1
|
Hojimaata projektootnnii ittiin qophaa’anii qopheessuu
|
|
|
|
-Waggoota 5 dhufan keessatti dubartootaa fayyadamtoota liqii ta’anu 50,000 irraa gara 150,000 ol guddisuun hojiilee madda galii argammsiisan irratti hirmaachuun jireenyi isaanii akka fooyya’u hojjechuu
-Qophii fi mirkaneessa projektootaa iratti wagga t i si’a 2 hojii ijaarsa daandeettii oggeesota projeektii sadarkaa godinn,magaalaa fi aanaa jiraniif kennuu
Proojeektootaa fi proopoozaalota qophaa’nii dhibbaab dhibbatti bu’a qabeessa
|
-
Ulaagaa qophii proojektootaa
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
|
-
Ulaagaa rakooleen/fedhiin hin guutiin ittiin adda bahanii fi sadarkeeffaman qopheessuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1, Dokimeentii 1
|
1.1.2. Ulaagaa qophaa’ee irratti qaamolee dhimmi ilaalatu waliin marii gaggeessuun gabbisuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1,
Dokimeentii 1
|
1.1.3. Ulaagga gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1,
Dokimeentii 1
|
1.1.4. Ulaagaa mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1, Dokimeentii 1
|
-
Sadarkaa rakkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutiin adda baasuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa-2ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 20,
Dokimeentii 1
God./Magalaa- Guyyaa 15 , Dokimeentii 1
Aanaa =Guyyaa 10
Dookimeentii 1
|
-
Foormaattii rakkoon/ Fedhii hin guutaminii itiin sasaabamuu fi qindaa’u qopheessuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1, Dokimeentii 1
|
-
Formaattii qophaa’ee irratti godinaalee fi magalaalotaaf/aanaa maadaqisina kennuun fi raabsuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1, Dokimeentii 1
|
1.2.3. Foormaatii guutuun qindeessuu, rakkoo/fedhhii hin guutiin adda baasuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa
|
Biiroo- Guyaa 5
God./Magaa.- Guyyaa 5
Aanaa – Guyyaa 5
|
|
|
1.2.4. Rakkoo/Fedhi hin guutiin gosaa fi idoon(Godina, Magaalaa,aanaa,ganda) adda bahan sadarkeessuun (prioratize) kaa’uu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa
|
Biiroo- Guyaa 1
God./Magaa.- Guyyaa 1
Aanaa – Guyyaa 1
|
|
-
Rakkoo/ Fedhii hin guutin sadarkeeffaman mirkaneeffachuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa
|
Biiroo- Guyaa 5
God./Magaa.- Guyyaa 5
|
|
-
Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qopheessuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa
|
Biiroo- Guyaa 5
God./Magaa.- Guyyaa 3
Aanaa – Guyyaa 3
|
|
-
Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa
|
Biiroo- Sa’aatii 2
God./Magaa.- Sa’aatii 2
Aanaa – Sa’aatii 2
|
|
-
Dokimmeentii mirkanaa’ee qaamoleen barbaadan hundi akka argatan taasisuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa
|
Biiroo- Guyaa 1
God./Magaa.- Guyyaa 1
|
|
2
|
Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/ qopheessuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa Hanga kurmaana 2ffaa ji’a 2ffaa
|
|
|
-
Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutin irra ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii qopheessuuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 2
God./Magaa.- Guyyaa 2
Aanaa – Guyyaa 2
Dokimeenti 1
|
|
-
“TOR” qophaa’ee mirkaneessisuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa
|
Biiroo- Sa’aatii 2
God./Magaa.- Sa’aatii 2
Aanaa – Sa’aatii 2
|
|
-
Qophii duraa xumuruu(haala “TOR’ keessatti
taa’een Baajataa,Lojestiikii, H/namaa fi kkf)
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 1
God./Magaa.- Guyyaa 1
Aanaa – Guyyaa 1
|
|
-
Qorannoo projeektii gaggeessuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa Hanga Kurmaana 2ffaa ji’a 1ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 30
God./Magaa.- Guyyaa 25
Aanaa – Guyyaa 15
|
|
2.5. Dokimeentii projeektii misooma dubartootaa fi daa’immanii qophessuu
|
Biiroo, Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa Ji’a 2ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 10
God./Magaya.- Guyyaa 7 Aanaa – Guyyaa 5
Dokimeenti 1
|
|
2.6. Dokimeentii proojeektii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin dhiyeessuun gabbisuu
|
Biiroo, Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa Ji’a 2ffaa
|
Biiroo- Sa’aatii 2
God./Magaya.- Sa’aatii 2
Aanaa – Sa’aatii 2
Dokimeenti 1
|
|
-
Dookimeentii yaada maaneejimeentiitiin gabbate xumuruu
|
Biiroo, Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa Ji’a 2ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 1
God./Magaya.- Guyyaa 1 Aanaa – Guyyaa 1 Dokimeenti 1
|
|
-
Dokiimeentii Propoozaala projektii qophaa’ee arjomtoota/ deeggartoota taasisuuf eerguu
|
Biiroo, Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa Ji’a 2ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 2
God./Magaya.- Guyyaa 5 Aanaa – Guyyaa 5 Dokimeenti 1
|
|
| -
Propoozaala arjoomtotaaf/deeggartoota eergamee duukaa bu’uu
|
Biiroo, Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa Ji’a 2ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 15
God./Magaya.- Guyyaa 10 Aanaa – Guyyaa 8
|
|
|
2.10. Deeggersa argame haalaa proopoozaala ta’eetiin hojiira oolchuu,hordofuu
|
Biiroo, Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa Ji’a 3ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 15
God./Magaya.- Guyyaa 10 Aanaa – Guyyaa 10
|
|
3
|
Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu (Hubannoo,Leenjii,Liqii/Hojiilee madda galii, deeggersa dubartootaa/shamarran harka qalleeyyii fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building),
|
Biiroo, Goina/
Magaala, Aanaa
|
Waggaa guutuu
|
Biiroo- Guyyaa
God./Magaya.- Guyyaa Aanaa – Guyyaa
Dokimeentii 1
|
Proojeektootaa fi proopoozaalota qophaa’nii dhibbaab dhibbatti bu’a qabeessa taasisuu
|
-
Qophii poopooaala fandii karoora waggaa irraa sasaabuu
|
Biiroo, Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaanan
|
Biiroo- Guyyaa 1
God./Magaya.- Guyyaa 1 Aanaa – Guyyaa 1
|
-
Yaddaa ka’umsa qophii propoozaalaaf adeemsa dhimmi ilaalatuu waliin mar’iachuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaanan
|
Biiroo- Guyyaa 1
God./Magaa.- Guyyaa 1
Aanaa – Guyyaa 1
|
-
Proopoozaala fandii qopheessuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana
|
Biiroo- Guyyaa 3
God./Magaa.- Guyyaa 3
Aanaa – Guyyaa 3
Dokimeenti 1
|
-
Propoozaalaa qophaa’ee mirkaneessisuu hojjiirra oolachuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaanan
|
Biiroo- Guyyaa 1
God./Magaa.- Guyyaa 1
Aanaa – Guyyaa 1
Dokimeenti 1
|
-
Propoozaalaa fandii qophaa’ee qaama deeggersa kennuuf dhiyeessuu/eerguu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 2
God./Magaa.- Guyyaa 2
Aanaa – Guyyaa 2
Dokimeenti 1
|
-
Propoozaala eergame duuka bu’uu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 10
God./Magaa.- Guyyaa 5
Aanaa – Guyyaa 5
Dokimeenti 1
|
-
Fandii argame hoiirra oolchuu, hordofuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 5
God./Magaa.- Guyyaa 4
Aanaa – Guyyaa 3
Dokimeenti 1
|
|
4
|
Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’imman mirkaneessuf motummaan qiyyeefaman hordofuu fi deegaruu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Wagaa guutuu
|
|
Hojiirra oolmaa projekticha akkaataa waliigaltee taa’een raawwatamuu isaa hordofuun fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii gutuma guututti mirkaneessu
|
|
4.1. Proojektootaa motummaan qiyyeeffaman seektraa, godinaa/magaalaa fi gosa proojeektiitiin adda baasuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaanan
|
Biiroo- Guyyaa 10
God./Magaa.- Guyyaa 7
Aanaa – Guyyaa 5
Dokimeenti 1
|
|
4.2. Dubartootaa fi daa’imman fayyadamtoota projektii ta’an adda baasuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaanan
|
Biiroo- Guyyaa 5
God./Magaa.- Guyyaa 3
Aanaa – Guyyaa 2
Dokimeenti 1
|
| -
Hordoffii gaggeessuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaanan
|
Biiroo- Guyyaa 20
God./Magaa.- Guyyaa 15
Aanaa – Guyyaa 12
|
| -
Gabaasaa hordoffii qopheessuu,yayyabuu fi qaama dhimmi ilaaluf eerguu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaanan
|
Biiroo- Guyyaa 3
God./Magaa.- Guyyaa 2
Aanaa – Guyyaa 2
Dokimeenti 1
|
| -
Raawwii projeektootaa godinaalee/ aanaalee/ gandootaa xinxaaluudhan duub deebii kennuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Kurmaanan
|
Biiroo- Guyyaa 3
God./Magaa.- Guyyaa 2
Aanaa – Guyyaa 1
Dokimeenti 1
|
5
|
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessuu,
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Waggaa guutuu
|
|
|
5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 2
Dokimeenti 1
|
|
|
5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu
|
Biiroo, Godina,Magaalaa,
Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa
|
Biiroo- Guyyaa 1
God./Magaa.- Guyyaa 1
Dokimeenti 1
|
|
|
5.3. Foormaatiin ragaa yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Ji’a 2ffaa Kurmaanan
|
Biiroo- Guyyaa 5
God./Magaa.- Guyyaa 5
Aanaa – Guyyaa 5
|
|
|
5.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa dhiyyaatan qindeessuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Ji’a 3ffaa Kurmaana
|
Biiroo- Guyyaa 10
God./Magaa.- Guyyaa 10
Aanaa – Guyyaa 5
Dokimeenti 1
|
|
|
5.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu
|
Biiroo,Goina/
Magaala, Aanaa
|
Ji’a 1ffaa Kurmaana itti aanauu
|
Biiroo- Guyyaa 1
God./Magaa.- Guyyaa 1
Aanaa – Guyyaa 1
Dokimeenti 1
|
|