Biiroo Industrii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa


B. Hojiiwwan Fuullee (Front line jobs)



Yüklə 1,05 Mb.
səhifə8/11
tarix03.01.2019
ölçüsü1,05 Mb.
#89860
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11


B. Hojiiwwan Fuullee (Front line jobs)

Lakk

Hojiilee gurgguddoo

Sadarkaa hojiin fudhatama itti argatu

Qaama raawwatan

Raawwiif kan gargaaru

Bal’ina hojii (Qr mil)

Yeroo

Qulqulina

Magaalaa/Godina

Biiroo




  1. Adeemsa H. Xiqqaa B. Kontraata ijaarsaa fi To’annoo






















  1. Bittaa fi ijaarsa gaggeessuu



















1.1

Sanada caalbaasii gurguruu




Daqiiqaa 10

  • Dokumeentii dizaayinii waliin wal-sime.

  • Dorgomtootaaf ifa ta’e.

  • Hojii loogumaan ala raawwatame

Raawwataa B. Kontrataa

Raawwataa B. Kontrataa

Heeyyama haaromfamee dhiyaate

1.2

Cufuu fi banuu




Guyyaa 0.5

Iftoomina raawwatame

Raawwataa B. Kontrataa

Raawwataa B. Kontrataa

Sanduuqa qophaa’ e

1.3

Iddoo ijaarsaa harkaan gahuu (site handover)




Guyyaa 2-3


Yeroo gababa keessatti raawwatame

Raawwataa to’ annoo fi hordoffii ijaarsaa

Raawwataa to’ annoo fi hordoffii ijaarsaa

Lojistiki guutame

1.4

Gaaffii kaffaltii fudhachuu.




Daqiiqaa 5

Yeroo gababa keessatti raawwatame

Haala mijeesituu

Haala mijeesituu

Dokumentii guutuu ta’ e

1.5

Kaffaltii raawwachuu




Daqiiqaa 15

Iftoomina raawwatame

Qabduu Mallaqaa

Qabduu Mallaqaa

Sanada qulqulina qabu




2. Rakkoolee Adeemsa hojii ijaarsaa kessatti ka’u furuu



















2.1

Qaama dhimmi ilaaluu waliin marii taasisuu.




Sa’aa 1

Iftoomina raawwatame







Ragaa qulqulina qabu




3. Adeemsa hojii ijaarsaa keessatti hojiilee waliigalt-een ala hojjatamaniif gatii qoratame mirkaneessuu (variation works)



















3.1

Gaffii fudhachuu;




Daqiiqaa 5

Iftoomina raawwatame

Haala mijeesituu

Haala mijeesituu

Ragaa qulqulina qabu




4. Garaagarummaa gatii meeshaalee ijaarsaa dhiyaatu qorachuun furmaata kennuu





















4.1

Gaffii fudhachuu;




Daqiiqaa 5

Iftoomina raawwatame

Haala mijeesituu

Haala mijeesituu

Ragaa qulqulina qabu




























  1. Adeemsa Hojii xiqqaa Kenna Heyyamaa fi Galmee






















2.1

Iyyannoo fuudhuu fi gucaa guutuu




Daqiiqaa 5

  • Iftoomina fi raga qulqulina qabuun raawwatame

Raawwataa kenna heeyyamaa

Raawwataa kenna heeyyamaa

Ragaa qulqulina qabu



2.2

Sadarkaa gaafatameef ogeessota dhiyaatan mallatteessisuu.




Daqiiqaa 5

  • Hojii loogumaan ala/iftoominaan raawwatame

2.3

Kaffaltii harkaa fuudhuu.




Daqiiqaa 5

  • Iftoomina raawwatame

Qabduu Mallaqaa

Qabduu Mallaqaa

Sanada qulqulina qabu

2.4

Galmeessuu fi heyyama kennuu.




Daqiiqaa 5

Raawwataa kenna heeyyamaa

Raawwataa kenna heeyyamaa

Kompitara




Ibsa 'Versions'


  1. Qorannoo fedhii

Industrii ijaarsaa keessatti qawaa jiru fi adeemsa hojii keessatti gara fuulduraa umamuu danda’an qorannaa adda addaa gaggeessun rakkolee umamaniif akkasumas gaaffii dhimmoota kanaan walfakkaatan irratti dhiyaatu adda baasuun furmaata akka kennamu taasisuu.

  1. Qophii dokumeentoota hojiidhaf barbaachisan

Qorannoo fedii gaggeeffamu irraa ka’uudhaan bakka hanqina gahuumsa muldhatutti qajeelfama, koodii, istaandaardii barbaachisu akka dhiyaatan taasisuun gaaffii kana irratti dhiyaatuuf ibsa gahaan akka kennamu taasisuu.

  1. Galmee heeyyamaa fi ogummaa

Industrii ijaarsaa keessatti ogeessota fi kontraaktaroota/gorsitoota sadarkaa adda addaatti hirmaachuuf galmaa’an ulaagaa galmee kaa’ameen xiinxallii gaggeeffamuun heeyyama akka argatan taasisuun ijaarsa projeektii motummaan bakka adda addatti bu’ura misoomaa driisuuf ogeeyyin gurmaa’anii akka irratti hirmaachuu danda’an akkataa ulaagaa ka’amuun hojii keessa akka galuu danda’an haala mijeess.

Galmee meeshaalee ijaarsaa (creshier, asphalt & concrete mixing plant, crane.....) akkataa ulaagaa kaa’ameen akka raawwatamu ni taasifama. Qorannoo gahuumsa meeshaalee ijaarsaa galmaa’an qaama alaatin akka mirkanaa’u ni taasifama.



  1. Heyyama Kontiraaktarummaa sad.7 hanga 9 jiran Godina irratti kennuudhaan ragaan dhiyaatee ICT fayyadamudhaan Biiroodhaaf dabarssu. Biiroon ragaa dhiiyaaatee ilaaluudhaan ni galmessa ykn yoo dogogoraa qabaate heyyama kenname ni haqa.

  2. Heyyama Kontraaktaruma sadarkaa 1-9, heyyama Gorsitootaa fi Ogeessotaa sadarkaa Biiroo irratti ni kennama ykn ni haaromsama ni guddifama.




  1. To’annoo fi Hordoffii (inspection)

Industrii ijaarsaa babalsuu irratti dizaayinii fi dokumeentoota jiran haala barbaadameen hojii irra oolu isaa fi ijaarsi projeektoota mootummaa raawwiin isaa akkataa barbaadameen sadarkaa qulqulinaa argatee hojjatamuu isaa fi kana keessatti qaamota hirmaatan hundinuu gahee isaanii bahuu danda’uu isaanii akka hordofaman taasisuu.

  1. “Periodic supevision” ogeessi yeroo yeroodhaan iddoo ijaarsaatti deddeebi’uun hojiin ijaarsaa koodii eegee haala waliigalteetiin akka plaanii irrratti kaa’ameen ”with good workmanship” hojjatamuu isaa ni to’ata, yeroo yeroodhaan safarrii hojii hojjetamee ni fudhatama. Kanfaltiidhaf mirkaneessee nidabarsa.

  2. ”Resident superviser” iddoo ijaarsaa irrattti ramaduu dhaan ijaarsichi guyyaa guyyaa dhaan ni hordofama. Hojiin hojjetame safarrii fudhatamee ni galmaa’a haaluma kanaan kanfaltii yammuu gafatamu akka mirkanaa’ee qaama ilaaluf akka darbu ta’a.

  3. Teekinoloojii ammayyaa (GIS or Camera) fayyadamuudhan hojii ijaarsaa hordofuun ni danda’ama. Ykn qamaanis darbee darbee ilaaluudhaan ni tohatama (optional).

  1. Deggersa Ogummaa

Ijaarsa projeektootaa gaggeeffamuuf sektaroota mootummaa deggersa ogummaa yammuu gaafatan deggersa teeknikaa kennuun rakkolee adeemsa keessatti umaman/ qunnamaniif yaada furmaataa kaa’uun ijaarsi projeektii haala barbaadameen akka raawwatamu taasisuu irratti deggersa wal-irraa hin cinne ni taasifama.

  1. Caalbaasii Ijaarsa projeektoota gaggeeffamu

Ijaarsa projeektoota sektara mootummaatin naannoo keessatti gaggeeffamuuf qophii dokumeentii irraa ka’ee hanga raawwii ijaarsaa jiru sadrkaa sadarkaan haala barbaachisaa ta’een deggersi BIMMO tiin kan kennamu yoo ta’u adeemsa kana keessatti rakoolee raawwii caalbaasii ijaarsaa akkataa qajeelfama bittaa jiruun iftoominaan raawwatamuu irratti deggersi fi hordoffin ni taasifama.
Gabatee 10: Gurmaa’iinsa, Caaseffama hojii fi itti gaafatamummaa

(organizing and pin point responsibility)
Tarreeffama hojii fi fedhii maammilootaa


Input”

Adeemsa hojiiwwan ijoo jalqabaa hanga dhummatti (Series of activities and steps in the process from start to finish)

Bu’aa (Output)

Outcome

Fedhii maammilaa




  1. Adeemsa hojii xiqqaa B. Kontraata ijaarsaa fi To’annoo













  1. Bittaa fi ijaarsa gaggeessuu










Bittaa ijaarsaa projeektii gaggeessuu



  1. Sanada Caalbaasii sadarkaa gaafatamuun qopheesssuu.

  2. Gossa bitta tajaajila murtesuu.

  3. Beeksisa baasuu ykn waamicha afeerrii dabarsu.

  4. Sanada caalbaasii gurguruu.

  5. Cufuu fi banuu.

  6. Xiinxaluu fi moo’attoota filachuu

  7. Moo’ataa beeksisuu.

  8. Dokumeentii waliigalteeqopheessuu fi mallateesisuu.

Dorgomaa gatii gadi’aanaa dhiyeesse waliin

Waliigaltee raawwatamee ijaarsa calqabame

Ijaarsa gahumsaa fi miidhagina qabu fi qusannaa irrattii hundaa’ee ijaarame.


Dhaabbata hojii ijaarsa raawwatu gahuumsa fi gatii fooyya’aa dhiheesse bifa iftoominaan filachuudhaan waliigaltee yeroo gabaabaa keessatti akka raawwatamu (Abbootii pirojektii)




  1. Iddoo ijaarsaa harkaan gahuu (site handover)

Iddoo harka gahame

Yüklə 1,05 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin