3.9.1.1. Garee Dhimmaa Qophii projeektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii
|
-
Fedhii fi kuttannoo Mootummaa Naannoo fi Federaalaa
-
Imaammata dhimma dubartooaa
-
Paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartootaa
| -
Hojimaata projektootnnii ittiin qophaa’anii qopheessuu
|
Iftoomina raawwii hojii dabale
|
Dhabbilee proojeektii dhiyeeffatan
Tajaajila si’ataa fi qulqullina qabu barbaadu
|
-
Ulaagaa qophii proojektootaa
|
-
Ulaagaa rakooleen/fedhiin hin guutiin ittiin adda bahanii fi sadarkeeffaman qopheessuu
|
1.1.2. Ulaagaa qophaa’ee irratti qaamolee dhimmi ilaalatu waliin marii gaggeessuun gabbisuu
|
1.1.3. Ulaagga gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu
|
1.1.4. Ulaagaa mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu
|
-
Sadarkaa rakkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutiin adda baasuu
|
-
Foormaattii rakkoon/ Fedhii hin guutaminii itiin sasaabamuu fi qindaa’u qopheessuu
|
-
Formaattii qophaa’ee irratti godinaalee fi magalaalotaaf/aanaa maadaqisina kennuun fi raabsuu
|
1.2.3. Foormaatii guutuun qindeessuu, rakkoo/fedhhii hin guutiin adda baasuu
|
1.2.4.Rakkoo/Fedhi hin guutiin gosaa fi idoon(Godina, Magaalaa,aanaa,ganda) adda bahan sadrkeessuun (prioratize) kaa’uu
|
-
Rakkoo/ Fedhii hin guutin sadarkeeffaman mirkaneeffachuu
|
-
Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qopheessuu
|
-
Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessuu
|
-
Dokimmeentii mirkanaa’ee qaamoleen barbaadan hundi akka argatan taasisuu
|
-
Fedhii dubartoota hojiiwwan madda galii af argamsiisan hirmaachuuf qaban
-
Fedhii dubartoonni maxxantummaa diinagdee jalaa bahuuf qaban
-
Konveenshinoota mirga dubartootaa fi daa’immanii
| -
Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/ qopheessuu
|
Rakkollee daa’immanii fi dubartootaa furmaata argatan
|
Dubartoota-Maxxantummaa dinagdee jalaa bahuun galii ofii ummachuu baarbaadu
Daa’imman-Deeggersa adda addaa argachuu barbaadu
|
-
Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutin tarra ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii qopheessuuu
|
-
“TOR” qophaa’ee mirkaneessisuu
|
-
Qophii duraa xumuruu(haala “TOR’ keessatti taa’een Baajataa,Lojestiikii, H/namaa fi kkf)
|
-
Qorannoo projeektii gaggeessuu
|
2..5. Dokimeentii projeektii misooma dubartootaa fi daa’immanii qophessuu
|
2.6. Dokimeentii proojeektii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin dhiyeessuun gabbisuu
|
-
Dookimeentii yaada maaneejimeentiitiin gabbate xumuruu
|
-
Dokiimeentii Propoozaala projektii qophaa’ee arjomtoota/ deeggartoota taasisuuf eerguu
|
-
Propoozaala arjoomtotaaf/deeggartoota eergamee duukaa bu’uu
|
2.10. Deeggersa argame haalaa proopoozaala ta’eetiin hojiira oolchuu,hordofuu
|
|
-
Fedhii dubartoonni maxxantummaa diinagdee jalaa bahuuf qaban
-
Konveenshinoota mirga dubartootaa fi daa’immanii
-
Fedhii dhiyeessii fandii
|
3.Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu (Hubannoo,Leenjii,Liqii/Hojiilee madda galii,deeggersa dubartootaa/shamarran harka qalleeyyii fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building),
| -
Rakkollee daa’immanii fi dubartootaa furmaata argatan
-
Fedhii dubartootaafi daa’immanii guttame
-
Ijaarsa dandeettii mana hojiicha cime
|
Dubartootaa fi Daa’imman
-
Dhiyessii fandii ball’isuun fedhiihin guutamin ykn rakoon dubartootrra gahu akk salpatu barbaadu
-
Maxxantummaa dinagdee jalaa bahuun galii ofii ummachuu baarbaadu
|
-
Qophii poopooaala fandii karoora waggaa irraa sasaabuu
|
-
Yaddaa ka’umsa qophii propoozaalaaf adeemsa dhimmi ilaalatuu waliin mar’iachuu
|
-
proopoozaala fandii qopheessuu
|
-
Propoozaalaa qophaa’ee mirkaneessisuu hojjiirra oolachuu
|
-
Propoozaalaa fandii qophaa’ee qaama deeggersa kennuuf dhiyeessuu/eerguu
|
-
Propoozaala eergame duuka bu’uu
|
-
Fandii argame hoiirra oolchuu, hordofuu
|
-
Fedhii fi kuttannoo Mootummaa Naannoo
-
Imaammata dhimma dubartooaa
-
Imaammatotta dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf bahan
-
Paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartootaa
| -
Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’imman mirkaneessuf motummaan fi miti-mootummaa qiyyeefaman hordofuu, deegaruu
| -
Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’imanii mirkanaa’ee
-
Bu’a qabeessuumma projeektootaa hubatame
|
Seektrootaa
Deeggersa ogguumaa argachuu
|
4.1. Proojektootaa motummaan qiyyeeffaman seektraa, godinaa/magaalaa fi gosa proojeektiitiin adda baasuu
|
4.2. Dubartootaa fi daa’imman fayyadamtoota projektii ta’an adda baasuu
|
-
Hordoffii gaggeessuu
|
-
Gabaasaa hordoffii qopheessuu
|
-
Gabaasa qophaa’e tayyabuun qaama dhimmi ilaaluuf erguu
|
-
Raawwii projeektootaa godinaalee/ aanaalee/ gandootaa xinxaaluudhan duub deebii kennuu
|
-
Immaamattoo,Paakeejota,Sagantaalee fi projeektoota dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf qiyyeefaman,
-
Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii
| -
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessuu,
| -
Dokimeentii ragaa qophaa’ee
-
Sadarkaa fayyadammuuma dubartootaa fi daa’immanii beekkame
|
Caasaalee dhimma dubartootaa sadarkaan jiran, Seektaroota mootummaa
Foormaatii fi tooftaalee ragaaleen saalaan adda bahee ittiin sasaabamuu fiqindaa’uu argachuu barbaadu
|
5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu
|
5.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
5.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa dhiyyaatan qindeessuu
|
5.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu
|
3.9.1.2. Garee Dhimmaa Mirkaneessa projeektootaa
|
-
Imaammata dhimma dubartootaa
-
Imaammata dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf bahan
-
Paakeejii msoomaafi jijjiramaa Dubartootaa
| -
Hojimaata projektootnnii ittiin mirkanaa’an qopheessuu
|
Iftoomina raawwii hojii dabale
|
Dubartootfi Daa’imma, Dhabbilee proojeektii dhiyeeffatn
Tajaajila si’ataa fi qulqullina qabu barbaadu
|
-
Ulaagaa mirkaneessa proojektootaa
|
1.1.1. Ulaagaala projektootnni ittiin mirrkanaa’an qopheessuu
|
1.1.2. Ulaagaa gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu
|
1.1.3. Ulaagaa mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu
|
1.1.4. Ulaagaalee projeektiin ittiin mirkanaa’an maamiltootaa fi dhimmamtoot beeksisuu
|
-
Unaka/foormaatii projeektootaa akka mirkanaa’aan dhiyaataan ittiin galamaa’an qopheessuu
|
1.3. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa sakatta’uun mirkaneessuu
|
1.3.1. Projeektoota dhaabiilee miti mootummaa irra dhiyaatan fuudhuu
|
1.3.2.Dhaabbata proojeektii dhiyeeffate beellamuun gaggeessuu
|
-
Proojeektii dhiyaatee uulagaa taa’ee waliin ilaaluun xiinxaluu
|
-
Yaada siirreeffama kan qabu yoo jiraatee dhaabbatichi akka sirreeffatu gochuu
|
-
Projeektii xiinxalame hooggantuu mana hojiiff dhiyyeessuun ibsa itti kennuu
|
-
Waliigalteen proojeektii(project agreement) mallatteesisuu
|
-
Waliigaltee projeektii mallatta’ee beekksisuu
|
|
1.4.1. Waliigaltee maallattaa’ee abba dhimma beeksisuu
|
|
|
-
Waliigaltee Prokeektii mallattaa’ee garagalcha gochuu
|
-
Gargalcha Waliigaltee projeektii caasaa bakka itti raawwatamuuf xalayyaan beeksisuu
|
-
Projektoota waliigalteen raawwate hojiitti galuu hordofuu
|
1.5.1. Pirojeektoota hojii eegalanii fi hin eegaliin adda baasuu
|
-
Projeektoota haala waliigalteetiin hojii hin eegalin qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’unn akka hojitti galan taasisuu
|
-
Projektotaa hojiitti galan haala waligalteetiin raawwachaa jiraachuu isaanii sakata’uu
|
-
Projektoota hojiitti galanii haala waliigalteetiin hin raawwanne sirreffama kennuu
|
-
Dhabbilee deegaarsa taasifameen haala waliigaltee raawwachuu dadhaban qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun waligalteen akka diigamu yaada dhiyeessuu
|
-
Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran hordofuun qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu gochuu
|
-
Immaamattoo,Paakeejota,Sagantaalee fi projeektoota dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf qiyyeefaman,
-
Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii
| -
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa sasaabuun qindeessuu,
| -
Dokimeentii ragaa qophaa’ee
-
Sadarkaa fayyadammuuma dubartootaa fi daa’immanii beekkame
|
Caasaalee dhimma dubartootaa sadarkaan jiran, Dhaabilee Mit Mootummaa
Foormaatii fi tooftaalee ragaaleen saalaan adda bahee ittiin sasaabamuu fiqindaa’uu argachuu barbaadu
|
2.1. Pirojeektootaa hojiirraa jiranaii(on going projects)
|
2.1.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
2.1.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu
|
2.1.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
2.1.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa dhiyyaatan qindeessuu
|
2.1.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu
|
2.2. Pirojeektootaa xumuramanii(Terminated projects)
|
2.2.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
2.2.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu
|
2.2.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
2.2.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa dhiyyaatan qindeessuu
|
-
Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu
|
-
Fedhii fi kuttannoo Mootummaa Naannoo
-
Imaammata dhimma dubartooaa
-
Imaammatotta dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf bahan
-
Paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartootaa
| -
Pirojektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, deeggerruu qindeessuu
| -
Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’imanii mirkanaa’ee
-
Bu’a qabeessuumma projeektootaa hubatame
|
Dhaabbilee miti mootummaa
Deeggersa fi yaada sirreefamaa/ijaarsaa argachuu barbaadu,
|
3.1. Propoozaala hordoffii fi deeggersaa qopheessuu
|
3.2. Hordoffii fi deeggersa gaggeessuu
|
-
Dhaabbilee raawwii isaanitiin adda baasuu
|
-
Gabaasaa hordoffii fi deeggersaa qopheessuun maneejimeentiitiin mirkaneessisuu
|
-
Gabaasaa qophaa’ee qaama dhimmii ilaalatuuf dabarsuu,eerguu, duub deebii kennuu
|