Boonsaa tahe hojjechaa ture


TOORA XIYYEEFFANNOO: Sirna Gurmaa’insa Ragaafi Odeeffannoo



Yüklə 0,97 Mb.
səhifə10/13
tarix09.01.2019
ölçüsü0,97 Mb.
#94561
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   13

TOORA XIYYEEFFANNOO: Sirna Gurmaa’insa Ragaafi Odeeffannoo

Bu’aa Toora Xiyyeeffannoo: Kuufamaafi gurmaa’insa Ragaa Fooyya’e
Kaayyolee Tarsiimo’aa

maammila


Bu’aa qabeessummaa bajataafi iffifayyadama qabeenyaa foyyeessuu

Ittiquufinsa ummattaa guddisu

Fayyadamummaa ummattaa guddisuu



Faaynaansi
Adeemsa Keessaa


Hoggansafi Gurmaa’insa RagaaFoyyeeessuu


Qindoomina Dhi. Sectaroota Hundaa Foyyeessu

Dandeetti Barnootafi Leenjii Sektarichaa Guddisu


Ijaarsa Dandeetti


Dhiheessiifi Ittifeyyadama Teknolojii Foyyeessu

Dandeetti Raawwachiisummaa Foyyessuu




TOORAWWAN XIYYEEFFANNOO

  1. Qorannoofi Misooma Qabeenya Aadaafi Tuurizimii

  2. Gahumsa Tajaajila Dhaabbilee Aadaafi Tuurizimii

  3. Misooma Gabaafi Promoshinii

  4. Sirna Gurmaa’insa Ragaafi Odeeffannoo


Kaayyolee Tarsiimo’aa

maammila


Bu’aa qabeessummaa bajataafi iffifayyadama qabeenyaa foyyeessuu

Ittiquufinsa ummattaa guddisu

Fayyadamummaa ummattaa guddisuu



Faaynaansi
Adeemsa Keessaa


Qunamtii, misooma gabaafipromooshini guddisuu


Gahumsa tajaajila dhabbile aadaafi tuurizimi guddisu

Misoomaafi Baball’ina sonaafi industrii aadaa guddisu

Qorannoo seenaa, Afaanifi Artii Oromoo Guddisu

Qorannoofi misooma qab.uumamaa hawwata Tuurizimii guddisuu



Muxannoo Gaarrii Qindeessuufi Baball’isuu

Hoggansafi Gurmaa’insa RagaaFoyyeeessuu

Hoj. B.G.fi Kenna Tajaajilaa Foyyessu

Hirmaanna Umt.fi Qindoomina Q.F. Guddisu

F



Dandeetti Barnootafi Leenjii Sektarichaa Guddisu

Qindoomina Dhi. Sectaroota Hundaa Foyyeessu




Hordoffi, Deeggarsafi Gamaggamaa Foyyeessu


Ijaarsa Dandeetti




Dhiheessiifi Ittifeyyadama Teknolojii Foyyeessu

Dandeetti Raawwachiisummaa Foyyessuu

Gulantaa Shanaffaa (StepFive)



Safartuulee Raawwii Kaayyolee Tarsiimoo’aa (Strategic Performance Measures)
Safartuuleen raawwii kaayyolee gulantaa sadaffaa fi afraffaa keessatti kaa’aman sadarkaa bu’aa fi milkaa’ina isaanii madaaluuf meeshaa gargaaranii dha. Kaayyolee tarsiimoo’aan haala kallattii madaalliitiin addaan ba’anii kan taa’an yoo ta’u, safartuuleen immoo tokkoon tokkoon kallattii madaallii jalatti addaan ba’anii kaayyolee kaa’aman sadarkaa raawwii isaanii madaaluuf kan gargaaran agarsiistuu bu’aaleeti. Akka waliigalaatti safartuuleen raawwii, raawwii tarsiimoo’aa saktarichaa ykn mana hojii tokko hordofuu fi bara tarsiimichaa keessatti sadarkaan milkaa’ina kaayyolee irra ga’amuuf yaadame kan ittiin beekkamu dha.
Dabalataanis safartuuleen raawwii milkaa’ina kaayyolee tarsiimoo’aa mirkaneessisuuf xiyyeeffannoo guutuu hoggantootaa fi hojjettootaa walitti hidhuuf ni gargaaru. Hoggantoonnii fi hojjettoonni dhimmoota bu’aa fidan irratti akka xiyyeeffatan gochuudhaan tarsiimoon qophaa’e sirriittii hojjetamuu isaa mirkaneeffachuu ni dandeessisu.
Sadarkaa raawwattoota hundaatti bu’aalee eeggaman ifa gochuudhaan raawwattoota gidduutti waliigaltee uumuuf akkasumas bu’a qabeessummaa fi dadhabbina raawwii mana hojiichaa adda baasuurratti akka meeshaatti ni tajaajilu.
Safartuun raawwii gosoota bu’aalee madalamaniin murtaa’a. Bu’aawwan immoo fageenya yeroo itti argaman, gosa raawwataa (mana hojii, garee, hojjetaa) dhimma madaallii itti xiyyeeffatamu fi kkf’n addaan ba’u. Bu’uuruma kanaan, safartuuleen raawwii kaayyoolee waliigalaa Waajjira Aaadaafi Tuurizimii Godina Wallaggaa Bahaa akka arman gadiitti dhiyaatee jira

5.1. Safartulee Raawwii Tarsiimoo’aa fi Manii Waggoota Shanii

Kallatti Madaallii

Kaayyoolee waliigalaa (Corporate LevelStrategic Objectives)


Safartuulee raawwii

Ka’umsa

(2003-2007)

Manii waggaa shanii

(2008-2012)


Mannii (target)

2008

2009

2010

2011

2012

Maamila%20

  1. Ittiquufinsa /maamilaa/ ummataa guddisuu

Itti quufinsa dabalee%n

88

93

89

90

91

92

93

  1. Fayyadamummaa ummataa guddisuu

Uummata hubannoo argate lakk.n

205,000

505,000

255,000

310,000

370,000

435,000

505,000

Ummata Tajaajila dubbisa kitaabaa irraa fayyadamaa ta'e

100,000

249,000

125,000

152,000

182,000

214,000

249,000

Dowwii Hambaalee irraa uummata fayyadamaa ta'e

127,452

235,752

142,452

160,452

180,602

210,752

235,752

Seektera Aadaafi tuurizimii irraa namoota carraan hojii uumameef lakk.

5,764


11914

6814

7914

9114

10,414

11914

Ummataa hojii artiitiin tajaajila argate lakk

150,000

540,000

210,000

280,000

360,000

450,000

540,000

Faayinaasii (%15)



  1. Bu’a qabeessummaa baajataa fi Ittifayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Qisaasina maallaqaa fi qabeenyaa hir’ate %n

6


4

5.6

5.2

4.8

4.4

4

Gahumsaittifayyadamabaajataadabale (efficiency) %n

87

97

89

91

93

95

97


Madda galii dabalata argachuuf pirojekti proposalli qopha’e lak.

5

10

6

7

8

9

10

Pirojektii proposaali qopha’aan keessa kan bu’a qabeessa ta’aan lakk.

2

7

3

4

5

6

7

Tajaajiloota kennaman irraa galii argame qr.

256,000

890,000

376,000

500,000

628,000

758,000

890,000

AdeemsaKeessaa (%45)

Keessaa


  1. Gahumsa tajaajila dhaabbilee Aadaafi Tuurizimii guddisuu

Baay’ina Dhaabilee Tajaajila Aadaa dabale lakk.

15

50

20

26

32

41

50

Baay’ina Dhaabilee Tajaajila Tuuristii dabale lakk.

428

992

506

592

689

850

992

Dhaabilee A/T gorsaafi deeggarsa ogummaa argatan lakk.

443

1042

521

618

721

891

1042

Dhaabilee A/T mirkaneessaa gahumsa ogummaa argatan lakk.

443

1118

568

698

833

973

1118

Dhaabilee A/T tajaajila isaanii fooyyefatan %n

155

180

160

165

170

175

180

  1. Qo’annoofi Qorannoo Oromoo babal’isuu



Qorannoo fi Qo’annoo Afaan,Seenaa, fi Artii Oromoo Irratti geggeeffame lakk.


25

63

31

38

46

55

63

Qorannoo fi Qo’annoo Afaan,Seenaa, fi Artii Oromoo Irratti Sad.Biirootti maxxanfamanii ergaman raabsuu lakk.

11

39

17

23

29

35

39

  1. Qorrannoo misoomafi kunuunsa hambaalee qabeenya uumamaa hawwata turizimii guddisuu.




QorannooHambaaleefi Qabeenya hawwata turiziimii irratti gaggeeffame lakk.

21

35

23

25

28

31

35

Qabeenya uumamaa hawwata turizimii eegame. Lakk.

9

46

26

31

36

41

46

Hambaalee akka Godinaatti galmeeffaman lakk.

1515

2875

1787

2059

2331

2603

2875

Hambaalee misooman (kan suphaman fi kan haaraa ijaaraman) lakk

0

6

2

3

4

5

6

Bu’uuraalee misoomaa bakka hawwata turizimiitti baballatan. .


3

37



8

14

21

28

37

  1. Misooma

baball’ina Sonaa fi Indistrii aadaa guddisuu.

Dhaabbilee, waldaaleefi industirii aadaa dabale lakk.

11

60

21

30

40

50

60

Hojiiwwan artii uummata bira gahan lakk.

28

133

49

70

91

112

133

Torbeefi Jila aadaa gaggeeffaman lakk.

5

180

40

75

110

145

180

Dhaabbilee aadaa Walitti hidhamiinsa gabaa uumame lakka.

2

24

6

10

16

20

24

Omishaafi tajaajila Industrii Aadaa irraa galii argame. Qar.

-

1,225,000

175,000

200,000

245,000

645,000

1,225,,000

Barmaatilee miidhaa geessiisan irratti hojiiwwan hojjetame. lakka.

-

15

3

6

9

12

15

Beekumsa xabboo ummataa adda basuun akka beekaman taasisuu

-

10

2

4

6

8

10

  1. Kominikeeshinii, Piroomooshiniifi misooma gabaa guddisuu




Baay’ina odeeffannoo midiyaan tamsa’e lakk.

250

420

280

310

340

380

420

Baay’ina gosa maxxansaalee qophaa’e rabsame lakk.

13

33

17

21

25

29

33

Waltajjiiwwan gurguddoo qindaa’eefi qophaa’ee lakk.

25

55

31

37

43

49

55

Ayyaanoota (events) qindaa’e lakk.

30

60


36

42

48

54

60



Xiinxala misooma gabaa gaggeeffame lakk.

0

5

1

2

3

4

5

Giddugala odeeffannoo turistii (turist information center dhaabbate lakk.

0

5

1

2

3

4

5

Dhangala’insa tuuristii biyya keessaa dabale lakk.

127,177

235,097

142,122

160,047

180,122

210,157

235,097

Dhangala’insa turistii biyya alaa dabale lakk.

275

655

330

405

480

595

655

Galii dhangala’issa turistii irraa argame qar.

19,070,717

75,340,000

29,170,800

40,255,650

52,197,456

63,277,389

75,340,000

AgarsiisaEgzibishiniifi baazaarii qophaa'eefi irratti hirmaatame. lakk.

4

14

6

8

10

12

14

  1. Hojimaata hoggansa gurmaa’insa, kunuunsa fi tamsaasa ragaa foyyeessuu

Caasaa Godinafi Aanaalee keessatti wiirtuu ragaa hunddaa'e lakk.n

0

18

18

-

-

-

-

Sirna ragaa diriire lakk.

0

3

1

2

3

-

-

Ragaalee walitti qabamee lakk.

2,000

7,220

2,920

3,920

5,020

6,120

7,220

Ragaalee walitti qabame qindaa’e lakk.

1,200

6,820

2,100

3,220

4,400

5,600

6,820

  1. Hojimaata bulchiinsa gaariifi kenniinsa tajaajilaa fooyyeessuu

Komii uummataa xiqqate %n

10

5

9

8

7

6

5

Kenna tajaajilaa fooyya’e %n

80

89

82

84

86

88

89

  1. Hirmaannaa ummataa fi qindoomina qooda fudhatoota guddisuu

Waltajjii qindoominaa taasifame lakk.

5

25


9

13

17

21

25

Hojiiwwan qindominaan hojjataman lakk.

7

95

19

38

57

76

95

  1. Muuxannoowwan gaggaariiqinddeessuun akka babal’atan taasiisuu

Muuxannoowwangaarii qindaa’an lakk.

0

5

1

2

3

4

5

Muuxannoowwangaarii babal’atan lakk.

0

4

-

1

2

3

4

  1. Sirna karoora hordoffii, deeggarsaa, to’annoo figamagama

Fooyyessu

Uwwisa deeggarsa hordoffiifi gamaaggamaa %n

75

90

78

81

84

87

90

Uwwisa duub-deebiikenname %n

65

90

70

75

80

85

90

Duub-deebii kennameen jijjirama dhufe. %

60

85

65

70



75

80

85

  1. Danddeettii barnootaaf leenjii seektarichaa guddisuu

Humna nama baratee ( leenji’ee ) seektarichaa keessa jiru %n

5

40

12

19

26

33

40

Humna namaa haaraa seektaricha keessatti leenjiin kennameef. lakk.

125


750

250

375

500

625

750

  1. Qindoomina dhimmoota seektaroota hundaa /main streaming issue/ guddisuu

Dubartootaafi dargaagootaaf hubanoo uumuuf waltajjii geggeefaman lakk.

10

25

13

16

19

22

25

Carraa hojii uumameen dubartootaafi darggaggoota fayyadamoo ta’an lakk.

5,764

20,764

8,764

11,764

14,764

17,764

20,764

Kunuunsaa fi deeggarsa hojjattoota HIV dhiiga isaanii keessa jiruuf taasifame lakk.

0

10

2

4

6

8

10

IjaarsaDandeettii (%20)



  1. Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu



Adda dureewwan uumaman %n

23

70

45

50

55

65

70

Raawwii hoggantootaafi raawwattoota dabale %

75

85

77

79

81

83

85

Hammattoo seeraa Qophaa’an (የህግማእቀፍ ) hojiirra oolchuu lakka.

11

21

13

15

17

19

21

Hoggantootaa fi raawwattootaa leenjii yeroo gababaa argataan lakk.

180

380

220

260

300

340

380

Hoggantootaafi raawwattoota leenjii yeroo dheeraa argataan lakk.

0


5

1

2

3

4

5

  1. Dhiyeessii fi ittifayyadama teknoloojii guddisuu

Uwwisa neetworkii diriiree %n

5

65

15

25

35

50

65

Softweerii misoome hojiirra oole. lakk.

-

5

1

2

3

4

5

Mosaajii ( websaayitii) misoomeefi hojjira oole lakk.

-

5

1

2

3

4

5

Ittifayyadama teekinooloojii dabale %n

35

65

40

45

50

55

65

  1. Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu

Waltajjii Hubannoo uumuuf hojjettootaaf qophaa’ee . lakk.

30

60

36

42

48

54

60

Itti quufinsa hojjetoota dabale %n

60

75

63

66

69

72

75

Dhiyeessa loojistikiifi bakka hojii fooyya'e %n

45

70

50

55

60

65

70

Seera qabeessumma/namusa hojjetoota dabale %n

60

75

63

66

69

72

75

Yüklə 0,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   13




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin