Boonsaa tahe hojjechaa ture


Qabeenya uumamaa hawwata turizimii eegame. Lakk



Yüklə 0,97 Mb.
səhifə13/13
tarix09.01.2019
ölçüsü0,97 Mb.
#94561
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   13

Qabeenya uumamaa hawwata turizimii eegame. Lakk.n

  • Eegumsaafi kunuusa qabeenya uumamaa hawwata tuurizimii irratti yeroo 5 hubannoo kennuu .

    • Eegumsaafi kunuusaa lafaa zoonii tuurizimiifi bakkeewwan eegumsa dawoo beenladaa irratti hubannoo kennuuf barreefamoota bu’aa qorannoo adda addaa miidiyaan yeroo 50 tamsaasuu.

    • Zooniiwwan tuurizimii naannawa qabeenya uumamaa daangefaman keessaa 50% irratti waraqaa abbummaa lafaa akka itti fudhatamu gochuu .

    • Qajeelfama (guideline) zooniin tuuiriizimii ykn bekkeewwan eegumsaa (protected areas) ittiin adda ba’uu, ittiin daangefamuufi eegamu sadarkaa Biirootti qophaa'u gadi buusuun, qaamoota dhimmii ilaalu hundaaf dabarsuu




    1. Hambaalee akka Godinaatti galmeeffaman lakk.n 2875 irraan ga'uu

  • Hambaalee hinsochoone 60 akka Godinaatti galmeessuu.

  • Hambaalee socho’an 1300 akka Godinaatti galmeessuu .




    1. Hambaalee misooman (kansuphaman fi kan haaraa ijaaraman) lakk.n 6 irraan ga'uu.

  • Ardaalee jilaa 5 irratti ijaarsa haaraawa gaggeessuu.

    1. Bu’uuraalee misooma bakka hawwata turizimiitti baballatan. (gosa bu’ura misoomaatiin) lakk.n 34 irraan ga'uu .

  • Qabeenya uumamaafi hambaalee akka hawwata tuuristii misoomaaf dursii keennamuuf qabu keessaa bakkeewwan akka zoonii tuurizimiifi hambaalee ykn akka dawoo beenladaa ta’uu danda'an 5 kaneen qorannoon adda bahan bu’aa qorannoo irratti hundaa’uun akka daangefaman, akka kunuunfamaniifi eegaman taasisuu .Waajjira bulchiisa lafa baadiyaafi dhaabbata bosonaafi bineesoota bosona waliin hojjechuu,

  • Bakkeewwan hawwata tuuristii 6 taajaajil tuuristiif akka misoomu Waajjira Invastimantii Godinaa waliin hojjedhuu,

  • Tajaajila ibsaa bakka hawwata tuuristii 2(qaxqaxxoofi Gadaa Gilindee)tti galchuu.

  • Bakkeewwan ga’umsa tuuristii Aanaalee 17 qabnu irratti hawaasinii gurmaa’ee tajaajila tuuristii gara garaa kennun fayyadamaa akka ta’u Waajjira IMX waliin hojjechuu.

  1. Misooma baballina Sonaa fi Industirii aadaa guddisuu.

    1. Dhaabbilee, waldaaleefi industirii aadaa dabale lakk.n 60 irraan ga'uu.

  • Sadarkaa Godinaatti tajaajila tiyaatiraa,muuziqaa, fiilmii, agarsiisaafi tajajaajila ogummaa kanaan walfakkatu kennuu kan danda’n galma aadaa tokko ijaaruu .

  • Godinicha keessatti meeshaan ogummaa harkaa aadaafi fakkiin boca harkaa misoomee baldhinaan gabaa irra akka oolu taasisuuf qorannoo gaggeessuun dokumantii guutuu ta’e tokko qopheessuu BATOf dabarsuu .

  • Waldaalee meeshaa ogummaa harkaa aadaafi omishaawwan aadaa adda addaa oomishaniifi gurguran 34 Aanaalee irratti gurmeessuun hojiitti bobbaasuu, ogummaan deeggaruu

  • Sadarkaa Godinaafi Aanaaleetti gummii 5 akka hundeefaman taasisuu; kanneen kanaan duraaf deeggarsaa ogummaa kennuufi Cimsuu.

    1. Hojjiwwan artii uummata bira gahan lakk. 133 irraan ga'uu.

  • Feestivaalii aadaa 2 sadarkaa naannootti qophaa'u irraatti hirmaachuufi 1 sadarkaa Godinaatti gaggeessuu,

  • Waarii artii 5 sadarkaa Godinaatti gaggeessuu.

  • Sadarkaa naannootti agarsiisa fakkii 1 gaggeeffamu irratti hirmaachuu.

  • Tiyaatiroota gaggabaaboo 5 fi diraamaa muuziiqaa 5 qopheessuun uummatatti agarsiisuu.

  • Giddugala Aadaa sad.Godinaatti ijaaramu keessatti istuudiyoo tokko hundeessuun tajaajila waraabbii muuziqaa kennuu.

    1. Torbeefi Jila aadaa gaggeeffaman lakk.180 irraan ga'uu.

  • Warii artii gaggeessuu yeroo 5 gaggeessuu .

  • Jila aadaa gaggeessuu yeroo 2 gaggeessuu .

  • Kabaja guyyoota Ayyaanota adda addaa yeroo 35 gaggeessuu .

- Tuurizimii Addunyaa

-Irreecha

-Masqala

-Qillee


-Sabaafi sab-lammii

-Torbee dubbisa kitaabaa



    1. Dhaabbilee aadaa Walitti hidhamiinsa gabaa uumame lakka.24 irraan ga'uu.

  • Waldaalee meeshaa oomishaa ogummaa harkaa aadaa, daldalaafi oomishaalee aadaa adda addaa irratti gurmaa’an 34f walitti hidhiinsa gabaa uumuu

  • Qorannoowwan amantaalee aadaafi beekumsaalee xabboo faayidaa hawaasa-dinagdeetiif qaban adda baasee kallatti garsiisu 1 gaggeesuu .

    1. Omishaafi tajaajila Indistrii Aadaa irraa galii argame. Qar. 1,225,000

  • Hojii danddeettii cimsuu hojjachuun

  • Omisha qulqullina qabu akka dhiyeessan gochuun

  • Dizaayinii adda addaa hawwataa ta’an akka qopheessan gochuun.

7.6, Barmaatilee miidhaa geessisan irratti hojiiwwan hojjetame. Lakk.n 15 irraan ga'uu .

  • Ragawwan Sona Aadaa ta’an kan barreeffaman kan hin barreffamiin ,kan warabamani jiran walitti qabuun qindessuun ka’un raga qorannoof gargaaran taasisuu..

  • Jiruufi jireenya uummtaa keessatii seera wal horuu (fuudhaafi heeruma,sirboota ,dudhaa kkf ) walqabsiisuun ragawan walitti qabuun qoratootaf hala mijessuu.

  • Sona aadaa dinagdee (oomishufi raabsuu, - qonna,daldala,horsisuu kkf qorachuun ragawan qideessanii ka’uu.

  • Amantii, falaasama, nagaafi tasigabbii, ummataa adda baasuun qorachuunn ifa baasuu.

  • Sona aadaa .dinagdee guddisuu (GDP) kessatti gahee qabu iftoomsuu.

  • Barsifata dubartootarratt, da’immanirraatifi hawasarratii miidhaa fidan dhabamsiisuuf gargaarsaafi deggarsa barbaaduun qaama dhimmi ilaalu wajjin hojjachuu.

  • Beekumsa xabboo ummataa adda basuun akka beekamanifi bu’aa diinagdee kessatti gahee taphatnan haala mijessuu.

  • Barsiifata miidhaa fidan qorachuun adda baasuun hubannoo uumuu.

  • Aadaa alaa galtee miidhaa fidaan adda baasuun akka Aadaa keenya hin booressineefi dhaloota haraa hin burjaajessinee toftaa adda addaan hubannoo uumuun hawasarraa ittisuu.

  • Guyyaawwan adda addaa uummata biratti kabajaman addaan baasuun beeksisuun madda galii akka uuman taasisuu.

  • Nyaata, aadaa uffata aadaa, faaya aadaa akka babal’atanii bekamanifi bu’aa hawaas dinagideef akka olaan qoranoo ademsisuu

  1. Qunnamtii, Piroomooshiniifi misooma gabaa guddisuu

    1. Bay’ina odeeffannoo miidiyaan tamsa’e lakk.n 420 irraan ga'uu

  • Odeeffannoowwan 170 sagantaalee, oduufi beeksisa miidiyaalee elektirooniksiifi pireesootaan tamsaasuu.

  • Dookumentarii fiilmii qabeenya aadaafi Tuurizimii irratti 5 qopheessuun miidiyaalee mootummaaf kennuufi odeeffannoowwan isaa CD n hawaasa biraan ga'uu .




    1. Baay’ina gosa maxxansaalee qophaa’e raabsame lakk.n 20 irraan ga'uu .

  • Barruu gosa 2 qopheessuu

  • Birooshara gosa 10

  • Banerii gosa 25

  • Postera gosa 5

  • Tarjaa (sign bord) 2

    1. Waltajjiiwwan qinda’efi qopha’e lakk.n 55 irraan ga'uu.

  • Waltajjiiwwan 50 kan akka kora,paanaalii,marii haala yeroo ilaalchisee qopha’u qindeessuun ergaawwan seektarichaa dabarsuun.

  • Qaamolee qooda fudhattootaafi qaamolee hawaasaa waliin waltajjii marii gurguddaa 10 qopheessuu

    1. Ayyaanota (events) qindaa’an lakk.n 60 irraan ga'uu .

  • Ayyaanoota uummataa kanneen gurguddoo 35 ta’an qindeessuun akka kabajamu gochuu. ( Irreecha, Guyyaa tur. adunya, Guyyaa kitaaba dubbisuu, Torbee aadaa, kkf

    1. Xiinxala misooma gabaa gaggeeffame lakk.n 5 irraan ga'uu .

  • Sadarkaa Godinaatti xiinxala haala gabaa turiizimii 5 qopheessuu, bu’aa argame Aanaalee keessatti baballisuun hojiirra oolchuu.

    1. Giddugala odeeffannoo turistii (turist information center) dhaabbate lakk.n 5 irraan ga'uu.

  • Aanaalee 5 keessatti G/G odeffannoo turistii 5 dhaabuu.

    1. Dhangala’iinsa turistii biyya keessaa 235,097 irraan ga'uu .

    1. Dhangala’iinsa turistii biyya alaa lakk.n 1,655 irraan ga'uu.

    2. Tuuristoota biyya alaa 380 daawwannaadhaaf gara Godina keenyaa dhufan ragaa isaanii qindeessuu .

    3. Galii turistiirraa argame qarshii 75,340,000 irraan ga'uu.

  • Bakkeewwan gahumsa turistii gurguddoo Godina keenyaa irraatti hojii beeksisaa hojjechuun galii qar.56,269,283 walitti qabuu.

  • Bakkeewwan ga'umsa Tuuristii gurguddoo tokko logo mataa isaanii qabaachuun hojii beeksisaa hojjechuun akka galiin isaanii guddatu taasisuu .

    1. Agarsiisa egzibiishiniifi baazaarii biyya keessaa qopha’e irratti hirmaatame lakk. 14 irraan ga'uu

  • Egzibiishiniinoota sadarkaa Biirootti qopha’an 10 keessatti hirmaachuun hojii beeksisaa raawwachuu

  • Egzibiishiniinootafi Baazaarii yeroo 4 qopheessuu .

  1. Hojimaata hoggansa gurmaa’insa, kunuunsa fi tamsaasa ragaa foyyeessuu

    1. Caasaa Godinaafi Aanaalee keessatti wajjiraalee wirtuu ragaa hundeessan lakk.n 18 irraan ga'uu

  • Tooftaa qabiinsa ragaa caasaa seektarichaa keessatti diriirsuu.

  • Tooftaa qabiinsa raga diriireen odeeffannoowwan sektarichaa %100 gurmeessu

  • Odeeffannoowan gurmaahan keessaa %35 TOQ tiin kurfeessu.

    1. Sirna raga diriire lakk.n 3 irraan gahuu

  • Qabeenya aadaa irratti

  • Iddoowwan hawwata turistii irratti

  • Dhangala’insafi galii turistiifi kkf irratti.

  • Seeraa fi sirna Hojiin Odeeffannoof beekumsaa ittiin gaggeeffamu 3 akka qophaa'uu taasisuu.



    1. Ragaalee walitti qabamee lakk. 7,220

  • Sirnaafi hojimaata qabiisa, kuufama ragaa irratti qajeelfamaa/guide line/ qophaa'ee gadi bu'e hojii irra ooluchuu.

    1. Ragaalee walitti qabame qindaa’elakk.n 6,820 irraan ga'uu

  • Qabeenya aadaa fi iddoowwan hawwata turistii irratti raga walitti qabuu

  • Dhangala’insafi galii turistii irratti raga walitti qabuu.

  • Manneen kitaabaa sadarkaa aanaatti akka banaman deggersa kennuu

  • Qabeenya odeefannoo 15,000 bittaafi kennaatiin wolittii qabuu

  • Qabeenya odeefannoo Godinicha keessatti wolitti qabame 5,000 gurmeessuu

  • Tajaajila dubbisaa dubbistoota qabeenyaa Odeefannoo nama 219,000f kennuu

  • Gumii dubbisa Kitaabaa manneen barnootaafi giddugala darggagoota 34 , akka hundaawan deeggaruu

  • Qabeenya odeefannoo bittaadhaafi kennaan walittii qabame keessaa 1,000 manneen kitaaba sadarkaa aanaa jiraniif raabsuu.



  1. Hojimaata bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa fooyyeessu

    1. Komii uummataa xiqqate %n 10-5 xiqqeessuu

  • Wixnee dukumenti kommiin fi yaadni ummataa itti sassaabamu fi tarkaanfiin sirreeffamaa ittiin fudhatamu qopheessu.

  • Raawwii hojiirra oolmaa qajeeltoowwan bulchiinsa gaarii qorachuu fi qindeessuun qaama dhimmichi ilaaluuf dhiyeessuun tarkaanfii sirreeffamaa fudhachiisuu.

  • Chaartarii lammiilee qophaa’e irra deebi’uun xiinxalame fi akkaataa JBAH haaraatiin sirreeffamee qophaa'e hojiirra oolchuu.

  • Hojiimaata malammaltummaa fi hojiimaata badaaf qaawwa banaan ykn banuu danda’aan irraatti qorannoo gaggeessuu dok.qopheessu.

  • Gumii dagagiina namusaa sadarkaa Godinaafi Aanaattii ijaaruufi rawwii isaa qindeessuufi hordofuu .

  • Qondaaltoota Naamusaa Caasaa sadarkaa Gaditti jiran wajjin marii dhimma Naamusaa hojiimaata badaa fi farraa malamaltumaa irratti gaggeessuu.



    1. Kenna tajaajilaa fooyya’e %n 89 irraan gahuu

  • caasaa seektarichaa keessatti iddo JBAH hojirra oole fi hin oolle adda baasun hundaa hojitti galchu.

  • karoorrifi raawwiin caasaalee SMBKT tiin akka hogganamu deeggarsa kennu.

  • Hojimaatni SMBKT otomeshiniin akka deeggaramu taasisuf xinxala geggeessu.

  • Madaalli raawwi hojii geggeessu.



  1. Hirmaannaa ummataa fi qindoomina qooda fudhattoota guddisuu

    1. Waltajjii qindoominaa taasifame lakk. 25 irraan ga'uu.

  • Waajjira Aadaafi Tuurizimii Godinaatti hirmaanaa qooda fudhatoota guddisuuf waltajjii marii 10 qopheessuu.

  • Raayyaa jijjiiramaa Ijaaramee jiru waliin mariiáchuun karoora waliigalaa baafachuun hojiitti hiikuu.

    1. Hojiiwwan qindominaan hojjataman lakk.n 95 irraan gahuu.

  • Hawaasa wajjin hojii Misoomaa qindoomummaan hojjatamu waliigaltee uumuun hojii Misooma 15 Hojjachuu

  • Eegumsafi kunuunsa qabeenya uumamaafi hambaalee hirmaannaa hawaasaa gara 78%tti guddisuu

  1. Muuxannoowwan gaggaarii qinddeessuun akka babal’atan taasiisu

    1. Muuxannoowwan gaarii qindaa’an lakk. 5 irraan ga'uu .

  • Dokumenti yaad-rimee muuxannoo gaarii itti qinda’u qopheessu fi hubannoo uumuu.



    1. Muuxannoowwan gaarii babal’atan lakk.n 4 .irraan ga'uu

  • Muuxanoo gaggaarii jiru akka Godinaatti qindeessanii akka babal’atu taasisuu.

  1. Sirna karoora hordoffii, deeggarsaa, to’annoofi gamagama Fooyyessu

    1. Uwwisa deeggarsa hordoffiifi gamaaggamaa %90 irraan ga'uu.

  • Formatii karoora, cheeklistiifi gabaasaa kurmaanaan qopheessuu.

  • Wixinee karoorafi cheeklistii adeemsoota hojiirraa walttiiqabu.

  • Karoora Biiroo Aadaafi Tuuriizmii qopha’eeirratii marii gaggessu.

  • Gamagaama raawwii karooraa Aanaalee waliin kurmaana kurmaanaa gaggeessuun.

  • Too’annoofi hordoffii raawwii karoora hojii kurmaanaan gaggeessuu.

  • Karooraa fi raawwii karooraa irratti hojetoota waliin kurmaanaan marii gaggeessuu.

    1. Uwwisaduub-deebii kenname %n 90 irraan ga'uu.

  • Too’annoofi hordoffii, Gamagaama rawwii karooraa Aanaalee 17 waliin gaggeeffame irratti hundaa’uun dubdeebbii kennu.

    1. Duub-deebii kennameen jijjirama dhufe. %n 85 irraan gahuu.

  • Gamagaama rawwii karooraa Aanaalee waliin kurmaana kurmaanaa gaggeessuun jijjirama dhufe madaalaa deemuu.

  1. Danddeettii barnootaaf leenjii seektarichaa guddisuu.

    1. Humna nama barate ( leenji’ee ) seektaricha keessa jiru %n 40 irraan gahuu

  • Human nama barateefi hin barannee adda baasuu.

  • Namoota leenjiin barbaachisu adda baasuun akka leenjii’an haala mijeessuu.

14.2, Humna namaa haaraa seektaricha keessatti leenjiin kennameef. lakk.n750 irraan ga'uu.

  • Industirii Aadaa cimsuuf ogummaa gonfachisuuf leenjii ogummaa artii adda addaa kennuu.

  • Leenjii Tiyaatiraa Kennuu.lak 150.

  • Leenjii Og-barruu kennuu.lak 275

  • Leenjii Shubii kennuu. Lak 100

  • Leenjii muuziqaa kennuu.lak 100

  • Ogumaa harkaarratti namootaaf hubannoo kennuu. Lak 300

  • Leenjii dhaabbilee aadaaf turizimii irratti kennuu

  1. Qindoomina dhimmoota seektaroota hundaa/ main streaming issue/ guddisuu

    1. Dubartootaa fi dargaggootaaf hubanoo uumuuf waltajjii geggeeffaman lakk.n 20 irraan ga'uu.

  • Imammatoonni, Qajeelfamoonni, Tarsimoolee Aadaafi tuurizimii ilaalchiisee bahan dhimma Koornaaya fi daragaggoo kan idileesse ta’u isaa mirkaneessa deemuu.

  • Hojii waajjiraa keessaatti karoorrifi raawwiin dhimma Koorniyaafi daraggootaa idila’uu isaa hordofaa deemuu.

  • Dargaggoonnifi Dubartoonni aadaa kitaaba dubbisuu akka hortaaniifi araada adda addaa irraa bilisa akka ta’an hubannoo uumuu.

  • Rakkoowwan Dubartoonnifi dargaggoonni hojattoota sektarichaa qaban hiikuuf waltajjii marii itti fufiinsaan qopheessuu.

  • Barmatiile Dubartoota irraatti miidhaa geessisan irraatti qorannoo gaggeessuun hawaasaaf hubannoo uumuu.

  • Fokal person dhimma koornayaafi Dargaggoota Aanaaleef leenjii kennuu.

  • Dargaggootaafi Dubartoota adda duree jajjabeessuun waltajjii adda addaa uumuun adda dureen kan biraa akka hortamu gochuu.

  • Dubartoota fi Dargaggoota misooma qabeenya aadaafi tuurizimii irratti hojjetaan fakkeenya ta’an addaan basuun muxannoo gaggaarii babal’suu.

  • Barreeffamoota adda addaa hawaasaaf ergaa dabarsan raabsuu.

  • Hojjettoota Sektara aadaafi tuurizimiif dhimma dargaggootaa, koorniyaafi HIV/AIDSii irratti leenjii kennuu.

  • Guyyaa ayyaana dubartoota (march 8) iddoowwaan gahuumsa hawaata tuuristii daawwachuun maarii paanaliin kabajuu.

  • Guyyaa ayyaana HIV/AIdsii Aartii fayyadamuun ergaa dabaarsa kabajuu.

  • Jarmiyyalle dubartootafi dargaggootaa deeggaruufi cimsuu.

    1. Carraa hojii uumameen dubartootaafi darggaggoota fayyadamoo ta’an. lakk.n 20,764 irraan ga'uu

  • Aanaalee hunda keessatti qabeenya aadaafi tuurizimii qoratameefi misomee irratti dubartootaafi dargaggootaaf carraa hojii uumuu. (tuurizimii hawaasa bu'ureffate, hojiifi gurgurta oogumma harkaa, faaya aadaa, nyaata aadaa, hojii artii, dhabbilee aadaafi tuurizimii keessatti fi kkf) irraa fayyadamtoota akka ta’an hojjechuu.

    1. Kunuunsaafi deeggarsa hojjattoota HIV dhiiga isaanii keessa jiruuf taasifame lakka 10 irraan ga'uu.

  • Da’iimmaan sabaaba dhukkuba HIV/AIdsii maatii dhaabaniif harka qalleeyyi ta’aan kunuunsafi deeggarsa gochuu

  • Namoota Vaayiraasii HIV/AIdsii wajjiin jirtaaniif deeggarsafi kunuunsa gochuu.

  1. Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu

    1. Adda dureewwan uumaman %n 70 irraan ga'uu.

  • Hooggansaafi raawwataa sek. Keessa jiran keessaa %47 ta’an adda duree akka ta’an hojechuu

    1. Raawwii hoggantootaafi raawwattoota dabale %85 irraan gahuu.

  • Hooggansaafi raawwataa sek. Keessa jiru keessaa %75-85tti raawwiin isaanii akka dabalu taasiisuu.

  • Madaalli raawwi hojii geggeessu.

    1. Hammattoo Seeraa Qophaa’an (የህግማእቀፍ ) lakka.n 10 irraan ga'uu.

  • Hoggantootafi hojjatoota sadarkaa sadaarkaan jiraniif Qajeelfama Naamusaa, Maalummaa Malaammaltummaa fi Tooftaa qabsoo farra Malaammaltummaa irratti hammattoo seeraa qophaa'an hojiirra oolchuu.

    1. Hoggantootaa fi raawwattootaa leenjii yeroo gabaabaa argatan lakk. 380 irraan ga'uu.

  • Sakatta’iinsa fedhii barnootaa fi leenjii gaggeessuu.

  • leenjii yeroo gabaabaa hooggatootafi raawwatoota Aanaaleef kennuu.

    1. Hoggantootaafi raawwattoota leenjii yeroo dheeraa argatan lakk.n 5 irraan ga'uu.

  • Sakatta’iinsa fedhii barnootaa fi leenjii gaggeessuu.

  1. Dhiyeessii fi ittifayyadama teknoloojii guddisuu

    1. Uwwisa neetworkii diriiree %n 65 irraan gahuu.

  • Uwwisa neetwoorkii Aanaa hanga Biiroo %60 akka ga'u hojjechuu.

    1. Softweerii misoome hojiirra oole. lakk. 5 irraan gahuu.

  • Tamsaasa Odeeffanno weebsaayitii ‘update’ Taasisu.

    1. Mosaajii ( websaayitii) misoomeefi hojjira oole lakk. 5 irraan ga'uu .

  • Itti fayyadama Weebsayitii Aanaalee 4 keessatti hojii irra oolchuu.

    1. Ittifayyadama teekinooloojii dabale %n65 irraan ga'uu.

  • Itti fayyadama IT irratti leenjii bu’uura BATOfi TQO Godinaan kennamu irratti hirmaachuu .

  • Hojii hunda atoomeeshiniin hojechuu.

  • Itti fayyadama teekinooloojii sad.Godinaafi aanaa %65 irraan ga'uu .

  1. Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu

    1. Waltajjii Hubannoo uumuuf hojjatootaaf qophaa’ee .lakk.n 60 irraan ga'uu .

  • Qaxarriifi Jijjiirraa hojjattootaa raawwachuu. Hoggantootafi hojjatoota sadarkaa sadaarkaan jiraniif Qajeelfama Naamusaa, irratti leenjii Hubannoo uumu kennuu.




    1. Itti quufinsa hojjattootaa dabale %n 75 irraan ga'uu .

  • Haala naannoo hojii mijeessuu

  • Komii dhiyaatu yeroon hiikuun

    1. Dhiyeessa loojistikiifi bakka hojii fooyya'e %n 70 irraan ga'uu.

  • Qorannoo mijaa’ina eddo hojiifi faaydaalee adda addaa geggeessu.

    1. Seera qabeessumma/ namusa hojjetoota dabale %n 75 irraan ga'uu .

  • Hoggantootafi hojjatoota sadarkaa sadaarkaan jiraniif Qajeelfama Naamusaa, Maalummaa Malaammaltummaa fi Tooftaa qabsoo farra Malaammaltummaa irratti leenjii Hubannoo uumuu kennuu.

  • Madaalli raawwi hojii geggeessu




Yüklə 0,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   13




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin