Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immani Oromiyaa


Kaayyoo Diriiraa fi Tarsiima’aa (Streched Objectives) Kaa’uu



Yüklə 0,6 Mb.
səhifə7/11
tarix18.08.2018
ölçüsü0,6 Mb.
#72782
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11

3.3. Kaayyoo Diriiraa fi Tarsiima’aa (Streched Objectives) Kaa’uu


Galtee/ Input?

Bu’aa Eeggamu (Intermediate output)

Jijjiirama eeggamu (Final outcome)

Kaayyoolee Diriiraa (Streched Objectives)

  1. Dubatoonni maxxantummaa diinagdee jala bahuu barbaadu

Baayyina dubartootaa liqii argatanii

Jiruu fi jireenya dubartootaa fi maatii fooyya’ee

Waggoota 5 dhufan keessatti dubartootaa fayyadamtoota liqii ta’anu 50,000 irraa gara 150,000 ol guddisuun hojiilee madda galii argammsiisan irratti hirmaachuun jireenyi isaanii akka fooyya’u hojjechuu

  1. Proojektoota Dhaabbilee Miti mootummaarraa dhiyaatan yeroon akka mirkanaa’uuf barbaadu

Dokimentii projektootaa mallataa’ee

Rakkoo hawaas-dinagdee dubartootaa fi daa’immanii hiikame

Dokiimeentii proojektoot dhiyaatan ulaagaa, yeroo taa’eefi qulqullinaa eeggateen %100n mirkaneessuu hojiitii galchuu

  1. Proojektootaa dubartootaa fi daa’immann fayyaduuf qiyyeeffaman yeroon akka hordoffaman, deeggeraman fi gamaaggaman barbaadu

Baayyina projektoota hordofamanii, deeggaramanii

Baayyina projektootaa Dhaabbilee miti mootummaa gamaaggamamanii

Duub-deebii kennamanii


Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii mirkanaa’ee

Proojektootni mana hojii keenyaan mirkaneeffaman 100% n fayyadamummaan dubartootaa fi daa’immanii keesstti akka galma gahu taasisuu


4.Proojektootaa qopheessuu fi mirkaneessuu irratti hanqinnii dandettii fi oggumaa maqsuuf leenjii argachuu

Baayyina oggeesotaa leenjii argatanii

Projektoota qulquliinaan qophaa’anni fi mirkanaa’an

Qophii fi mirkaneessa projektootaa iratti waggatt I si’a 2 hojii ijaarsa daandeettii oggeesota projeektii sadarkaa godinaa ,magaalaa fi aanaa jiraniif kennuu

5. Fedhii dhiyeessii akka guutamu barbaadu

Baayyina proopoozaala fandii qophaa’anii

Baayyina projektoota qoratamanii



Fedhii dhiyeessii guutamee

Fayyaadammummaa dubartoota fi daa’immanii mirkanaa’ee



Proojeektootaa fi proopoozaalota qophaa’nii 100% bu’a qabeessa taasisuu


3.3. Yaada Adeemsa Haaraa Maddisiisuu


Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii kallaatti hundaan dhugoomsuu kessatti projektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii qopheessuu, projektootnnii qaamolee adda addaa irraa qiyyeefamanii dhiyaatan haalli itti mirkanaa’aa ture bifa bititinaa’aa fi ba’a qabeessummaa mana hojicha kan hin mirkaneessineefi maamiltootas kan hin gammachiisnee waan ta’eef adeemsa haaraa “ Adeemsa Hojii Deggersa Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii” jedhuun Garee Dhimmaa 2’n akka ijaaramuu taasifameera. Isaanis sadarkaa Biirootti Garee Dhimmaa Qophii Projeektootaa Misooma Dubartootaa Fi Daa’immanii fi Garee Dhimmaa Mirkaneessa Projektoota Misooma Dubartoota ta’uun;, sadarkaa godinaa, magaalotaatti fi annaatti immoo Garee Dhimmaa 2’n (Garee Dhimmaa Qophii Fi Mirkaneessa Projeektootaa Misooma Dubartootaa Fi Daa’immanii) gurmaa’ee itti waamamni isaa sadarkaan itti gaafatamtuu mana hojiif akka ta’u taasisfameera.

3.4. Maappiingii Adeemsa Haaraa


Sakata’iinsa rakkkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutaminii



Proojeektii dubartootaa fi daa’imman fayyadu qopheessuu



Projeektoota hojiirra oolchuu,Hordofuu

Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii mirkanaa’ee

Waliigaltee projeektii mallatteessisuu

Prpoozaala projeektii Dhaabbilee M.M. fuudhuu


Dokimeentii Dhaabbilee M.M. xiinxaluu

Qindoomina arjoomtootaa/deeggartoota cimsuu

Propoozaala fandii maddisiisanii qopheessuu

Fedhii fandii adeemsaalee adda baasuu



1.2

3.5 Yaa’insa Hojii Adeemsa Haaraa


  • Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/qopheessuu

  • Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu

  • Projektoota dhaabbilee miti mootummaa sakatta’uun mirkaneessuu

  • Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’immanmirkaneessuf motummaan qiyyeefaman hordofuu

  • Gabaasa Raawwii karooraa projektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, qindeessuu fi hojjechuu

  • Proofaayilii projeektootaa dubartootaa fi daa’imman caalamatti fayyadan adda baassuu

  • Akaakuu rakkoolee/fedhii hawaas-diinagde dubartotaa fi daa’immanii sadarkaa godinaalee fi magaaloota addaan baasuun proofaayilii qophii projeektootaaf ta’u qopheessuu(identify project types and areas)

  • Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessaa,

  • Fundii proojektootaan argaman akkataa karoorfameen akka hojiirra oolchaman taasisuu

  • Qophii fi mirkaneessa proojektii irratti ogeessota sadarakaan jiranuuf leenjii akka argatanu taasisuu.

  • Proojektoota Dhaabbilee Walta’iinsa misooma dubartoota fi daa’immanii karoorsuu, raawwiif haala mijeessuu fi gabaasuu

  • Gamaggama fi madaallii bu’aan/ impact/ proojektootni jireenya dubartoota fi daa’immanii irratti fidan geggeessuun qaama ilaalu hunda beeksisuu

  • Deggarsa fi hordoffii proojektoota misooma dubartoota fi daa’immanii geggeessuu

3.6.1 Garee Dhimmaa Qophii Projeektootaa Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

Lakk

Tartiiba gochoota raawwii adeemsichaa jalqabaa hanga xumuraatti (Series of activities & steps from start to finish)




1

Haala duree qophii proojektii mijeessuu







    1. Ulaagaa qphii proojektootaa







    1. 1. Ulaagaa rakooleen/fedhiin hin guutiin ittiin adda bahanii fi sadarkeeffaman                qopheessuu







1.1.2. Ulaagaa qophaa’ee irratti qaamolee dhimmi ilaalatu waliin marii gaggeessuun              gabbisuu







1.1.3. Ulaagga gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu







1.1.4. Ulaagaa mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu







    1. Sadarkaa rakkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutiin adda baasuu







      1. Foormaattii rakkoon/ Fedhii hin guutaminii itiin sasaabamuu fi qindaa’u qopheessuu







      1. Formaattii qophaa’ee irratti godinaalee fi magalaalotaaf/aanaa maadaqisina kennuun        fi raabsuu







1.2.3. Foormaatii guutuun qindeessuu, rakkoo/fedhhii hin guutiin adda baasuu







      1. Rakkoo/Fedhi hin guutiin gosaa fi idoon(Godina.Magaalaa,aanaa,ganda) adda bahan       sadrkeessuun(prioratize) kaa’uu







      1. Rakkoo/ Fedhii hin guutin sadarkeeffaman mirkaneeffachuu







      1. Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qopheessuu







      1. Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qophaa’ee maaneejimeentii mana        hojiitiin mirkaneessuu







      1. Dokimmeentii mirkanaa’ee qaamoleen barbaadan hundi akka argatan taasisuu




2

Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/qopheessuu







    1. Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutin tarreen ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii qopheessuuu







    1. “TOR” qophaa’ee mirkaneessisuu







    1. Qophii duraa xumuruu(haala “TOR’ keessatti taa’een Baajataa,Lojestiikii, H/namaa fi kkf)







    1. Qorannoo projeektii gaggeessuu







2..5. Dokimeentii projeektii misooma dubartootaa fi daa’immanii qophessuu







2.6. Dokimeentii proojeektii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin dhiyeessuun              gabbisuu







    1. Dookimeentii yaada maaneejimeentiitiin gabbate xumuruu







    1. Dokiimeentii Propoozaala projektii qophaa’ee arjooma / deeggartoota/ taasisuuf eerguu







    1. Propoozaala arjoomtotaaf/deeggartoota eergamee duukaa bu’uu/hordofuu/







2.10. Deeggersa argame haalaa proopoozaala ta’eetiin hojiira oolchuu,hordofuu fi




3

Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu(Hubannoo,Leenjii,Liiqii/Hojiilee madda galii,deeggersa dubartootaa fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building)







    1. Qophii poopooaala fandii karoora waggaa irraa sasaabuu







    1. Yaddaa ka’umsa qophii propoozaalaaf adeemsa dhimmi ilaallatuu waliin mar’iachuu







    1. proopoozaala fandii qopheessuu







    1. Propoozaalaa qophaa’ee mirkaneessisuu hojjiirra oolachuu







    1. Propoozaalaa fandii qophaa’ee qaama deeggersa kennuuf dhiyeessuu/eerguu







    1. Propoozaala eergame duuka bu’uu







    1. Fandii argame hoiirra oolchuu, hordofuu




4

Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’imman mirkaneessuf motummaan qiyyeefaman hordofuu fi deggarsa taasisuu







4.1. Proojektootaa motummaan qiyyeeffaman seeketraa Naannoo, godinaa/magaalaa fi gosa          proojeektiitiin adda baasuu







4.2. Dubartootaa fi daa’imman fayyadamtoota projektii ta’an adda baasuu







    1. Hordoffii gaggeessuu







    1. Gabaasaa hordoffii qopheessuu







    1. Gabaasa qophaa’e tayyabuun qaama dhimmi ilaaluuf erguu







    1. Raawwii projeektootaa godinaalee/ aanaalee/ gandootaa  xinxaaluudhan duub deebii kennuu







5

Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessuu,







5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu







5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu







5.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu







5.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa dhiyyaatan qindeessuu







5.5 Ragaa qindeeffame kooputeratti galchuu







5.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu





3.6.2Garee Dhimmaa Mirkaneessa Projektootaa Misooma Dubartootaa fi ii Daa’imman


Lakk

Tartiiba gochoota raawwii adeemsichaa jalqabaa hanga xumuraatti (Series of activities & steps from start to finish)




1

Hojimaata projektootnii ittiin mirkanaa’an qopheessuun hubannoo irratti kennuun







    1. Ulaagaa mirkaneessa proojektootaa







1.1.1. Ulaagaala projektootnni ittiin mirrkanaa’an qopheessuu







1.1.2. Ulaagaa gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu







1.1.3. Ulaagaa mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu







1.1.4. Ulaagaalee projeektiin ittiin mirkanaa’an maamiltootaa fi dhimmamtoota                   beeksisuu







    1. Unaka/foormaatii projeektootaa akka mirkanaa’aan dhiyaataan ittiin galamaa’an qopheessuun galmeessuu







.3. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa sakatta’uun mirkaneessuu







1.3.1. Projeektoota dhaabiilee miti mootummaa irra dhiyaatan fuudhuun beellamuu







      1. Proojektii dhiyaate adeemsoota ijoo dhimmi isaa ilaalu waliin akka xiinxalamu tssaisuu







      1. Proojeektii dhiyaatee uulagaa taa’ee waliin ilaaluun adeemsa keesstti xiinxaluu







1.3.4.Yaada siirreeffama kan qabu yoo jiraatee dhaabbatichi akka sirreessu taasisuu







1.3.5Projeektii xiinxalame akka adeemsaatti irratti mar’achuun mirakaneessuu







1.3.6Waliigalteen proojeektii (project agreement) mallatteesisuu







    1. Waliigaltee projeektii mallatta’ee beekksisuu







1.3.1. Waliigaltee maallattaa’ee abba dhimma beeksisuu







      1. Waliigaltee Prokeektii mallattaa’ee garagalcha gochuu







      1. Gargalcha Waliigaltee projeektii caasaa bakka itti raawwatamuuf xalayyaan         beeksisuu







    1. Projektoota waliigalteen raawwate hojiitti galuu hordofuu







      1. Pirojeektoota hojii eegalanii fi hin eegaliin adda baasuu







      1. Projeektoota haala waliigalteetiin hojii hin eegalin qaama dhimmi ilaalatu        waliin ta’unn akka hojitti galan taasisuu







      1. Projektotaa hojiitti galan haala waligalteetiin raawwachaa jiraachuu isaanii       sakatta’uu







      1. Projektoota hojiitti galanii haala waliigalteetiin hin raawwanne sirreffama       kennuu







      1. Dhabbilee deegaarsa taasifameen haala waliigaltee raawwachuu dadhaban       qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun waligalteen akka diigamu yaada        dhiyeessuu







      1. Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran hordofuun       qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu gochuu




2

Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa sasaabuun qindeessuu,







2.1. Pirojeektootaa hojiirraa jiranaii







2.1.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu







2.1.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu







2.1.3. Foormaatiin ragaa yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu







2.1.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda irraa dhiyyaatan qindeessuu







2.1.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu







2.2. Pirojeektootaa xumuramanii,







2.2.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu







2.2.2. Foormaatii ragaaleen sassaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu







2.2.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu







2.2.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa dhiyyaatan qindeessuu







2.2.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu




3

Pirojektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, qindeessuu







3.1. Propooaalla hordoffii fi deeggersaa qopheessuu







3.2. Hordoffii fi deeggersa gaggeessuu







    1. Dhaabbilee raawwii isaanitiin adda baasuu







    1. Gabaasaa hordoffii fi deeggersaa qopheessuun maneejimeentiitiin mirkaneessisuu







    1. Gabaasaa qophaa’ee qaama dhimmii ilaallatuuf dabarsuu,eerguu, duub deebii kennuu






Yüklə 0,6 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin