| -
Hordoffii ijaarsaa gaggeessuu (supervision)
|
|
|
|
Dizaayinii fi waliigaltee ijaarsa projeektii kenname
|
-
Hordoffii fi too’annoo gaggeessuu
-
Gaaffii kaffaltii fudhachuu
-
Ragaa kaffaltii qopheessuu, xiinxaluu fi mirkaneessuu
-
Kaffaltii raawwachuu
-
Ijaarsa xumurame walharkaa-fuudhinsa raawwachuu
|
Ijaarsa sadarkaa qulqullina isaa eeggatee yeroodhaan raawwatame (xumurame)
| -
Ijaarsa gahumsaa fi miidhagina qabu fi qusannaa irrattii hundaa’ee ijaarame tajaajila barbaadameef oole Safe, economical, functional aesthetical and Enviromntelly friendly construction).
-
Baajata projeektii qabame hojii irra oole.
| -
Ijaarssi sadarkaa qulqulina isaa eeggatee yeroo barbaadame keessatti xumurame (Abbootii pirojektii)
-
Kaffaltiin ijaarsaa guyyaa 5 keessatti akka raawwatamu
|
| -
Rakkoolee Adeemsa hojii ijaarsaa kessatti ka’u furuu
|
|
|
|
Ijaarsa gaggeessuuf waliigaltee raawwatame
|
Gaffii fudhachuun dhimma isaa qorachuu
|
Ijaarsa projeektii xumurame
|
Ijaarsa xumuramee tajaajilaaf oole
|
Ijaarsi projeektii akkataa waliigalteetin yeroo isaa eegate xumurame
|
ogummaa kennamu qopheessuu
Marii taasifame irratti hundaa’uun yaada
|
Furmaata kenname qaama dhimmi ilaaluf barreeffamaan kennuu
|
| -
Adeemsa hojii ijaarsaa keessatti hojiilee waliigalteen ala hojjatama-niif gatii qoratame mirkaneessuu (variation works)
|
|
|
|
Hojii dabalataan akka hojjatamu ajaja kenname waliin gaaffii dhiyaatu
|
Gaffii fudhachuu;
|
Sanada mirkanaa’ee bahe
|
Hojii dabalataan hojjatamee xumurame
|
Yeroo gabaabaa keessatti xumuramee deebii akka kennamuuf.
|
Gatii dhiyaate xiinxaluu;
|
Gatii mirkanaa’e qaama ilaaluuf erguu;
|
| -
Garaagarummaa gatii meeshaalee ijaarsaa dhiyaatu qorachuun furmaata kennuu
|
|
|
|
Sanda qophaa’ee dhiyaate
|
Gaaffi fudhachuu;
|
Ragaa Kafaltii mirkanaa’ee kenname
|
Garaagarummaa gatii meeshaaleef kanfaltii raawwatame.
|
Yeroo gabaabaa keessatti xumuramee deebii akka kennamuuf.
|
Dokumeentii waliigaltee jiruun hojii hojjatame adda baasuun xiinxaluu;
|
Gatii meeshaalee ijaarsaa yeroo adda addaa jiru qorachuu;
|
Garaagarummaa gatii jiru xiinxaluun mirkaneessuun erguu.
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
-
Adeemsa Hojii xiqqaa Kenna Heyyamaa fi Galmee
|
|
|
|
| -
Galmee heyyama Kontraakata-rummaa fi Gorsaa
|
|
|
|
Gaaffii abbaa dhimmaa ragaa barbaachisaa wajjiin dhiyaate
| -
Iyyannoo fuudhuu fi ragaa qulqulleessuu
-
Sad. Gaafatameef ogeessota mallateesisuu
-
Kaffaltii harkaa fuudhuu
-
Galmeessuu fi heyyama kennuu.
-
Data kompitaraan gurmeessuu.
|
Ragaa yeroo gabaabaa keessatti kenname.
|
Heeyyama argatanii industrii ijaarsaa keessatt hirmaatanii hojii Ijaarsa gahumsaa fi miidhagina qabu fi qusannaa irrattii hundaa’ee ijaarame argamsiifame (Safe,economical,functional aesthetical and enviromentally friendlly construction)
|
Heyyama / galmee sa’ aa 1 keessatti argachuu (hirmaannaa ogeessotaa industrii ijaarsaa keessatti dabale)
|
| -
Galmee heyyama ogummaa
|
|
|
|
Gaaffii abbaa dhimmaa ragaa barbaachisaa wajjiin dhiyaate
|
Gaaffii kenna heeyyamaa gucaa abbaa dhimma-an guutamee dhiyaatu ilaaluun sirri ta’uu isaa mirkaneessuu;
|
Waraqaa ragaa kenname.
|
Sadarkaa ogummaa kennameen hojjachuu danda’ame
|
Tajaajila iftoomina qabu fi yeroo gabaabaa keessatti dhimmi isaa akka xumuramuuf
|
Ragaa dhiyaate qulqulleessuu;
|
Waraqaa ragaa kennamu qopheessun kennuu;
|
Ragaa kompitaraan galmeessuu;
|
| -
Galmee Meeshaalee Ijaarsaa.
|
|
|
|
Gaaffii Ragaa sirrii ta’ee waliin dhiyaate
|
Gaaffii galmee guutamee dhiyaatu ilaaluun sirri ta’uu isaa mirkaneessuu;
|
Waraqaa ragaa kenname
|
Meeshaalee ijaarsaa tajaajilaf oole
|
Tajaajila iftoomina qabu fi yeroo gabaabaa keessatti dhimmi isaa akka xumuramuuf
|
Ragaa gahuumsaa mirkanaa’ee dhiyaate qulqulleessuu;
|
Waraqaa ragaa kennamu qopheessun kennuu;
|
|
3. Hordoffii hojii Bulchiinsa Kontraataa
|
|
|
|
Waliigaltee ijaarsa projeektii gaggeessuf raawwatame.
| -
Gabaasa raawwii hojii fudhachuu
-
Gabaasa raawwii gamaggamuu.
-
Dirree bahuun raawwii hojii ilaaluu.
-
Marii qaama dhimmi ilaalu waliin taasisuu.
-
Siirreeffama raawwii hojii taasisuu.
| -
Ijaarsa yeroo waliigaltee keessa xumurame
-
Baajata projeektii qabamee hojii irra oole.
|
Ijaarsa gahumsaa fi miidhagina qabu fi qusannaa irrattii hundaa’ee ijaarame tajaajila barbaadameef oole (Safe,economical,functional aesthetical and enviromentally friendlly construction)
|
Hojiin ijaarsaa haala waliigalteen hojjatamee xumuramee tajaajilaaf oole
|
|
4. Deggersa Ogummaa
|
|
|
|
Karoora qabame galmaan gahuu yaalamu
| -
Gaaffii dhiyaate
-
Dhimma gaaffin irratti dhiyaate adda baasuu.
-
Ogeessa ramaduun akka qoratamu taasisuu.
-
Qorannaa gaggeeffame irratti marii taasisuu fi furmaata kenname qaama gaafatame beeksisuu.
|
Ijaarsa Akkataa waliigalteen fi yeroo barbaadameen raawwatame
|
Ijaarsa sadarkaa qulqullina isaa eeggatee raawwatame (xumurame) tajaajila kenne
| -
Ijaarsa yeroo waliigaltee raawwatame.
-
Baajata ijaarsaaf qabame 100% hojii irra oole
|