1
|
Waldaalee Dinagdee Dubartootaa
Dubartoota
|
Maxxantummaa dinagdee jalaa bahuun galii ofii ummachuu baarbaadu
| |
2
|
Waldaalee dinagdee bartootaa
Dubartootoota hojii dhabeeyyii
| -
Leenjii ogummaa bu’a qabeessa fi hojii galii argamsiisu uumuu dandeessisu argachuun hojiitti galuu
| -
Leenjiin kennamaa baajata gahaan kan deegarame ta’uu dhabuu
-
Leenjiiwwan kennamman fedhii dubartootaa fi gabaarratti hundaa’uu dhabuu
|
3
|
Dhaabbilee miti mootummaa
|
Proojektoota Dhaabbilee Miti mootummaarraa dhiyaatan ariitiin akka mirkanaa’uuf barbaadu
| -
Projeektii dhiyaatan yeroon mirkanaa’anii abbaa dhimmaatiif deebi’uu dhabuu
-
|
4
| -
Dhaabbilee miti mootummaa
-
Dubartootaa
-
Daa’imman
|
Proojektootaa dubartootaa fi daa’immann fayyaduuf qiyyeeffaman akka hordoffaman, deeggeraman fi gamaaggaman barbaadu
| -
Hordofii fi deeggersii fi n projeektootaa dhaabbilee miti mootummaf taasifamu sagantaa fit ii yaadamee kan hin kennamne ta’uu
-
Hordofii fi deeggersii taasisuun dubartootnnii fi daa’imman hagam proojektoota irra fayyadamtoota akka ta’an hubachuu dhabuu
-
Projeektootaa mana hoji keenyaan malleetteeffamanii caasaan sadarkaa gadii jiru argachuu dhabuun hordoffii gochuu dadhabuu
|
5
|
Raawwattootaa projeektii irratti hojjetan sadarkaa hundatti jiranii
|
Proojektootaa qopheessuu fi mirkaneessuu irratti hanqinnii dandettii fi oggumaa maqsuuf leenjii argachuu
| -
Hubannoon fi ogguummaan proojeektii kalaquu, mirkaneessuu fi hordofii irratti jiru hanqina kan qabu ta’uu
-
Propoozaala Fandiin sochii mana hojiichaatiif barbaachisu haala barbaadamuun qophaa’e fandii maddisiisuu dhabuu
|
6
| |
Fedhii dhiyeessii akka guutmu barbaadu
| -
Liqii dubartoota hojii madda galiitti galchu haala barbaadamuun dhabamuu
-
Fandii leenjii,hubannoo,leenjii fi kkaf haala hojiin mana hojiichaa barbaaduun argamuu dhabuu
|
7
| -
Daa’imman haala rakkisaa keessa jiraatan
|
Deggarsa qindaa’aa itti fufiinsa qabu argachuu barbaadu
| -
Deggarsa messhalee barnootaa, nyaataa, huffataa fi kkf gama mootummaan gutummaa gutuutti huwwisamu hafuu
-
Sababoota adda addaan daa’imman rakkoolee hawaas-dinagdeetiif saaxilamuu
|