01
|
Mootummaa Naannoo Oromiyaa
| -
Tarsiimoo fi Imaammata baasuu
-
Qajeelfamootaafi Dambiiwwan Raggaasisuufi Mirkaneessu
-
To’annoofi Hordiffii raawwii karooraa gaggeessuu
|
02
|
Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa (koree dhaabbii Dhimma dubartootaa)
| -
Seera baasuu
-
Raawwii karooraa waliin madaaluu
-
To’annoofi hordoffii waliin gaggeessuu
-
Baajata mirkaneessuu
|
03
|
Ministeera Dhimma Dubartoota,Daa’immanii fi Dargaggoota Federalaa
| -
Imaammata, qajeelfamaafi danbii dhimma dubartootaa fi daa’immanii qopheessuu
-
Paakeejii misoomaafi jijjiirama dubaartootaa hojiirra olchuu
-
Humna dinagdee dubartootaa guddisuuf fandii barbaaduu
-
Raawwii karooraa waliin madaaluu
-
Naannoolee biroo waliin muuxannoo wal jijjiiruu
|
04
|
Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee
| -
Qoodinsa Baajata Biiroof Gaggeessuu
-
To’annoo fi Hordoffii Raawwii karooraa gaggeessuu
-
Projektoota Dhabbilee Miti-Mootummaa Dubartootaa fi Daa’imman irratti hojjetan Gamaggamuufi mirkaneessuu akkasumas waliigaltee waliin mallatteessu
-
Proojektoota Walta’iinsa karoorsuu, hojiirra oolchuu fi gabaasuu
|
05
|
Biiroo Siiviil Sarviisii fi Bulachiinsa Gaarii Oromiyaa
| -
Baajata Leenjiif Hubannoo addaddaa ramaduu (PSCAP ramaduu)
-
Lenjii Humna raawwii cimsan kennuu
-
Ogeessota leenjii kennan ramaduu
-
Raayyaa siivil sarviisii cimsuu
|
06
|
Biiroo Barnoota Oromiyaa
| -
Fooramii leenjiif barnoota irratti waliin hojjechuu
-
Barnoota shamaarraniirratti qindoominaan hubannoo hawaasaaf kennuu
-
Gumii shamarraaniifi BMG irratti waliin hojjechuu
-
Barattoota shamarranii carraa barnoota tolaa dhaabbilee miti mootummaa addaddaarra argatan filuurratti waliin hojjechuu
-
Barattoota shamarranii barnootasaaniitiin qabxii olaanaa galmeessisan, maatiisaaniifi barsiisota dubaraa fakkii ta’an badhaasuurratti waliin hojjechuu
|
07
|
Eejeensii Waldaa Hojii Gamtaa Ormiyaa
| -
Odeeffannoo gurmaa’inaa fi gabaa wal jijjiiruu
-
Muxannoo hojii garii wal jijjiiruu
-
Dubartootta gurmaa’aniif waraqaa seerummaa kennuu
-
Liqii dubartootaaf kennuu
|
08
|
Ejeensii Misooma Interpriyizii Maayikroo fi Xixiqqaa
| -
IMX dhaan dubartoota gurmeessuu, fi hojiitti galchuu
-
Haala liqii dubartoota gurmaa’aniif mijeessuu
-
Leenjii Ogummaa Dubartoota gurmaa’aniif kennuu
-
Odeeffannoo gurmaa’inaa fi gabaa wal jijjiiruu
-
Muxannoo hojii garii wal jijjiiruu
-
Hojiiwwan misooma madda galii dubartootaa (enterprounership development) irratti waliin hojjechuu
|
09
|
Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa
| -
Hubannoo BMG fi Fayyaa dubartootaa waliin kennu
-
Barreeffamoota (manuwaalii) leenjji Qopheessuu
-
Sirna walhormaata fayyaa dubartootaa iratti waliin hojjechuu
-
Leenji fi hubannoo akkasumas qorannoo sirna walhormaataa fi “HIV/AIDS” waliin gaggeessu
-
deeggarsa ogummaa leenjii kennuu
|
10
|
Biiroo Qonnaa Oromiyaa
| -
Hojiiwwan Dinagdee Dubartootaarratti Odeeffannoo Wal jijjiiruufi Waliin hojjechuu
|
11
|
Qaamolee seeraa sadan
| -
Seera yakkaa fooyya’ee fi Seera maatii Oromiyaarratti hawaasaafi dubartoota hubannoo kennuu
|
12
|
Biiroo Bishan, Albuudaafi Inarjii Oromiyaa
| -
Teeknooloojiiwwan humnaa fi yeroo dubartootaa qusatan dubartootaaf dhiyeessuurratti waliin hojjechuu
|
13
|
Komishinii Qophaa’insaa fi Ittisa Balaa Oromiyaa
| -
Liqii Naana’aa Dubartootaaf kennuun dinagdee dubartootaa guddisuu irratti
|
14
|
Waldaa Dubartoota Oromiyaa
| -
Ijaarsa waldaa dubartootaarratti hubannoo uumuu waliin hojjechuu
-
Mirga namuummaa dubartootaa kabachiisuurratti waliin hojjechuu
-
Dubartoonni mirgasaanii hubatanii filuu fi filatamuurratti bal’inaan akka hirmaatan hubachiisuurratti waliin hojjechuu
|
15
|
Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa
| -
Shamarraan umurii dargagummaarra jiran waldaan ijaaruu irratti waliin hojjechuu
-
Shamarraan hojii dhabeeyii ijaaruun hojii qabsiisuurraati waliin hojjechuu
|
16
|
Ejeensii dhimma hojjetaa fi hawaassummaa
| -
Odeeffannoo fi muuxannoo Gurmii waljijjiiruu
-
Shamarraan hojii dhabeeyii ijaaruun hojii qabsiisuurraati waliin hojjechuu
-
Mirga dubartootaa warshaalee adda addaa keessatti kabachiisuu irratti waliin hojjechuu
|
17
|
Komishinii Misooma Naannoo Horsiisee Bulaa Oromiyaa
| -
Hojiiwwan naannoo horsiisee bulaa dubartoota irratti hojjetaman qindoominaan waliin hojjechuu
|
18
|
Dhaabbilee Miti-Mootummaa
| -
Barmaatilee Miidhaa Geessisan maqsuurratti waliin hojjechuu
-
Dinagdee dubartootaa cimsuurratti waliin hojjechuu
-
Leenjii waliin kennuu
|
19
|
Dhaabbilee Maaykiroo faayinaansii
| -
Dinagdee dubartootaa cimsuurratti waliin hojjechuu
-
Bu’aa fi faayidaa liqii hubachiisuurratti waliin hojjechuu
-
Akkaataa qabiinsaa fi bulchiinsa qabeenyaa irratti leenjii waliin kennuu
-
Hojiiwwan misooma madda galii dubartootaa (enterprounership development) irratti waliin hojjechuu
|
20
|
Komishinii Inveestimeentii Oromiyaa
| -
Inveestimeentii baabbal’aachaa jiruu carraalee hojii uumu keessatti dubartoota fayyadamtoota taasisuu irratti waliin hojjechuu
-
Carraa inveestimeentii uumame keesatti odeeffannoo hirmaannaa dubartootaa walii kennuu irratti
|