Biiroo Industrii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa



Yüklə 1,05 Mb.
səhifə3/11
tarix03.01.2019
ölçüsü1,05 Mb.
#89860
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11

Ragaa heeyyamaa Kenname


Ijaarsa qulqulina fi gahuumsa qabu hojjatamee tajaajilaaf oole

Heyyama itti fayyadama gamoo kennuu



B. Kontrata ijaarsaa fi To’annoo

Dokumeentii caalbaasiif dhiyaatu wantoota barbaachisuun kan guutame ta’uu mirkaneessuu

caalbaasii qilleensa irra ooluu isaa hordofuu dokumentii gurguru
Dokumeentii t/faayin-aansii xiinxaluun bu’aa argame beeksisuu.
Dokumeentii waliigaltee qopheessun akka mallattaa’u taasisuu.
Wal-harkaa fudhiinsa iddoo ijaarsaa taasisuu.
Projeektii xumurame wal-harkaa fudhiinsa raawwachuu

Hojii hojjatameef kafaltii dhiyaatu xiinxaluun mirkaneessuu



Kenna Heyyama fi Galmee

Gaaffii dhioyaatu



2.6 Maappii Adeemsoota Hojii Biiroo Industirii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa (Higher Level Map)



Adeemsa hojii ijoo Qophii,Mirkaneessaa fi walsimsiisa Dizaayinii




Adeemsa hojii ijoo misooma Humna Namaa fi Deeggrsa Tajajila Magaalotaa








Adeemsaalee hojii deggersaa




Adeemsa hojiii ijoo Gurmaa’iinsa Magaala fi Bulchiinsa Al-waalteenssa




Adeemsa hojii ijoo Deeggarsa Projeketi Bu’uura Misooma Magaalaa fi Hirmaanna Uummataa






Adeemsa hojii ijoo To’annoo Raawwii Pilaanii fi magariisuu magaaalaa





Adeemsa hojii ijoo Bulchiinsa Kontraataa ijaarsaa To’anno fi Galmee




Adeemsa hojii ijoo Babal’ina Misooma Industrii fi Ijaarsa dandeettii konistraakshinii




Adeemsa hojii ijoo Reguleeshinii,Qorannoo meeshaalee fi Teeknoloojii Ijaarsaa







Adeemsa hojii ijoo Bulchiinsaa fi Misooma Lafa Magaalaa




Adeemsa hojii ijoo misooma,dabarsaa fi bulchiinsa manneenii







Adeemsa hojii Xiqqaa Kenna Heeyyamaa fi Galmee.




Adeemsa hojii Xiqqaa Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa fi To’annoo


2.7 Maappii Adeemsoota Hojii Damee Dizaayinii fi Ijaarsaa Sadarkaa Biiroo (Higher Level Map)

Adeemsa hojii ijoo Qophii, mirkaneess fi wal simsiisa dizaayinii








Adeemsa hojii ijoo Babal’ina Misooma Industrii fi Ijaarsa dandeettii konistraakshinii




Qophii

Adeemsa hojii ijoo Reguleeshinii, Inspeekshinii







Adeemsa hojii ijoo Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa To’annoo fi Galmeeee






Hub.

Wal-qunnamtii cimaa

Wal-qunnamtii laafaa



2.8 Maappii Wal-Qunnamtii Alaa Adeemsa Hojii Ijoo Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa To’annoo fi Galmee /External Interface/

Adeem Hojii Xiqqaa Bulchiinsa Kont. To’annoo ijaarsaa



Adeemsa Hojii Xiqqaa Kenna Heyyamaa fi Galmee
Ministeera Konistiraakshinii fi Misooma Magaalaa

Addeemsa hojii Ijoo Bulchiinsa Kontraataa Ijaarsaa To’annoo fi Galmee
Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa
Sektaroota MNO biroo
Inistiitiyutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa
BMMDO
Biiroo Barnnoota Oromiyaa
Mootummaa Naannoo

Oromiyaa

Dhabbilee Gorsitootaa fi Kontraaktaroota


2.9 Tarreeffama Maamilootaa fi Qooda fudhattoota
1 Maamiltoota

  • Sektaroota MNO;

  • Kontraaktarootaa, Gorsitoota fi Ogeessota;

  • Waldaa Kontraaktarootaa;

  • Jiraattota Bulchiinsa Magaalotaa;

  • Abbootii qabeenyaa;

  • Waldaalee IMX;

  • Dhaabbilee miti mootummaa.

2. Qooda Fudhattoota /stakeholders/

  • Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa;

  • Bulchiinsa Magaalotaa;

  • Ministeera konistraakshinii fi Misooma Magaala;

  • Biiroo Maallaqaa fi Misooma Diinagdee Oromiya;

  • Instiitiyuutii Pilaanii Magaalotaa Oromiyaa;

  • Bulchiinsa Godinaalee;

  • Kontraaktaroota /Konsaltaantota;

  • Bulchiinsa Aanaalee fi Waajjiraalee IMM Godinaalee;

  • Sektara Mootummaa Naannoo Oromiyaa kan Biroo;

  • Waldaa Kontraaktarootaa/Gorsitootaa.


Gabatee:2. Fedhii maammiltootaa fi qooda fudhattootaa

Lakk

Maamila/ Qoda fudhatoota

Fedhii

A Maamila

1

Waajjiroota sektara MNO projeektii gaggeessan

  • Adeemsa raawwii caalbaasii yeroo gabaabaa fi qulqulinaan akka gaggeeffamu;

  • Hordoffiin ijaarsa haal walirraa hin cinneen gaggeeffamee qulqullina ijaarsaa mirkanaa’e.

  • Ijaarsa projeektii akkataa waliigalteen yeroon xumurame tajaajilaaf akka oolu fi jireenyaaf amansiisaa ta’e.

  • Baajata projeektiif qabame akka karooratti hojii irra akka oolu.

  • Bulchiinsi gaarii magaalaa keessatti akka mirkanaa’u barbaadu.

2

Jiraattota Magaalaa

3


Abbootii Qabeenyaa



  • Sektara ijaarsaa irratti poteenshiyaala guddina dinagdee bulchiinsi magaalotaa qabaan irratti Odeeffannoo gahaa argachuu barbaadu.

  • Meeshaalee fi mashinarii ijaarsaaf oolan akka argatan deggersa akka taasifamu.

4

Koontiraaktaroota / konsaltaantota fi Ogeessota

  • Kaffaltiin raawwii hojii ijaarsaa guyyaa 5 keessatti akka raawwatamuuf.

  • Heyamnii Daldala Hojii Ijaarsa sa’aa tokko keessatti akka kenamuuf barbaadu.

  • Qabiinsi galmeen isaanii haala sirna ammayyaa ta’een akka raawwatamuuf.

  • Rakkolee adeemsa hojii ijaarsaa keessatti muldhatuuf furmaata dafee akka kennamu.

  • Ragaan kennamu qaama hunda biratti beekuma kan qabu ta’uu.

Lakk

Maamila/ Qoda fudhatoota

Fedhii


B. Qooda Fudhattoota


5



Motummaa Naannoo Oromiyaa

  • Qajeefama, Istaandaardii fi koodii ijaarsaa guutamee dhiyaatee hojii irra oolu.

  • Kennaa tajaajilaa iftooma, qulqullinaa fi saffina qabu ummataaf kennamuu;

  • Ijaarsi Kodii fi staandaardii eegee raawwatamuu.

  • Ijaarsii qusannaan, qulqulinaan gaggeeffamuu fi haala waliigaltee galameen yeroo isaa eeggamee raawwatamu;

  • Industrii ijaarsaa babaldhatee hojii dhabummaan akka salphatu ta’e.

  • Gaaffii ogummaa sektara ijaarsaa irratti deebii quubsaa kenname.

6

Waldaa Kontraak-tarootaa.


  • Caalbaasiin ijaarsa projeektootaa iftoomina qabaantee akka gaggeeffamu.

  • Gaaffii bulchiinsa kontraata ijaarsaa irratti ka’u dafee furmaata akka argatu.

  • Industrii ijaarsaa keessatti hirmaannan kontraaktaroota sirna iftoomina qabuun akka ta’u.

  • Dambii fi qajeelfama bulchiinsa kontraataa ilaallatan itoominaan hojii irra akka oolu.

  • Waldhabdee adeemsa hojii ijaarsaa keessatti ka’u yeroo gabaabaa keessatti furmaata akka argatu.

7

Dhaabbilee Faayinaansii /Insurance & Bank/

  • Wabii liqiif meeshaalee ijaarsaa qabaman sanada isaanii guutuu fi kan mirkanaa’e ta’uu.

  • Meeshaalee wabiidhaaf qabaman eegumsa amansiisaa ta’e akka argatu.

  • Sirni industrii ijaarsa naannicha keessatti bal’inaan haala hirmaachisuu danda’u akka diriiru.





Gabatee : 3 YAADAMA CABSUU FI YAADA HAARAA MADDISIISUU

Yaadama cabsuu (Breaking assumptions)

Lak

Rakkoolee (Problems)

Seerotaa fi barmaatilee

Written/unwritten Rules

Yaadamoota

(Assumption)

Untrue assumptions

1

Raawwiin caalbaasii pirojektota ijaarsaa yeroo dheeraa fudhachuu

  • Beeksifni calbaasii pirojeektota kamiyyuu yoo xiqqaate guyyaa 30 preesitti ergamee qilleesa irra oolu qaba.

  • Xiinxalaa fi mirkaneessa calbaasii koreen raawwatamuu qaba

  • Dorgomtoota gaha argachuuf yeroo dheeraa fudhata jedhanii yaaduu.

  • koreedhaan hojjechuun malaammaltumma fi komii dhufuu malu hirr’isuu fi Itti gaafatamuummaa hirach-uuf fayyada jedhanii yaaduu

  • Bara teekinooloojiin (ICT) walqunnamuu dandaa’amutti pireesiitti fayyadamuu fi turtii beeksisaa dheereessuun barbaachisaa miti.

  • Miseensi koree hojii idilee isaa irratti dabalatee waan hojjatuuf hojii harkisuu irra iyyuu Ogummaa barbaadamu waan hin qabneef rakkina sodaatame hambiisu hin danda’u.

2

Kennii heyyama daldala hojii ijaarsaa yeroo dheeraa kan fudhatuu fi bu’aa bahii kan qabu ta’uu isaa.

Kennii heyyama kontiraaktarummaa fi gorsitootaa calalliin /Evaluation/ BIMMOtti Hayyamnii EDMG tti akka raawwatamu labsiin taa’uu

  • Calalliin kenna heeyyama daldala hojii ijaarsaa Ogummaa addaa waan gaafatuuf koreen hojjatamuu qaba jedhanii yaaduu.



  • Calalliin kenna heeyyama hojii ijaarsaa ulaagaa ifa ta’e irratti waan hunda-a’uuf ogummaa addaa hin barbaadu.

  • Kenni heyyama daldalaa hunda bakka tokkootti tahuun /function based / waan ta’eef tajaajila barbaadamu jalqabaa hanga dhumaatti maamila biraan gahuu waan hindandeesifneef bu’a ba’ii mamiloota hin hanbisu




3

Ijaarsi pirojektoota mootumma harkifachuu.




  • Projeektootaata yeroon waliigaltee baatii 18 gadi ta’aniif garaagarummaa meeshaalee ijaarsaa akka hin ilaalle ta’uu (qajeelfama bittaa federaalaa)

  • Iddoon bajatni irratti qabamuu fi qaamni projeektii gaggeessu addaan bahuu hin qaban jedhanii yaaduu.




  • Ijaarsa projeektii akkataa waliigaltee jiruun qofa malee garaagarummaa gatii meeshaalee ijaarsaaf dabalu hin barbaachisu jedhanii yaaduu.

  • Hojiin ijaarsaa bakka baajatni jirutti raawwatamuun dirqama hin ta’u. Hojiin kun maammiltoota irratti xiyyeeffatee (process based) ta’uun yoo gurmaa’e xiyyeeffannaa argatee yeroo gabaabaa keessatti xumuramuu danda’a

  • Ijaarsa projeektii akkataa waliigaltee jiruun qofa osoo hin taanee garaagarummaa gatii meeshaalee ijaarsaa heddu jiruuf gatiin isaa dabalataan kaffalamee akkataa waliigaltee jiruun xumursisuun ni danda’ama.




4

Ijaarssi projeektootaa qulqulina dhabuu

Waliigaltee hojii ijaarsaa raawwachuun hojiin ni hojjatama jechuu.

Waliigaltee hojii ijaarsaa akkuma kontraaktara waliin raawwatametti qulqulinaan ni hojjata jedhanii yaaduu.

Qulqulinni ijaarsaa kan mirkanaa’u waliigaltee qofa osoo hin taane to’annoo fi hordoffii qaamolee dhimmi ilaaluun yoo raawwatamedha.

5

Sektarootaaf deggersi Ogummaa kennamu yeroo dheera fudhachuu.

Madaallii raawwii hojii sivil sarvisii

Hojiin yeroo dhaan xumuruu dhabuun kan gaafachiisuu miti jedhanii yaaduu

Sirni raawwii hojii to’annoo fi iftoomina qabu diriiree itti gaafatamummaan kan jiraatu yoo ta’e hojii yeroon xumursisuun ni danda’ama.

6

Ijaarsa projeektii gaggeeffamu hordoffii fi to’annoo laafaa ta’uu

Hordoffii fi to’annoon hojii abba projeektichaatii

Hordoffii fi to’annoon abba projeektichaatin gaggeeffamu gahaadha jedhamee yaaduu.


  • Industrii ijaarsa keessatti rakkina qulqulinaa, gatii fi yeroon raawwachuu irratti sirna hordoffi fi to’annoo wal irraa hin cinne barbaachisaadha.

  • Projeektoota gurguddoo ta’aniif to’annoo fi hordoffin qaama alaatiin akka gaggeeffamu taasisuun rakina jiru hambisuu danda’a. (Out sourcing)


Gabatee 4: Wal-quunnamtii keessaa fi alaa/external & internal interfaces/




Biiroo irratti

Bulchiinsa Magaalotaa irratti

Adeemsa Hojii

Quunnamtii keessaa

Quunnamtii alaa

Quunnamtii keessaa

Quunnamtii alaa

Adeemsa hojii Ijoo Bulchiinsa Kontraataa fi T.G.

Adeemsalee Ijoo ta’an

  • Adeemsa Hojii Qophii, Mirkaneessaa fi Wal-Simsiisa Dizaayinii

  • Adeemsa Hojii Reguleeshinii Inspeek-shinii fi Qorannoo Meeshaalee T.I.

  • Adeemsa Hojii To’annoo Raawwii pilaanii fi Magarisuu Magaalaa

  • Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Humna Namaaa fi Deeggersa Tajaajila Magaalotaa

  • Adeemsa hojii ijoo misooma, dabarsaa fi bulchiinsa manneenii

  • Adeemsa hojiii ijoo Gurmaa’iinsa Magaala fi Bulchiinsa Al-waalteenssa

  • Adeemsa hojii ijoo Deeggarsa Projeketi Bu’uura Misooma Magaalaa fi Hirmaanna Uummataa

  • Adeemsa hojii ijoo Misoomaa fi Bulchiinsa Lafa Magaalaa

  • Adeemsa Hojii Ijoo Balbal’ina misooma Industrii fi Ijaarsa dandeettii Konistraakshinii

Adeemsota Hojii Deggersa Ta’an

  • Adeemsa Hojii Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa

  • Adeemsa Hojii Qophii karoora,Hordoffii fi Gamaggama Rawwii

  • Adeemsa Hojii Bittaa fi Bulchiinsa Faayinaansii

  • Adeemsa Hojii Bulchiinsa Qabeenya Humna Nama

  • Adeemsa hojii hordoffii fi Odiitii keessaa

  • Tajaajila seeraa

  • Garee TQO/ICT




  • Ministeera Konistraakshinii fi Misooma Magaalaa

  • Bul. Magaalootaa

  • Biiroo siiviil Sarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa

  • BMMD. Oromiyaa

  • BMQ Oromiyaa

  • Biiroo Lafaa fi Eegumsa Naannoo Oromiyaa

  • Mootummaa Naannoo Oromiyaa

  • Dhabbilee Gorsitootaa fi Kontraaktaroota

  • Sektaroota MNO

  • Insititiyuutti Pilaanii magaalaa Oromiyaa



  • Adeemsa Hojii Plaanii kenna Ragaa Lafaa Dizaayinii fi Konst

  • Tajaajjila Seeraa

  • AdeemsaHojii Dhimma Bulchiinsaa Ummataa

  • AdeemsaHojii Bulchiinsaa fi Misoomaa Lafa Magaalaa

  • Adeemsa Hojii Bu’ura Misooma Magaalaa.

  • Adeemsa Hojii Hordoffii Raawwii.

  • Adeemsa Hojii Bittaa fi Bulchiinsa

Faayinaansii

  • Adeemsa Hojii Deggersa Bulchiinsa Qabeenya Humna Nama

  • Adeemsa Hojii Kenna Tajaajilaa fi Raawwii hawaasummaa.

  • Adeemsa hojii ijoo misooma, dabarsaa fi bulchiinsa manneenii

  • Adeemsa Hojii Ijoo Balbal’ina misooma Industrii.



  • Waajjira Induustirii fi Misooma Magaalaa Godinaa

  • Biiroo Induustirii fi Misooma agaalaa Oromiyaa

  • Insititiyuutii Pilaanii Magaalaa Oromiyaa.

  • Dhabilee Kontraak-tarootaa fi Konsaltaa-ntootaa.




Yüklə 1,05 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin