Boonsaa tahe hojjechaa ture



Yüklə 0,97 Mb.
səhifə12/13
tarix09.01.2019
ölçüsü0,97 Mb.
#94561
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   13


Tarkaanfileefi Bajataa

La.

Tarkaanfilee (initiatives)

Bajataa Waggaa

(Qar.)

Ida'ama

2008

2009

2010

2011

2012




1

Sakkatta’iinsa sadarkaa itti quufinsa uummataa

2,400

2,400

2,400

2,400

2,400

12,000

2

Sagantaa xinxaala itti fayyadamummaa maamilaa

2000

2000

2000

2000

2000

10,00

3

Sagantaa qusannoofi itti fayadamaaa qabeenyaa


2200

2200

2200

2200

2200

11,000


4

Sagantaa fooyya’insa bulchiinsafi to’annoo baasii

2,400

2,400

2,400

2,400

2,400

12,000

5

Paakejii Ga’umsaafi tajaajila dhaabbileeAadaafi turizimii

10,380

10380

10380

10380

10380

51,900


6

Paakeejii promoshinii qabeenya aadaafi tuurizimii.

9162

9162

9162

9162

9163

45811

7

Paakeejii ga'umsa,qulqullinafi sagantaa leenjii.

11395

11395

11395

11395

11396

56977.

8

Pakeejii qorannoo seenaafi afaanOromoo

12822

12822

12822

12822

12822

64110

9

Pakeejii qorannoo qabeenyaa uumamaafi hambaalee (tangible heritage) kallattii misoomaa agarsiisuu.

15000

15000

15000

15000

15000

75000

10

Pakeejii qorannooartiifi aadaa killiyyaa (gochaalee dudhaa, beekumsa xabboofi barmatilee midhaa gessissaan)


12000

12000

12000

12000

12000

60000


11

Paakeejii Qorannoo fiMisoomaHambaaleefi hawwatoota turizimii


11425

11425

11425

11425

11426

57127


12

Paakeejii sgantaawwan leenjiifi workshooppii (karoota),


12274

12274

12274

12274

12275

86374


13

Piroojaktoota misoomaa (Ijaarsaafi suphaa)


40,000

40,000

40,000

40,000

40,000

200,000

14

Pakeejii Misooma fi baball’insa sonaafi industrii aadaa


28,222

28,222

28,222

28,222

28,222

141,110

15

Paakeejii bu'aalee qorannoo uummataa biraanga’uu.

9733

9733

9733

9733

9734

48,667

16

Sagantaa babab’ilna odeeffannoofi Misooma Gabaa


384600

384600

384600

384600

384600

1,923,000

17

SagantaaFooyya’insa sirna ragaafi JBAH/BPR calibration,.

6400

6400

6400

6400

6400

32000

18

SagantaaFooyya’insa kenna tajaajilaa

5000

5000

5000

5000

5000

25000

19

Sagantaa hirmaachisummaa dubartootaa dhimma aadaafi tuurizimii.

7000

7000

7000

7000

7000

35,000

20

Sagantaa muuxannoowwan gaggaarii qindeesuufi babal’isuu

9000

9000

9000

9000

9000

45000

21

Paakeejii too’annoo, hordoffiifi deeggarsa ogummaa

13000

13000

13000

13000

13000

65,000

22

Sagantaa ijaarsa dandeettifi fooyya’insa tajaajilaa

17000

17000

17000

17000

17000

85,000

23

Sagantaa walitti dhufenyaafi qunnamtiifi idileessa dhimma seektarootaaa



4800

4800

4800

4800

4800

24000


24

Sagantaa hirmaachisumaa dubartootaafi dargaggootaa dhimma aadaafi tuurizimii



15000

15000

15000

15000

15000

75000

25

Sagantaa fooya’insa humna raawwachiisummaa (ijaarsa dandeettii hojjetootaafi gahumsa gaggeessuummaa)


14400

14400

14400

14400

14400

72000

26

Paakeejii

Dhiheessaa,babal’insafi dandeettii itti fayadama teeknooloojii (ICT)



7800

7800

7800

7800

7800

39000

27

Sagantaa fooyya’insa siiviilsarviisii Projektii dhiyeessafi itti fayyadama loojistikii

70000

70000

70000

70000

70000

350000.

Ida’ama waligalaa

3,702,076




Safartulee Raawwii Tarsiimo’aa fi Tareeffama Hojii Waggoota Shanii

  1. Ittiquufinsa /maamilaa/ ummataaguddisuu

    1. Itti quufinsa dabalee%n

  • Qophii ka’umsa hojii (TOR) fi meeshaalee ragaan ittiin funaanamu Yeroo 10 qopheessuu

  • Sagantaa xinxaalaitti fayyadamummaa maamilaa Yeroo 10 gageessu

  • Sakatta’iinsa gaggeessuu, ragaa sassaabame qaaccessuudhaanYeroo 10 qindeessuu

  1. Fayyadamummaa ummataa guddisuu

    1. Tajaajjila dubbisaafi do’ii hambaalee irraa ummata fayyadamaa ta’e lakka 484,752 tiingahuu.

  • Tajaajila dubbisaa kennuu namoota 149,000 fayyadamaa taasiisuu

  • Do’ii Hambaalee gidugalaa irraa namoota 108,300 akka fayyadamoo taasiisuu

  • Tajaajila dubbisaa fi do’iihamballee sadarkaaa godinaafi Aanaalee kennuun fayyadamummaa ummataa dabaluun.

    1. Ummata hubannoo argate lakk. 505,000 irraan ga'uu.

Aanaalee hunda keessatti qabeenya aadaafi tuurizimii qoratameefi misomee irratti dubartootaafi dargaggootaaf mata duree adda addaa irratti

Qaammoolee adda addaa waliin (IMX, BLTO, WLQO fI kkf) waliin ta’uun seektara kana keessatti haala mijeessuufi uummata 300,000f hubannoo uumuu.



  • Carraahojii irratti 85,000

  • Ga’umsa dhaabbilee irratti 80,000

  • Barmaatilee midhaa qaban irratti 45,000

  • HIV Edisii irratti 38,000

  • Kora adda addaa irratti 18,000

  • Sonaa fi IndustriiAadaa irratti 15,000

  • Carraa Investimantii irratti 3,000

  • Waltajjii karaa kominikeeshinii gaggeeffaman 10,000

  • Karoora Godinaa irratti Abbootii gadaa, Abbootii qabeenyaa, Abbootii Amantaa, Waldaa dubarttootaa fi waldaalee adda addaa walitti namoota 6,000 kennu.


    1. Seektera Aadaafi tuurizimii irraa namoota carraan hojii uumameef lakk. 11914 tiin gahuu

  • Aanaalee hunda keessatti qabeenya aadaafi tuurizimii qoratameefi misomee irratti dubartootaafi dargaggootaaf carraa hojii uumuu. (tuurizimii hawaasa bu'ureffate, hojiifi gurgurta oogumma harkaa, faaya aadaa, nyaata aadaa, hojii artii, dhabbilee aadaafi tuurizimii keessatti fi kkf) irraa fayyadamtoota akka ta’an hojjechuu. Carraa/opportunity/ Godinicha irratti jiru fi fedhii jiru addaan baasuu.

  • Qaamoolee adda addaa (IMX, BLTO, WLQO fI kkf) waliin ta’uun seektara kana keessatti carraan hojii akka babalatu haala mijeessuufi hojiilee adda addaa raawwachuu

  • Dhaabbilee aadaafi tuurizimii irraa hawaasaa fayyadamaa jiru guddisuuf carraa hojii dargagootaafi dubartoota 6150f uumuu.

  • Aanaalee 17 keessatti caaraan hojii seektara tuurizimii akka guddatu taasisuu irratti qorannoo gaggeessuun, haala qabatamaafi carraa jiran xiinxaluudhaan gosoota tajaajilaafi oomishaa carraa hojii uumuufi tooftawwan ittifayyadamaa qorannoon adda baasuun sadarkaa hundatti gadi buusuu, akka gurmaa’an deeggeersa ooggumma gochuun gabaa keessa akka galaan gochuu

  • Bakkeewwan ga’umsa tuuristii 5 irratti qorannoon gaggeessuun gosoota tajaajila tuuristii hawaasa bu’uurfate irratti carraa hojiifi tooftawwan ittifayyadamaa adda baasuun tokkoon tokkoon isaanii irratti akka gurmaa’an deeggeersa ooggumma gochuun gabaa keessa akka galaan gochuu

  • Meeshaaleen ogummaa harkaa aadaa babaldhatee haala tajaajila tuuristiif oolu danda’ufi haala walitti hindhiinsa gabaa irratti qorannoo gaggeesuun bu’aa isaa hojii irra oolchuu.

  • Walumaagalatti carraa hojii seekterichaa %100 gudisuu.

    1. Ummataa hojii artiitiin tajaajila argate lakk 540,000 irraan ga'uu

  • Tajaajila tiyaatiraa do’ii adda addaa, filmii hojjiwwan aartii sadarkaa aanaa irraa kaasee dhiyaatu irraa ummata 390,00 fayyadamaa taasiisuu

  1. Bu’aqabeessummaa baajataa fi Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

    1. Qisaasina maallaqaa fi qabeenyaahir’ate %n 6-4 fiduu

  • Aadaan qusannoo akka fooyya'u taasisuun baajata ramadame qusannaan itti fayyadamuu qisaasina qabeenyaa % 6 - 4 hir'isuu.

    1. Gahumsaa itti fayyadama baajataa dabale (efficiency) %n 87 irraa 97 dhaqabsiisuu.

  • To'annaa baasii baajataa % 87-97 fooyyessuu

  • Qabeenyaa, Humna namaa Raawwachuu % 100

  • Bittaa gaggeeffamu hunda karaa seera qabeessata'een akka taasifamu hordofuun % 100 kiraa sassaabdummaa gama kanaan jiru akka hafu taasisuu.

    1. Madda galii dabalataa argachuuf pirojekti proposalii qophaa’e lakk. 10n gahuu

  • Hanqina baajataa qabnu furuuf abuura maallaqaa adda adda (pirojeekt piropoozaalii) 5 qopheesuu.

  • Bakkeewwan ga’umsa tuuristti tajaajilli tuuristii hawaasa bu’uurfate ittiin adda bahe keessaa 5 irratti piropoozaala piroojaktii hawaasini ittiin gargaarsa argachuu danda’u qopheessuun qaamoota mootummaafi miti-mootummaa deeggersa gochuu danda’u gara garaa biraan gahuu bu’aa isaa hodofuu.

  • Kununsaa hamabaaleefi qabeenya uumamaa hawwata tuuristii ilaalchisee piropoozaala piroojaktii 5 qopheessuun qaamoota gargaarsaa mahaallaqaa kennan ykn kan dhimmii ilaalu hunda biraan ga’uun hordofuu,akka milkaa’u taasisuu

    1. Pirojekti proposaali qopha’aan keessa kan bu’a qabeessa ta’an lakk.n 7n gahuu

  • Hojii piromooshinii fi kennaa tajaajila aadda addaa hojechuun galiin keessaa dabaluuf Pirojekti proposaali qopha’aan keessa 5 bu’a qabeessa taasiisuu

    1. Tajaajiloota kennaman irraa galii argame qr. 890,000tiin gahuu

3.5.1,Kiraa godoo bashannanaa irraa qar.300,000 walitti qabuu

3.5.2, Daawwannaa godambaa irraa qar. 70,750 Walitti qabuu .

3.5.3,Kennaa eeyyama ogummaa haaraa irraa qar. 236,250.

3.5.4, Kennaa eeyyama ogummaa haarormsuu irraa qar.27,000



  1. Gahumsa tajaajila dhaabbilee Aadaafi Tuurizimii guddisuu

    1. To’annoofi Hordoffii

4.1.1 Dhaabbilee tajaajila Aadaafi Tuurizimii deggarsa ogummaa argatan lakk 1042 irraan ga'uu.

  • Manneen kitaabaa 17 tajaajila gahumsaafi qulqullinna qabu fayyadamtootaaf akka kennaan hordofuun gorsaafi deeggarsa ogummaa kennuu.

  • Gurmaa’innaafi kenna tajaajilaa Godahambaale 18 hordofuun deggarsa ogummaa laachuu .

  • Waldaaleefi dhaabbilee tajaajila Aartii, Oomishaafi gurgurtaa meeshaa aadaa, kkf 34 hordofuun akka tajaajila isaanii fooyyeffatan deggarsa ogummaa gochuu.

  • Hambaalee aadaafi seenaa (masaraalee, ardoota jilaa, bakka Muudaa, hambaalee seenaa…kkf) 10 hordofuu akka Miidhaan irra hin geenne deggarsa gochuu,to’achu.

  • Dhaabilee Tajaajila tuuristii 599 akka qulqullinaafi gahumsaan hordofuun gorsuu, deggaruu too’achuu.

  • Waldaalee carraa hojii uummachuun qabeenya aadaafi tuurizimii irratti gurmaa’an 34 hordofuun addaan baasuun deggarsa ogummaa gochuu.

  • Iddoowwan hawwata tuuristii (Haroowwan,Bishaan O’aa ), holqawwan, fincaa'aa,…kkf) 35 akka miidhaa irra hin geeyne hordofuu,too’achuufi deeggaruu.

  • Dhaabbileen tajaajila tuuristii akka Qulqullinnaafi gahumsaan maammiltoota keessummeessan leenjii hubannoo cimsu hojjattootaa isaanii 3,594f kennuu.

  • Dhaabilee Aadaafi Tuurizimii tajaajila isaanii fooyyefatan lakk. 155-180.

    1. Mirkaneessa gahumsaafi qabiinsa ragaa

      1. Dhaabbilee tajaajila Aadaafi Tuurizimii hayyama gahumsa ogumma argatan lakk 1118 irraan ga'uu.

  • Dhaabilee tajaajila tuuristii hayyama mirkaneessaa gahumsa ogummaa haara 675 kennuu.

  • Dhaabilee tajaajila tuuristii hayyama gahumsa ogummaa qaban 540 haaromsuu .

  • Dhaabbilee tajaajila Aadaa hayyama gahumsa ogummaa haaraa 35 kennuu .

  • Dhaabbilee tajaajila Aadaa hayyama gahumsa ogummaa 28 haaromsuu.

  • Ragaa baay’ina Siree dhaabbilee tajaajila tuuristii 3,710 walitti qabuun qindeessuu.

  • Ragaa baay’ina kutaalee dhaabbilee tajaajila tuuristii 5,830 walitti qabuun qindeessuu.

  • Ragaa hojjattoota dhaabbilee Aadaafi Tuurizimii 7,290 walitti qabuu qindeessuu.

  • Qajeelfamaa dhaabbilee Aadaafi Tuurizimii fooyya'ee qophaa'e hojii irra oolchuu.

  • Ragaa dhaabbilee tajaajila Aadaafi Tuurizimii hayyama gahumsa ogumma argatan lakk 1215

  1. Qo’annoofi Qorannoo Oromoo babal’isuu

    1. Qorannoofi Qo’annoo Afaan Oromoo Irratti geggeeffame lakk.

    • Dogoggora qubeefi caasaa afaan Oromoo irratti mullatan ilaalchisee qoranno 5 gaggeessuufi sirreessuu.

    • Afoola(oral letrature) Afaan Oromoo irratti qorannoo shan jildiidhaandhiheessuu

    • Kitaaboota akaakuu adda addaa 28 sad.Biirootti maxxanfaman tajaajila ummataaf akka oolaniif raabsuu



    1. Qorannoofi qo'annoo Seenaa Oromoo Irratti geggeeffame lakk.n

  • Seenaa ummata Oromoo hanga amma hin qoratammin keessaa tokko qorachuu.

  • Seenaa ummata Oromoo kanaan dura daddabisamee barreefame keessaa tokko qorachudhaan rakko inni qabu saaxiluu

    1. Xiinmadda Oromoo Irratti geggeeffame lakk.n

5.4 Qo'annoofi qorannoo Artii Oromoo Irratti geggeeffame lakk.n

  • Artii sirbootafi weedduu, shubbisaafi meshaa muziqaa Aadaa Oromoo irratti qorranno tokko hojjachuu

  • Jila aadaa Oromoo Godinichaa yeroo 2 gaggeessuu.

  • Tiyaatira Oromoo 5 qorachuufi dhiheessuu .

    • Seenaa Hogbarruu Oromoo

    • Artii aadaa ummata Oromoo kan ogummaa harkaatiin hojjataman irratti ragaa bifa qorannootiin wolitti qabuu barreefamaa fi argaa dhageettiidhaan qindeessuun qopheessuu

    • Ragaalee meeshaa argaa dhageetiidhaan fi barreefamaan walittii qabaman gurmeessu

    • Raagaalee qorannoon wolitti qabaman keessaa 5 woltajjii irratti akka ummataaf dhiyaatan taasisuu .



    1. Qorannoofi Qo’annoo Afaan,seenaa, Xinmmadda Irratti maxxanfamanii rabsaman lakk

  • Seenaa Oromoo Wallaggaa qorqtqmee jiru akka maxxansiisuf irratti hojjeechuu.

  • Bu’aalee qorannoo bifa kitabafi barruuleen sad. Biirootti maxansiisanii ergaman ummata harka akka ga’an gochuu,

  • Barulee ibsiituu Wallaggaa 5 maxxansiisanii rabsuu.

  • Seenaa mootoota Oromoo Wallaggaa keessaa kan Mootii kumsaa Morodaa bilchinaan qorachuu BATOf dabarsuu,

  • Kora aadaa (hawwata seenaa,afaan,artii) irratti yeroo 5 gaggeessuu'

  • panaalii dhimmoota aadaafi tuurizimiitiin walqabatan yeroo 5 gaggeessuu




  1. Qorrannoofi misooma hambaaleefi qabeenya uumamaa hawwata tu guddisristiiuu.

    1. Qorannoo Hambaalee fi Qabeenya hawwata turiziimii irratti gaggeeffame lakk.

  • Misoomaa hambaaleefi hawwatoota tuurizimii uumamaa Godinichaa irratti qornnoowwan hujeeffamaa/hujjeekaa (kallatti misooma agarsiisa gara garaa gaggeessuu.

  • Qorannoo (inventory) Qabeenya hawwata tuurizimiifi hambaalee gaggeessuun pootenshaalaafi kan duraan misoome irratti dokumantii guutuu ta’e tokko akka Godinatti 1 jildeessuun BATOf dabarsuu.

  • Qabeenya hambaaleefi uumamaa hawwata tuuristii irratti ykn bakka ga’umsa ttuuristii kan misoomaafi dursa argachuu qaban bifa misooma barbaachisu waliin xiinxaluudhaan adda baasuun dokumantii tokko akka Godinaatti 1 jilteessuun BATOf dabarsuu.

    • Holqawwan, barreeffamoota holqa keessaafi hambaawwan uumamaafi namtolchee kanaan walfakkaatan irratti qorannoo gaggeessuun ragaa hambaalee dhaabbii (hinsochoone) 20 Aanaa B/Boshee keessatti argamu jildeessuun BATOf dabarsuu.

    • Hambaawwan seeraan ala naannawan ilaalchisee haallii qabatamaan Godina wallaggaa bahaa maali akka fakkaatu qorachuun tarkaanfiiwwan fudhatamuu qabu irratti yaada/bu’aa qorannoofi yaada furmaataa qaamoota dhimmii ilaaluuf dabarsuu

    • Sosochii tuuristiin walqabatee nageenyaafi tasgabbii haala qabatamaa Godinni wallaggaa Bahaa mullisu irratti qorannoo gaggeessuun yaada bu’aa qorannoo irraa argame qaamoota dhimii ilaaluuf dabarsuu.

    • Qabeenya uumamaafi hambaalee akka hawwata tuuristii misoomaaf dursii keennamuuf qabu keessaa bakkeewwan akka zoonii tuurizimiitti ykn akka dawoo beenladaa ta’uu dandan Bosona Bololee,Bosona Naannoo Shaaraa Walmalii fi Shaaraa Saaqoo,Bosona Tankaaraafi Tulluu Gaddibeen,Bosona Gurraa Xirrinyii,Bosona Laga Warrabeessaa, Bosona Tulluu Konchii Bosona Roobaa ,Bosona Tulluu Komtoofi fincaa'oota bishaanii,holqoota adda baasuu tooftaa ittiin daangeefamu, ittiin eegamuufi ittiin misoomu xiinsaluudhaan yaada bu’aa qorannoo jildeessuu. qaamoota dhimmii ilaalu biraan ga’uun, akka eegaman taasisuu.

    • Aanaalee filataman 5 lafa zoonii tuurizimii qorannoon adda baasuun misooma tuurizimiif akka addtti daangefamaniifi maastarpilanii isaanii (local area masterplan) akka hojjetamu yaada qorannoo Aanaalee dhimmii ilaaluuf dabarsuu.

    1. Yüklə 0,97 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   13




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin