| -
Adeemsa hojii xiqqaa Bulch-iinsa Kontraata Ijaarsaa fi To’annoo
|
|
|
|
|
|
|
| -
Bittaa fi ijaarsa gaggeessuu
|
|
|
|
|
|
|
1.1
|
Sanada Caalbaasii sadarkaa gaafatamuun qopheessuu fi gossa bittaa murtesuu.
|
Hanga mil 6
|
Sa’aa 4
| -
Dokumeentii dizaayinii waliin wal-sime.
-
Dorgomtootaaf ifa ta’e.
|
Raawwataa B.Kontraataa
|
Raawwataa B.Kontraataa
|
|
Mil 6- 10
|
Guyyaa 1
|
Mil 10 oli
|
Guyyaa 1.5
|
1.2
|
Beeksisa caalbaasii qopheessuun erguu.
|
|
Sa’aa 2
| -
Beeksisa hundaaf ifa ta’e.
|
1.3
|
Cufuu fi banuu
|
Hanga mil 10
|
Guyyaa 0.5
| -
Iftoomina raawwatame
-
loogummaa tokko malee raawwatame.
|
Virtual team+ R.B.Kot
|
Generalist B. Kontrataa
|
|
mil 10 oli
|
Guyyaa 1
|
1.4
|
Dokumeentii dorgomtootaa xiinxaluu fi moo’ataa filachuu
|
Hanga mil 10.15
|
Guyyaa 2
|
Mil 15- 20
|
Guyyaa 3
|
Mil 20 oli
|
Guyyaa 4
|
1.5
|
Moo’ataa beeksisuu fi komii keessummeessuu
|
|
Guyyaa 5
|
Raawwataa B.Kontraataa
|
Raawwataa B.Kontraataa
|
|
1.6
|
Dokumeentii waliigaltee qopheessuu fi waliigaltee raawwachuu
|
|
Sa’aa2
|
Abbaa Adeemsa Hojii
|
Abbaa Adeemsa Hojii
|
|
1.7
|
Iddoo ijaarsaa harkaan gahuu (site handover)
|
|
Guyyaa 5
| -
Yeroo gabaaba keessatti raawwatame
|
Raawwataa B.Kontraataa+To’ataa ijaarsaa
|
Raawwataa B.Kontraataa+To’ataa ijaarsaa
|
|
1.8
|
Hordoffii fi too’annoo gaggeessuu
|
Hanga mil 6
|
Yeroo 4/Ji’aan
| -
Hordoffii wal-irraa hincinne
-
loogummaa tokko malee raawwatame
|
Raawwataa To’annoo fi hordoffii ijaarsaa
|
Raawwataa To’annoo fi hordoffii ijaarsaa
|
|
Mil 6- 10
|
Yeroo 6/Ji’aan
|
|
Mil 10 oli
|
Guyyaa guutuu
|
1.9
|
Saf ra fudhatameen kafaltii qophaa’ee dhiyaatu xiinxaluun mirkaneessuu (repeatedly)
|
Hanga mil 10
|
Guyyaa 2
| -
Kafaltii yeroo gabaabaa keessatti raawwatame
-
Kafaltii dogongora hin qabne
|
Mil 10 - 15
|
Guyyaa 3
|
Mil 15- 20
|
Guyyaa 4
|
Mil 20 oli
|
Guyyaa 5
|
1.10
|
Ijaarsa xumurame wal-harkaa fuudhinsa raawwachuu
|
Hanga mil 10
|
Guyyaa 2
| -
Ijaarsa qulqulinaan raawwatame.
-
Yeroo waliigaltee keessa raawwatame.
|
Virtual team
|
Virtual team
|
|
Mil 10 - 15
|
Guyyaa 2.5
|
Mil 15- 20
|
Guyyaa 3.
|
Mil 20 oli
|
Guyyaa 4
|
1.11
|
Ijaarsa xumurameef heyyama itti fayyadama kennuu.
|
|
Sa’aa 1
| |
raawwata to’annoo fi hordoffii
|
raawwata to’annoo fi hordoffii
|
|
| -
Rakkoolee Adeemsa hojii ijaarsaa kessatti ka’u furuu
|
|
|
|
|
|
|
2.1
|
Gaffii fudhachuun dhimma isaa qorachuu
|
|
Guyyaa 1
|
Qajeelfama jiru irratti hundaa’ee raawwatame
|
Raawwataa B. kontraataa
|
Raawwataa B. kontraataa
|
|
2.2
|
Marii taasifame irratti hundaa’uun yaada ogummaa kennamu qopheessuu
|
|
Guyyaa 1
|
Yaada kennamu qaama biraatiin kan fudhatama argate
|
2.3
|
Furmaata kenname qaama dhimmi ilaaluf barreeffamaan kennuu
|
|
Sa’aa 1
|
Furmaata amansiisaa ta’a.
|
| -
Adeemsa hojii ijaarsaa keess-atti hojiilee waliigalteen ala hojjatamaniif gatii qoratame mirkaneessuu (variation works)
|
|
|
|
|
|
|
3.1
|
Gatii dhiyaate xiinxaluu;
|
|
Guyyaa 2
|
Raga dhugaa ta’e fi qulqulina qabu.
|
Raawwataa B. kontraataa
|
Raawwataa B. kontraataa
|
|
3.2
|
Gatii mirkanaa’e qaama ilaaluuf erguu;
|
|
Sa’aa 1
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
4. Garaagarummaa gatii meesh-aalee ijaarsaa dhiyaatu qorachuun furmaata kennuu
|
|
|
|
|
|
|
4.1
|
Dokumeentii waliigaltee jiruun hojii hojjatame adda baasuun xiinxaluu;
|
|
Sa’aa 1
|
Dokumeentii sirri ta’e irratti hundaa’un
|
Raawwataa B.kontraataa
|
Raawwataa B.kontraataa
|
kompitara
|
4.2
|
Gatii meeshaalee ijaarsaa yeroo adda addaa jiru qorachuu;
|
|
Guyyaa 2
|
Raga sirri ta’e
|
4.3
|
Garaagarummaa gatii jiru xiinxaluun mirkaneessuun erguu.
|
|
Sa’aa 2
|
Adeemsa qulqulina qabu fi iftominaan hojjatame
|
|
B. Adeemsa Hojii xiqqaa Kenna Heyyamaa fi Galmee
|
|
|
|
|
|
|
1
|
Ragaa qulqulleessuu.
|
|
Daqiiqaa 5
| -
Iftoominan/yeroo gabaabaa keessa gaggeeffame
|
|
Raawwataa kenna heeyyamaa
|
“Software” kompitaraa
|
2
|
Waraqaa raga kennamu qopheessun;
|
|
Daqiiqaa 5
| |
3
|
Ragaa kompitaraan galmeessuu
|
|
Daqiiqaa 5
| -
Galmee “Software” n fayyadamee galmaa’e
|