Biiroo Industrii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa


Adeemsa Hojii Xiqqaa Kenna Heyyamaa fi Galmee



Yüklə 1,05 Mb.
səhifə5/11
tarix03.01.2019
ölçüsü1,05 Mb.
#89860
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




  1. Adeemsa Hojii Xiqqaa Kenna Heyyamaa fi Galmee.


Lakka

Hojilee gurguddoo

Haala hojiin yeroo ammaa hojjatamaa jiru /As is/

Fedhii maamiltootaa

/Customer expectation/
G/garummaa

/Gulantaan

Gulantaa

Yeroo

Baasii

Qulqullina

Gulantaa

Yeroo

Baasii

Qulqullina
A.

Galmee heyyama Kontraakatarummaa fi Gorsaa

1

Gaaffii kenna heeyyamaa gucaa abbaa dhimmaan guutamee dhiyaatu ilaaluun sirri ta’uu isaa mirkaneessuu; (harawaa kennuu, haaromsuu, olguddisuu)

2

Daqiiqaa 10



2

Daqiiqaa 5




2

Ragaa dhiyaate qulqulleessuu;





  • Sadarkaa 6-9

2

Daqiiqaa 5

1

Daqiiqaa 5



  • Sadarkaa 4-5

2

Daqiiqaa 7

1

Daqiiqaa 5



  • Sadarkaa 1-3

2

Daqiiqaa 10

1

Daqiiqaa 5




3

Sadarkaa gaafatameef ogeessota dhiyaatan mallatteessisuu;





  • Sadarkaa 6 - 9

2

Daqiiqaa 5

1

Daqiiqaa 5



  • Sadarkaa 4 - 5

2

Daqiiqaa 7

1

Daqiiqaa 7



  • Sadarkaa 1 - 3

2

Daqiiqaa 10

1

Daqiiqaa 10




4

Waraqaa ragaa kennamu qopheessun kennuu;

2

Daqiiqaa 10



2

Daqiiqaa 10




5

Ragaa kompitaraan galmeessuu;

1

Daqiiqaa 10



1

Daqiiqaa 10




B.

Galmee heyyama ogummaa

1



In hojjatamne
Gaaffii kenna heeyyamaa gucaa abbaa dhimma-an guutamee dhiyaatu ilaaluun sirri ta’uu isaa mirkaneessuu;

1

Daqiiqaa 5




2

Ragaa dhiyaate qulqulleessuu;

1

Daqiiqaa 5




3

Waraqaa ragaa kennamu qopheessun kennuu;

2

Daqiiqaa 10




5

Ragaa kompitaraan galmeessuu;

1

Daqiiqaa 5




C.

Galmee Meeshaalee Ijaarsaa

1

Gaaffii galmee guutamee dhiyaatu ilaaluun sirri ta’uu isaa mirkaneessuu;





In hojjatamne

2

Daqiiqaa 5




2

Ragaa gahuumsaa mirkanaa’ee dhiyaate qulqulleessuu;

1

Daqiiqaa 5


3

Waraqaa ragaa kennamu qopheessun kennuu;



2

Daqiiqaa 10




2.10 Hojii Dirree
Kanaan dura JBAH Kenna Lafaa fi Raawwii ijaarsaa ymmuu qoratamu adeemsi kun walumatti akka Adeemsa tokko ta’ee kan ilaalame yoo ta’u yeroo sana ragaa dhimma kanaaf barbaachisa ta’an iddowwan kanaan gaditti muldhatan irraa fudhachuuf yaalin taasifamee ture.

  1. Biiroo Barnnoota Oromiyaa.

  2. Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa.

  3. Kontraaktaroota.

  4. Gorsitoota.

  5. Ogeessota.

Toftaa Ragaan Ittiin Funaanname

  • Gaaffi afaanii samuudootaaf dhiheessuu (Interview);

  • Qaamaan argamanii daawwachuu (Observation);

  • Ragaalee galmee keessaa sakata’uu;

  • Qaama dhimmi ilaalu wajjin gareedhaan mar’achuu (Focal group discussion);

  • Inteerneetin muuxannoo raawwii hojii biyyaa adda addaa.


Haala walii-galaa raga dirre irraa funaaname

Haala amma jiru /Scenario/

Adeemsa Hojii Xiqqaa Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa fi To’annoo

Adeemsi Hojii ijoo Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa To’annoo fi Galmeetiin hojileen yeroo ammaa hojjatamaa jiran erga JBAHn isa duraa qoratamee asii foyya’iinsa kan argame ta’us guutummaa guttuutti akka fedhii maamilaa osoo hin taane hojii adda addaa waliin bakka tokkotti waan hojjatamaa tureef hojii kana raawwachuuf yeroo dheeraa kan fudhatu fi hojileen federaalaa irraa gara naannotti gadi bu’an heddu dabalataan waan jiraniif akka adeemsa tokkootti fudhatamee JBAHn irra deebi’amee akka qoratamu ta’ee jira.



Kutaa 3

3.1 Sadarkaa Keessa Deebi’anii Kurfeessuu /Redesigning Stage/.

Adeemsa hojichaaa keessa deebi’anii kurfeessuudhaan dura sadarkaa hubannoo keessatti adeemsi hojii kun bifa kamiin akka hoJjatamaa turee fi maaltu akkanatti hojjachuuf dirqisiise jedhu sabababa isaa hubachuuf gaaffileewwaan bu’uura ta’an (Fundamental Questions) kaasuun barbaachisaa waan ta’eef akka armaan gadiitti ta’ee jira.


3.2 Gaaffiilee Bu’uuraa Adeeemsicha / Fundamental questions/

(Summary of what and why)

1. Adeemsa hojii kana maaliif hojjeenna? (Why we do what we do?) fi

2. Adeemsa hojii kana maaliif haala kanaan hojjenna ? (Why we do it the way we are doing?)

1. Maaliif Adeemsa Hojii Kana Hojjenna (Why we do the process we do?)


    • Qabeenyaa fi lubbuu namaa balaa irraa hambisuuf koodii fi istaandardii ijaarsa eegsisuun dhimma murteessaa waan ta’eef;

    • Koontiraaktarootaa, gorsitoota fi ogeeyiin hojii ijaarsaa keessatti hirmaatan ga’umsa qabaachuu isaanii mirkaneessuuf heyyama kennuun barbaachisaa waan ta’eef;

    • Ijaarsa pirojektota Mootummaa raawwachiisuuf koontiraaktaroota fi Gorsitoota gahumsa qaban gatii fooyya’aa ta’e dorgomsiisun argachuuf;

    • Ijaarsi yeroo barbaadametti haala dizaaynii fi waliigalteetiin sadarkaa qulqulinaa eegee akka raawwatamu taasisuuf;

    • Industirii ijaarsaa baballisuudhan hojii dhabdummaa hirrisuuf kan gargaaru waan ta’eef.


2. Maaliif haala amma jiru kanaan hojjenna? / Why do we do it?

The way we are doing? /

Qorannoo JBAH gaggeeffame keessatti hojiin akkamitti akka hojjatamaa jiru beekuun barbaachisaa akka ta’e beekkamaadha. Akkuma sadarkaa hubannoo (understanding stage) keessatti ibsame hojiin adeemsa isaa kan uumaa (logical sequence) qabatee fedhii tajaajilamaa bu’uura godhatee waan hin gurmoofneef bu’aa bahiin kan itti baay’atedha. Haata’u malaee erga JBAHn duraanii qoratameen booda fooyya’iinsi kan argame ta’ullee akkataa JBAHn qoratameen ciminaan ittii adeemuu irratti qawwaan kan jiru ta’uu isaa hubatamee qorannoo irra deebin akka gaggeeffamu ta’ee jira.

Kanaaf haalli itti hojjetamaa jiru kun tajaajilamaaf guutummaan guututti faaydaa (value) kan buusu miti. Sababni isaas;


  • Seeraa fi barmaatilee (rules and assumption) jiran kanneen barreeffamaan bifa labsii, danbii fi qajeelfamaatiin taa’an fi kanneen osoo hinbarreeffamin barsiifatummaan akka hojumaataatti fudhataman haala kanaan akka hojjatamu waan dirqisiisaniif;

  • Hojumaata cicitaa fi gochaa irratti kan hundaa'e (task based) waan ta'eef;

  • Aangoo murteessuu hooggantoota qofaaf jedhamee waan yaadamuuf;

  • Hojiin hundinuu ogummaa addaa kan barbaaduudha jedhamee waan yaadamuuf;

  • Waajjiroonni adda addaa hojii kana keessatti qooda fudhatan gahee waan qabaniif (Formal & Informally mandated);

  • Koreen hojjechuun malaammaltummaa ni hambisa jedhamee waan yaadamuuf;

  • Caalbaasiin yeroo dheeraa qilleensarra yoo ture malee dorgomtoota gahaa argachuun hin danda’amu jedhamee waan yaadamuuf.


3.3 Fedhii maamiltootaa fi Qooda Fudhatootaa (Customer and Stake Holders needs & expectations)

Gaaffiiwwaan bu’uuraa haala armaan oliitti kaa’aman irraa ka’uudhaan fedhii maamilaa fi qooda fudhattootaa addaan baasuun adeemsa hojichaa keessa deebi’anii kurfeessuuf murteessaa ta’uun isaa hubatameera. Haaluma kanaan fedhiin maamiltootaa fi qooda fudhattoota adeemsa hojii kanaa haala gabatee armaan gadiitiin addaan bahee taa’ee jira.



Gabatee: 6 Fedhii maammiltootaa fi qooda fudhattootaa

Lakk

Maamila/ Qoda fudhatoota

Fedhii

A Maamila

1

Waajjiroota sektara MNO projeektii gaggeessan

  • Adeemsa raawwii caalbaasii yeroo gabaabaa fi qulqulinaan akka gaggeeffamu;

  • Hordoffiin ijaarsa haal walirraa hin cinneen gaggeeffamee qulqullina ijaarsaa mirkanaa’e.

  • Ijaarsa projeektii akkataa waliigalteen yeroon xumurame tajaajilaaf akka oolu fi jireenyaaf amansiisaa ta’e.

  • Baajata projeektiif qabame akka karooratti hojii irra akka oolu.

  • Bulchiinsi gaarii magaalaa keessatti akka mirkanaa’u barbaadu.

2

Jiraattota Magaalaa

3


Abbootii Qabeenyaa



  • Sektara ijaarsaa irratti poteenshiyaala guddina dinagdee bulchiinsi magaalotaa qabaan irratti Odeeffannoo gahaa argachuu barbaadu.

  • Meeshaalee fi mashinarii ijaarsaaf oolan akka argatan deggersa akka taasifamu.

4

Koontiraaktaroota / konsaltaantota fi Ogeessota

  • Kaffaltiin raawwii hojii ijaarsaa guyyaa 5 keessatti akka raawwatamuuf.

  • Heyamnii Daldala Hojii Ijaarsa sa’aa tokko keessatti akka kenamuuf barbaadu.

  • Qabiinsi galmeen isaanii haala sirna ammayyaa ta’een akka raawwatamuuf.

  • Rakkolee adeemsa hojii ijaarsaa keessatti muldhatuuf furmaata dafee akka kennamu.




Lakk

Maamila/ Qoda fudhatoota

Fedhii


B. Qooda Fudhattoota


5

Motummaa Naannoo Oromiyaa


  • Qajeefama, Istaandaardii fi koodii ijaarsaa guutamee dhiyaatee hojii irra oolu.

  • Kennaa tajaajilaa iftooma, qulqullinaa fi saffina qabu ummataaf kennamuu;

  • Ijaarsi Kodii fi staandaardii eegee raawwatamuu.

  • Ijaarsii qusannaan, qulqulinaan gaggeeffamuu fi haala waliigaltee galameen yeroo isaa eeggamee raawwatamu;

  • Industrii ijaarsaa babaldhatee hojii dhabummaan akka salphatu ta’e.

  • Gaaffii ogummaa sektara ijaarsaa irratti deebii quubsaa kenname.

6

Waldaa Kontraak-tarootaa.


  • Caalbaasiin ijaarsa projeektootaa iftoomina qabaantee akka gaggeeffamu.

  • Gaaffii bulchiinsa kontraata ijaarsaa irratti ka’u dafee furmaata akka argatu.

  • Industrii ijaarsaa keessatti hirmaannan kontraaktaroota sirna iftoomina qabuun akka ta’u.

  • Dambii fi qajeelfama bulchiinsa kontraataa ilaallatan itoominaan hojii irra akka oolu.

  • Waldhabdee adeemsa hojii ijaarsaa keessatti ka’u yeroo gabaabaa keessatti furmaata akka argatu.

7

Dhaabbilee Faayinaansii /Insurance & Bank/

  • Wabii liqiif meeshaalee ijaarsaa qabaman sanada isaanii guutuu fi kan mirkanaa’e ta’uu.

  • Meeshaalee wabiidhaaf qabaman eegumsa amansiisaa ta’e akka argatu.

  • Sirni industrii ijaarsa naannicha keessatti bal’inaan haala hirmaachisuu danda’u akka diriiru.





3.4 Madda Kaayyoo Aggaamamee. /Sources of stretch objectieves/

Priinsiipplii JBAH tiin Kaayyoo aggaammii (stretched objective) kaawwachuuf qabxiiwwaan ijoon bu’ura godhatamuu qaban:



  • ”Bench marked”

  • Raawwii fedhii ofii isa ol’aanaa (Own best performance/

  • Fedhii maamiltootati (Customer need)

  • Odeeffannoo teeknolojii bu’reeffachuu dha.


3.5 Fedhii maamiltootaa wal duraa duubaan (Priority of Customer’s needs)

      1. Basii xiqqaadhaan ijaarsa qulqulina qabu hojjachuun qusannaa fida. Kun immoo mallaqa xiqqaa qabnu hojii guddaa ittiin hojjachuuf nu taasisa. Ummatini projeektootini ni harkifatu, fedhii keenya hin hammatanu, qulqulina hinqabanu jedhee waan komatuuf gidduu Mootummaa fi ummataa qawaa uumee jira. Hojiin waajjirootaa sektaraa saffisuudhaan kaayyoo isaanii akka galmaan ga’an iddoo murteessaa qaba. FKf mana baruumsaa babalisuun barnnoota waliin gahuuf, Buufataalee Fayyaa babalisuun fayyaa ummataa eegudhaaf murteessadha. Kanaafuu ”ijaarsi gatii fooyya’aa fi qulqulinaan raawwatamee fedhii ummataa guutu yeroon argachuu” kan jedhu sadarkaa tokkoffaan ilaallameera.




      1. Hojii ijaarsaa saffisiisuuf murteessaa kan ta’an keessaa kaffaltiin koontiraaktarootaaf raawwatamu isa guddaa tokkodha. Koontiraaktarootni fedhii isaanii yemmuu ibsatan ”kaffaltiin pirojektotaa guyyaa 5 keessatti akka nuu raawwatamu” waan jedhaniif kanuma bu’uura godhachuu barbaachisaa waan ta’eef akka lammaffaatti ilaalameera.




      1. Kenna heyyama daldala hojii ijaarsaa irratti tajaajilamaan baay’ee ta’uu haa dhiisu malee hojichi bu’aa bahii kan qabuu fi waajjiroota heddu gidduu deddeebi’uu kan gaafatu akka ta’e hubatameera. Akka tajaajilamaan jedhutti heyyamni daldala hojii ijaarsaa qorannoo JBAHn duratti guyyaa 10 jedhamaa kan ture yeroo ammaa garuu guyyaa tokko keessatt akka kennamuuf fedhii isaanii ni ibsu. Maammiltoota dhimma kanaaf dhufan gaaffii isaanii yeroo gabaabaa keessatti xumuranii deemuu waan barbaadaniif kuni yoo raawwatamuufi baate komii kaasisuu isaa qofaaf osoo hintaane guddina industirii ijaarsaas waan gufachiisuuf ulfina argachuu qaba jedhamee akka sadaffaatti fudhatameera.


3.6 Fedhii Qooda Fudhatootaa wal-duraa duuban (Priority of Stake Holders Needs).


  1. Ijaarsa Kodii fi staandaardii qusannaan, qulqulinaan gaggeeffamuu fi haala waliigalteen yeroo isaa eegee raawwatame.Industrii ijaarsa keessatti bal’inaan ogeessota, kontraaktaroota fi gorsitoota haala hirmaachisuu danda’u sirna diriire

  2. Kaffaltiin tajaajila hojii ijaarsaa guyyaa 5 keessatti akka raawwatamu. Kenna tajaajilaa iftoomina, qulqullinaa fi saffina qabu akka kennamu

  3. Gaaffii sektara ijaarsa irratti deggersa ogummaa gaafatamu yeroon deebii quubsaa argachuu

  4. Ogeessonni, Kontraaktaroonni fi Gorsitootin Heyamnii Ogummaa/Daldala hojii Ijaarsa sa’aa tokko keessatti akka kenamuuf;

  5. Dhabbilee wabii kennan ijaarsa projeektoota gaggeeffamuuf wabii liqiif meeshaalee ijaarsaa qabaman sanada isaanii kan mirkanaa’e ta’uu.



Gabatee: 7 Fedhii maamiltootaa, Bu’aa, Milkaa’ina fi kaayyoo aggaamame (stretch objectives)

Lakk

Fedhii maammilaa

Expected output

Bu’aa waliigalaa barbaadamu

/Out come/

Kaayyoo diriiraa (Stretch Objectives)

1

Dokumeentii caalbaasii qulqulinaan qopha’ee yeroo gabaaba kessatti akka kennamuuf.

Ijaarsa projeektii gaggeesuuf waliigaltee raawwatame

Ijaarsa gahumsa, miidhagina fi

qusannaa irrattii hundaa’ee ijaarame kan naanoon firoome tajaajila barbaadamef oole (Safe,economical,functional aesthetical and enviromentally friendlly construction)




Sanada dogongora hin qabne dorgomtootni %100 itti gamaduu danda’an.



Raawwiin caalbaasii beeksis bahee kaasee hanga hojii calqabamutti ijaarsaa projeektoota gatiin isaanii

  • Hanga mil. 10 guyyaa 46 raawwatamee hojiin ijaarsaa ni calqabama.

  • Mil 10 oli guyyaa 56 raawwatamee hojiin ijaarsaa ni calqabama.

Tajaajila gorsaa

  • Hanga mil. 10 guyyaa 40 raawwatamee hojii calqaba.

  • Mil 10 oli guyyaa 50 raawwatamee hojii calqaba.

Fedhii maamiltootaa akka gonfatu ta’e itti quufiinsa a %100 taasise ta’a.

2

Adeemsa raawwii caalbaasii yeroo gabaabaa keessatti akka raawwatamu.

3

Dhaabbata hojii ijaarsa raawwatu gahuumsa fi gatii fooyya’aa dhiheesse bifa iftoominaan filachuudhaan waliigaltee yeroo gabaabaa keessatti akka raawwatamu.


Dorgomaa gahuumsa qabu filatamee waliigaltee raawwatame.



Dorgomaa gahuumsa qabu filachuun ijaarsa qulqulina qabuu hojjatamee yeroo gabaabaa kessa xumuramee tajaajilaaf oole.



4

Kafaltiin projeektootaa gaaffin dhiyaatee guyyaa 5 keessatti akka raawwatamu.

Kaffaltii raawwatame

Baajata ijaarsa projeektiif qabame yeroo barbaadame keessatti gahuumsaan hojii irra oole

Kaffaltiin ijaarsa projeektootaa gaaffin dhiyaatee guyyaa hojii 5 keessatti ni raawwatamu. Yeroon duraan jiru irraa %25 akka gabaabbatu taasisuu.






5

Ijaarsa projeektootaa yeroo yeroon hordofuun akkataa waliigalteetiin yeroo, baasii fi qulqulinaan hojjatamee akka xumuramu

Ijaarsa projeektii akkaataa waliigalteen raawwatame

Ijaarsa qulqulinaan raawwatame nageenya itti fayyadamtootaaf amansiisaa ta’e tajaajila barbaadameef oolee.

  • ijaarsa projeektootaa hordofuun gabaasa raawwii irratti marii ji’a/kurmaana kurmaanan taasisuun rakkoo adeemsa keessatti muldhatuuf yeroo gabaabaa keessatti furmaata kennuu.

  • Ijaarsa projeektootaata gurguddoo ta’an to’ataan “resident supervisor” ramadamee guyyaa guyyaan dhiyeenyatti hordofuun

  • Projeektoota xixiqqoo sagantaa raawwii ”at critical time” hordofuu.

qulqulina ijaarsaa % 100 akka gahuu taasisuu.

6

Heyyama daldala hojii ijaarsaa, ogummaa, galmee meeshaalee ijaarsa sa’aa 1 keessatti argachuu.

Heyyama daldala hojii ijaarsaa, Ogummaa kenname

Hirmaannaa kontraaktaroota, ogeessota fi gorsitootaa gahuumsa qaban industrii ijaarsaa keessatti dabale


Kenna heyyama, galmee meeshaalee ijaarsaa daqiiqaa 30

keessatti kennuun itti quufiinsa maammilaa %100 geessisuu.



7

Kenna tajaajilaa iftoomina, qulqullinaa fi saffina qabu akka kennamu.


Tajaajila gahuumsa fi saffina qabu kenname

Fayyadamtoota tajaajila kenname irratti gammadan



Maamilli tajaajila argate %

100 itti quufinsa qabu.




3.7 Rakkoolee gurguddoo Adeemsa hojii Ijoo Bulchiinsa Kontraata Ijaarsaa To’annoo fi Galmee


  1. Adeemsi caalbaasii ijaarsa projeektootaaf gaggeeffamu iftoomina, qulqulina kan hin qabne waan ta’eef dorgomtootni bilisaan hirmaachuu dhabuu.

  2. Ijaarsi projeektootaa baajata mootummaatin gaggeeffaman to’annoo ciminaan kan hin hojjatamine waan ta’eef qulqulina kan hin qabnee fi yeroo barbaadamu keessa kan hin xumuramne ta’uu.

  3. Kenna Heeyyama daldala hojii ijaarsaa bu’aa bahii kan qabu fi yeroo dheeraa kan fudhatu ta’uu.

  4. Gaaffin deggersa ogummaa sektaroota mootummaa fi qaamolee adda adda irraa dhiyaatu yeroo gabaabaa keessatti argachuu dhabuu.

  5. Daataan ykn haalli qabiinsi galmee adeemsa moofaa duraan tureen qabatamee kan jiru waan ta’eef gaaffii abbaa dhimmaa dhiyaatuf yeroo gabaabaa keessatti wanti gaafatamu barbaadamee hojjachuuf rakkisaa akka ta’e.


Gabatee : 8 Rakkolee, Seerota fi Barmaatilee turan cabsuu (Breaking assumptions)


Lak

Rakkoolee (Problems)

Seerotaa fi barmaatilee

Written/unwritten Rules

Yaadamoota

(Assumption)

Untrue assumptions

New & true assumption

1

Raawwiin caalbaasii pirojektota ijaarsaa yeroo dheeraa fudhachuu fi bu’aa bahii qabaachuu.

  • Beeksifni calbaasii pirojeektota kam-iyyuu yoo xiqqaate guyyaa 30 qilleesa irra oolu qaba.

  • Qophii fi mirkaneessi Sanada caalbaasii qaama adda addaatiin raawwatamuu qaba.

  • Xiinxalaa fi mirkaneessa calbaasii koreen raawwatamuu.

  • Dorgomtoota gaha argachuuf yeroo dheeraa fudhata jedhanii yaaduu.

  • Qophii fi mirkanessi Sanada caalbaasii garee ogumma addaatiin raawwatamuun barbaachisaadha jedhanii yaadu.

  • koreedhaan hojjechuun malaammaltumma fi komii dhufuu malu hirr’isuu fi Itti gaafatamuummaa hirachuuf fayyada jedhanii yaaduu

  • Bara teekinooloojiin (ICT) walqunnamuu dandaa’amutti pireesiitti fayyadamuu fi turtii beeksisaa dheereessuun barbaachisaa miti.

  • Qophii fi mirkanessi Sanadna caalbaasii gareen hojjachuu osoo hin taane ogeessa muuxannoo qabuun hojjatamu qaba.

  • Miseensi koree hojii idilee isaa irratti dabalatee waan hojjatuuf hojii harkisuu irra iyyuu Ogummaa barbaadamu waan hin qabneef rakkina sodaatame hambiisu hin danda’u.

  • ICT fayyadamuun yeroo gabaabaa kessatti odeffannoo tamsaasuun danda’ama.

  • Sanadni caalbaasii ogeessota muuxnnoo kana irratti yeroo dheeraa qabaniin hojjatamuu qaba.

  • Hojjataan aangoo fi I/gaafatamummaa guutuun yoo kennameef murtii kennuu fi dogongora uumamuu maluuf itti gaafatamummaa fudhachuu danda’a.

2

Kennii heyyama daldala hojii ijaarsaa yeroo dheeraa kan fudhatuu fi bu’aa bahii kan qabu ta’uu isaa.

Kennii heyyama kontiraaktarummaa fi gorsitootaa calalliin /Evaluation/ BIMMOtti Hayyamnii EDMG tti akka raawwatamu labsiin taa’uu

  • Calalliin kenna heeyyama daldala hojii ijaarsaa Ogummaa addaa gaafata jedhanii yaaduu.



  • Calalliin kenna heeyyama hojii ijaarsaa ulaagaa ifa ta’e irratti waan hunda-a’uuf ogummaa addaa hin barbaadu. Kenni heyyama daldalaa hunda bakka tokkootti tahuun /function based / waan ta’eef tajaajila barbaadamu jalqabaa hanga dhumaatti maamila biraan gahuu waan hindandeesifneef bu’a ba’ii mamiloota hin hanbisu




  • Kenni heyyama hojii ijaarsaa adeemsa hojii irrati (process based) tahee yoo gurma’e bu’a bu’ii mamiltoota hanbisuun kenna tajaajila iddoo tokkoo uumuun ni danda’a-ma

  • Heyyama daldala hojii ijaarsa kennuuuf “ICT’ fayyadamuun ragaa walii dabarsuu fi adeemsa hojii fedha maamilaa irratti xiyyeeffate diriirsuun iddoo tokkotti kennuun ni dandaa’ama.




3

Ijaarsi pirojektoota mootumma harkifachuu.

  • Abbaan piroojektii ijaarsa isaa ofiif gaggeefata, Biiroon IMMO ni mirkaneessaa ni to’ata.

  • Projeektootaata yeroon waliigaltee baatii 18 gadi ta’aniif garaagarummaa meeshaalee ijaarsaa akka hin ilaalle ta’uu (qajeelfama bittaa federaalaa)

  • Iddoon bajatni irratti qabamuu fi qaamni projeektii gaggeessu addaan bahuu hin qaban jedhanii yaaduu.

  • Ijaarsa projeektii akkataa waliigaltee jiruun qofa malee garaagarummaa gatii meeshaalee ijaarsaaf dabalu hin barbaachisu jedhanii yaaduu.

  • Hojiin ijaarsaa bakka baajatni jirutti raawwata-muun dirqama hin ta’u. Hojiin kun maammiltoota irratti xiyyeeffatee (process based) ta’uun yoo gurmaa’e xiyyeeffannaa argatee yeroo gabaabaa keessatti xumuramuu danda’a

  • Ijaarsa projeektii akkataa waliigaltee jiruun qofa osoo hin taanee garaagarummaa gatii meeshaalee ijaarsaa heddu jiruuf gatiin isaa dabalataan kaffalamee akkataa waliigaltee jiruun xumursisuun ni danda’ama.

  • Hojiin ijaarsaa of-danda’ee qaama tokkoon yoo gaggeeffame irra xiyyeeffanaa argachun yeroo barbaadame kessatii xumuramu danda’a.




  • Ijaarsa projeektii akkaataa waliigaltee tiin akka raawwatuuf garaagarummaa gatii meeshaalee ijaarsaa yeroodha yerootti dabalaa deemuu ilaalcha keessa galchuun barbaachisaadha.

4

Ijaarssi projeektootaa qulqulina dhabuu

Waliigaltee hojii ijaarsaa akkuma raawwatametti ni hojjatama

Waliigaltee hojii ijaarsaa akkuma kontraaktara waliin raawwatametti qulqulinaan hojjata jedhanii yaaduu.

Qulqulinni ijaarsaa kan mirkanaa’u waliigaltee qofa osoo hin taane to’annoo fi hordoffii qaamolee dhimmi ilaaluun yoo raawwatamedha.

Qulqulinni ijaarsaa kan mirkanaa’u to’annoo fi hordoffii wal irraa hin cinne qaamolee dhimmi ilaaluun yoo raawwatamedha.

Yüklə 1,05 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin