1. Projeektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii qopheessuun fundii maddisiisuu
| -
Carraa liqii fedhii jiru guutuf(Fandii
-
Hojiiwwan madda galii argamsiisan irratti akka hirmaatanii gochuuf
-
Human raawwii hojii akka chimsatan gochuuf (leenjii oggummaa.qophii bizanasi plaanii, kalaqa hojii)
-
Deeggarsa shamarran harka qaleeyiif h fandii argamsiisuuf
-
Dhiyeessii teeknoloojii fooyyaa’aa humnaa fi yeroo dubartootaa qusatu maddisiisuuf
-
kanfaltti/baasii barnoota tiitooriyaalii shamarranii uwwisuuf
-
fandii dandeettii raawwachiisummaa fi raawwachuu caasichaa cimsu maddisiisuuf
-
fandii fi sagantaalee hubannoo hawaasaa cimsuu maddisiisuuf
-
projeektoota hojiilee madda galii dubartootaa guddisan qorachuuf
-
Daa’imman harka qalleeyiin akka deggaramanu taasisuudhaaf
| -
Qorannoo projeektii haaraa raawwachuu irraatt hanqinni nijiraa
-
Propoozaalota adda addaa qopheessuun fandii argamsiisuun jiraachuu
-
Hubanoon dhimma qophii proojeektii irratti adeemsaalee fi raawwattoota sadarkaan jiran biraatti gahaa mitii
-
Sadarkaa godinaatii raawataa gurmii fi qophii projeekttii nama tookoo qofa ta’uu fi hojiileen gurmii fi Qophii projektii adda bahee taa’uu dhabuu
-
Sadarkaa aanattii nama 2 qabaatllee hojiin gurmii fi Qophii projektii adda bahee taa’uu dhabuu
-
Deggarsa daa’immanii irratti hojjin hojjetame laafaa ta’uu
|
Dubartoota
Daa’imman
|
2, .Dhabbilee “UN” Ex-com waliin hojjechu
| -
Baajeta dabalataa mana hojichaaf maddisiisuuf
-
Fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii guddisuuf
-
Qaawwaa mootummaan guutuu hin dandeenye dhaabbile miti mootummaan akka huwwisamu taasisuuf
| -
Qaamolee dhimmi ilaalatu waliin qindoomina gaariin waliin karoorsuu ni jira
-
Baajatnni Dhaabbilee UN irraa dhufan akkaataa/akaakuu hojiitiin cacabsuun aanaalee fi godinaaleef qooduun akka gad bu’u taasisuu
-
Yeroon baajatnni sagantaalee “UN” ittii gadi bu’uufii raawwatamu dhiphachuun ququllina raawwii irraatti dhiibbaa kan fide ta’uu
-
Yeroodhaan itti fayyadamanii herreega buusuun rakkoo dha.
|
Dubartoota
Daa’imman
Dhaabbilee Walta’iinsa
|
3 ,Pirojektii dhaabbilee miti-mootummaa, Uummata fi waldaalee hawaasa irraa dhiyaatan mirkaneessuu
| -
Dubartootaa fi daa’imman gama dinagdee fi hawaasummaatiin fayyadamtoota taasisuudhaf
| -
Sadarkaa naannootti raawwataa korniyaa Dh.M.M. fi W.Hawaasaatiin xiinxalee dhiyeessuun I/A/Hoggantuun, yeroo dhiyoottii koree projektii mirkaneessu dhaabuun
-
Sadarkaa godinaattii adeemsaalee dhimmi ilaalatuun ilaaluun maneegimeentiin mirkaneessu
-
Sadarkaa aanatti projeektiin malataa’uu hin jiru
-
Darbee darbee Sadarkaa godinaattii raawwataan eerga xiinxalee booda hoggantootnni mana hojiichaan mallataa’aa
|
Dhaabbilee Miti Mootummaa
Dubartootaa
Daa’imman
|
4, . Pirojektii dhaabbilee miti-mootummaa deeggaruu fi madaaluu
| -
Cimiinootaa fi Hanqinoota raawwi projeektootaa keessatti mula’atan adda baasuuf
-
Yaada furmaataa fi kallattii gara fuuladuraa kaa’uuf
| -
Saganta MMD fi Dh.M.M. madaalliif baasaniin madaallii gaggeesuu
-
Yeroo rakkoon uumamee caasaa keenya bira gahuu furmaata kennuuf qaamolee dhimmi ilaalatu waliin socho’uun deeggaruu
-
Dh.M.M deeggaramanf .Duub deebii kennuun jiraatullee hojiirra ooluu isaa hordofuu hin jiru
|
Dh.M.M.,
Dh. Ummataa
Waldaalee Hawaasaa
|
5, Hordoffiifi To’annoo pojektoota misooma dubartootaa gageessuu
| -
Sadarkaa raawwii sagantaalee ”UN” fi projeektoota biraa irra jiruu fi bu’aa fi jijjiirama dubartootaa
-
Garaagaruummaa raawwii karooraa projektootaa hubachuuf
|
Sadarkaa hundaatti gaggeeffamaa hin jiru
Gabaasnnii qulqullina qabuu sadarkaa hundatti yeroon hin dhiyaatu
Herreegni yeroon hin bu’uu
|
Dubartoota
|
6, . Sakata’iinsa jijjirama proojektootni misooma dubartootaa hawaasafi dubartoota irratti fidan gaggeessuu
|
Bu’aa fi jijjiirama proojektootnni misooma dubartootaa fidee beekuuf
Kallattii proojektoota haaraa qiiyysuuf yaada dabalataa burqisiisuuf dubartoota caalmaan fayyadamtootaa taasisuuf
|
Hojiiimaata idiilee ta’us hin raawwatame
|
Duubartoota
|