-
Dubatoonni maxxantummaa diinagdee jala jiraachuu
|
Dubartiin hojii madda galii irratti hirmaachaa jiru
|
Dubartiin hojiile mada galii irratti hirmaatee fayyadamtuu taateera yaadni jedhu jiraachuu
|
Dubartiin hojiile mada galii irratti hirmaatee hanga barbaadamutti fayyadamtuu hin taane
| -
Dubartoota hojii madda galii argamsiisan irratti haala liqii mijaa’aa ta’e uumuu,
-
Projektoota gaggabaaboo fandii liqii dubartootaaf argamsiisan qopheessuun hojiirraa oolchuu
-
Dubartootni hojiilee madda galii irratti hirmaachuun fayyadammuummaan isaanii ni mirkanaa’aa
-
Adeemsa hojii ijoo finiinsa sochii hirmaannaa uummataa waliinii walittidhiyeenya cimaa uumuun ni hojjetama
|
-
Proojektoota Dhaabbilee Miti mootummaarraa dhiyaatan Mirkaneessuun bifa bittinaa’ee fi qulqullina kan hin qabne ta’uu
|
Projeektii kan mirkaneessuu qaama dhimma kanaaf ramadameedha.
|
Proojeektii dhaabbilee miti mootummaarra dhiyaatan raawwata dhimma kanaaf ramadamee yeroo gabaaba keessatti ni raawwata jedhanii yaaduu
|
Projeektootnni mirkanaa’an qulqullina kan hin qabneefi yeroo dheeraa kan fudhatu dha
| -
Qaamni proojektoota qaammolee adda addaa irraa dhiyaatan mirkaneessu adeemsa qophii fi mirkaneessa projektiimisooma dubatootaa fi daa’immanii jaalatti ni gurmaa’aa
-
Hojiimaatnnii yookiin ulaagaaleen projektootnni ittiin mirkanaa’anii ni qophaa’aa
-
Projeekttootni dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf qiyyeeffamanii dhiyaatan hojiimaata fi raawwii mana hojiichaa kan hin faallessinee tau’ isaanii mirkaneeffachuu
|
3. Quunnamtii odeeffannoo qaama proojeektii mirkaneessuu fi bakka itti raawwatamu gidduu jiru laafaa ta’uu
|
Proojeektii mirkanaa’ee qaamoleen sadarkaan jiran irraa ka’a.
|
Proojektoota dubartootaa fi daa’imman fayyadan qaamni proojektich hojiirra oolchu caasaa sadarkaan jiruun ni gaha jedhanii yaaduu
|
Qaamni proojektii hojiirra oolchuu dokimeentii waligaltee qaamoolee sadarkaan jiran biraan gahaa hin jiru
| -
Waliigalten projeektootta akkuma mallattaa’aaniin qaamoleen sadarkaan jiran beekan ni taasifama
-
Footokoppii Dokimeentii waliigaltee projektootaa xalayyaan qaammolee dhimmi ilaalatu sadarkaan jiran bira akka gahu ni taasifama
-
Gabaasnnii raawwii projektii mirkanaa’ee yeroo yeroon qaamma ola’aanaaf ni taasifama
|
4. Proojektootaa dubartootaa fi daa’immann fayyaduuf qiyyeeffaman hordoffii,deeggersaa,to’aannoo fi gamaaggamani taasifamu laafaa ta’uu
|
Projektoota Dhaabbilee miti mootummaa kan hordofu qaama Dhaabbilee Miti mootummaa qindeessu (MMD) dha.
|
Dh.M.M. proojektootaa isaanii haala waliigaltee taa’eetiin hojiirra ni oolchuu jedhanii yaaduu.
|
Projektoota Dhaabbilee miti mootummaa hordofuu, deeggaruu , too’achuu, fi gamaagamuun kan raawwatamu gaaffii Dh.M.M. ykn BMMD irraa ka’uunii fi rakkoon yemuu uumamu qofa ta’uu.
| -
Hordoffii fi deeggarsii sagantan deeggarame ni taasifama
-
Hojiimaata hordoffi, deeggarsii, fi gamaaggamni projektoota dhaabbilee miti mootummaa ittiin raawwatamu adeemsa qophii karooraa,bajataa hordoffii fi gamaaggamaa waliin ta’uun ni diriira
-
Waltajii gamaaggamaa raawwii projektootaa qoratu Dh.M.M., fayyadamtootaa projektoo fi qaama dhimmi ilaalatu waliin yeroo isaa eeggate(wayitaawaa) ta’e mijeessuun ittifufiinsaan ni gaggeefama
-
Rakkoolee hordiffii fi deeggersa keessatti mul’ataanii fi yaadota furmaataa qaama dhimmi ilaalatuuf dabarsuun sirreeffamni akka fudhatamu ni taasifama
-
Hordoffii fi deeggersa projeektootaa dhaabbilee miti mootummaa ilaachisee gaggeefameeef duub deebii qaama dhimmi ilaaluuf kennuu
-
|
-
Proojektootaa qopheessuu fi mirkaneessuu irratti hanqinnii dandettii fi oggumaa jiraachuu
|
Raawwataan bakka ramadametti hojii isaa beekkumsaa fi gahuumsaan ni raawwata.
|
Qaamni/Raawwatan prokeektii mirkaneessuu haalaa yaa’iinsa hojii mirkaneessa projeetootaa irratti hundaa’uun ni raawwata jedhanii yaaduu.
|
Qaamni projeektii mirkaneessuu hubannoon dhimmicha irratti qabuu xiqaa fi haala yaa’insaa hojii babaaduun raawwatamaa hin turre.
| -
Ogeessa dhimma projektii waliin quunnamtii fi bekkumsa qabu ni ramadama,
-
Humna raawachiisummaa oggeessa projeektii irraa hojjetuu ittifufiinsaan ni cima
-
Hojiimaata mirkaneessa projektootaa dhabbilee miti mootuummaa qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun ni qophaa’aa, madaqsinni irratti ni kennama
-
Ogeessota projeektiirra hojjetaniif ijaarsa dandeettii yeroo yeroon ni kennama
|
-
Fandii misooma dubartootaa fi daa’immaniif ta’uu haala barbaadameen argachuu dhabuu
|
Dubartootni fi daa’imman misooma jiru keesattiii fayyadamtoota dha.
|
Qaamni fandii kennu hubannoo dubartootaa fi hawaasa gabbisuun ni gaha jedhee yaaduun ni jira.
|
Bu’aleen hubannoo kennuun dhufanii jiraatan illee gama misooma hawaasummaa dubartootaa fi daa’immaniitiin jiru hanqina kan qabu ta’ii isaa.
| -
Projeektoota fandii maddisiisan qopheessuun arjoomtoota fi qaamolee deeggersa taasisaaniif dhiyeessuu
-
Hojiira oolmaa fandii argamee yeroo yeroon hordofuun qaama fandii kenneef gabaasuu
-
Proojeektii qopheessuu haala dubartootnni fi daa’imman ittiin deeggaraman ni mijaa’aa
-
Ka’umsi qophii projeektii fandii adeemsaalee mana hojii hunda irra sasaabame kan dursi barbaachisu adda bahee proopoozaalli akka qophaa’uuf ni taasifama
-
Lecooleen mana hojiichaaf barbaachisan iddoo tookootti gurmaa’aanii haalli itti guutamuu danda’an ni mijaa’aa
|
-
Gosa fi idoo projektootnii qiiyyefamuu malanii fi hojiirra oolanan adda bahee kan hin beekamne ta’uu
|
Qaamni Projektootni qopheessu rakkkoo qoratee addaan baase ti.
|
Projektootnnii dhiyaatan rakkoolee fi iddoo itti raawwatamu addaan baasuun ni fidu jedhanii yaaduu.
|
Projeektootni hanga ammaattii dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf dhiyaatan haala fedhii qaama projektii qopheessn qofa irratti kan hundaa’ee dha.
| -
Gosa/akaakuu rakkoolee hawaas-diinagde dubartotaa fi daa’immanii sadarkaa godinaalee fi magaaloota addaan baasuun proofaayilii isaanii ni qophaa’aa (identify project areas)
-
Iddoowwaan proojektootni hojirra oolan sadarkeessuun qaama dhimmii ilaaluuf qophii ni taasifama (prioritize project areas)
-
Ragaalee fi proofaayilii projektootaa dubartootaa fi daa’imman fayyaduu malan ittiin qiyyeefamanii fi idoo ittii raawwtaman qaammolee adda addatiif dabarsuu
|