Boonsaa tahe hojjechaa ture



Yüklə 0,97 Mb.
səhifə11/13
tarix09.01.2019
ölçüsü0,97 Mb.
#94561
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   13



Gulantaa Jahaffaa (Step Six)

Tarkaanfilee Tarsiimo’aafi Baajataa (Strategic Initiatives &Budget)

Ibsa Waliigalaa Tarkaanfiilee Tarsiimo’aa



Tarkaanfiilee tarsiimo’aan galmoota keenya gara hojiitti kan ittiin ceesifnu sagantaalee, piroojekitootaa fi gochoota ijoo dha.Galma gahiinsi tarsiimoo hojiirra oolmaa tarkaanfiilee tarsima’ootiin mirkanaa’a. Tarkaanfiilee tarsiimo’aan kan yeroo dheeraa ykn gabaabaa ta’uun galmoota waliin ciminaan kan walitti hidhaman dha. Tarkaanfileen tarsimo’aan galmoota tarsiima’ootiif galtee (inputs) waan ta’aniifis yeroo bu’aan galmootaa itti argamu dursanii raawwatamuu kan qabu yoo ta’uu, akka amaloota isaaniitiin ji’oota jahaa hanga kudha saddeet ta’an keessatti akka raawwataman ni eegama.Tarkaanfiileen Tarsiimo’aa bu’aalee, manii (target) eegamuu fi sadarkaa raawwii manni hojii irratti argamu (base line) gidduutti hanqina raawwii mul’atu guutuuf piroojektiiwwan filataman dha. Sirni baajataa hojilee bu’uraan galma geessisu keessaa inni guddaan qabeenya mana hojii muraasa ta’e bifa bu’aa agarsiisuu danda’uun qooduu dha. Sirna madaallii bu’aa karoora tarsiimoo keessattis raawwii mana hojiitiif qabeenya akka galteetti (inputs) oolu bu’aa waliin hojmaata baajataan wal-simu hordofuun barbaachisaa dha.
Sirni hojiimaata baajata gosa kanaa immoo tarsiimoo, karoora faayinaansii fi bulchiinsa faayinaansii walitti qindeessuun hojiirra kan oolchu dha. Haalli kun immoo baajaticha ga’umsa qoodinsa baasii fi kenna tajaajilaa fooyyessuuf baasii mana hojii bu’aa waliin ni firoomsa.Tarkaanfilee tarsima’oon mana hojii immoo tarsiimoo mana hojii baajata waliin kan wal-qabsiisuu dha. Baajatni sagantaa tartiiba hojiimaata hordofuu qabu irratti hundaa’ee haala milkaa’ina kaayyoo kanaaf ooluu danda’uun wal-simsiisuun baajata baasii kallattii (direct cost) qopheessuun ni dandaa’ama. Haaluma kanaan Waajjira Aadaafi Tuurizimii ilaalchisee tarkaanfiilee tarsiimo’aafi baajatnii kallattiiwwan tarkaanfiilee tarsimo’aa tokkoon tokkoon kaa'aman armaan gaditti dhihaateera


GulantaaJahaffaa (Step Six)

TarkaanfileeTarsiimoo’aafiBaajata (Strategic Initiatives &Budget)

KallattiiMadaalii

KaayyoleeTarsiimo’aa

Safartuulee Raawwii

Ka’umsa

Mannii (Targets)

TarkaanfileeTarsiimowaa (Strategic Intiatives)

Baajata (Qar.)


2007

2008-2012

Ummata/Lammii

(20)

  1. Ittiquufinsamaamilaa/ummataaguddisuu

Ittiquufiinsadabalee

88

93

Sagantaa sakatta’insa yaada uummataa (public opinion survey)

12,000



  1. Fayyadamummaa ummataa guddisuu.




Ummata Tajaajila dubbisa kitaabaa irraa fayyadamaa ta'e

100,000

249,000

Sagantaa xinxaala itti fayyadamumma ummata


10,000


Dowwii Hambaalee irraa uummata fayyadamaa ta'e

127,452

235,752

Ummata hubannoo argate lakk.

205,000

505,000

SeekteraAadaa fi Tuurizimii irraa namoota carraan hojii uumameef lakk

5,764


11914

Ummataa hojii artiitiin tajaajila argatelakk

150,000

540,000

Faayinaansii (%15)




  1. Bu’a- qabeessummaa baajataa fi ittifayyadamaqabeenyaafooyyessuu.

Qisaasinaqabeenyaahir’ate %n

6

4

Sagantaa qusannoofi itti fayadama qabeenya


11000

Gahumsaittifayyadamabaajataadabale (efficiency) %n

87

97

Madda galii dabalata argachuuf pirojekti proposalli qopha’e lak.

5

10

Sagantaa fooyya’insa bulchiinsafi to’annoo baasii



12000


Pirojekti proposaali qopha’aan keessa kan bu’a qabeessa ta’aan lakka

2

7

Tajaajiloota kennaman irraa galii argame qr.

256,000

890,000

Adeemsa HojiiKeessaa

(45)

  1. Gahumsatajaajila dhaabbilee Aadaafi Tuurizimii guddisuu

Baay’inaDhaabileeTajaajilaAadaadabalelakk

15

50

Paakejii Ga’umsaafi tajaajila dhaabbilee Aadaafi turizimii

51900


Baay’inaDhaabileeTajaajilaTuuristiidabalelakk.

428

992

Paakeejii promoshinii qabeenya aadaafituurizimii.

45811


Dhaabilee A/T gorsaa fi Deeggarsa ogummaa argatan lakk.

443

1042

Paakeejii ga'umsafi qulqullinafi sagantaa leenjii.

56977.

DhaabileeA/T Mirkaneessaa gahumsa ogummaa argatan lakk.

443

1118

Dhaabilee A/T tajaajila isaanii fooyyefatan %n

155

180

Adeemsa HojiiKeessaa


  1. Qo’annoo fi Qorannoo Oromoobabal’isuu

Qorannoo fi Qo’annoo Afaan,Seenaa, fi Artii Oromoo Irratti geggeeffame lakk.


25

63

Pakeejii qorannoo seenaafi afaan Oromoo.

Pakeejii qorannoo qabeenyaa uumamaafi hambaalee (tangible heritage) kallattii misoomaa agarsiisu.


Pakeejii qorannoo artiifi aadaa killiyyaa(gochaaleedudhaa, beekumsa xabboofi barmatile midhaagessissaan)


64110
75000

60,000




Qorannoo fi Qo’annoo Afaan,Seenafi Artii Oromoo irratti sad.Birootti maxxanfamanii rabsaman lakk.

11

39

  1. Qorrannoo fi Misooma Hambaalee fi qabeenya uumamaa hawwata turizimii guddisuu

Qorannoo Hambaalee fi Qabeenya hawwata turiziimii irratti gaggeeffamelakk.

21

35

Paakeejii Qorannoo fi Misooma Hambaaleefi hawwatoota turizimii
Paakeejii sgantaawwan leenjiifi workshoopii (karoota),


Piroojaktootamisoomaa (Ijaarsaafisuphaa)


57127

86,


374

200,000


Qabeenya uumamaa hawwata turizimii eegame lakk.

9

46

Hambaalee akka Godinatti galmeeffaman lakk.

1515

2875

Hambaalee misooman (kan suphaman fi kan haaraa ijaaraman)lakk

0

6

Bu’uuraalee Misoomaa bakka hawwata turizimi itti baballatan

3

37

  1. Misooma fi baball’insasonaa fi industriiaadaaguddisuu.

Dhaabbilee, waldaalee fi industrii aadaa dabale lakk.

11

60

Pakeejii Misooma fi baball’insa sonaaf iindustrii aadaa

Paakeejii bu'aalee qorannoo uummataa biraan ga’uu.



141,110
48,

667


Hojjiwwan artii uummata bira gahan lakk.

28

133

Torbeefi Jila aadaa gaggeeffaman lakk.

5

180

Dhaabbilee aadaa walitti hidhamiinsa gabaa uumame lakka.

2

24

Omishaafi tajaajila industrii Aadaa irraa galii argame. Qar

-

1,225,000

Barmaatilee miidhaa geessiissan irratti hojiwwan hojjatame lakk

-

15

  1. Qunamtii,Piroomooshinii fi Misooma gabaaguddisuu



Baay’ina odeeffannoo midiyaa tamsa’ee lakk.

250

420

Sagantaababab’ilnaodeeffannoofi Misooma Gabaa



1,923,000



Baay’ina gosa maxxansaalee qophaa’e rabsame lakk.

13

33

Waltajjiwwan gurguddoo qindaa’ee fi qophaa’ee lakk.

25

55

Ayyaanoota (events) qindaa’elakk.

30

60

Xinxala Misooma gabaa gaggeeffame lakk.

0

5

Giddugala odeeffannoo turistii (turist information center dhabbate lakk.

0

5

Dhangala’insa turistii biyyaa keessaa dabale lakk.

127,177

235,097

Dhangala’insa turistii biyyaa alaa dabalelakk.

275

655

Gali dhangala’isaa turistiiirraa argame qar.

19,070,717

75,340,000

AgarsiisaEgzibishiniifi baazaarii qophaa’e irratti hirmaatame. Lakk.



4

14




  1. Hojimaata hoggansa gurmaa’insa, kunuunsafi tamsaasa ragaa fooyyeessuu

Caasaa Godinafi Aanaalee keessatti wiirtuu ragaa hunddaa'e lakk.n

0

18

Sagantaa Fooyya’insa sirna ragaafi JBAH/BPR calibration,.


32,000


Sirna ragaa diriire lakk.

0

3

Ragaalee walitti qabame lakk.

2,000

7,220

Ragaalee walitti qabamee qindaa’e lakk.

1,200

6,820

  1. Hojimaata bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa fooyyeessuu

Komii uummataa xiqqaate %n

10

5

Sagantaa Fooyya’insa kenna tajaajilaa

25,000

Kenna tajaajilaa fooyya’e %n

80

89

  1. Hirmaannaa ummataa fi qindoomina qooda fudhatoota guddisuu




Waltajjii qindoominaa taasifame lakk.

5

25

Sagantaa hirmaachisumaa dubartootaa dhimma aadaafi tuurizimii.

35,000

Hojiiwwan qindominaan hojjataman lakka

7

95

  1. Muuxannoowwangaggaariiqinddeessuun akka babal’atantaasiisuu

Muuxannoowwan gaarii qindaa’an lakk.

0

5

Sagantaa muuxannoowwan gaggaarii qindeesuufi babal’isuu

45,000

Muuxannoowwan gaarrii babal’atan lakk.

0

4

  1. Sirna karoora hordoffii, deeggarsaa,

Uwwisa Deeggarsa hordoffiifigamaaggama %n

75

90

Paakeejjii to’annoo, hordoffiifi deeggarsa ogummaa

65,000

Uwwisaduub-deebiikenname%n

65

90

Duub-deebii kennameen jijjirama dhufe %


60

85

  1. Dandeettii barnootaafi leenjii seektarichaa guddisuu

Human namaa barate(leenji’ee) seektarichaa keessan jiru%n

5

40

Sagantaa ijaarsa dandeettiifi fooyya’insa tajaajilaa

85,000

Gosa ogummaawwan seektarichaa sirna barnootaa keessati hammataman lakk.

13

53

Human namaa haaraa seektaricha keessatti leenjiin kennameef.lakk.

125

750

  1. Qindoomina dhimmoota seektaroota hunda (main Streaming issue) guddisuu

Dubartootaa fi dargaagootaaf hubanoo uumuuf waltajjii geggeefaman lakk.

10

25

Sagantaa walitti dhufenyaa, qunnamtiifi idileessa dhimma seektarootaaa

24,000



Carraa hojii ummameen dubartootaafi darggaggoota fayyadamoo ta’an lakk.

5,764

20,764

Sagantaa hirmaachisummaa dubartootaafi dargaggootaa dhimma aadaafi tuurizimii


75, 000

Kunuunsaa fi deeggarsa hojjattoota HIV dhiiga isaanii keessa jiruuf taasifame lakk.

0

10

IjaarsaDandeetti (20%)


  1. Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa

fooyyessuu.

Adda dureewwan

uumaman%n

23

70

Sagantaa fooya’insa humna raawwachiisummaa (ijaarsa dandeettii hojjetootaafi gahumsa gaggeessuummaa)




72,000

Raawwii

hoggantootaafi raawwattoota

dabale %

75

85

Hammattoo seeraa Qophaa’an (የህግማዕቀፍ) hojiirra oolchuu lakk.

11

21

Hoggantootafi raawwattoota

LeenjiiYeroo

Gababaa

Argataan lakk.

180

380

Hoggantootaa fi raawwattoota leenjii yeroo dheeraa argataan lakk.

0

5

  1. Dhiyeessaa fi ittifayyadamateknoloojiigudisuu.

Uwwisa neetwoorkii diriire %n

5

65

Paakeejii

Dhiheessaa,babal’insafi dandeettii itti fayyadama teeknooloojii (ICT)



39,000

Softweerii misoome hojiirra oole. lakk.

-

5

Mosaajii (Websaayitii) misoomee fi hojjiraoolelakk.

-

20

Itti fayyadama teekinooloojii dabale %n


35

65

Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu

Waltajjii Hubannoo uumuuf hojjatootaaf qophaa’e. Lakk.

30

60

Sagantaa fooyya’insa siiviil sarviisii (CSIP calibration)

Projektii dhiyeessafi itti fayyadama loojistikii



350,000

Itti quufinsa hojjetoota dabale%n

60

75

Dhiyeessa loojistikii fi bakka hojii fooyya’e %n


45

70

Seera qabeessumma /namusa hojjetoota dabale %n

60

75

Ida’amaWaliigalaa

3,702,076

Yüklə 0,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   13




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin