| -
Bulchiinsa Kontrata ijaarsaa (Caalbaasii ijaarsaa gaggeessuu )
|
|
|
|
|
|
|
1
|
Sanada Caalbaasii sadarkaa gaafatamuun qopheesssuu.
Tilmaama Projeektii
-
hanaga mil 6
-
mil. 6 -10
-
mil 10 oli
|
Naannoo (Biiroo), W/ra Godinaa fi Magaalota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaatti
|
Karoora projeektichaaf qabame/ gaffii dhiyaate
|
|
4
|
|
Raawwiin caalbaasii ijaarsaa projeektoota gatiin isaanii
-
Hanga mil. 10 guyyaa hojii 26
-
Mil 10 oli guyyaa hojii 30 kessati ni raawwatama.
|
1
|
|
|
1.5
|
|
|
2
|
|
|
2
|
Gossa bitta tajaajila murtesuu
|
Sanada caalbaasii qophaa’ee dhiyaate.
|
|
1
|
|
3
|
Beeksisa baasuu ykn waamicha afeerrii dabarsu (gara pressitti ergamee maxxanfamee yeroo itti bahu)
|
2-3
|
|
|
4
|
Sanada caalbaasii gurguruu
-
hanaga mil 10
-
mil. 10 oli
|
Sanda caalbaasii yeroo beeksisaan ibsame keessatti dorgomtootan dhiyaate
|
|
|
20
|
5
|
Cufuu fi banuu
-
hanaga mil 10
-
mil. 10 oli
|
Dhuma beeksisa caalbaasii.
|
0.5
1.0
|
|
|
6
|
Gamaggamuu /Xiinxaluu fi bu’aa qaama mirkaneessuf dhiyeessuu
|
|
Caalbaasii banamee dokumeentii dhiyaate galmaa’ een booda
|
|
|
|
|
|
|
2
|
|
|
|
|
|
3
|
|
|
|
|
|
4
|
|
|
|
7
|
Bu’aa caalbaasii argame mirkaneesisuu
|
Naannoo (Biiroo), W/ra Godinaa fi Magaalota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaatti
|
Xiinxala raawwatame
|
1
|
|
|
|
8
|
Moo’ataa beeksisuu(komeen yoo jiraate yeroo itti ilaalamu)
|
Caalbaasii mirkanaa’een booda
|
1
|
|
|
9
|
Dokumeentii waliigaltee qopheessuu fi mallateesisuu. (yeroo wabiin caalbaasii dhiyaatee waliigalteen raawwatamu)
|
5
|
|
|
10
|
Iddoo ijaarsaa harkaan gahuu (site handover)
|
Waliigaltee raawwatameen booda
|
2-3
|
|
|
|
Hordoffii ijaarsaa gaggeessuu (supervision/inspection)
|
|
|
|
|
|
|
1
|
Saayitii doowwachuu fi too’annoo gaggeessuu *
-
hanaga mil 6
-
mil 6- 10
-
mil 10 oli
|
Naannoo (Biiroo, W/ra Godinaa fi Magaalota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaatti
|
Waliigalteen ijaarsaa raawwatameen hojii calaqabameen booda
|
4/ji’aan
|
|
|
Hordoffiin sagantaa isaatiin waan gaggeeffamuuf koontiraaktarri gaaffii kaffaltii dhiyeessee guyyaa 5 keessatti kaffaltiin raawwatamaaf
|
6/ji’aan
|
|
|
Guy. hunda
|
|
|
2
|
Gaaffii kaffaltii fudhachuu *
|
Safara hojii fudhatame
|
|
|
10
|
3
|
Ragaa kaffaltii xiinxaluu, qopheessuu fi mirkaneessuu *
-
hanaga mil 10
-
mil. 10-15
-
Ml. 15-20
-
Mil 20 oli
|
Naannoo (Biiroo, W/ra Godinaa fi Magaalota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaatti
|
2
|
|
|
3
|
|
|
4
|
|
|
5
|
|
|
4
|
Kaffaltii raawwachuu *
|
Kafaltii kantiibaa / A. Adeemsa hojiitin mirkanaa’ee dhiyaatu.
|
|
|
30
|
5
|
Ijaarsa xumurame walharkaafuudhinsa
raawwachuu
|
Gabaasa ijaarsa xumurameef dhiyaate
|
* 1 - 5
|
|
|
|
6
|
Ijaarsa xumurameef heyyama itti fayyadama kennuu.
|
|
1
|
|
|
|
Rakkoolee Adeemsa hojii ijaarsaa kessatti ka’u furuu
|
|
|
|
|
|
|
1
|
Gaffii fudhachuun dhimma isaa qorachuu
|
Naannoo (Biiroo, W/ra Godinaa fi Magaalota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaatti
|
Gabaasaa rakkina ibsu qulqulinaan dhiyaate
|
|
4
|
|
|
2
|
Qaama dhimmi ilaaluu waliin marii taasisuu
|
|
2
|
|
|
3
|
Marii taasifame irratti hundaa’uun yaada ogummaa kennamu qopheessuu
|
|
1
|
|
|
4
|
Furmaata kenname qaama dhimmi ilaaluf barreeffamaan kennuu
|
|
1
|
|
|
|
Ijaarsa projeektii gaggeeffamu qaama alaatin akka hojjatamu taasisuu (out sourcing contract administration and supervision parts)
|
|
|
|
|
|
|
1
|
Sanada aalbaasii sadarkaa gaafatamuun qopheessuu (qajeelfama dorgomtootaa waliin);
|
Naannoo (Biiroo, W/ra Godinaa fi Magaalota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaatti
|
Fedhii hojii ibsame fi karoora qabamee dhiyaate
|
|
4
|
|
|
2
|
Beeksisa caalbaasii qopheessuun erguu;
|
|
1
|
|
|
3
|
Sanada caalbaasii gurguruu.(yeroo beeksifni qilleensa irra turu keessatti);
|
Baaeksisa caalbaasii bahee
|
|
|
20
|
|
4
|
Baniinsa caalbaasii irratti argamuun deggersa ogummaa kennuu.(cufuu fi banuu);
|
Caalbaasii yammuu banamu baname
|
0.5
|
|
|
|
5
|
Xiinxala dokumeentii dorgomtootaa gaggeessuun bu’aa beeksisuu (Virtual team);
|
Naannoo (Biiroo, W/ra Godinaa fi Magaalota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaatti
|
Caalbaasii baname
|
5
|
|
|
|
6
|
Bu’aa caalbaasii qopheesun dorgomtoota beeksisuu;
|
Bu’aa caalbaasii mirkanaa’e
|
|
1
|
|
|
7
|
Bu’aa caalbaasii irratti komee dhiyaatu qulqulleessuun deebii kennuu;
|
Iyyata dhiyaate
|
5
|
|
|
|
8
|
Dorgomaa mo’ateef wamicha dabarsuu (letter of acceptance);
|
Mo’ataa beekkameen
|
|
1
|
|
|
9
|
Wabii raawwii hojii waliigalteef dhiyaate sirri ta’uu mirkaneessuun waliigaltee mallatteessuu;
|
Waliigaltee mallattaa’e
|
|
1
|
|
|
10
|
Iddoo hojii ijaarsaa harkaan gahuu;
|
3
|
|
|
|
11
|
Gabaasa raawwii ji’a ji’aan dhiyaatu gamaggamuu fi bakka rakkoon jiru mari’achuun furmaata kennuu;
|
Gabaasa dhiyaate
|
|
1
|
|
|
12
|
Tajaajila kennameef kafaltii gaafatamu ji’aan mirkaneessuun erguu;
|
|
1
|
|
|
13
|
Kafaltii raawwachuu;
|
Sanada mirkanaa’e
|
|
|
20
|
|
14
|
Ijaarsa xumurame wal-harkaa fuudhiinsa isa duraa raawwachuu;
|
Gabaasa xumura dhiyaate
|
4
|
|
|
|
15
|
Ijaarsa xumurame wal-harkaa fuudhiinsa isa xumraa raawwachuu;
|
4
|
|
|
|
| -
Heyyama daldala hojii ijaarsaa/gorsaa/ogummaa
kennuu
|
|
|
|
|
|
|
1
|
Iyyannoo fuudhuu, ragaa dhiyaate qulqulleessuu fi mirkaneessuu
| -
”BC/ GC 7-9” godinaa
-
BC/ GC 1-9” heeyyama kontraaktarumma, Gorsitootaa fi Ogeessotaa Hunduu Biiroo irratti ni kennama
|
Formaatii Abbaa. Dhimmaatiin guutamee fi ragaa haala manuwaalii irratti ibsameen dhiyaate
|
|
|
15
|
Heyyamni daldala hojii ijaarsaa gaaffiin dhiyaatee daqiiqaa 40 gadi ta’e keessatti kennama
|
2
|
Kaffaltii harkaa fuudhuu
|
Ajaja kafaltii foormii guutamee dhiyaateen
|
|
|
5
|
3
|
Galmeessuu fi ragaa heyyama kennuu
|
Nagahee kafaltii dhiyaate.
|
|
|
15
|
4
|
Data kompitaran gurmeessuu
|
|
|
|
|
5
|
|