Biiroo Industrii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa



Yüklə 1,05 Mb.
səhifə11/11
tarix03.01.2019
ölçüsü1,05 Mb.
#89860
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11


Hubachiisa : * Iddoo mallattoo kana jiru irratti deddeebin kan gaafatamudha.(repeatedly)


Gabatee 12: Gurmaa’iinsa fi gahee hojii (pin point responsibility) :

Adeemsa hojiiwwan ijoo jalqabaa hanga dhumaatti (Series of activities and steps in the process from start to finish)

Hojii walitti qabamee gurmaa’e


Ogummaa fi gahumsa hojichaaf barbaachisu (Minimum Requirements)

Nama hojicha hojjetu

Waamama gita hojii

Baay’ina humna namaa

Biiroo

Godina

Magaalaa sadarkaan

ganda

1

2A

2B

3

4




  1. Bulchiinsa Kontraataa (Bittaa Ijaarsaa gaggeessuu)


































  1. Sanada Caalbaasii sadarkaa gaafatamuun qopheesssuu.

Beeksisa baasuu, Sanada caalbaasii qopheessuu, Sanada caalbaasii gurguruu,

  • Buil. Engineer

  • Const. Enginer

  • Civil Engineer

Advance Dip./BSC

Muuxannoo 6/4



Raawwataa B.K. + quantity surveyor +cashier




















  1. Gossa bitaa tajajiilaa murteesuu

  1. Beeksisa baasuu.

  1. Sanada caalbaasii gurguruu.

  1. Cufuu fi banuu

































  1. Xiinxaluu fi moo’attoota filachuufilachuu.




Gossa bitaa tajajiilaa murteesuu, Moo’ataa beeksisuu, waliigaltee mallateessuu,



  • Const. Enginer

  • Civil Engineer

BSC Muuxannoo Biiroof 8, Godinaaf 6 Bulch. Magaalaa 4

Abbaa Adeemsa biiroo irratti+Godina/Mag. irratti R.B.Kontraataa














-

-


  1. Moo’ataa beeksisuu.




  1. Dokumeentii waliigaltee qopheessuu fi mallateesisuu.




  1. Iddoo ijaarsaa harkaan gahuu (site handover



Iddoo ijaarsaa harkaan gahuu (site handover),Hordoffii ijaarsaa

gaggeessuu, Hojii hojjatameef kafaltii gafatamu xiinxaluun mirkaneessuu,



  • Const. Enginer

  • Sanitary engineer

  • Electrical engineer

  • Civil Engineer

BSC Muuxannoo Biiroof 8, Godinaaf 6 Bulch. Magaalaa 4



Raawwataa hordoffii ijaarsaa

















  1. Hordoffii ijaarsaa gaggeessuu.

  1. Hojii hojjatameef kafaltii gafatamu xiinxaluun mirkaneessuu

  1. Ijaarsa xumuramee walharkaa fudhiinsa isa duraa gaggeessuu.

Ijaarsa xumuramee wal-harkaa fudhiinsa isa duraa/dhumaa gaggeessuu, Ijaarsa xumurameef heyyama itti fayyadama kennuu

  • Architect

  • Const. Enginer

  • Sanitary engineer

  • Electrical engineer

  • Civil Engineer




Virtual Team























  1. Ijaarsa xumuramee walharkaa fudhiinsa isa dhumaa gaggeessuu.

  1. Ijaarsa xumurameef heyyama itti fayyadama kennuu.




Cufuu fi banuu, Xiinxaluu fi mo’ ataa filachuu, Dokumeentii waliigaltee qopheessuu


  • Buil. Engineer

  • Const. Enginer

  • Civil Engineer

Advance Dip./BSC

(Biiroof/Godinaaf)

Muux. Waggaa 10/8

B.Magalaa irratti 8/6



Raawwataa Bulchiinsa kontraataa






















II. Heyyama Daldala hojii Ijaarsaa fi Ogummaa Kennuu



































  1. Iyyannoo fuudhuu fi ragaa qulqulleessuu.

  2. Kaffaltii harkaa fuudhuu

  3. Galmeessuu fi heyyama kennuu.

  4. Data kompitaraan gurmeessuu

Iyyannoo fuudhuu fi ragaa qulqulleessuu.

Galmeessuu fi heyyama kennuu.

Data kompitaraan gurmeessuu


Civil /Construction/ Building Engineer

Muuxannoo 6/4



Raawwataa kenna heeyyamaa























“Adv. Dip. Civil / Const. Building Engineer” Muux. 4

Raawwataa Galmee heeyyamaa

Kaffaltii harkaa fuudhuu


“casher”


“casher”


X

X



















III. Galmee Meeshaalee Ijaarsaa.


































Gaaffii galmee guutamee dhiyaatu ilaaluun sirri ta’uu isaa mirkaneessuu;

Gaaffii galmee guutamee dhiyaatu ilaaluun sirri ta’uu isaa mirkaneessuu;

Ragaa gahuumsaa mirkanaa’ee dhiyaate qulqulleessuu;

Waraqaa ragaa kennamu qopheessun kennuu;


Civil /Construction/ Building Engineer

Muuxannoo 6/4




Raawwataa Galmee heeyyamaa























Ragaa gahuumsaa mirkanaa’ee dhiyaate qulqulleessuu;

Waraqaa ragaa kennamu qopheessun kennuu;

IV. Hordoffii hojii Bulchiinsa Kontraataa.

































  1. Gabaasa raawwii hojii ijaarsaa fudhachuu

  2. Gabaasa raawwii hojii gamaggamuu.

  3. Dirree bahuun raawwii hojii ilaaluu.

  4. Marii qaama dhimmi ilaalu waliin taasisuu.

  5. Siirreeffama raawwii hojii irratti kenname beeksisuu.

  6. Galmee ijaarsa projeektootaa qindeessuu



Gabaasa raawwii hojii fudhachuu

Gabaasa raawwii gamaggamuu.

Dirree bahuun raawwii hojii ilaaluu.

Marii qaama dhimmi ilaalu waliin taasisuu.

Siirreeffama raawwii hojii taasisuu.


  • Const. Enginer

  • Civil Engineer

Dip /BSC. Muuxannoo 8/6 Biiroof

6/4 Godinaaf/ Bul. Magaalaa 1ffaa fi 2ffaa.





Raawwataa Bulchiinsa Kontraata ijaarsaa





















  1. Deggersa Ogummaa


































  1. Gaaffii dhiyaate




Gaaffii dhiyaate; Dhimma gaaffin irratti dhiyaate adda baasuu; Ogeessa ramaduun akka qoratamu taasisuu; Qorannaa gaggeeffame irratti marii taasisuu fi furmaata kenname qaama gaafatame beeksisuu.



  • Const. Enginer

  • Civil Engineer

Ad.dip. /BSC Muuxannoo 10 Biiroof

6/4 Godinaaf/ Bul.




Raawwataa hordoffii ijaarsaa
























  1. Dhimma gaaffin irratti dhiyaate adda baasuu.




  1. Ogeessa ramaduun akka qoratamu taasisuu

  1. Qorannaa gaggeeffame irratti marii taasisuu fi furmaata kenname qaama gaafatame beeksisuu.

√ Iddoo mallattoon akkanaa jirutti namini tokko iddoo hedduu hojjata (multiple membership)

X Iddoo mallattoon akkanaa jirutti hojjetoota Adeemsa Hojii Degrsaa Irra dhufuun kan hojatamu taha


Gabatee 12: Waliigala Humna Namaa Adeemsaaf barbaachisu

Lakk

Waamama Gita Hojii

Baay’ina Gita Hojii

Naannoo

(Biiroo)

Godina

Magaalaa

Ganda

Sad. 1

Sad. 2A

Sad. 2A”

Sad. 2B

Sad. 2B”

Sad. 3

Sad. 4

Mag. 1

Mag.2A

1

Abbaa adeemsa hojii Bulchiinsa K.Ijaarsaa To’annaa fi galmee



1

-

-



















-

-

2

Haala Mijeesituu

1































3

”Quantity Surveyor”

2

2

2

1

1

1

1

1

1

-

-

4

”Cashier”

X

X

X

X

X

X

X

X

X

X

X

5

”Electrical Engineer”

1

-

1

-




-




-

-

-

-

6

”Sanitary Engineer”

1

1

1

1




-




-

-

-

-

7

”Const./Civil/ Building Engineer”

10

2

1

2

2

1

1

1

-

-

-

8

Raawwataa Kenna heyyama

1

1

-

-




-




-

-

-

-

9

Raawwataa Galmee heeyyamaa

1








































-

-

-




-




-

-

-

-




Ida’ama

18

6

5

4

3

2

2

2











Hubachiisa : X Iddoo mallattoon akkanaa jirutti hojjetoota Adeemsa Hojii Degrsaa Irra dhufuun kan hojatamu taha

Magaalaa Sad. 2A” :- Galaan, Laga-xaafoo fi Suluultaa

Magaalaa Sad. 2B” :- MOJOO

    1. CAASEFFAMA ADEEMSA HOJII

          1. Caaseffama Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa To’annoo fi Galmee

sadarkaa Naannoottii (BIMM)







Hogganaa BIMMO




Damee Dizaayinii fi Ijaarsaa



Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa To’ annoo fi Galmee



Garee kenna heeyyamaa fi Galmee


Garee Bulchiinsa kontraataa Ijaarsaa fi To’annoo



B. Caaseffama Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa To’annoo fi Galmee

Sadarkaa Godinaatti (WIMMG)





Hogganaa Waajira Industirii fi M. Magaalaa Godinaa




Adeemsa Hojii Dizaayinii fi Konstraakshinii



Dhimma Bulchiinsa kontraataa fi Galmee




  1. Caaseffama Adeemsa Hojii Xiqqaa Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa fi To’annoo

Bulchiinsa Magaalota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaatti





Kantiibaa


Hojii gaggeessaa




A/H/Dizaayinii fi Konstraakshinii



Dhimma Qophii, mirkaneessa fi wal simsiisa dizaayinii

Dhimma Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa fi To’annoo




  1. Caaseffama Adeemsa Hojii Xiqqaa Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa fi To’annoo

Bulchiinsa Magaalota sadarkaa 3ffaa fi 4ffaatti




Waajjira Bulchiinsa Magaalaa




Kantiibaa




A/H/Bu’ura Misoomaa, Dizaayinii fi Konstraakshinii



4.5 Wal-Qunnamtii Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontraataa Ijaarsaa To’annoo fi Galmee

(Interfaces)

Mootummaa Naannoo Oromiyaa




Komishinii Investmeentii Oromiyaa




Adeemsa Hojii Deggertootaa BIMM


Biiroo Mallaqaa fi Misooma Diinagdee Oromiyaa




Abbootii Projeektii Dhuunfaa Naannoo keessatti Ijaarsa hojjatan



Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontraataa Ijaarsaa To’annoo fi Galmee

Ijaarsaa



Biiroolee fi waajjiroota Oromiyaa



Godinoota IMM




Ministeera

KMM Federaalaa



Kontraaktaroota, Gorsitoota fi “Professionals”


4.6 Gahee Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontraataa Ijaarsaa To’annoo fi Galmee Sadarkaa Biirootti


Lakk

Minimum Requirements

Wamama

Gita Hojii

Gahee Hojii

1

  • Const. Enginer

  • Civil Engineer

BSC Muuxannoo Biiroo 10,

Abbaa Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa To’annoo fi Galmee

  • Abbaa adeemsa hojii ta’ee adeemsa hojiichaa jalqabaa haga xummuraatii ni gaggeessa, (End to end) deemuu isaa ni mirkaneessa.

  • Adeemsa hojichaaf humna namaa barbaachisu baayinaa fi gosaan addaan baasee akka guutamuu ni taasiisa, iddoo hojii mijaawaa hojjettootaaf ni uuma.

  • Leecaalee /resourse/ hojiidhaaf barbaachisu qorachuun tuutaaf ni dhiheessa/ni raabsa/.Itti fayyadama isaas ni mirkaneessa.

  • Karoora hojii adeemsa hojiichaa tuutan (case team) hojjatamu miseensoota tuuta wajjin ni qopheessa akkaataa istaandaardii baheen qoduun miseensa tokkoo tokkoo waliin walii mallatessa, raawwii isaas ni hordofa.

  • Hojii tuutaa ni qindeessa, ni deeggara, raawwii isaaf haala ni mijeessa, bu’aa hojjatoota ni eega (ni eegsiisa).

  • Miseensota Tuutaa ni gorsa, muuxannoo akka wal irraa argatan ni godha.

  • Hir’ina raawwii, hanqiina dandettii fi fedhii hojjettootaa qorachuudhaan sagantaa leenji fi wal-jijjiirraa muuxannoo qoheessuun hojii irra ni oolcha.

  • Hanqinaa fi cimina hojii irratti mudatu qoratee addaan baasuu fi yaada furmaataa kaa’uudhaan tuutaawwan ni mari"ahiisa, ojii irra ooluu isaa ni hordofa.

  • Adeemsa hojichaa irra deebi’ee ni kurfeessa (design and redesign the process)

  • Odeefannoowwan yeroo yeroodhaan tuutaawwan irraa walitii qabuu fi kurfeesuun faayidaa irra olcha, ragaa (data) kompiyutar irratii qindaawee galuu issa ni mirkaneefata, bakka hanqinii jirutii akka sira’u ni taasiisa.

  • Kakka’umsa hojii tuuta fi dhunfaa cimsuuf tooftaalee wiixinessee hojii irra olcha.

  • Madaalii hojii bu’aa irratii hundaa’ee ni gaggeessa, qabxii bu’aa madaalii yeroon ni ibsa, hojjatoota (performer) wajjin irrattii waliigala.

  • Tuuta manajmantii keessatti Tuuta bakka bu’ee ni hirmaata.

  • Adeemsiichii hojii keesatii tajaajilii kennamu yeroon, qulqullina, baasii xiiqqaa fi baayina karoorfameen hojii irra oluu isaa ni mirkanessa.

  • Qajeelfama/ seera faayinaansii irraatti hundaa’ee baasiwwan adeemsa hojii tiif oolan mallteessuun kafaltiin akka raawwatu ni ajaja.






Lakk.

Minimum Requirements

Wamama Gita Hojii

Gahee Hojii

2.

Secretarial science Dip/BA

Muuxannoo 6/4



Haala Mijeestuu


  • Meshaalee dhumaa raawwii hojii adeemsaaf barbaachisu tarreessuun akka dhiyaatu taasisuu fi yammuu dhiyaatu hojjataaf raapsuu.

  • Xalayoota abbaa dhimmaatin dhiyaatu galmeessuun yeroo gabaabaa keessatti hojjataa dhimma isaa ilaaluuf dabarsuu.

  • Raawwii hojiitiif barreeffama qophaa’u yeroo gabaabaa keessatti barreessun kennuu,

  • Gabaasa raawwii hojiitiif yeroo yeroon qophaa’u galmee keessatti qabamee akka taa’u gochuu fi yeroo barbaadamu dhiyeessuu.

  • Abbootii dhimmaa tajaajila adda addaatiif dhufan dhimma tajaajilamuu barbaadan gaafachuun gara dhimmi ilaalutti dabarsuu ykn odeeffannoo barbaachisu kennu.

  • Xalayoota galii fi bahii ta’an galmeen qabameen gara dhimmi ilaalutti akka ergamu taasisuu.

  • Informeeshinii bilblaan gaafatamuu gara barbaadamutti akka darbu taasisuu ykn deebii kennuu.

  • Hojilee dabalataa Biiroo ykn ittigaafatamaa hojii dhiyootin kennamu raawwachuu



3

  • Buil./Const./

  • Civil Engineer

Advance Dip./BSC

Muuxannoo 8/6



Raawwataa Bulchiinsa kontraata ijaarsaa

”Quantity Surveyor”



  1. Karooraa fi Gabaasa raawwii hojii kan ji'aa fi kurmaanaa yeroo dhiyaachuuf malu keessatti qopheessuun dhiyeessuu.

  2. Karoora raawwii hojii akkaataa karoora qabameen raawwatamuu isaa hordofuu fi rakkina hojii qunnamuuf furmaata waliin dhiyeessuu;.

  3. Qajeelfama bittaa mootummaa (procurement of works) fi kan biro sadarkaa fedaraalatti bahan hojii irra akka oolan taasisuu, raawwii isaanii hordofuu, hanqina irratti muldhatu adda baasuun dhiyeessuu.

  4. Pirojeektoota baajata Mootummaatiin naannoo keessatti gaggeeffamuuf caalbaasii adeemsifamu dokumeentin guutuu ta’uu, dorgomtoonni hundi haala hirmaachisu ta’uu, Baniinsa caalbaasii irratti argamuun deggersa taasisuu.

  5. Raawwii ijaarsa projeektootaa haala dizaayinii fi sanada waliigalteen sadarkaa qulqulina isaa eegee yeroo waliigaltee keessa raawwatamuu isaa hordofuu.

  6. Gatiin meeshaalee ijaarsaa yeroo yeroodhan qorachuun gaaffii gatii hojii ijaarsaa garaa-garuummaa dhiyaatu xiinxaluun mirkaneessuu.

  7. Ragaa /data/ adeemsa hojii bulchiinsa kontraata ijaarsaa ilaalchisee raawwatame kompitara irratii galchuun gabaasa yammuu barbaadamu kennuu

  8. Rakkoolee adeemsa hojii keessatti umaman itti gaafatamaa hojii dhiyootiif dhiyeessun furmaata akka kennamu taasisuu.

  9. Hojiilee dabalataa Biiroon ykn itti gaafatamaa dhiyootiin kennamuu rawwachuu, hojii raawwataan tokko hojjachaa ture osoo hin ximuramin sababa adda addatin hafe bakka bu’uun hojjachuu,

  10. Hojii koreen akka hojjatamu irratti waliigalame akka miseensa koree tokkoo ta’uun hojjachuu, hojiiwwan akka raawwatamu itti kennamu yeroo raawwachuuf taa’e keessatti dogongora takko malee raawwachuun dhiyeessuu;

  11. Abbootii dhimmaa tajaajila argachuuf dhufan simachuun qulqulinaan, amanumaan, iftoominaan yeroo gababaa keessatti tajaajila akka argatan hojjachuu.

4

  • Buil./Const./

  • Civil Engineer

Advance Dip./BSC

Muuxannoo 8/6



Raawwataa Bulchiinsa kontraataa

  1. Karooraa fi Gabaasa raawwii hojii kan ji'aa fi kurmaanaa yeroo dhiyaachuuf malu keessatti qopheessuun dhiyeessuu.

  2. Karoora raawwii hojii akkaataa karoora qabameen raawwatamuu isaa hordofuu fi rakkina hojii qunnamuuf furmaata waliin dhiyeessuu;.

  3. Qajeelfama bittaa mootummaa (procurement of works) fi kan biro sadarkaa Fedaraalatti bahan hojii irra akka oolan taasisuu, raawwii isaanii hordofuu, hanqina irratti muldhatu adda baasuun dhiyeessuu.

  4. Pirojeektoota baajata Mootummaatiin naannoo keessatti gaggeeffamuuf caalbaasii adeemsifamu dokumeentin guutuu ta’uu, dorgomtoonni hundi haala hirmaachisu ta’uu, Baniinsa caalbaasii irratti argamuun.

  5. Gatiin hojii dabalataaf dhiyaatee akkataa qajeelfama bittaa mootummaatin raawwatamuu danda’uu fi dhiisuu isaa fi baajata hojii ijaarsaa dabaltaaf barbaachisu abbaan projeektchaatiin qabamuu isaa hordoffuu.

  6. Raawwii ijaarsa projeektootaa haala dizaayinii fi sanada waliigalteen sadarkaa qulqulina isaa eegee yeroo waliigaltee keessa raawwatamuu isaa hordofuu

  7. Gatiin meeshaalee ijaarsaa yeroo yeroodhan qorachuun gaaffii gatii hojii ijaarsaa garaa-garuummaa dhiyaatu xiinxaluun mirkaneessuu.

  8. Ragaa /data/ adeemsa hojii bulchiinsa kontraata ijaarsaa ilaalchisee raawwatame kompitara irratii galchuun gabaasa yammuu barbaadamu kennuu

  9. Rakkoolee adeemsa hojii keessatti umaman itti gaafatamaa hojii dhiyootiif dhiyeessun furmaata akka kennamu taasisuu.

  10. Hojiilee dabalataa Biiroon ykn itti gaafatamaa dhiyootiin kennamuu rawwachuu, hojii raawwataan tokko hojjachaa ture osoo hin ximuramin sababa adda addatin hafe bakka bu’uun hojjachuu,

  11. Hojii koreen akka hojjatamu irratti waliigalame akka miseensa koree tokkoo ta’uun hojjachuu, hojiiwwan akka raawwatamu itti kennamu yeroo raawwachuuf taa’e keessatti dogongora takko malee raawwachuun dhiyeessuu;

  12. Abbootii dhimmaa tajaajila argachuuf dhufan simachuun qulqulinaan, amanumaan, iftoom-inaan yeroo gababaa keessatti tajaajila akka argatan hojjachuu

5

  • Buil./Const./Civil Engineer

  • Electrical engineer/ Sanitary Engineer

Advance Dip./BSC

Muuxannoo 8/6



Raawwataa hordoffii ijaarsaa

  1. Karooraa fi gabaasa raawwii hojii kan ji'aa fi kurmaanaa yeroo dhiyaachuuf malu keessatti qopheessuun dhiyeessuu, raawwii hojii karoora qabame waliin madaaluun rakkoo hojii adeemsa keessatti muldhatu.

  2. Ijaarsa projeektoota akkataa dizaayinii fi waliigaltee umameen sadarkaa qulqulina barbaadame eeggamee kan hojjatame, yeroo waliigaltee uumameen hojjatamee xumuramuu hordofuun, yammuu xumuramu

  3. Hojii akkataa dizaayinii fi waligalteen hoojjatameef safara fudhatamee kafaltii qopaa’ee dhiyaatu xiinxaluun mirkaneessuun dhiyeessuu.

  4. Hojii akkataa dizaayinii fi waligalteen hoojjatameef safara fudhatamee kafaltii qopaa’ee dhiyaatu xiinxaluun mirkaneessuun dhiyeessuu.

  5. Projeektii gurguddo kan akka kolleejjii fi hosptaalaa ta’an to’ataa ijaarsaa (RE) abbaa projeektichaan ramadee kan to’atamu ta’uu hordofuu, projeektii dhaabbata Gorsaan (consultant) hordofamaa jiran inspeekshinii gaggeessu.

  6. Gatiin meeshaalee ijaarsaa yeroo yeroodhan qorachuun gaaffii gatii hojii ijaarsaa garaa-garuummaa dhiyaatu xiinxaluun mirkaneessuu.

  7. Kontraaktaroota ijaarsaa projeektootaa irratti hirmaatanii hojjachaa jiran raawwii hojii isaanii (performance evaluation) qopheessuun gamaggamuuf ulaagaa baasuun akka hojii irra oolu hordofuu, Kontraaktaroota sadarkaa kaa’amee gadi kan raawwatan hojii ijaarsa projeektii irratti akka hin hirmaanne hordofuu.

  8. Qajeelfama adeemsa to’annoo ijaarsaa irratti foyya’iinsa godhamu yeroo yeroon qorachuun yaada waliin dhiyeessuu.

  9. Gatiin hojii dabalataaf hojii ijaarsaa irratti dhiyaatu akkataa qajeelfama bittaa mootummaatin raawwatamuu danda’uu fi dhiisuu isaa fi baajata hojii ijaarsaa dabaltaaf barbaachisu abbaan projeektchaatiin qabamuu isaa hordoffuu.

  10. Ragaa /data/ adeemsa hojii bulchiinsa kontraata ijaarsaa ilaalchisee raawwatame kompitara irratii galchuun gabaasa yammuu barbaadamu kennuu.

  11. Rakkoolee adeemsa hojii keessatti umaman itti gaafatamaa hojii dhiyootiif dhiyeessun irratti mari'atamee furmaata akka kennamu taasisuu.

  12. Hojiilee dabalataa Biiroon ykn itti gaafatamaa dhiyootiin kennamuu rawwachuu, hojii raawwataan tokko hojjachaa ture osoo hin ximuramin sababa adda addatin hafe bakka bu’uun hojjachuu,

  13. Abbootii dhimmaa tajaajila argachuuf dhufan simachuun qulqulinaan, amanumaan, iftoominaan yeroo gababaa keessatti tajaajila ga'huumsa qabu akka argatan hojjachuu.

  14. Hojii koreen akka hojjatamu irratti waliigalame akka miseensa koree ta’uun hojjachuu, hojii tti kennamu yeroo hojii raawwachuuf taa’e keessatti dogongora takko malee raawwachuun dhiyeessuu;


6


Civil /Construction/ Building Engineer Adv. Dip./BSC

Muuxannoo waggaa 6/4




Raawwataa kenna heeyyamaa.

/Raawwataa Galmee heeyyamaa




  1. Karooraa fi gabaasa raawwii hojii kan ji'aa fi kurmaanaa yeroo dhiyaachuuf malu keessatti qopheessuun dhiyeessuu, raawwii hojii karoora qabame waliin madaaluun rakkoo adeemsa hojii keessatti muldhatu furmaata kennuu;Tajaajilli saffisaa, qulqulluu fi haqa qabeessa ta’e akka kennamu gahee irraa eeggamu bahuu.

  2. Gaaffiin heeyyama Kontiraaktarummaa, Gorsaa fi Ogummaa (professional license) ragaa dhiyaatu gamaggamuudhaan haraawaa kennuu, haaromsuu, sadarka oli gudisuu, galmeessuun daataa qabachuu;

  3. Heyyama kenname seera fi koodi naamusaa/code of ethics/ ala itti fayadaman jedhamee yoo amaname akka haqamu taasisuu;

  4. Kontiraaktaroota, Gorsitoota, Ogeessota heeyyama fudhatan galmeen isaanii hala teeknolojii ammayyaatiin qabamee akka taa’u fi yammuu gabaasa gaafatame yeroo gababa kessatti haala itti dhiyaatu mijeessuu

  5. Abbootii dhimmaa tajaajila argachuuf dhufan simachuun qulqulinaan, amanumaan, iftoominaan yeroo gababaa keessatti tajaajila gahuumsa qabu akka argatan hojjachuu.

  6. Kenna heeyyamaa raawwatamu ilaalchisee qajeelfama darbu qorachuun hojii irra akka oolu taasisuu.

  7. Abbootii dhimmaa tajaajila argachuuf dhufan simachuun qulqulinaan, amanumaan, iftoominaan yeroo gababaa keessatti tajaajila gahuumsa qabu akka argatan hojjachuu.

  8. Hojiilee dabalataa Biiroon ykn Itti gaafatamaa dhiyootiin kennamuu rawwachuu,

  9. Hojii itti kennamu yeroo hojii raawwachuuf taa’e keessatti dogongora takko malee raawwachuun dhiyeessuu;

  10. Ragaa fi odeeffannoo kenna heeyyama ijaarsaa qindeessee kompitaraan ni qaba dhimmaa barbaadameef yammuu gaafatamu ni kenna.

  11. Hojii koreen akka hojjatamu irratti waliigalame akka miseensa koree ta’uun hojjachuu, hojii tti kennamu yeroo hojii raawwachuuf taa’e keessatti dogongora takko malee raawwachuun dhiyeessuu;


Ga’ee Hojii sadarkaa adda addaa jiraniif
I) Hojiiwwan Sadarkaa Naannoo (Biiroo), Godinaa fi Bulchiinsa Magaalaatti Hojjetaman
A. Hojiiwwan Sadarkaa Biiroo Industirii fi Misooma Magaalaatti hojjataman.

  1. Imaammata, Danbiiwwan, Seerotaa fi Qajeelfamoota Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa fi To’ annoo ilaallatan baasuun hojii irra akka oolan ni taasisa. Raawwii isaa hordofuu.

  2. Adeemssa hojichaa yeroo yerootti ni qorata, irradeebi’anii ni kurfeessuu.

  3. Raawwii hojii ademsichaa duukaa bu'uun magaalota ni gorsa, ni jajjabeessa deeggarsa ni kenna /coaching/

  4. Teeknolojii haaraa adeemsa Hojii kanaaf fayyadan qorachuun gara magaalotaatti ni diriirsa.

  5. Waldhabdee adeemsa hojii ijaarsa kontraaktara fi abbaa projeektii jiddu irratti dhufu ni hiika. /Conflict resolution/

  6. Istaandaardii fi Koodii ijaarsaa hojii irra oolmaa issaas ni hordofa bakka hanqina gahuumsaa jiru irratti ibsa ni kenna.

  7. Ogeessota adeemsa industrii ijaarsaa keessatti hirmaachuuf gurmaa’ aniif deggersa akka kennamuuf ni taasisa.

  8. Hayyama Kontraaktarummaa gorsitootaa fi ogeessotaa sadarkaa hundinu ni kenna/ ni haaromsa.

  9. Heyyama kontraaktarummaa/ogummaa qaamota argatanii industrii ijaarsaa irratti bobba’anii jiran akkataa disipliinii ogummaa jiruun hojjachuu isaanii ni hordofa bakka rakkoo uumanii jiran irratti tarkaanfii sirreeffama ni fudhata ykn heeyyamni isaanii akka haqamu ni taasisa.

  10. Hordoffii /supervision & Inspection/ Projeektotaa naannoo keessatti hojjatamu irratti ni gaggeessa.

  11. Wal-harkaa fuudhiinsa ijaarsa Projeektota xumuraman ni raawwata. Ragga ga’umsa tajaajilaa akka kennamu ni taasisa.

  12. Galmee waggaa ogummaa fi meeshaalee ijaarsaa naannoo keessa jiran ni gaggeessa dataa galmee ni qabata.

B. Hojiiwwan sadarkaa waajjira Industirii fi misooma Magaalaa Godinaa irratti hojjataman.


  1. Magaalota sad.3ffa fi 4ffaa raawwii isaanii duukaa bu’uun gorsaa fi deeggarsa ni kenna/coaching/

  2. Teeknoloojiin haaraan bulchiinsa magaalootaa sadarkaa 3ffaa fi 4ffaa keessattii hojii irra akka oolu deeggarsa ni kenna.

  3. Magaalota sad. 3ffaa fi 4ffaa leenjjii fi worki shooppii addaaddaa qopheessuun humna raawwachiisummaa magaalotaa ni cimsa.

  4. Hayyama Kontraaktarummaa sadarkaa 7 - 9 jiru ni kennama.

  5. Heyyama kontraaktarummaa/ogummaa qaamota argatanii industrii ijaarsaa irratti bobba’anii jiran akkataa disipliinii ogummaa jiruun hojjachuu isaanii ni hordofa bakka rakkoo uumanii jiran irratti tarkaanfii sirreeffama akka fudhatamuu gabaasa Biiroof ni dabarsa.

C. Hojiiwwana Sadarkaa Magaalaatti Hojjetaman.


  • Magaalotiin sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa deggersi Biiroo irraa barbaadan kan akka qajeelfamootaa akkuma jirutti ta’ee ijaarsa projeektoota gaggeeffamu irratti rakkolee bulchiinsa ijaarsaa ilaallatan hunda deggersi ogummaa ni kennama.

  • Magaalotiin sadarkaa 3ffaa fi 4ffaa deeggersi teeknikaa kan kennamuuf waajjira Godinaa irraa waan ta’uuf humna godinaan ala waantoota ta’an deggersi Biiroo irra akka kennamu ta’a.



              1. Gahee Hojii Abbaa Adeemsa Hojii (Process Owner)




  • Abbaa adeemsa hojii ta’ee adeemsa hojiichaa jalqabaa hanga xumuraatti ni gaggeessa.

  • Adeemsa hojichaaf humna namaa barbaachisu baayinaa fi gosaan addaan baasee akka guutamu ni taasisa.

  • Leecaalee /resourse/ hojiidhaaf barbaachisu qorachuun tuutaaf ni dhiheessa/ni raabsa/.Itti fayyadama isaas ni mirkaneessa.

  • Karoora hojii adeemsa hojichaa tuutaan (case team) hojjatamu miseensota tuutaa wajjin ni qopheessa, akkaataa istaandaardii baheen qooduun tokkoo tokkoo miseensaa waliin walii mallatteessa, raawwii isaas ni hordofa.

  • Hojii tuutaa ni qindeessa, ni deeggara, raawwii isaaf haala ni mijeessa.

  • Miseensota Tuutaa ni gorsa, muuxannoo akka wal irraa argatan ni godha.

  • Hir’ina raawwii, hanqina dandeettii fi fedhii hojjettootaa qorachuudhaan sagantaa leenjii fi wal jijjiirraa muuxxannoo qoheessuun hojii irra ni oolcha.

  • Hanqinaa fi cimina hojii irratti mudatu qoratee addaan baasuu fi yaada furmaataa kaa’uudhaan tuutaawwan ni mar’achiisa, hojii irra ooluu isaa ni hordofa.

  • Iddoo hojii mijaawaa hojjettootaaf ni uuma.

  • Adeemsa hojichaa jalqabaa hanga xumuraa /End to end / deemuu isaa ni mirkaneessa.

  • Adeemsa hojichaa irra deebi’ee ni kurfeessa/design and redesign the process/

  • Odeefannoowwan yeroo yeroodhaan tuutaawwan irraa walitti qabuu fi kurfeessuun faayidaa irra oolcha.

  • Kaka’umsa hojii tuutaa fi dhuunfaa cimsuuf tooftaalee wixinessee hojii irra oolcha.

  • Madaallii hojii bu’aa irratti hundaa’ee ni gaggeessa, qabxii bu’aa madaallii yeroon ni ibsa, hojjattoota (performer) wajjin irratti waliigala.

  • Bu’aa hojjattootaa ni eega/ni eegsiisa/

  • Tuuta manaajimantii keessatti adeemsa bakka bu’ee ni hirmaata.

  • Adeemsichi hojii keessatti tajaajilli kennamu yeroon, qulqullina, baasii xiqqaa fi baayina karoorfameen hojii irra ooluu isaa ni mirkaneessa.

  • Qajeelfama/seera faayinaansii irratti hundaa’ee baasiwwan adeemsa hojiitiif oolan mallatteessuun kaffaltiin akka raawwatu ni ajaja.

  • Ragaa/data/ kompuutara irratti qindaa’ee galuu isaa ni mirkaneeffata, bakka hanqinni jirutti akka sirraa’u ni taasisa.


Dandeettii waliigalaa.


  • Dandeettii hogganuu, qindeessuu fi raawwachuu.

  • Yaada rimee dhimma bulchiinsa magaalaa irratti hubannoo kan qabu.

  • Sagantaa fooyya’inssa siviil sarvisii irratti hubannoo kan qabu fi galma ga’iinsa jijjiirama bu’uura adeemsa hojiitiif kutannoo kan qabu.

  • Imaammataa fi Qajeelfama Misooma magaalaaa irratti hubannoo gahaa kan qabu.

  1. Gahee hojii raawwataa Bulchiinsa Kontraata ijaarsaa




  • Karooraa fi Gabaasa raawwii hojii kan ji'aa fi kurmaanaa yeroo dhiyaachuuf malu keessatti qopheessuun dhiyeessuu.

  • Karoora raawwii hojii akkaataa karoora qabameen raawwatamuu isaa hordofuu fi rakkina hojii qunnamuuf furmaata waliin dhiyeessuu;.

  • Qajeelfama bittaa mootummaa (procurement of works) fi kan biro sadarkaa Fedaraalatti bahan hojii irra akka oolan taasisuu, raawwii isaanii hordofuu, hanqina irratti muldhatu adda baasuun dhiyeessuu.

  • Pirojeektoota baajata Mootummaatiin naannoo keessatti gaggeeffamuuf caalbaasii adeemsifamu dokumeentin guutuu ta’uu, dorgomtoonni hundi haala hirmaachisu ta’uu, Baniinsa caalbaasii irratti argamuun.

  • Gatiin hojii dabalataaf dhiyaatee akkataa qajeelfama bittaa mootummaatin raawwatamuu danda’uu fi dhiisuu isaa fi baajata hojii ijaarsaa dabaltaaf barbaachisu abbaan projeektchaatiin qabamuu isaa hordoffuu.

  • Raawwii ijaarsa projeektootaa haala dizaayinii fi sanada waliigalteen sadarkaa qulqulina isaa eegee yeroo waliigaltee keessa raawwatamuu isaa hordofuu

  • Gatiin meeshaalee ijaarsaa yeroo yeroodhan qorachuun gaaffii gatii hojii ijaarsaa garaa-garuummaa dhiyaatu xiinxaluun mirkaneessuu.

  • Ragaa /data/ adeemsa hojii bulchiinsa kontraata ijaarsaa ilaalchisee raawwatame kompitara irratii galchuun gabaasa yammuu barbaadamu kennuu

  • Rakkoolee adeemsa hojii keessatti umaman itti gaafatamaa hojii dhiyootiif dhiyeessun furmaata akka kennamu taasisuu.

  • Hojiilee dabalataa Biiroon ykn itti gaafatamaa dhiyootiin kennamuu rawwachuu, hojii raawwataan tokko hojjachaa ture osoo hin ximuramin sababa adda addatin hafe bakka bu’uun hojjachuu,

  • Hojii koreen akka hojjatamu irratti waliigalame akka miseensa koree tokkoo ta’uun hojjachuu, hojiiwwan akka raawwatamu itti kennamu yeroo raawwachuuf taa’e keessatti dogongora takko malee raawwachuun dhiyeessuu;

  • Abbootii dhimmaa tajaajila argachuuf dhufan simachuun qulqulinaan, amanumaan, iftoominaan yeroo gababaa keessatti tajaajila akka argatan hojjachuu




  1. Gahee hojii raawwataa hordoffii ijaarssaa.

  • Raawwii ijaarsa projeektootaa haala dizaayinii fi sanada waliigalteen raawwtamuu isaa hordofuu.

  • Ijaarsa projeektii haala dizaayinii qophaa’een sadarkaa qulqulina isaa eegee raawwatamuu isaa hordofuu.

  • Adeemsa raawwii ijaarsaa keessatti rakkina dizaayinii muldhatuuf furmaata akka kennamu taasisuun hojiin haala waliigalteen akka raawwatamu taasisuu.

  • Ijaarsaa haala waliigalteen raawwatameef kafaltiin yammuu dhiyaatu xiinxaluun akka mirkanaa’u dhiyeessuu.

  • Adeemsa hojii ijaarsaa kessatti hojiilee waliigalteen ala muldhataniif akka hojjataman murtaa’e gatiin dhiyaate xiinxaluun murteessuu.

  • Gatiin meeshaa ijaarsaa yeroo yeroodhan qoratee gaaffii garaagaruummaa dhiyaatu (price escallation) haala waliigalteen xiinxalee mirkaneessuu.

  • Ragaa/data/ kompiyutar irratii galchuu.




  1. Gahee Hojii Raawwataa kenna heeyyama/ Raawwataa Galmee Kenna Heeyyamaa.

  • Gaaffii heeyyama daldala hojii ijaarsaa, ragaa gahuumsa ogummaa fi gorsitootaa akkasumas Galmee meeshaalee ijaarsaa dhiyaatu xiinxaluun heeyyama ni kenna ni galmeessa.

  • Ragaa fi odeeffannoo kenna heeyyama ijaarsaa qindeessee ni qaba dhimmaa barbaadameef yammuu gaafatamu ni kenna.

  • Ragaa/data/ soft ware gargaaramuun akka galmaa’ee taa’u ni taasisa.


Jijjiirama Adeemsa Haraawwaatiin Argame


Lakk.

Raawwii hojii

Hojii durii (as is)

Adeemsa Harawwaa

Jijjiirama (major shift)

1

Bulchinsa Kontraata ijaarsaa

  • Hordoffiin yeroo yeroon hin gaggeeffamu.

  • Rakkoon yammuu qunnamu qofa kan ilaalamaa turedha.(lojistic problem)

  • Furmaata kennuuf dhimma qorachuuf yeroo dheeraa fudhata.




Hordoffii wal-irraa hin cinne waan taasifamuuf bakka rakkoon jiru irratti yeroo gabaabaa keessatti furmaata kennama.

  • Qulqulina ijaarsaa ni dabala

  • Projeektoota yeroo waliigaltee keessa ni xumurama.

  • Baajata raawwii hojii ijaarsaf qabame hojii irra ni oola.

2

Hordoffii ijaarsaa gaggeessuu

  • Hordoffiin yeroo yeroon hin gaggeeffamu.




Hordoffii wal-irraa hin cinne taasifama.

  • Qulqulina ijaarsaa ni dabala

  • Projeektoota yeroo waliigaltee keessa ni xumurama.

3

Heyyama Daldala hojii Ijaarsaa fi Ogummaa Kennuu

  • Kenna heeyyamaa guyyaa 1- 2 fudhachaa turuu.

  • Heeyyama biiroo irratti qofa ni kennama jedhamee daandii fagoo deemuu.

  • Kenna heeyyamaa daqiiqaa 40 keessa tti kennuu

  • Heeyyama sad. 7 – 9 jiru godina irratti ni kennama.

  • Galmeen meeshaalee ijaarsaa ni gaggeeffama.




  • Yeroon kenna heeyyamaa kanaan dura fudhachaa ture %50 akka hir’atu taasisa.

  • Abbootin dhimmaa heyyama sad. 7-9 argachuu barbaadan godina irra finfinnee dhufuu hin barbaachisu waan ta’eef yeroo dheeraa kan fudhatu akka hafu ta’a.

4

Deggersa Ogummaa sektara kennuu.

  • Yeroo dheera fudhachuu (turban tokko oli)

Guyyaa 2 - 3 jiru keessa deebii ni argata

Deggersa ogummaa teeknikaa sektara adda addaatiif kennamu % 50 yeroon isaa akka gabaabbatu ta’a.

Yüklə 1,05 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin