarkaa 1ffaa fi Sadarkaa . 2ffaa A






Geggeessaa Adeemsa Hojii

Digirii Jalqabaa fi isaa ol

Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, Agricultural Economics fi Saayinsii Hawaasaa Quunnamtii Qaban

Waggaa 10

PS -8

1

Garee Dhimmaa Qophii proojektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii

Raawwataa/ttuu Qophii Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

Digrii calqabaa fi isaa ol

Ekoonoomiksii, Manaajimeentii,,Agriicultural economics/extension, Rural Development,fi kkaf.

Wagga a 9 fi Waggaa 7

PS 7/PS 6

2

Garee Dhimmaa Mirkaneessa Proojektoota Misooma Dubartootaa

Raawwataa/ttuu Mirkaneessa proojektoota Misooma Dubartootaa

Digrii calqabaa fi isaa ol

Ekoonoomiksii,Manaajimeentii, Agriicultural economics/extension, Rural Development,fi kkaf.

wagga 9

PS- 7

1

Aanaa fi Magalaalaa sadak. 2ffaa B




Geggeessaa Adeemsa Hojii

Digirii Jalqabaa fi isaa ol

Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, Agricultural Economics fi Saayinsii Hawaasaa Quunnamtii Qaban

Waggaa 10

PS -6

1

Garee Dhimmaa Qophii Proojektootaa Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

Raawwataa/ttuu Qophii Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

Digrii calqabaa fi isaa ol

Ekoonoomiksii, Manaajimeentii,,Agriicultural economics/extension, Rural Development,fi kkaf.

Wagga a 9 fi Waggaa 7

PS -5 /PS-3

2

Garee Dhimmaa Mirkaneessa Proojektoota Misooma Dubartootaa

Raawwataa/ttuu Mirkaneessa proojektoota Misooma Dubartootaa

Digrii calqabaa fi isaa ol

Ekoonoomiksii,Manaajimeentii, Agriicultural economics/extension, Rural Development,fi kkaf.

Waggaa -

PS- 5

1



HOGGANTUU BIIROO
3.12. Caasseeffama Adeemsa Hojii Haaraa

3.12.1. Sadarkaa

Naannoo



Geggeessaa Adeemsa Hojii Deeggersaa Qophii fi Mirkaneessa Projektoota Misooma Dubartootaa fi            Daa’immanii ( Nama 1)








Haala Mijeessituu (Nama 1)

Garee Dhimmaa Qophii Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii (Nama 3)




Garee Dhimmaa Mirkaneessa projektootaa Misooma Dubarrtoota fi Daa’immanii

(Nama 2)









I/Gaafatamtuu Waajira Godinaa/Mag.Sad. 1ffaa A fi 2ffaa A
Sadarkaa Godinaa fi Magaala

Sad. 1ffaa fi 2ffaa A




Geggeessaa Adeemsa Hojii Qophii fi Mirkaneessa Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immaniii ( Nama 1)



Raawwattuu/taa Mirkaneessa Proojeektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii ( Nama 1)

(Nama 1)



Raawwataa/tuu Qophii Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

(Nama 2)


I/Gaafatamtuu Waajjiraa
Sadarkaa Aanaa fi

Magaalotaa Sad.2ffaa B




Geggeessaa Adeemsa Hojii Qophii fi Mirkaneessa Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immaniii




Raawwattuu/taa Mirkaneessa Proojeektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii ( Nama 1)

(Nama 1)



Raawwataa Qophii Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii ( Nama 2_)

(Nama 1)



Yüklə 0,6 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin